Download as doc, pdf, or txt
Download as doc, pdf, or txt
You are on page 1of 14

Gabaasa Kurmaana 2ffaa Mana Barnoota Quubsaa 2016

Seensa
Barnootni bu’uuraafi meeshaa ijaarsa Misoomaa, dinagdee, hawaasummaa fi siyaasa

biyya tokkoo ta’uun shoora ol’aanaa taphata. Hunda caalaa barnootni meeshaa

tulluun hiyyummaa itti diigamu waan ta’eef guddina ariifachiisaa fiduuf Karoora

Misoma Barnootaa galmaan gahuu keessattii lammii dorgomaa ta’e, naamusaa fi

amala gaarii qabu, itti gaafatamummaa kennameef bahuu danda’u, Ijaarsa Sirna

Diimookiraasiifi Bulchiinsa Gaarii dhugoomsuu danda’uufi ilaalchaa akkasumas

gocha kiraa sassaabdummaa dhabamsiisuuf taasifamu keessatti qooda fudhannaa

ol’aanaa taasisu horachuu kan dandeessisu barnoota qulqullinna qabu, wal-gitiinsaa

fi gahumsi isaa eegame waliin gahuuf toora xiyyeeffannoo karoora misooma barnootaa

1
Gabaasa Kurmaana 2ffaa Mana Barnoota Quubsaa 2016

ittifufiinsaan hojii irra oolchuun murteessaaadha.

Kanaafuu, karoorri bara 2014 toorawwan xiyyeeffannoo gurguddoo irratti dabalataan

fedhii hawaasa barnootaa guutuuf Pirojeektoota manneen barnoota Bultii Addaa, Ifa

Boruufi Bu’uura Boruu jalqabaman xumursiisuun adeemsa baruu-barsiisuu

jalqabeera. Haaluma kanaan gabaasni raawwii hojii waggaa Bara 2016 akka armaan

gadiitti qopha’eera.

Mul’ata
Lammii dandeettii, naamuusa, jaalala hojii fi biyyaa qabu baay’inaafi qulqullinaan

horatame arguu.

Ergama
Carraa barnootaa, walgitiinsa, qulqullinniifi ga’umsi isaa mirkanaa’e sagantaa idilee fi

al-idileetiin babal’isuun dhaabbilee barnootaa keessatti hojii baruufi barsiisuu

cimsuu akkasumas qorannoofi qu’annoo bal’inaan gaggeessuuun rakkoolee furuu,

aadaa dimookiraasiifi bulchiinsa gaarii dagaagsuun humna nama baratee hiyyummaa

seenaa gochuun imala badhaadhinaa milkeessuu danda’u baay’inaafi qulqullinaan

horachuu.

Sonaawwan /Duudhaalee
- Gaafatamummaa - Kutannoo

- Hirmaachisummaa - Iftoomina

- Bu’a qabeessummaa - Qulqullina

- Fakkeenyummaa - Kalaqa2

Toora Xiyyeeffannoo (Strategic Theme) gabaasaa


 Carraa Barnootaa Baballisuu

 Walgitiinsa Barnootaa Mirkaneessuu

 Qulqullina Barnootaa Mirkaneessuu

 Ga’umsa Keessoo Barnootaa fooyyassuu

2
Gabaasa Kurmaana 2ffaa Mana Barnoota Quubsaa 2016

 Maxxansa Kitaaabaafi hojiirra olmaa sirna barnootaa haaraa

 Ijaarsa bu’ura boruu

Hojii hirmaannaa ummataa


TL Hojii Hojjatame Safarsuu Karoora Raawwii

1 Daree Dabalataa Haaraa Ijaarame Lakk.

2 M/Jireenya Barsiisotaa Haaraa Ijaarame Lakk.

3 Daree Barnootaa Suphame Lakk.

4 Mana Fincaanii Haaraa Ijaarame Lakk.

5 Bishaan MBf Haaraa gale Lakk.

6 Ibsaa MBf Haaraa gale Lakk.

Gabaasa Nyaata Barattootaa Mana Barnoota Quubsaa


T.L Gosoota nyaataa Baayyina nyaataa Madda Qabeenyaa
Safartuu
Kar Raaw

Ruuzii

Zeeyta

Shunkurtii

Timaantimii

Soogidda

3
Gabaasa Kurmaana 2ffaa Mana Barnoota Quubsaa 2016

Galmee barattootaa Mana barnoota Quubsaa 2016

Mana Barnoota
Mootummaa
Raw.
Kutaa
Karoora Raawwii (A)
2016
Dhi Dub Ida Dhi Dub Ida

