Download as pdf or txt
Download as pdf or txt
You are on page 1of 1

Yuunivarsiitii Odaa Bultum

Koolleejjii Saayinsii Hawaasaafi Namoomaa,


Muummee Afaan Oromoo, Ogbarruufi Qunnamtii
Maqaa Koorsii : Dandeettii Dhaggeeffachuufi Dubbachuu Fooyya’aa /Advanced Listening
and Speaking Skills)
Koodii Koorsii : AfOL 2021
Koorsii ECTS/Cr. 5 / 3
B/saa : Misgana F. (MA)

Ulfaatina % 20
 Abbaltii Garee Baay’ina Miseensa Nama Ja’a (6) Hin Caalleen Hojjetamuu
fi Dhiyeessa /presentation/ Qabudha.

1. Tokkummaa fi garaagarummaa beekumsaafi dandeettii gidduu jiru fakkeenyaan deeggaruun


gadi fageenyaan ibsi.
2. Qabxiilee ijoo dandeettii dhaggeeffachuufi dhaga’uu walfakkeessan akkasumas, adda taasi
san bal’inaan ibsi ?
3. Dubbachuu fi gulantaalee yookaan sadarkaalee dubbachuu kanneen jedhaman sadiitu jiru.
Isaanis: gulantaa dubbii duraa, gulantaa yeroo dubbachuufi gulantaa dubbii boodaa jedhamu.
Gulantaalee yookaan gochaalee sadan kana giddu galeessa godhachuun shaakala daree barnoota
afaanii giddu galeessa godhate qopheessii dareef dhiyeessi.
4. Amaloota dandeettiiwwan dhaggeeffachuu dandeettiiwwan biroo irraa adda taasisu jettee
yaaddu sakatta’uun gadi fageenyaan ibsi.
5. Sadarkaalee yookaan gulantaalee dhaggeeffachuu sadiituu jiru. Isaanis,gocha dhaggeeffachuu
duraa,gocha yeroo dhaggeeffachuu fi gocha dhaggeeffachuun boodaati.Haaluma kanaan gulan
taalee yookaan gochaalee sadan giddu galeessa godhachuun shaakala daree barnoota afaanii gid
du galeessa godhate qopheessii dareef dhiyeessi.
6. Qabiyyee fi faayidaa dhaggeeffachuu ibsi.

Hub. Gaaffileen armaan olitti dhiyaatan hundi sababa ga’aa fi amansiisaa barbaadu.Kanaafuu ak
kaataa dareetti baratteen walitti fiduun hubannoo kee giddu galeessa godhachuun bifa hawwataa
ta’een hojjedhu.

You might also like