Professional Documents
Culture Documents
Karoo
Karoo
Karoo
Hunda dura fayyaa naa kennuudhaan hawwii koo bara dheeraa galmaan akkan gahuuf waaqa na
uumee guddaan galateeffadha. Itti aansuudhaan maatii koo nuffii fi dadhabbii tokko malee waan
hundumaan na bira dhaabbatanii, bu'aa ba'ii hundaa keessa na wajjiin darbaani sadarkaa kanaan
na gahaniif galata isaanii jechan itti ibsu hin qabu waaqayyo fayyaa, nagaafi umurii dheeraa akka
naaf jiraatan hawwa. Akkasumas gorsaa koo kan ta'an, nuffii tokko malee qorannoo kana haala
gaariidhaan akkan hojjedhuuf beekumsaa fi ogummaa isaanii utuu natti hin waakkatiin na
qajeelchuun na cina dhaabbatanii qorannoo koo akkan milkaa'uuf kan na deegran barsiisaa koo
Danda'aa Boggaalaatiif galanii koo guddaadha Akkasumas akka nuti sadarkaa kana geenyuu
FUULA
QABIYYEE GALATA..
AXAREERAA..
BOQONNAA TOKKO
1.SEENSA.
1.3.1.Kaayyoo Gooroo.
1.3.2kaayyoo Gooree
.....
1.4 Gaaffilee Bu'uuraa Qorannoo.....
BOQONNAA 2.
2. SAKATTAA BARRUU.
2.2 Waraabbii.
.7
10
10
BOQONNAA SADIL...
12
3.1 Ibsa Gabaabaa Filmichaa........
14
15
3.2.1gosoota Waraabbii.
15
16
23
BOQONNAA AFUR...........
23
4.CUUNFAA, ARGANNOO FI YAADA FURMAATA...
23
23
24
Wabillee
BOQONNAA TOKKO
1.SEENSA
Uummatan oromoo Aadaa fi duudhaa mataa isaa kan nama bashannansiisanii fibarsiisaa bohaarsan
akkasumas faayidaan issaanii guddaa ta'e hedduu qaba duudhaaleen bu'a qabeeyyii ta'an kunis irra
caalaatti addduyaa ttii ba'anii faayidaan issan guddaa ta;uun kan mul'is aartiidha gosoota artiidha garaa
keessaa fiilimim isa tokkodha gosoota aarti garaa garaa keessaa qorannoon kun maalummaa fiilmii fi
waarrabii sirrittnibsee jir aBoqonnaa kana jaiati qoraanoo xiinala fiilmii eelaa akaakuu waraabbiin
madaalluun haaluma kanaan qabiyyeen boqonnaa kana eenduubee qorannichaafi ka'umsa qorannichaa
kaayyoo qorannichaa.barbaachisummaa gorannichaafi dangaa qoraanichaatuu dhiyaata.
Akkasumas Fiilmiin seenaa gara garaa kana nama dhuunfaas ta'e hawaasaa suur-sagaleen qindeeffamee
qophaa'udha. Fiilmiin idaa'ama suur-sochii innis sekoondii tokko keessatti suuraawwan digdamii afur(24)
kan of-keessatti qabuudha. Yaada olii kana kan jabeessu Malaakinaa(2006) Jacoobs wabeeffachuun
yeroo ibsu:
"Fiilmiin gosoota aartii keessaa tokko ta'ee; karaalee ergaan hawaasa keessa jiru tokko bifa seenaa
dabarsuu danda'utti keessa darbu qeefuu, fedhiifi muuxannoo gara garaa kara riqiicha hawaasatti
dabarfassudhaa: yaadaa wallii
yaadaa ollii kanaa kan jaabbeessuu jirufii jireenyaa hawaasaa tookoo kan keessaa jitaatuf seenaa
dhaalaa namaa keessaa jiraatuudhaa kan maalleess dhugaaa. hawwaassaa fi sseenaa tokoo dhaallotaa
dhaallootatii ken dabbarasudhaaFiilmiin akka meeshaalee barnootaatti waan hawaasa, muuxannoof
mudannoo nama barsiisuu danda'an akkasumas, kan nama barsiisuu, buhaarsu qeequun kan qophaa'u
deggersa Seenaa fiilmii oromoo keessaati hundistirii yokaan amoo dhabbaanni fiilmii dhabbatee jiruu
tokoo waaan in jirreefii yeroo kan biyyootaa biroo wajjiin madaalaamu garaagarummaa hanga waaqaaf
lafaa qabu sabbabiin isa naamoonnii fiilmii hojjetan baraanotaa ga'aa dhabuu fi meshaaleen fiilmii ittiin
hojjeetaanif maallaqqaa ga aa dhabuu akkassumas namoonni fiilmii fi xiyyeeffaanoo dhabuun guddinni
fiilmii oromoo haalaan akka in guddaanee sababaa guddaa ta'eera.haalumaa kaanaan sadarakaa fiiimiin
oromoo har'aa irraa jiruu foyya'a deemaa jiraatuus haala guddina hundsterii fiilmii fi tekinolojiiwwaan
fiimii wajjiin wal qabatuu yeroo madaalamuu ammasa bay'ee gadi bu'aa waan ta'eef Namnni ogummaa
qabaninfi kan in qabnee hundumtuu fiilmiin oromoo akka guddatu ga'ee mataasaani ba'uu qabaa jedhaa
Hojii qorannoo keessatti qoraatan sababa qorannoo kana geggeessuuf isa kakaase ibsuun
murteessaadha. Waantota qorannoo kanaa akka adeemsifamuuf qortan kana kakaase, Fiilmii
Qoratans qorannoo isaa fiilmii Eelaa irratti akaakuu waraabbiitiin xiinxaluuf kan kakaase fiilmota
keessatti akaakuun waraabbii seenaa fiilmii waliin deemuun ergaafi dhaamsa mataa isaanii akka
dabarsan; fiilmii eelaa keessattis ogeessotni fiilmii Eelaa haala ibsa akaakuu waraabbiitti fayyadamuun
gargaaramaniiruu kan jedhuufi hubannoo ibsa fiilmii gama waraabbiitiin galmeessisee akka kaa'uuf kan
dirqamedha.