Umrii 4 43 15 58 61 42 103

Umrii 5 42 16 58 39 41 80

Umrii 6 46 16 62 38 24 62

BSTD umurii 4 –
138 107 245 138 107 45
6

Umurii 7 74 56 130 74 56 130

Kutaa 1ffaa 102 55 157 121 95 216

Kutaa 2ffaa 111 99 210 76 46 122

Kutaa 3ffaa 84 54 138 66 38 103

Kutaa 4ffaa 66 26 92 49 31 80

Kutaa 5ffaa 33 16 49 18 2 20

Kutaa 1-5 396 250 646 330 212 542 Gabaasa


Baayyina Daree Barnootaa MB Quubsaa
Baayyina Daree Barnootaa Bara 2016
Sadarkaa Daree bara 2015 ture
Kar Raaw

BSTD 0

1 2

1-5 6

Gabaasa Baayyina Barsiisota Quubsaa

4
Gabaasa Kurmaana 2ffaa Mana Barnoota Quubsaa 2016

Sadaarkaa Raw. Baay’ina Barsiisota bara 2016 Hojiirra jiran


Barnootaa 2015 BSTD 1–8
Dhi dub. Ida. Dhi dub. Ida.
Dippiloomaa
Digirii 1ffaa
Ida'ama

Hiraawwan adda addaa


Karoora Raw. bara %n
Mul’istuu Hojii
2016 2016
2.1 Hirawwaan Adda Addaa (Ration)
Hira Barataa Barsiisaa
BSTD
Sad.1ffaa (1-6)
Hira barataa Daree
Gabaasa kitaaba Barattootaa

