Download as pdf or txt
Download as pdf or txt
You are on page 1of 3

Waggaa 29 ffaa..... Lak. .........10/2013 Finfinnee,......

Guraandhala 21 Bara 2013


፳9ኛ ዓመት........ቁጥር..........10/2013 ፊንፊኔ፣.................የካቲት 21 ቀን 2ሺ13 ዓ.ም
29 year ........... No. .............10/2021
th
Finfine,.........................February 28, 2021

MAGALATA OROMIYAA
L µ E p ‰ Z Më ¦
MEGELETA OROMIA
Gatiin Tokkoo .............. Qarshii 3 To’annoo Caffee Mootummaa Naannoo Lak. S. Poostaa ......... 21383-1000
Oromiyaatiin Kan Bahe
የአ¿«è ”¶ ....................... ብር 3 £Þ.Q.e¼Y ...............21383-1000
Unit Price ........................ Birr 3 l‰ZMë¦ wN?^© ŒGF”í L¿·Rr
uÚô *aT>Á ºmf}r £’» P.O.Box ....................... 21383-1000
QABIYYEE ማውጫ CONTENT
Labsii Lak. 237/2013 አዋጅ ቁጥር 237/2013 Proclamation No. 236/2021
Labsii Bulchiinsa Hojiiwwan Misooma Proclamation No. 237/2021, A Proclamation
Albuudaa Naannoo Oromiyaa Lak- የኦሮሚያ ክልል የማዕድን ልማት ሥራዎች to Amend Oromia Region Mineral Development
koofsa 223/2012 Fooyyessuuf Bahe, አስተዳደር አዋጅ ቁጥር 223/2012 ለማሻሻል Operations Administration Proclamation
Labsii Lakkoofsa 237/2013 .......Fuula 1 የወጣ አዋጅ ቁጥር 237/2013 ...........ገጽ 1 No. 223/2020 .......................................Page 1
Labsii Bulchiinsa Hojiiwwan የኦሮሚያ ክልል የማዕድን ልማት ሥራዎች Proclamation No. 237/2021, A Proc-
Misooma Albuudaa Naannoo Oro- አስተዳደር አዋጅ ቁጥር 223/2012 ለማሻሻል
lamation to Amend Oromia Region
miyaa Lakkoofsa 223/2012 Fooyyes- Mineral Development Operations
የወጣ አዋጅ ቁጥር 237/2013 Administration Proclamation No.
suuf Bahe, Labsii Lakkoofsa 237/2013
223/2020
Hanqinaalee tumaa seeraa Labsii በኦሮሚያ ክልል የማዕድን ልማት ሥራዎች
Bulchiinsa Hojiiwwan Misooma Al- WHEREAS it has become necessary
አስተዳደር አዋጅ ቁጥር 223/2012 ውስጥ to amend Oromia Region Mineral
buudaa Naannoo Oromiyaa Lakkoof-
sa 223/2012 keessatti mul’atan furuuf የሚስተዋሉትን የሕግ ድንጋጌ ጉድለቶች Development Operations Adminis-
Labsicha foyyeessuun barbaachisaa ለመፍታት አዋጁን ማሻሻል አስፈላጊ ሆኖ
tration Proclamation No. 223/2020
ta’ee waan argameef; to avoid the legislative limitations ob-
በመገኘቱ፤ served in the proclamation.
