Download as pdf or txt
Download as pdf or txt
You are on page 1of 1

Lakk.

__________________
Guyyaa ________________

Waajjira Bulchiinsa Magaalaa Shaggariif;

Shaggar

Iyyattoonni: Jiraattota Biyya Ameerikaa Kaabaa (USA), Dhalattootaa Naannoo


Oromiyaa fi Lammii Etoophiyaa maqaan keenya gaditti tarreeffameedha.

Dhimmi Iyyata Keenyaa: Waldaa Ijaarsa Mana Jireenyaatiin Nugurmeessitanii Lafa


Tajaajila kanaaf Oolu Akka Nuuf kennitan Gaafachuu Ilaala;

Nuti iyyattoonni maqaan keenya armaan gaditti tarreeffame jiraattota Biyya Ameerikaa
Kaabaa (USA), dhalattootaa Naannoo Oromiyaa fi Lammii Etoophiyaa yoo taanu; biyya
dhaloota keenyaatti mana jireenyaa ijaarrannee gara biyya keenyatti deebi’uudhaan haala
mijataa hojiilee invastimantii fi misooma adda addaa yeroo ammaa kana mootummaan
uumee jiru keessatti qooda fudhachuudhaan qabeenya biyya alaatti horannee fi beekumsa
keenyaan biyya keenya gargaaruuf fedhii guutuu waan qabnuuf, Magaalaa Shaggar
keessatti lafa mana jireenyaa gurmoofnee irratti ijaarrannu akka nuuf kennamu deeggarsa
barbaachisaa ta’e hunda akka nuuf gootan kabajaadhaan iyyanna.

Maqaa fi Mallattoo Iyyattootaa:-


T.L Maqaa Guutuu Iddoo Jireenyaa Mallattoo Guyyaa

Nagaa Wajjiin!

You might also like