New Copy Afan Oromo

You might also like

Download as doc, pdf, or txt
Download as doc, pdf, or txt
You are on page 1of 2

Maqaa Abbaa Kan Ilmaa Kan Afuura Qulqulluu Waaqa Tokkoo Ameen

Maqaa Guutuu __________________

Qormaata Ga'umsaa Barattoota Baganaa(50%)

Kutaa 1: Gaaffilee itti aanan Dhugaa ykn Soba jechuun deebisaa(20%).

1. _________ 1 1 11/2 1 11/2n iskeelii sagalee qinyiitii waaneenii bakka bu'a.

2. _________ Ginayu LeIgziabher bemasanqo webemesmur zeassirtuu awutaarihu kan jedhu keessatti,
'webemezmur' Masinqoo ibsuuf barreeffame.

3. _________ Baganaa hojjechuuf bu'aa bineeldotaa qofa fayyadamuun gahaadha.

4. _________ B irraa ka'uun qinyiitiin Silacharinnatii B C E F G# B ta'a.

5. _________ Kennaawwan Qulqulluu Daawwitiif kennaman keessaa tokko kennaa fayyisuuti.

6. _________ Barri qulqullichi Yaareed jiraate bara mooticha Atsee G/Masqali.

7. _________ Utubaan mirgaa kutaa qaama Baganaa ta'ee fakkeenya jaalala waaqayyooti.

8. _________ Yaa'ii qulqulluu Sinoodosii M/K/O/T/Itoophiyaan meeshaalee yeedaloo Afuurawaa bara


1986 akka itti fayyadamnuuf murtaa'e keessaa tokko Inziiraadha.

9. _________ Hiikni Baganaa yoo laafee dubbifamu rukute, daraddare/kirkire jechuudha.

10. ________ Inziiraan meeshaalee ribuu keessatti ramadama.

Kutaa 2: Qubee deebii sirrii qabdu itti marsaa(6%)

1. Kanneen keessaa sagalee waliinii qinyiitii Waaneenii kan agarsiisu,

A. Do Re Fa So La Do C. Do Re Mi So La Do

B. C D F G A C D. A fi B

2. D irraa ka'uudhaan qinyiitiin Waaneenii,

A. D E F# A B D C. D E F G B D

B. D F G B C D D. D E F A C D

3. Kanneen keessaa tokko Riqicha Yaa'iqoob Finoota Loozaarratti argeen fakkeeffama.

A. Inziiraa B. Baganaa C. Malakatii D. Tsanatsilii

Kutaa 3: Kutaalee qaama Baganaa roga 'A' jala jiran fakkeenya isaanii roga 'B' jala jiraniin walitti
firoomsaa(18%)
A B

1. ____ Awutaarii A. Kiristaanota qabsuurarra jiran

2. ____ Dihintsaa B. Faarfannaa

3. ____ Maqaanyaa C. Fakkeenya kakuu moofaa

4. ____ Inziiraa D. Fakkeenya aangoo waaqayyoo

5. ____ Baganaa E. Fakkeenya jaalala namaa

6. ____ Utubaa mirgaa F. Kiristaanota addunyaa kana mo'atan

7. ____ Waanjoo(Qanbar) G. Bakka jireenya namootaa/lafa

8. ____ Utubaa bitaa H. Fakkeenya Kiristoos

9. ____ Jabeessituu I. Tooftaalee yeedaloo Qulqulluu Yaareed

Kutaa 4: Bakka duwwaa guutaa(6%).

1. ___________n kutaalee qaama Baganaa keessaa Tulluu Siinaan fakkeeffama.

2. ___________n meeshaalee Yeedaloo keessaa kan wangeelaan fakkeeffamuudha.

3. ___________n meeshaalee yeedaloo keessaa gidiraa gooftaa keenyaa kan ittiin yaadannu fakkeenya
Kiristoosi.

3. ___________n meeshaalee

You might also like