1 2 3 4 5 1-6
HB MK HB Mk HB MK HB Mk HB Mk HB Mk

1 Afaan oro

2 English

3 A/A

4 Herreega

5 Gadaa

6 Og Art

7 FJQ

8 SNaannoo

9 Safuu

Ragaa (data Base) Kitabaa Barataa fi Qajeelchaa Barsiisaa

5
Gabaasa Kurmaana 2ffaa Mana Barnoota Quubsaa 2016

 Fedhii Kitaaba Adda Bahee Wajiraa Barnootaatif Dhiyatee

 Xinxalli Kitabaa Adda Bahe Jira

 Kuufamni Kitabaa MB Hin Jiru

 Hanqinni Kitabaa Kan Jiruu Dha

 Sirni Barnootaa haaraa kutaa 2fi 4 kophii Barsiisota qofaaf godhamera

Gabaasa hira kitaaba Barattootaa Barnoota Quubsaa

Kutaa Barnootaaa
1ffaa 2ffaa 3ffaa 4ffaa 5ffaa
1 Afaan oro

2 English

3 A/A

4 Herreega

5 Gadaa

6 Og Art

7 FJQ

8 SNaannoo

9 Safuu

Gabaasa Madaallii GQB muummee Qaxalee kutaa 5ffaa Mana Barnoota Quubsaa

Mb Tu Sad Karo Raawwii Madaallii

Qu K R A B C Dhi Du Wg Dhi Du Wg A B C

M F T M F T M F T

Gabaasa Madaallii GQB Barattoota Qaxalee kutaa 5ffaa Mana Barnoota Quubsaa

6
Gabaasa Kurmaana 2ffaa Mana Barnoota Quubsaa 2016

Mb Tu Sad Karo Raawwii Madaallii

Qu K R A B C Dhi Du Wg Dhi Du Wg A B C

M F T M F T M F T

Gabaasa Madaallii GQB Barattoota Bu'uura kutaa 5ffaa Mana Barnoota Quubsaa

Mb Tu Sad Karo Raawwii Madaallii

Qu K R A B C Dhi Du Wg Dhi Du Wg A B C

M F T M F T M F T

Gabaasa Madaalliwwan GQB MB Quubsaa


Sad Karo Raaw Madaalliwwan miseensaa

A B C M F T M F T A B C

M F T M F M F T

Damee Barsiisota qaxalee


manaaji
mentii Barattoota qaxalee

Mootum Boats Bu'uuraa


maa

Damee Btoota qaxalee


ummata daree
a
Btoota Bu'uuraa

Koree GMB 2

Koree BBL

Gosa GQB Hojii hojjataman Bu'aa argamaan


Manaajimentii  GQB Barsiisoota Fi Baratootta Wal  Haftee Xiqqeesuu
Deggaruu

7
Gabaasa Kurmaana 2ffaa Mana Barnoota Quubsaa 2016

 Hojilee M/B Abbummaan Deggaruu  Hojjilee Karoorfamaan Rawwachuu

 Karooraa Akka Baafatan Deggaruu  Biqiltuu Kununsuu

 Moora M/B Qulqulleessuu  Namani Baratee Foyya’eraa

 Biqiltuu Kununsuu  Dandeetti Baratoota Foyya’eraa

Mootummaa  Adeemsa Baruu-Barsiisuu Milkeessuf  Miiraa Gaarii Hojjile Hundawatti


Walin Hojachuu Argamaa Jiraa

 Barsiisoonni Hundii Karoora Dhuunfaa  Miiraa Dorgomii Keessaa Senneera


Isaani Baafatamu
 Dandeetti Barataa Foyyeeesuuf
 Sochii Gumilee Cimee Jiraa Tattaffi Tasisaa Jiraa

 Orraffanna Fi Hafte Iraati Hojjatamu

Damee Ummataa  Gengoo Qayyabachuu  Qabxii Barataa Foyya’aa Jirachuu

 Barattootni Akka Hin Hafnee Wal  Barattootni Aadaa Waliin Hojjacha


Deggaruu Foyya’aa Jira

 M/B Itti Dhiyeenyaan Hogganuu  Haftee Baratoota Foyya’eera

 Rakkoo M/B Iraati Xiyyeffanan  Barattootni Namusaa M/B Akka


Hojjachuu Kabajaan Ta’eera

Damee GQB Ciminoota Turan Hanqinoota GQB


Manajimeenti  Akkataa Qajeelfaman Fi  Karooraa Bafaatani Baafatan
Hubannoo Argatan Ijarsi Isaa Hoggnamuu Dhabuu
Ijarameera
 Sochii Keessaa Jiratanis Duub-Deebii
Kennaa Deemuu Irraatti Nihafa

Motummaa  Sadarkaa Ijarsaa Biraa Darbee  Bifaa Idilee Socha’uu Nihafa


Karoora Baafachuu Sochii
 Hojilee Hundaa GQB Hojjachuu
Keessatti Seenamera
Nihafa

8
Gabaasa Kurmaana 2ffaa Mana Barnoota Quubsaa 2016

Damee GQB Ciminoota Turan Hanqinoota GQB


Ummataa  GMB Abbummaa Hojii M/B  Haala Ijarsaa Irraatti Hubannoo
Hoggannu Tattafi Jiruu Nihafa

 Jiruu Gaarii Ijarsi Jiruu Haala  Geengo Baratootta Galmaa


Yaadamen Ijarame Jira Yaadame Gahuun Dhabuu Ni
Mul’ata

Gabaasa Gumiiwwan MB Quubsaa


Gosa Gumii Barattoota Barsiisota

Karoora Raawwii Karoora Raawwii

dhi du wg dhi du wg dhi du wg dhi dub wg

1 F/M/tummaa 18 2 20 18 2 20 7 0 7 7 0 7

2 Farra HIV 22 15 37 12 10 22 7 0 7 7 0 7

3 Gumii Sport 25 10 35 18 6 24 7 0 7 7 0 7

4 Gumii 25 20 45 24 12 36 7 0 7 7 0 7
Dubbisaa

5 Minimidia 32 20 52 19 17 36 7 0 7 7 0 7

6 Kunuunsa 30 25 55 32 20 52 7 0 7 7 0 7
Naannoo

7 Busaa gonofaa 183 96 279 133 71 204 7 0 7 7 0 7

Gumiilee Sochii Keessaa Galan

1) Kunuunsaa Naannoo

 Mooraa Mana Barnootaa Kqullquliessu

 Daree Barnoota Qulqulleessu

 Mana Fincaani Qulqulleessuu

 Biqiltu Kunuunsu

9
Gabaasa Kurmaana 2ffaa Mana Barnoota Quubsaa 2016

2) Gaffii Fi Deebii

 Daree Fi Daree Gidduti Manneen Barnoota Hundatii Gaggefamera

3) Gumii Dubbiisaa

 Dadandeetti Barreessuu Dubbisu Irraatii Gidduu Gala Dubbisaa Hundeessuu Shakalchisu