Fiilmii Eelaa irrattii hojechuufu kan filadhe fiilmootaa afaan kanaan hojjetaman keessaa sadarkaa fiilmii
tokoo keessaa daarabuu qabuu tokko keessaa kan darbeefi fiilmotaa afaan kaanan hojjetaman keessaa
isa jalqaabaa fii sadarkaa filmiii oromoo tokko gara fuula duraattii aan tarkkaan fachiisedhaa.
Kaayyoon waraqaa qorannoo kanaa kutaa gurgudaa lama kan qabudha. Innis kaayyoo gooroofi kaayyoo
gooreetti kan qoqqoodamedha.
Qoorannoon kun geggeeffamee yoo xumuramee namoota gara fuul duraatii aartii hojjetaniif
akkaa yaadaa dabalatii ni tumsa kallatiin mata duree qoraatan kanaa gara fuula duraatti
qooraannoo geeggeessuu warra barbaadaaniif akka maddaatii gargaaruu ni danda'a kana malees warra
taatoo fiiliimii ta'anii hojjetaaniif yaada gabbisee gara fuula duraatti hojiin fiilmii gaarii ta'e hawwaasaa
akka qaqqabuuf shoora olaanaa qaba akkasuma qorannoon kun namoota hubannoo fiilmi warabbii
barbaadanif gadii fageenyan hubachunf akkasumas wabeeffachuuf ni gargaara akkasumallee baratoota
aartiif beekumsa dabalataaf gargaaruun fayyadamoo akka ta'an Qorannoon kun gosootaa artii keessaa
fiilim irratti kan xiyyeeatedha fiilmiwwan jiraan keessaa nigargaara.
1.6 Daangaa Qorannichaa
Qorannoon kun gosootaq artii keessaa fiilmii irratti kan xiyyeefaatedha fiilmiwwan jiraan keessaa
fiilmi afaan Oromoo "EELAA" irratti akaakuu waraabbii irratti kan daanga'edhaa sabaabnii isaa immoo
bu'uuaa qabeessa akka ta'uufii dangeessee qoraadhee qopheessa.
Qorannoo kun xiyyeeffatu xiinxala fiilmii eelaa akaakuuwwan waraabbin Xiyyeefaachuun Maddi raga
qorannoo kanaa filmicha mataa isaati. Kunis kan geggeeffamu fiilimicha daawwaachuun fi ilaaluudhan
gosoota qorannoo keessaa qorannoo kanaaf kan fayyadu gosa qorannoo akkamtaati. Sababin issaa
odeeffannoon jechaa waan ibsa muufidha kan malees qorannoo kun madda raga tokkoffaatti dhimmi
ba'ame sababin isaas fiilmicha ilaalaa fi dhaggeeffachaa waan hojjatamuufiMala qorannoo yommuu
jedhamu qorannoon kun mala isa kamiin akka qophee'e ifa godha qoranno yeeroo geggeeffamu malleen
adda addaa ni jiru kuniis kanneen odeeffannoor. ittin funaanaman af gaaffii-bar- gaaffii fi deewwannaa
sakatta'a dookimentii keessaatti malleen hojiraa ollan addaa addaa ni jiru malleen qorannoo kana
keessaa tti gargaramnee malleen qoranno akkamtaadhaan kan geggeeffamudha qoranno kan keessaatti
gosoota qorannoo keessaa qorattoonni malleen akkamtaan qorachuuf kan deemanidha.aa fiilmii Eelaa
akaakuu waraabbiin madaaluudha.1.8 Hanqina Qorannichaa
Hanginoonni yeroo qorannoo kun geggeeffamu qorataa mudatan keessaa muraasa isaanii yeroo
caqafaman hangina yeroofi kitaabileen wabii garaa garaa dhabamuudha. Haa ta'u malee hangina yeroo
irratti mudateef yerooma gabaabdu argamte keessati hojjachuu dhaan rakkoon kun akka furamu ta'eera
kan malces, hanqina wabii garaa garaa dhabuu irraan mudateef toorota intaneetii adda addaa
sakatta'uu fi qorannoowwan tokko tokko ilaaluun fayyadamuudhaan hanginni kun furamuu danda'eera.
warrabii jiran tarreessuun ibuuf gadii faageenyaa kan of keessatii qabatedha, Boqonnaa sadaffaa
keessaati moo ibsa gabaabaa fiilmii, seenaa gabaabaa fiilmichaa, waraabii eelaa gosoota waarabii
qorannichaatuu argama.
BOQONNAA 2
2. SAKATTAA BARRUU
Fiilmiin seenaa garaa garaa kan nama dhuunfaas ta'e kan hawwaasa tokkoo suur- sagaleetiin qophaa'ee
kan qindaa'udha. innis idaa'ama suuroota socho on walitti fufiinsaa meeshaalee elektirooniskiin kan
qophaa'udha fiimii keessaatti kan argamuu harkii caalu waliin dubii osoo hin taane gochadha. moojula
yuunivarisiiti wallagaa video production qopheesse keessaa fiilimiin yeroo baay'ee malleen seenaa itti
dabarsan keessaa tokko ta'ee innis idaa'ama suuroota socho anii waliitti fufiinsa gochaa bu'uura
godhamu waanti dhaga'amu ykn sagalee osoo hin taanee wanta godhamu ykn mul'atu irrati hundaa
uudhaan hojjetamedha.
Akka yaad olii irraa hubatamutti fiilmiin meeshaalee elektironiksii gargaaramuun ida'ama suurota
socha'anii kaameraan gargaaramuun seenaa tokko walitti fufiinsa gocha bu'uuraa godhachuun kan
rawwatamudha.
"Film is aserious of moving picture recorded with asoud that tells astory show o television or at the
cinema."