Akkaataa Heeraa Mootummaa Naan-
NOW, THEREFORE, in accordance
noo Oromiyaa Fooyya’ee Bahe, Labsii ተሻሽሎ በወጣው የኦሮሚያ ክልል ህገ
with Article 49 (3) (a) of Oromia Re-
Lakkoofsa 46/1994 Keewwata 49 (3) መንግሥት አዋጅ ቁጥር 46/1994 አንቀጽ 49 gional State Revised Constitution,
(a) tiin kan kanatti aanu labsamee jira. (3) (ሀ) መሠረት የሚከተለው ታውጇል፡፡ Proclamation No. 46/2001, it is here-
by proclaimed as follows:
1. Mata Duree Gabaabaa
Labsiin kun “Fooyyaa’iinsa Labsii 1. አጭር ርዕስ 1. Short Title
Bulchiinsa Hojiiwwan Misooma ይህ አዋጅ “የኦሮሚያ ክልል የማዕድን This proclamation may be cited
Albuudaa Naannoo Oromiyaa, as “Oromia Region Mineral De-
ልማት ሥራዎች አስተዳደር ማሻሻያ
Lakkoofsa 237/2013” jedhamee velopment Operations Adminis-
waamamuu ni danda’a. አዋጅ ቁጥር 237/2013” ተብሎ ሊጠቀስ tration Amendment Proclama-
ይችላል፡፡ tion, No. 237/2021”
Labsii Lak. 237/2013 Fuula 2 አዋጅ ቁጥር 237/2013 ገጽ 2 Proclamation No. 237/2021 Page 2
2. Fooyya’iinsa 2. ማሻሻያ 2. Amendment
Labsii Bulchiinsa Hojiiwwan የኦሮሚያ ክልል የማዕድን ልማት
Following Article 48 of Oro-
Misooma Albuudaa Naannoo mia Region Mineral Devel-
Oromiyaa Lakkoofsa 223/2012 ሥራዎች አስተዳደር አዋጅ ቁጥር opment Operations Adminis-
Keewwata 48tti aanee Keewwat- 223/2012 ከአንቀጽ 48 ቀጥሎ አዲስ tration Proclamation Number
ni haaraan 49 fi 50 akka armaan አንቀጽ 49 እና 50 እንደሚከተለው 223/2020, new Article 49 and 50
gadiitti dabalamanii Keewwa- are added as follows and the sub-
tootni itti aanan waljalaa siiqanii ተጨምረው ቀጣይ አንቀጾች ተሸጋሽገው
sequent Articles shall be read by
kan dubbifaman ta’a. የሚነበቡ ይሆናል፡፡ moving away from each other.
49’ Hundeeffamaa fi Ittiwaamama 49’ የማዕድን ልማት ሥራዎች ቦርድ 49’ Establishment and Accountability
Boordii Hojiiwwan Misooma of Mineral Development Opera-
መመስረት እና ተጠሪነት
Albuudaa tion Board
1) Boordiin hojiiwwan misooma 1) የማዕድን ልማት ሥራዎችን በበላይነት 1) The Board, which chiefly man-
albuudaa olaantummaan hog- የሚመራ ቦርድ ከዚህ በኋላ “ቦርድ” ተብሎ ages Mineral Development Op-
ganu kanaan booda “Boordii” erations hereinafter, called the
የሚጠራ በዚህ አዋጅ ተመስርቷል፡፡
jedhamee kan waamamu Labsii “Board”, is established by this
kanaan hundeeffamee jira. 2) የቦርዱ ተጠሪነት ለክልሉ መንግስት proclamation.
2) Ittiwaamamni Boordichaa ፕሬዝዳንት ይሆናል፡፡ 2) The Board shall be accountable to
Pirezidaantii Mootummaa 3) የቦርዱ አባላት ብዛት እና የስብሰባ
the President of the Regional State.
Naannichaatiif ta’a. 3) The number of members and
3) Baay’inni miseensotaa fi sirni ስነሥርዓት በሚወጣው ደንብ ይወሰናል፡፡ the meeting procedures of the
walgahii Boordichaa Dambii 50’ የቦርዱ ሥልጣንና ተግባር Board shall be determined by
bahuun kan murtaa’u ta’a. ቦርዱ የሚከተለው ሥልጣንና ተግባር the regulation to be issued.
