Attachment

You might also like

Download as doc, pdf, or txt
Download as doc, pdf, or txt
You are on page 1of 2

MANA BARUMSAA FURQAANITTI QORUMSAA XUMURAA SAM 1 FFAA BARNOOTA HERREGA KUTAA 5FFAA

BARA 2016 E.C

Maqaa___________________kutaa_______''lakk______

IGAAFFILEE ARMAAN GADII KANA SIRRII TA'E "DHUGAA" KAN SIRRII HIN TAANEE AMMOO "SOBA" JECHUUN
DEEBISAA.

_______1.Lakkoofsi seera walfakkaatan tarreeffamee paatarnii jedhama.

_______2. 3x,y,z..tarmootaa walfakkaatoo jedhama.

_______3.Firaakshiin sirrii irraa xiqqaa lakkoofsaa tokkootti.

_______4. Firaakshinii makaa irraa firaakshinii sirri arganna.

_______5. 47.4569 Lakkoofsa kan keessatti 6 mana dhibbaffaati.

II/GAAFFILEE ARMAAN GADII KAN ROGA "A"JALA JIRAN KAN ROGA"B" WAJJIN WALITTI FIROOMSI

"A" "B"

________6. Firaakshinii sirrii A. a/b a<b

________7.Firaakshiinii makaa. B. a/b ,a>b

________8.Firaakshiinii miti sirri. C. a b/c

________9.Tarmii tokkee. D. 23+45-x+f

________10. Tarmii baay'ee. E. 3 7/3

F.21

III/ GAAFFILEE ARMAAN GADII QUBEE DEEBII SIRRII QABU QOFA FILADHUU

________11. 0.27 + 0.74=________ A. 1.91. B. 1.01. C. 1.34. D. 0.97

________12. 4/6 + 9/12 =_______A. 13/12. B.13/18. C.17/12. D.17/18

________13. 56.34--21.12 =_____A. 35.13. B. 35.66. C.37.13. D. 31.24

________14. 9/13 ×4/3=_________A. 12/13. B. 13/12. C 0.457. D.36/19

________15. x=35 fi y=25 yoo ta'ee x+y=______A 10. B.20. C.50. D.60

________16. 3/5÷6/10=_________A. 18/15. B.2/2. C.1. D.2


________17. 95 + y=110 yoo ta'e gatiin y meeqa? A. 25. B.15. C 10. D 20

IV/ GAAFFILEE ARMAAN GADII HOJIIN AGARSII

18. Ani lakkoofsa hin beekamne yaada jira atii yoo 50 irratti dabalatee 90 ta'a lakkoofsi ati
yaadee meeqa?

19. 25.342 firaakshiniitii jijjiiri.

20. 50/100 deesimaalitti jijjiiri.

"CARRAA GAARII"

Qoph. Adem

You might also like