Banuu armaan olii kanarraa kan hubatamu, fiilmiin meeshaalee elektirooniksii gargaaramuun suurota
socho'an walitti fidee, qindeeffamee seenaa guutuu taasifamuun foddaa televijiiniin, akkasumas
meeshaalee viidiyoo mul'isuu danda'aniin kan agarsiifamudha. Akkasuma maalummaa fiilmii hayyuun
Robert kitaaba isaa "Elements of literature essay" jedhu keessatti yeroo ibsu:-
"Afilm also called amove or motion picture is till images on syrip of plastic which run through a projector
an show on a2.2 Waraabbii
Waraabbiin seenaa fiilmii tokkoo haala teekniika kaameeran miiraa fi akkaataa waraabbiin. seenaa
fiilmichaa kan himamamudha. kunis akkaataa waraabbii fi seenaa sana wal fakkaatutti ykn ergaan gama
waraabbii darbuu danda'uun fayyadamuudha, moojula yuunvaariiti wallaggaa "video production" jedhu
keessatti maalummaa waraabbii yeroo ibsamu
"Waraabbiin suurawwaan itti fufiinsa qaban kaameeraa fayyaadamuun sassabuu jechuudha innis
fageenya waanti barbaadamuu fi kaameraa gidduu jiru irraatii hundaa'uudha gosoota waraabbii addaa
addaa argachuun ni danda'ama." Jedha.
Yaada olii kanarraa kan hubatamu, waraabbiin scenaa barbaadame tokko meeshaa kaameraa
fayyadamuun gochaa raawwatamu yookiin qaama waraabamuuf kaameraan ergaa raawwichaaf ta'u
oguma suuraa fayyadamuun seenaa himamu sanaaf akkaataa waraabii, kallattii waraabbiifi sochii
waraabbiitiin saayinsii guutuun seenaan raawwatamuu dhugoominaan fudhachuu akka ta'e ibsa.
Akkasuma yaada kana kan jabeessu LYNNE LERYCH kitaaba isaa "FILM 125" jedhu keessatti yeroo ibsu
A shot is the smallest unit of visual information captured at one time by the camera that shows certain
action or event.. the shot is about more than that which is placed inside the frame. It is also about how
that frame- indeed, how all frames in the film- are captured so that they can be shared with an
audience" (2011:38)
"Waraabbiin cansaa xiqqoo odeeffannoo ijaan argamuu kan yeroo tokkotti kaameraadhaan waraabamee
gochaa yokiin taatee tokko argisiisudha. Waraabbiin waahee wanta fireemii keessa kaa'ame qofaa kan
ibsu miti. Akkaataa itti fireemiin fiilmii tokkoo wareabamuu fi daawwattootaaf dhiyaatu of keessaa
qaba." Jedha.
Banaa yaada olii kanarraa akka hubatamutti, waraabbiin gochaa ija namaatti mul'atu kaameraa
deggeramuun kan waraabamu ta'ee; waraabbiin sun akkaataa itti argmaan fudhatame fireemii seera
sadee( rule of third) eeggachuun ija namaa hawwachuu akka danda'uufi ergaa seenaa Sanaa
guutummaatti sochiin kan kallattiin fudhatamudha.screen creates the illusion of moving images"
(1991;451)
2.2 Waraabbii
Waraabbiin seenaa fiilmii tokkoo haala teekniika kaameeran miiraa fi akkaataa waraabbiin. seenaa
fiilmichaa kan himamamudha. kunis akkaataa waraabbii fi seenaa sana wal fakkaatutti ykn ergaan gama
waraabbii darbuu danda'uun fayyadamuudha, moojula yuunvaariiti wallaggaa "video production" jedhu
keessatti maalummaa waraabbii yeroo ibsamu
"Waraabbiin suurawwaan itti fufiinsa qaban kaameeraa fayyaadamuun sassabuu jechuudha innis
fageenya waanti barbaadamuu fi kaameraa gidduu jiru irraatii hundaa'uudha gosoota waraabbii addaa
addaa argachuun ni danda'ama." Jedha.
Yaada olii kanarraa kan hubatamu, waraabbiin scenaa barbaadame tokko meeshaa kaameraa
fayyadamuun gochaa raawwatamu yookiin qaama waraabamuuf kaameraan ergaa raawwichaaf ta'u
oguma suuraa fayyadamuun seenaa himamu sanaaf akkaataa waraabii, kallattii waraabbiifi sochii
waraabbiitiin saayinsii guutuun seenaan raawwatamuu dhugoominaan fudhachuu akka ta'e ibsa.
Akkasuma yaada kana kan jabeessu LYNNE LERYCH kitaaba isaa "FILM 125" jedhu keessatti yeroo ibsu
A shot is the smallest unit of visual information captured at one time by the camera that shows certain
action or event.. the shot is about more than that which is placed inside the frame. It is also about how
that frame- indeed, how all frames in the film- are captured so that they can be shared with an
audience" (2011:38)
"Waraabbiin cansaa xiqqoo odeeffannoo ijaan argamuu kan yeroo tokkotti kaameraadhaan waraabamee
gochaa yokiin taatee tokko argisiisudha. Waraabbiin waahee wanta fireemii keessa kaa'ame qofaa kan
ibsu miti. Akkaataa itti fireemiin fiilmii tokkoo wareabamuu fi daawwattootaaf dhiyaatu of keessaa
qaba." Jedha.
Banaa yaada olii kanarraa akka hubatamutti, waraabbiin gochaa ija namaatti mul'atu kaameraa
deggeramuun kan waraabamu ta'ee; waraabbiin sun akkaataa itti argmaan fudhatame fireemii seera
sadee( rule of third) eeggachuun ija namaa hawwachuu akka danda'uufi ergaa seenaa Sanaa
guutummaatti
"Often used at the beginning of a motion picture or at the start of a new sequence within a motion
picture to Shows where urban, suburban, rural, - mountains, desert, ocean, and show when day, night,
summer, winter, spring, fall, distant past, past, present, future, etc." (2009:11)
"Yeroo baayyee jalqaba fiilmii irratti yokiin mil'uu haaraa irraatii kan fayyadamnudha. Kunis waraabbiin
kun eessatti:-(magaalaa, baadiyyaa, gammaajjii,galaana,) fi yoom:-(guyyaa, galgala) akka waraabame
bsuuf oola. "jedhu.
