Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 2

Seensa

Rawwii hojii ji’a gurandhala bara 2016 W/ra lafaa magaalaa maxxoossoo
keessatti Karoorfaman rakkoolee hojii irratti qunnaman fi furmaata isaanii itti
kennuun faayyadamummaa ummataa guddisuudhaan uumamni naannoon jireenya
mija’aa akka ta’uu fi hojiin itti fuufinsa akka qabaatu taasisuun karoora imala
Badhaadhina kana galmaan ga’uuf gamaggama karooraaf rawwii hojii w/raa kan
kurmaana 2ffaa bara 2016 gaggessuudhaan ciminoota turan galte godhachuun
bara darbe mula’atan maqsuuf karoora kur 3ffaa kanaa haala Guutuu ta’een
karoorfanne keessaakan rawwataman akka armaan Gadiitti Kan Qophaa’eedha .
Hojii Bulchiinsa lafa magalaa mirga Itti Fayyadama qabiyyee lafa
mirkaneessuudhaan Omishtummaan akka dabalu taasisuu.Itti fayyadamni lafa
seera qabeessa ta’een hojii irra akka ooluu fi hubannoo hawaasaaf kenninee, Sirni
Bulchiinsa gaarii mirkanaa’ee guddina misooma fi dinagdee arifachiisaa ta’ee
galmaa’ee deggarsa fi hordoffii taasisuun rakkolee quunnamanii fi furmaata
kennuudhaan sochiin karoora kanaa hojii irra oolchuuf kan ba’ee dha. Raawwii
karoora kurmaana 2ffaa bara 2016 keessa raawwataman hundi ciminoota jiran
daran gabbisuudhaan, hanqinoota mul’atan dhabamsiisuudhaan karoora imala
Badhaadhina waggaa 10n giddu galeessa gochuu itti fayyadama ummataa guddisuu
fi galma barbaadame bira ga’uudhaaf karoora kurmaana kana keessa rawwataman
akka armaan Gadiitti kan ibsamee ta’a.

Galma
Hojiiwwan kurmaana kana keessatti Karoorfanne karaa Iftoomina Qabuu fi
Sirnaan Fayyadamuun Hojiiwwan Karoorfaman Hunda Daguugnee
HojjenneeXumurree argamuudha.
Ergama
Guddina hawaas-diinagdee magaalaa maxxoossoo keessatti mirkaneessuuf hojii
karoora itti fayyadama lafaa fi bulchiinsa lafa magaala daraan cimsuudhaan
misoomni lafa irratti gaggeeffamu Karaa Bu’a Qabeessa Ta’een akka
Gaggeeffamuu fi qabeenya lafaa dhaloonni amma jiru haalaan kunuunsee itti
fayyadamuudhaan Miidhaa otuu irratti hin geessisin dhaloota dhufuuf akka darbu
taasisuu.

Mul’ata
Bara 2017tti, magaalaan qabeenyi lafaa pilaanii gahumsa qabuun hogganamee,
sirni bulchiinsa lafaa ammayyaa (modern land administration system) ta'e diriiree
akka argamu taasisuu.
Kaayyoo
Hojiiwwan bara 2016 Keessatti Karoorfaman Hojii Adeemsa qophii Lafaa ,
Adeemsa dabarsa fi Galmeessa qabiyyee , fi Qabannaa Seeran alaa fi Biroo
Milkeessuuf hojiiwwan bara 2016 Kee ssatti Karoorfanne Galmaan Gahuudha.
Duudhaalee
Karoora tarsiimoo haala walfakkaatu fi safaramuu danda’uun galmaan ga’uu
keessatti caasaaleen Waajiira Bulchiinsaa fi Itti Fayyadama Lafaa magaalaa
maxxosso sadarkaa sadarkaan jiran duudhaalee fi amantaa cimaa qabaachuu
qabu.Haaluma kanaan, Waajjirri Lafaa magaalaa maxxoossoo duudhaalee mana
hojjichaa keessattii calanqisiisuu qaban armaan Gadiitti kaa’eera.Isaanis:
• Iftoominaa fi itti gaafatamummaan hojjechuu
• Itti quufiinsa maamilaaf hojjechuu
• Jijjiiramaaf hojjechuu
• Hirmaachisummaa

Toora Tarsiimo’aa fi Bu’aa Tarsiimo’aa (Strategic Themes& results)

Toora Xiyyeeffannoo Tarsiimo’aa Bu’aa Tarsiimo’aa


1 Karoora ittifayyadama lafaa guddina itti fufiinsa qabuun Ittifayyadama lafaa fooyya’e
hoogganu
2 Qophii lafa misoomaa Qophii lafa misoomaa fooyya’e
3 Bulchiinsa qabiyee Bulchiinsa lafaa ammayyaa’e
Soona lafaa Galii lafaa guddisuu

You might also like