 Dandatti Dubbisaa Haala Itti Fooya’u Danda’u Irraatti Hojjachu

 Barsiisa Hundaa Mariachisu Irraatti Akka Hojjatamu Taasifamara

4) Farraa Malamaltummaa

 Hubbanno Gumichaa Kennameera

 Rakkoolee Baruu-Barsiisuu Keesssaatti Rawwataman Irraatti Itti gaafatamummaan alkaline jiraatu godhameera

 Koree Gumichaa Mana Barumsati Akka Hundeeffameera

 Kitaa 5ffaa giddutti gaaffiif deebiin gagggeeffameera

5) Isporti

 Mannen Barnoota Hundi Sochi Keesssa Galan

 Sadarkaa Mana Barnootaatti Daree daree giddutti gaggeeffameera

6) Farra HIV

 HIV irratti barattootaaf kennameera

 Meeshaalee qaban kan namni biroo itti fayyadametti akka hin fayyadamne hubataniiru

7) Busaa gonofaa

 Hubannaa Gumii Kanaa akka qabaatan taasifamee

 Barattoonni kutaa Sadii olii miseensa akka ta'e Hubannaan kennameera

 Barattoonni buusii busaa gonofaaf qohii xumuraniiru

Walumma Galatti Sochii Gumii Ilalchise

 Gumiilee Hunduu Karoora Baafatanii Jiru.

 Sagantaan Sochii Gumii Maxxanfamee Hordoffiin Taasifamaa Jira.

10
Gabaasa Kurmaana 2ffaa Mana Barnoota Quubsaa 2016

 Gumiileen Hundii akka Karoorfametti Jiru.

Sadarkaa Dandeeettii Barattootaa

Karoora A Irra Kan B Irra Kan C Irra Kan Jiran D Irra Kan Jiran
Jiran
Jiran

M F T M F T M F T M F T M F T

Jijjiirama Argame

Kutaa D Irra Kan Jiran C Irra Kan Jiran B Irra Gara A D Irra Kan
Hafan
M F T M F T M F T M F T

1-4

Sadarkaa Dandeeettii kutaa 5ffaa


Kutaa Ciccimoo Gidduu Galeessaa Suuteeyyii
Dhi Dha W/G Dhi Dha W/G Dhi Dha W/G

11
Gabaasa Kurmaana 2ffaa Mana Barnoota Quubsaa 2016

Deeggarsa titooriyaali Barattootaaf kenname


Gosaa Barnoota Sa’aa Sa’aa Barattoota Deeggaraman Deggarsaa Shammarr
Kar Raw
Sa'aatii Barattoota

Karoora Raawwii Karo Raaw Kar Raaw

dhi du wg dhi du wg

AO

English

A/Amaraa

Herregaa

S/Naannoo

Og Artii

Safuu

Gadaa

Waligaala

Wayittii Barnootaa hisraafameefi Balls Buufame


Gosaa Barnoota Waytii Waytii B/Bu’amee Barattootaa Argamaan
Hinsrafamee
Dhi Dha W/G

1 A/Oromo

2 English

3 A/Amaraa

4 Herregaa

5 S/Naannoo

6 Safuu

12
Gabaasa Kurmaana 2ffaa Mana Barnoota Quubsaa 2016

Gosaa Barnoota Waytii Waytii B/Bu’amee Barattootaa Argamaan


Hinsrafamee
7 Og Artii

8 FJQ

9 Gadaa

Waligaala

Meeshaalee Deeggarsa Barnootaa Oomishaman


Muummeewwan Kutaa Huccurraa Moodel Waraqarraa
arraa

K R K R K R

1 Afaanii

2 Saayinssi Hawaasa

3 Saayinssi Umamaa

4 Herregaa

5 Esteetiksii

Waligaala

Itti Fayyadama MDB MB Quubsaa


Kutaa K/R Afaani Saayinsii Saayinsii Herregaa Esteetik Waligaala
Hawaasa Umamaa s

1-4 K

5 K

1-5 K

13
Gabaasa Kurmaana 2ffaa Mana Barnoota Quubsaa 2016

Kutaa K/R Afaani Saayinsii Saayinsii Herregaa Esteetik Waligaala


Hawaasa Umamaa s

R
Madaalliwwan kitaabaa Gosa barnootaan
Gosa Barnootaa Kutaa Baayyina Yaada

A/Oromo

English

Heregga

S/Nanno

S/W/imta

Kemistiri

Baayoloji

Fiziksi

Hawasaa

Gadaa

14

You might also like