Batuun armaan olii kanarraa akka hubatamutti; jalqaba waraabbii irratti seensa waraabbii jalqabaa irratti
utuu seenaan hin jalqabamiin waraabbii yoomessa walii gala seenaan sun naannoo daangessee keessatti
raawwatamu daawwataaf ibsuuf fageenya bakkichaa guutummaatti kan mul'isudha. Kunimmoo yeroo
baayyee kaameraa diroonii ykn bakka ol-ka'aa irratti kan fudhatamudha. Seenaa keessattimmoo
jijjiirama yoomessaatiin kan agarsiifamaa deemudha.
walii galaan erga fudhatameen booda; itti aansuun naannoo murta'aa seenaan itti taatoon taphatu
dursa ibsuuf kan fayyadudha. Yaada kan deggeru Roy Thomson fi Christopher Bowel kitaaba isaanii
"Grammar Of The Shot" jedhu keessatti yeroo addeessan;
"The long shot (LS) is a more inclusive shot. It frames much more of the environment around the person,
object, or action and often shows their relationships in physical space much better. As a result, the
environment may take up much more of the screen than the person or the object included in the
frame." (2009:10)
"Gosa waraabbii waan heedduu hammatudha. Wantoota naannoo nama yokiin wanta yokiin gocha
tokkootti argaman bal'inaan kan ibsuu fi hariiroo isaan gochaa sana wajjiin qaban bal'inaan ibsa.
Kanaafuu wanti naannootti argamu nama yokiin gochaa sana caalaa iskiriinii irraa iddoo ballaaa
fudhachuu
danda'a." jedhu.
Banaa armaan olii kanarra kan hubatamu; waraabbiin baay'ee fagoo bakka irra jireessaan seenaan sun
itti raawwatamuufi taatoo sana waliin walitti dhufeenya bakkicha Sanaa waliin gochaa raawwatamuuf
deemuufi itti deemu kan addatti "eessatti?" kan jedhuuf ibsa kan kenudha. Walumaa gala waraabbiin
baay'ee fagoo xiyyeeffannoofi hubannoo naannichaa kan agarsiisudha.
2.2.1.3. Waraabbii Guutuu (Full Long Shot)
Gosti waraabbii kun qamaa waanta waraabamuu sana guutummaa guututti akka mul'atu gochuudhaan
waraabuudha warraabbin kun huubannoo dawwattoota wa'ee eenyummaa fi naannoo fakkaattii sun
argamu kenuuf fayyada akkasumas waraabbiin kun hubannoo daawwattoota waa'ee eenyumma fi
naannoo fakkaattii sun argame kennuuf fayyada.
"Medium shot captures an actors gesture and body language, but it is still tight enough to include subtle
variations in facial expiration" (2000:7)
8"Gosa waraabbii sochii harkan fi sochii ykn haasaa sochii qaamaan taasifamu
Banaan armaan oli kanarran akka hubatamutti; waraabbiin giddu galeessaa gochaa namni raawwatu
keessaa gara xiyyeeffaannoo waanta raawwatamuutiin taatoon sun sochii akkamiifi maaliin akka
raawwatu keessattuu yeroo baay'ee sochii qaamaa keessaa harkarratti kan xiyyeeffatudha. Akkasuma
sochii gartokkee qaamaatiiin ta'ee kaameraan xiyyceffannoo namichi raawwatu Sanaa kan agarsiisudha.
Walumaa galatti waraabbiin giddu galeessaa miira irrattillee haa ta'u raawwii xiyyeeffannoo kan
mul'isudha.
"Gosa waraabbii kutaa qaama namaa yokiin wanta argisiifamuu kutee argisiisu isa jalqabaadha. Yeroo
baayyee Fireemiin jalaa qamaa namaa naannoo jilbaatti yokiin jilba gajjallaatti yokiin gararraatti kutee
argisiisa. Eessatti cite akka mullatu kan murteessu sochii qaamaa nama waraabbii sana keessa jiruuti."
Jedha.
Waraabbiin yookiin banaa armaan olii kanarraa kan hubatamu; xiyyeeffannoo qar ma namaarraa bakka
waanti xiyyeeffannoo raawwii qabuu xiqqoo irraa butuun kaameraan bakki isaa akka beekamuu
danda'utti ibsuun kan waraabamudha. Walumaa galatti waraabbiin kun eessatti akka cite raawwatamu
fireemii eeguun mul’isuun kan waraabamudha.
2.2.1.6. Close Up
Qaama fakkaatiin fireemii yoo gustamee mul'ate sun goaa waraabbii kanan waraahamee jechuudha
kunis waanta mul'atu sanaal xiyyeeffannoo akka lastamu dawwatamu xiyyeeffannoo akkaa laatamu
daawwattoota dirgisiissuun danda'a kan waraabamu nama yoo tale gatiitti issan irraa hanga mataa
isaatti uwwisuu danada'a.
Yaada kann kan jabeessu Roy Thomson fi Christopher Bowel kitaaba isaanii "Grammar Of The Shot"
jedhu keessatti yeroo ibsan
"The close-up (CU) is the intimate shot. It provides a magnified view of some person, object, or action.
As a result, it can yield rather specific, detailed information to the viewer" (2009:8)
"Gosa waraabbii baayyee itti siqee waraabamu. Nama tokko yookiin wanta tokko
Banana armaan oli kanarras akka hubatamutti; waanta raawwatamaa jiruuf addatti daawwataan
xiyyeeffannoo waantichaa akka argatuuf kan waraabamudha. Kunis naannoo xiyyeeffannoo
gochichaallee akka beekamu nii mul'isa.
Gosti waraabbii kun waanta mul'atu sana daawwattootatti baay'ee dhiyeessee kan mulisu yoo ta'uu
fageenyii kaameraa waanta waraabamuu gidduu jiru inchii tokko irraa kan xiqqantee ta'uu danda'a haa
ta'u malee daawwattootaaf dramatic action himuuf akkasumas wantoota adda ta'an mulisuuf gargaara.
Yanda olii kana kan deggeru Blain brown kitaaba isaa "Cinematography Theory & Practice For
Cinematographers & Directors" jedhu keessatti yeroo ibsu.
