Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 1

M/B Daandii Boruu

Afaan Oromoo Kutaa 7 ffaa


I- Walitti firoomsi

______1. Anyaarsee A/ amala badaa hawaasa keessa jiru ittiin ceepha’uuf

______2. Akkaasaa B/ kan balinaan itti oolee buluudha

______3. Bakka buusaa C/ karaa alkallattiidhaan ibsama

______4.Haabalakaa D/ wantootaau waa’ee isaa dubbata

______5. Ukukubee E/ jecha akka jedhutti dhimma baha

______6. Aheessaa F/ wantoota nama hin taaneef kan dubbatamuufi

______7. Nameessa G/ baay’ee guddisuudhaan ykn gad xiqqeessuun

II- Dhugaa ykn Soba jechudhan deebisii

______8. “ Booru hin beekneen qodaan buukoo ishee sagal “ jedhu keessatti mala dubbii anyaarsee
agarsiisa .

______9. Qaamni naachaa lafa irra meetira lama dheerata .

______10. Boqonnaan 18 waa’ee bosonuu dubbata .

You might also like