Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 2

Guyyaa 25-04-216

Aaanaalee/Bul.Bulchiinsa Magaalotaa hundaaf (Garee Sirna Barnootaa tiif)

Bakka jirtanitti

Dhimmi : Dorgommii Kalaqaa Barattootaafi Barsiisotaa ilaala.

Akkuma dhimmi irratti tuqame dorgommiin Kalaqaa Barataa fi Barsiisaa sadarkaa


BBO tti waan gaggeeffamuuf barattootnii fi Barsiisonni Kalaqa Haaraa Bara 2016
qaban akka dorgoman akka gootan beeksifna.

Haaluma kanaan, qabxiilee armaan gadii irratti hundaa’uun Telegiraamaan


Godinatti akka ergitan cimsinee isin hubachiifna.

Ragaa Dorgomtoota Agarsiisa Saayinsiifi Kalaqaa Ergamu

 Godinaleefi bulchiisni magaalootaa, kalaqaa barattootaafi barsiisotaa yeroo


gara Biirootti ergaan manuwaalii kalaqichaafi viidiyoo isaa waraabuun
qaamaan dhiyeessuu qabu.

 Kalaqni barattootaafi barsiisotaa yeroo gabaafamu sadarkaa sadarkaan


(barattoota kutaa isaaniitiin, barsiisota sadarkaa isaan barsiisaniin
kophaa kophaatti) dhiyaachuu qaba.

 Maanuwaaliin Kalaqaa fi Viidiyoon Kalaqaa qindaa’ee kan barataafi kan


barsiisaa kophaa kophaatti qindaa’ee dhihaata.
Guca Kalaqni Barattootaafi Barsiisotaa Manneen Barnootaa Ittiin
Dhihaatu

Aanaa/ Gosa
T/ Maqaa barataa ykn. Lakk.
Saala Godina Bul/ Meeshaa
L Barsiisaa/tuu Bilbilaa
Magaalaa Kalaqaa

Hubachiisa

1. Barataa 6-8 sadarkaa 1ffaa-3ffaa bahan,


2. Barsiisaa Sad. 1ffaa 1ffaa -3ffaa bahan,
3. Barataa 9-10 1ffaa-3ffaa bahan,
4. Barataa 11-12 1ffaa-3ffaa bahan,
5. Barsiisaa Sad. 2ffaa 1ffaa-3ffaa bahan,

(Unkaan guutamee guyyaa 30-04-2016 BBO tiif dhihaata)

//=//

You might also like