"Purely a detail shot-framing favors one aspect of a subject such as his/her eyes, mouth, ear, or hand. it
may be helpful if the subject whose body detail is displayed in the XCU is first shown in a wider shot so
context may be established for the viewer"
"Waraabbii qulqulluu fi sirriitti ibsamedha. Kutaa qaama namaa keessaa tokko- gurra, ija, afaan, harka,
irratti xiyyeeffatee mullisa. Yeroo baayyee erga taatoon
Akka waraabbli olii kanarraa hubatamutti, waraabbiin buay ee baay'ee itti dhiyaatee waanta
barbaadame keessattuu xiyyeeffannoo addatti itti dhiyeessee miira irratti ibsa gadi fageenyaa kan
agarsiisuuf waranamudha. Walumaa galatti waraabbiin kun waraabbii hunda caalaa miira addaa ija
irraatti,gurraafi kanneen miirota ibsan irratti fayyada
.11
BOQONNAA SADII
Boqonnan kun iddoo itti odeeffannoo (Ragaalee) af-gaaffii fi sakatta'a dokumantiin funaanaman itti
hiikamaniif qaacceeffamanidha. Kunis bakka itti warrabiin fiilmii eelaa gama gosoota warraabbiin, gama
miira tokko fi akkataa gosoota waraabbiin kanneen jedhaman jalatti kutaalee xixiqqoo adda addaatti
gooduun qacceffamee ragaan dhiyaatudha.
Fiilmiin EELAA seenaa fiilmii afaan Oromoo keessaa is jalqabaafi angafaadha. innis bara 1997 ALH tti
barreessaa Abrahaam Jaallaatan bifa daawwii fi dhageetti toluun hawwasichaaf agarsiifamee jira fiilmiin
kun kutaan tokkoffaan isaa daqiiqaa shantamii afur fi sekoondi shantamii shan yoo ta'u, kutaan
lammaffaa isaa immoo daqiiqaa shantamaa fi seekondii
afurtamii shanidha. Walumaa galatti sa'ati tokkoofi daqiiqaa afurtamii toorba fi sekoondii afurtama
dheerata. fiilmiin
1 Asnanqech Hayiluu........
Caatuu
2 Faana Isheetu
Rabbirran
Miirtuwaab haayiluu.....
..Harmee
4 Haayiluu Alamuu..
Surraa
Biqilaa Fiqaadu..
Sanyi
6 Taliilaa Waaqayyoo...
Siifan
7 Geetachoo Gaadisa..
Abba Rabbiraa
8 Ayidaa Kabbadaa...
Simboo
9 Magdelaawit Korraa
...........
Siifaan Xiqqoo
10 Beebii korraa.......
Siifaan Xiqoo
12
Filmil EELAA kann keessatti namoonni armaan oli kun taatota ta'uun hojeetaniru
Abiraaham Jallataa
Gargaaraa Dariikteera
Samuel Tesfayee
Kameeraan
Teewoodiros Aberraa
Zeewuduu Ayyelee
Sagaleen
Zeewudu Ayyelee
Ibsaan
Giruum Alaamisheet
Qiindeessaan Muziqaa
Beekama Malkaamu
Waraabbii fi Qindessuun
Istuudiyoo Heeroon
Walaloo fi Yeedaloo
Adisuu Mangistuu
Abiraham Jaallata
Weellistuu
Asteer Gabremaariyaam
Walumaa galatti fiilmiin kun Abiraham Jaallataan Qophaa'ee, maxxansaa fi raabsaan mana Muuziqaa
Birraa Arfaan Qalloo yoo ta,u fiilmiin kunis magaalaa Finfinnee fi gandoota badiyyaa keessaatti
hojetamuun bara 1997 A.L.Htti hawwasichaaf agarsiifamee jira.
13
Caaltuun kan dhalattee ganda leemmaan jedhamu keessatti sababa haati ishee da'umsaan ijollummaatti
jalaa duutee haadhaa buddeenaa isheen walitti buute. Abbaan ishee akka isheen hin barannee waan
dhorkeef magaalatti baaduun hojettoota buufata fayyaa irraa hojii hojetan biratti namaan gaffamtee
hojettuu isaani kan nyaata bilcheessiitu taateee qacaramte. Yeroo sana badiyyaadhaa gara magaalatti
gesse kan qacarsiise jaartii tokko turte
Achumaan isaaniif nyaata qopheessaa achumaan akka barattu rabbirraan eeyyamee fi abdii itti hore
isheenis jecha isaa kanatti hedduu gammaduun laphee guutuun isa jaallachu jalqabdee. Yeroo inni mana
bahu ijaan gegeessaa balbula irra dhabbattee hafti kun kanumaan osoo jiru hiriyyoonni rabbiraa sanyii fi
surraan gara badiyyaa fagoottii deeman sana booda caaltuu fi rabbirraa qoffaa ta'u eegalaan.
battaiumaa sana cimiina hojji rabbira qabu irraa kan ka'ee carraa barnootaa biyyaa alaa kennaniif
hiriyoonniifi hoganaan isa gegeessuudhaf nyaataa fi dhugaati qophessaani bashannansiisaan. Dhugaati
aalkiilii dur dhugee macha'e kun immoo celtuu wajiin halkaan sana adunyaa jaalala keessa akka isaan
seenaan isaan taasise. Ganama gaafa sana rabbirraa hedduu gaddee ture caaltuun durumaanu bayyee
jallatti waan ta'eef rakkoo dhufu maruafitti gaafatamummaan hundi akka kan ishee tu'e ibsiitetti
Rabbirraan biyyaa alaa deemuun duratti caalatuun warra isaa bira tesse akka isheein barattu
abbaa issatti hime. Achitiit ishee galmesse haati rabbirraa garuu ijaan argaa caaltu jibbitee
ganama kaatee hanga galgalaatti hooji humnaa hojechiisusti.xalayyaa rabbirraan caaltuuf ergee
dhoksiite dubbisuun kuttee gatti ilmii ishee hedduu jallattus hojeetu issa fuudhuf akka ta'e bartee
parti qaabeenyaa isheetti amanuun caaltuunis mana isheeti akka baatu murteessite caalatuu atiite,
caaltuunis dabtara fudhattee osoo deemtuu bosona keessatti intala siifaan jette moggaaste deesse
sana boodaa suuraan badiyyaa keessaa nana'ee osumaa qorichaa bookee busaa biifuu caaltuun
haraqee gurguruu argee rifaate. Aclaamaan rabbirraan boqonnaadhaaf waara dhufeef surraan
fidee caaltuuf itti argisiise. Daimaa argee rifatuus booda duuba deebi'ee caaltuuf gadde
Ammas rabbirraan caaltuufi siifan fuudhee warra issa bira ka'e, haati rabbirraa ammas caaltuu ariite,
rabbirraan dhaqee daimaa fudhatuus caaltuu waliin deemu diddee. Innis barumsaaf waan deemuuf
caaltuu-daima ishee ilaaluu dhaqnaan haati rabbiraa ariiti.sana boodaa siifin waa;ee haadhakkoo naaf
fidii hedduu cin quu eegalte
14
14Gaaf tookoo caaltuun marattee osumaa deemtuu namicha daima baatce deemu tokkon daa
Bogonnaa lammaffaa keessatti waraabbiin akkuma caasaaleen isaa yookiin gosoonni isaa
addeeffamii jiran qorataan fiilmii EELAA gosoota waraabbiin ragaalee boqonnaa lammaffaa
Gosoota waraabbii keessaa waraabbii baayyee baayyee fagoo isa jalqabaafi dursa seenaa fiilmii akka ta'e
qorataan boqonnaa lammaffaa keessatti ibsee darbee jira. Gosti waraabbii baaay'ee bany'ee fagoo kun
kan waraabamu waanta waraabamu irraa baay'ee baay'ce fagaatee kan argamu fageenya kan qabudha
Yeroo baayyee jalqaba fiilmii irratti yokiin mil'uu haaraa irraatii kan fayyadamnudha. Fayyadama
waraabbii keesatti daaawwataan seenaan fiilmichaaa eessatti akka hojjetame yoomesa walii gala gosa
waraabbii kanarraa kan hubatudha.
Qorataanis qorannoo geggeessu keessatti ibsa oliirra dhaabatee itti fayyadama waraabbii fiilmii
"Eelaa" keessatti bakka kamitti fayyadame kan jedhu yeroo xiinxalu (......)
Fakkii 1.1
Suura armaan olii waraabbii fiilmii Eelaaa keessaa fudhatame qorataan waraabbii baay'ee fagoo akka
mul'isu addeessa. Haaluma kanaan gosti waraabbii kanaa seenaa fiilmii keessatti gidduu
15
15seenaa.......kan fayyadamedha. Haa ta'u maleee qorataan qorannoo kana keessatti akka ibsa
bogonnaa fammaffaa keessatti waraabbiin kun yoomessa walii gala fiilmii akka mul'isu akkuma addeese
fillmiii Eelaa keessatti jalqaba seenaa keessatti ogeessonni fiilmii kanaaa hin mul'ise. Kun immoo
daawwataan jalqaba irratti eessatti akka raawwatamu waan hin hubanneef seensi fiilmii kanaa hangina
qaba. Fiilmiin Eelaa yeroo waraabbiin jalqabu jalqabuma waraabbii fagoo kan hubannoo naannoo sanaa
qofa ibsuun jalqame. Kunimmoo daawwataan yoomessa walii gala fiilmii eelee utuu hin hubatiin callisee
seenaa akka hordofu taasisuun kan eegalamedha.
Walumaa galatti waraabbiin baay'ce haay'ee fagooo yoomessa walii galaafi ibsa naannoo akkuma ibsu
Fillmil Eelaa keessatti daariktarri yookiin ogeessi kaameraa hanqina isaaniin waraabbii baay'ee baay'ce
fagoo hin fayyadamiin hafuun waan darbaniif waraabbiin gidduu seenaatti kan mulatedha.
Gosa waraabbii waan heedduu hammatudha. Wantoota naannoo nama yokiin wanta
yokiin gocha tokkootti argaman bal'inaan kan ibsuu fi hariiroo isaan gochaa sana
wajjiin qaban balinaan ibsa. Kanaafuu wanti naannootti argamu nama yokiin gochaa
16
16Fakkii 1.2
Suura armaan olii waraabbii Eelaa keessaatii fuudhatamee qorataan waraabbii baayee fagoo akka
mul'suu addeessaa, haalumaa kanaan gosa waraabbii kanaa seenaa fiilmichaa keessaatti gidduu seenaa
yoo ta'u; inis Caaltuun badiiyyatii garaa magaalaa dhuftee mucaa ishee Siifaan arguuf gaafa dhuftuu
Haatii Rabbirraa maatiin Rabbirraa fi mana jijjirratanii jeennan miiraa aritiin dandii aspaltii gidduu irraa
yeroo ishiin deemtu kan fayyadamedha haa ta'u malee qorataan qorannoo kana keessaatti akka
boqonnaa lammaffaa keessattii ibsettii waraabbiin baay'ee fagoon kun warabbii baay'ee baay'ee fagootii
anee kan dhufudha. warabbiin kun fiilmii eelaa keessaati qopheessaan fiilmii kanaa fi ogeessi kaameraa
gosaa warabbii kanattii otuu itti fayyadaamiin afaniiru kun amoo ergaa karaa kana daraarbuu utuu in
darabiin afeera.
Gosti waraabbii kun qamaa waanta waraabamuu sana guutummaa guututti akka mul'atu gochuudhaan
waraabuudha qorataana boqonnaa lameeffaa keessaati ibsee darbee jirraa warraabbin kun irraa callaati
enyumaa nama tokkoo dhugaan sun dawwataafii akka iffaa ta'e mullatuttii kan fayyaadudhaa, keessaatu
dawwattoota wa'ee eenyummaa fi naannoo fakkaattii sun argamu kenuuf fayyada akkasumas
waraabbiin kun hubannoo daawwattoota waa'ee eenyumma fi naannoo fakkaattii sun argame kennuuf
fayyada.
17
17Qorataan qorannoo geggeessu keessatti ibsa oliirraa imi fayyadamuun waraabbu filmi "eelaa keessatti
bakka kan itti fayyadame kan jedhu yeroo xiinxalu filmi kan keessaa kuta isa laammallau (19:50)
Fakkii 1.3
Suura armaan olii waraabbii Eelaa keessaa fudhatamee qorataan waraabbii qaama guutuu kun akka
mul'suu addeessaa halumaa kanaan gosa waraabbii kanaa seenaa ogeessi kameeraa gosa warabbii kan
fayyadaman Caaltuu mucaa ishee barbadee dhabuun yeroo isheen abdii kutaan keessaa galtee
balbalarratti hirkatee dhaabachuun kan fudhatamedha
Walummaa galattii waraabbiin qaama guutuu kun dawwaataan eenyummaa taatoo sanaa akkaa
hubatutti fiilmii Eelaa keessatti daarikterri yookan ogeessi kaameraa ciminaa isaniin waraabbiin gaamu
guutuu kun itti fayyadamaniiru kun ammoo waraabbiin kanaan ergaan akka darbuu ta'era
3.2.1.4. Waraabbii Giddu Galeessaa (Medium Shot) Waraabbiin giddu galeeessaa qorrataan boqonnaa
lameeffaa keessaati ibsee darbee jiraa waanta
waraabamu sun giddugaleessaa godhachuudhaan fireemii irraatti fakkaattiin mul'isuun qaama isaa
walakkaa ykn mudhii isaa ol kan mul'atu yoo ta'u fakkaatiin sun kan warabamee gosa waraabbii
kanaanidha kanaaf gostii waraabbii kun qaama guutuu osoo hin ta'iin walakkaa isaa
18
18waraabee jechuudha kun amoo seenaa tokko yeeroo darabban jirutii dawaataan akka mirrii issa
in hatammnee gochuu keessaati gosti warabbii kan bayyee barabachiissaadha. Qorataan qorannoo
geggeessu keessattii ibse oliiraa iitti fayyadam waraabbii fiilmii "Eelaa" keessaatti bakka kan itti
fayyadame kan jedhu yeroo xiinxalu fiilmii eelaa keessaa kutaa isaa
jalaqabaa(33:05)
Fakkii 1.4
Suura armaan olii waraabbii Eelaa keessaa fudhatame qorataan waraabbii giddu galeessaa akka mul'isuu
addeessaa haalumaa kanaan gosaa waraabbii kanaa seenaa fiilmii keessaatti gidduu seenaa haatii
Rabbirraa sagalee mucaa ishee biyya Amerikaa jiru dhageessee yeroo isheen waaqaa galateeffattu kan
fudhatamedha. Keessaatu hallii itti fayyadaman ogeessi kaameraa fi daarikterri ittin waraabbii giddu
galeessaa kanatti fiilmii eelaa keessatti itti fayyadaman seenaa karaa kan darbuu qabuu haalaa gaariin
darbeera.
19qamaa namaa naannoo jilbaatti yokiin jilba gajjallaatti yokiin gararraatti kutee argisiisa. Eessatti cite
akka mullatu kan murteessu sochii qaamaa nama waraabbii sana keessa jiruuti." Jedha.
19
Qorataan qorannoo geggeessu keessatti ibse oliiraa itti fayyadame waraabbii fiilmii "eelaa"
Fakkii 1.5
Suura armaan olii waraabbii eelaa keessaa fudhatame qorataan waraabbii "medium long shot" akka
mul'isuu addeessa haalumaa kanaan gosa waraabbii kanaa seenaa filmii keessatti gidduu seenaa Caaltun
fi Rabbirraan ergaa wal-biraa gahanii bodaa ulfii Caaltuu yeroo itti gudachaa dhufuun gafa isheen
da'umsa geessuu hatii Rabbiraan mana ishee ariitee Caaltuun manaa baate garaa badiyyatii utuu ishiin
demtuu kaaratti ciniinsuun itti dhufuun bosona keessaa ti mixxachaa jirtuu kan fudhatameedha.
Walummaa galatti waraabbiin kun fiilmii eelaa kan keessaati ogeessi kaameraa fi daarikteeri
haalaa cergaan gosaa warabbii kan darbuu danda'uun itti fayyaadamuun hojjetaniiru.
3.2.1.6. Close Up
Gosti waraabbii kan Qaama fakkaatiin fireemii yoo guutamee mul'ate sun gosa waraabbii kanan
waraabamee jechuudha. qorataan boqonnaa lammaffaa keessaatti ibsee darbee jirra. kunis waanta
mul'atu sanaaf xiyyeeffannoo akka laatamu dawwaatamu xiyyeeffannoo akkaa laatamu daawwattoota
dirqisiissuun danda'a kan waraabamu nama yoo ta'e gatiittii issaa irraa hanga
20
20mataa isaatti uwwisuu danada'a kun amoo miraa fullaa taatoo saan irraa jiruu haallan dawwataan
akka hubaatuu tassissa keessumatu miiraa arrii iraa caallmaa gossaa warabbii kantii
fayaadaamuu.keessatuu Gosa waraabbii baayyee itti siqee waraabamu. Nama tokko yookiin wanta
tokko guddisuun mullisa. Waahee wanta waraabamu sanaa addatti odeeffannoo sirriitti ibsame kenna.
Qorataan qorannoo geggeessu keessaatti ibsa oliirraa itti fayyadameen waraabbii fiilmii eelaa keessaa
bakkaa kan itti fayyadame kan jedhu yeroo xiinxalu(
Fakkii 1.6
Suura armaan olii waraabbii Eelaa keessaa akka mul'isuu addeessaa haalumaa kanaan gosa waraabbii
kanaa seenaa fiilmii keessatti gidduu seenaa issa rabbiraan barnoota argatee biyya alaa deemuuf yeroo
jedhutti hojjettoonni waajjiraa isaani geeggeessaa taasiisanii fi rabiirraan dhugatii halkoolii qabu
dhuguun yeroon machaa'ee jiruu kan fudhatameedha.
Walumaa galatti waraabbiin 'close up' kun fiilmii eelaa kana keessatti ergaa karaa waraabbii kanan
darbuu qabu dawwataafi akka galuu danda'uttii haala gaarii seeraa isaa eeggateen fiilmii kana keessaati
itt fayyadamaniiru.
Gosti waraabbii kun waanta mul'atu sana daawwattootatti baay'ee dhiyeessee kan mul'isu yoo ta'u
qorataan boqonnaa lamaffaa keessaa ibsee darbee jiraa waraabbiin kun fageenyii kaameraa
21
21 waanta waraabamuu gidduu jiru inchii tokko irraa kan xiqqautee ta'u danda'a haa ta'u malce
daawwattootaaf dramatic action' himuuf akkasumas wantoota adda ta'an mul'isuuf gargaara. Keessatu
warnabbin kun yeeroo wattii baa'yee ol-kaasee mul'isuf waanti kun ulfaataa ta'ee dawwataan akkan
hubaatu tasisuu keessaatti bakka gudda qaba.
Kan malees Waraabbii quiqulluu fi sirriitti ibsamedha. Kutaa qaama namaa keessaa tokko:-
gurra, ija, afaan, harka, irratti xiyyeeffatee mullisa. Yeroo baayyee erga taatoon tokkoo
jedha. Qorataan qorannoo geggerssu keessatti ibsa oli itti fayyadamuun waraabbii fiilimii "eelaa
keessaatti bakka kan itti fayyadame kan jedhu yeroo xiinxalu(
Fakkii 1.7
Suuraa armaan olii waraabbii Eelaa keessaa fudhatame qorataan waraabbii baay'ee dhiyoo(extreme
close up) akka mul'isuu addeessaa haalumaa kanaan gosa waraabbii kana seenaa fiilmii keessatti gidduu
seenaa kan Caaltuun ciininsun qabamtee yeroo ishee qofaa ishee nama ishee gargaaruu dhabdee muke
naannoo ishee jiran qabaachuun yeroo isheen miixxattu kan fudhatamedha.
Walumaa galatti waraabbiin kun gosa waraabbii kan ergaan darbu fi akkaataa daarikteerrii fi ogeessi
kaameeraa itti fayyadamuun waraabbiin seenaa kana dawwataan akkaa hubaatu tasiseera.
22
22BOQONNAA AFUR
4.1 Cuunfua
Odeeffannoo armaan oli xiinxala armaan olitti qaacceffame dhiyaaterraatti hunda udhaan cuuntaan isaa
akka kan gadiitii dhiyyatera waraabbii fi akaakkuu waraabbin yaada ijoo barressaan dawwattoota yookiin
dubbistootaf dhiyessudha Kana malees waraabbi yookiin gosti waraabbi ogeessi kaameera fi daarikteeri
dhageffatoota
yookiin dawwattoota waliin wal qunnamudha. Innis hubachuuf gadi fagoo, ulfaatafi cimaa ta'u danda'a
Akkasumas gosti waraabbi kun karaa garaa garaa tin ergaa dabarsuu danda'a gosti waraabbi kun tokko
tokkon issa ergaa mata mata isa dabarassaa kanafuu waraabbin fiilmii keessaati ergaa
Walumaa galaatti qorannoo kana kessatti maalumman fiilmii, waraabbi, akaakuu waraabbi
akkata waraabbi itti qaacceeffamu ballinaan xiinxalamee jira akkasumaas qaaccessa ragalee fiilmii eelaa
haala fageenya qabuun qacceffamee jira.
4.2 Argannoo
Qorannoon gosotaa waraabbi fiilmi eelaa jedhamu barreessaa Abiraham jallataan barra'e kessatti
akaakuu waraabbi maal akka ta'e erga qaccesse argannoo armaan gadi irra ga'e jira.
. Fiilmii kun akaakuuwwan waraabbii gutuu fayyadamuu dhabuun ergaa karaa waraabbii kan darbuun
dawwataafi ergaa dabarsuu qabuu utuu in dabarassiin hubatamee jira
. Fiilmii kan keesaati akaakuuwwan waraabbii kun yeroo fayyadamnu duraa dubaa isaa otuu in
fayaadamiin akkaa afaan kun immoo daqawwataan akkaa hubannoo guutuu fiilmii jalqabaa kaasee
dawwatan akka jeqaamuu taasisee jiraa
⚫ Fiilmii kan keesaati gosti waraabbii tokko tokko keessaati ogeessii kameeran ergaa gutuu ta'ee dabarse
jira dawwaataan maal barachuu akka qabu barsisee jira
23
23kun immoo gosti warabbiin tokko tokko akka xiyyeeffannoo akka argatu taasisee
jira.
Barreessaan toofta addaa fayyadamuun aartii oromoof bu'aa buusee jiraa.kanaafuu bareessitooni fiilmii
irratti hojjetaan osoo haala isa kana a hordofani guddina aartii
Daarikteeri fi ogeessii kaameeraa akaakuu waraabbiiti fayyadamuun ergaa karaa kan darbuu irrati
xiyyeeffaatan haala waraabbii keesaa jiru fiilmii keessatti
qabatama taasisuun osoo hojjetame gaariidha ⚫ Barressaan fiilmii kana kun dhugaa hawwaasa keessaa
jiru faanaa wal bira qabee dhiyesseeraa. Kanaafuu bareessitoonni kaanis haala isaa kana osoo hordofani
24
24Wabiilee
Blain brown kitaaba isaa Cinematography Theory & Practice For Cinematographers &
Directors
DASTAA (20013:f118) akka ibsuti "daawwannaan mala odeeffannoo qorannoo tokkoo ittin
funaanamu keessaa isaa tokkodha
John ford/1897-1973 seenaa fiilmii keessatti yeroo sagalee malees tahe yeroo sagaalee fiiliim
LYNNE LERYCH (2011:38) kitaaba isaa FILM 125 Roy Thomson & Christopher Bowel (2009:11) kitaaba
isaanii Grammar Of The Shot
Roy Thomson & Christopher Bowel (2009:10) kitaaba isaanii Grammar Of The Shot Steven D. Katz
(2000:7) kitaaba isan Film Directing Shot By Shot LYNNE LERYCH (2011:42) kitaaba isaa FILM 125
Of Roy Thomson & Christopher Bowel (2009:8) kitaaba isaanii Grammar The Shot
25