50’ Aangoo fi Hojii Boordii 50’ Power and Duties of the Board
Boordichi aangoo fi hojii ar- ይኖረዋል፡-
The Board shall have the follow-
maan gadii ni qabaata: 1) የማዕድን ልማት ሥራዎች ፖሊሲዎች ing power and duties:
1) Imaammataa fi seerotni hojiiw- እና ሕጎች በሥራ ላይ መዋላቸውን 1) Follow up and supervise the
wan misooma albuudaa hojiirra implementation of policies and
ይከታተላል፤ ይቆጣጠራል፤ ጉድለት
ooluu isaanii ni hordofa; ni to’ata; laws of mineral development
bakka hanqinni jirutti tarkaanfii ባለበት የእርምት እርምጃ ይወስዳል፡፡ operations; take corrective mea-
sirreeffamaa ni fudhata; 2) በባለሥልጣኑ የቀረበለትን የማዕድን sures where there exist short-
2) Karoora hojii misooma al- comings;
ልማት የሥራ ዕቅድ በመተንተን
buudaa Abbaa Taayitichaatiin 2) Analyze and approve mineral
dhiyaatuuf xiinxalee ni mirkan- ያጸድቃል፤ አፈጻጸሙን ይከታተላል፤ development operation plan sub-
eessa; raawwii isaa ni hordofa; 3) በባለሥልጣኑ የሚቀርብለትን የማዕድን mitted to it by the Authority; fol-
3) Gabaasa raawwii hojiiwwan ልማት ሥራዎች አፈፃፀም ሪፖርት
low up its implementation;
misooma albuudaa Abbaa Ta- 3) Evaluate and approve performance
ayitichaatiin dhiyaatuuf ni ይገመግማል፤ ያፀድቃል፤ አቅጣጫ report of mineral development op-
gamaaggama; ni raggaasa; ያስቀምጣል፤ eration submitted to it by the Au-
kallattii ni kaa’a; 4) ባለሥልጣኑ ከማዕድን ልማት ሥራዎች thority; give direction;
4) Hojii misooma albuudaatiin 4) Follow up the legality of the rela-
walqabatee walqunnamtii Ab- ጋር ተያይዞ ከሌሎች አካላት ጋር
tionship made by the Authority
baan Taayitichaa qaamolee bi- የሚያደርገው ግንኙነት ሕጋዊነትን with the other bodies in con-
raa waliin taasisu seera qabees- ይከታተላል፤ ጉድለት ባለበት የእርምት nection with the mineral devel-
summaa isaa ni hordofa; bakka opment operations; take correc-
እርምጃ ይወስዳል፤
hanqinni jirutti tarkaanfii sir- tive measures where there exist
reeffamaa ni fudhata; 5) የክልሉ የማዕድን ዘርፍ እንዲዘምን shortcomings;
5) Seektarri Albuudaa Naanichaa እና ተወዳዳሪ እንዲሆን ይደግፋል፤ 5) Supports the mineral sectors
akka hammayya’uu fi dorgomaa of the region to be modernized
ዘርፉን ውጤታማ የሚያደርጉ ጥናትና
akka ta’u ni deeggara; qo’annoo
and competitive; cause studies
fi qorannoowwan seektaricha ምርምሮች እንዲካሄዱና ሥራ ላይ
bu’aa qabeessa taasisan akka and research that make the sec-
እንዲውሉ ያደርጋል፤
gaggeeffamanii fi hojiirra oolan tor effective to be undertaken
ni taasisa; and implemented;
Labsii Lak. 237/2013 Fuula 3 አዋጅ ቁጥር 236/2013 ገጽ 3 Proclamation No. 237/2021 Page 3
6) Hirmaannaan abbootiin qa- 6) በማዕድን ሥራ ላይ የተሰማሩ 6) Cause the participation of in-
beenyaa, dhaabbilee fi waldaalee ባለሀብቶች፣ ድርጅቶችና ጥቃቅንና vestors, organizations and mi-
Intarpiraayizii Maayikiroo fi cro and small scale enterprises
Xixiqqaa hojii albuudaa irratti አነስተኛ ኢንተርፕራይዞች ተሳትፎ
engaged in mineral operations
bobba’an akka cimu ni taasisa; እንዲጠናከር ያደርጋል፤
be strengthened;
7) Hojiiwwaan misooma al- 7) ከማዕድን ልማት ሥራዎች ጋር
buudaatiin walqabatee waldhab- 7) Give recommendation for
deewwan uumaman akka hiika- ተያይዘው የሚነሱ ግጭቶች እንዲፈቱ conflicts arising in connection
maniif yaada furmaata ni kaa’a; የመፍትሄ ሀሳብ ይሰጣል፤ ይከታተላል፤ with mineral development op-
ni hordofa; ni to’ata; ይቆጣጠራል፤ erations be resolved; follow up
8) Gochootni seeraan alaa hojii and control same;
8) በማዕድን ልማት ሥራ ላይ የሚፈጸሙ
misooma albuudaa irratti raaw- 8) Give direction for the illegal
wataman akka to’ataman kallattii ህገ-ወጥ ድርጊቶች ቁጥጥር
acts on mineral development
ni kaa’a; hojiirraa oolmaa isaanii እንዲደረግባቸው አቅጣጫ ያስቀምጣል፤ operation to be controlled; fol-
ni hordofa;
ሥራ ላይ መዋላቸውን ይከታተላል፤ low up its implementation;
9) Dhimmoota hojii misooma al-
buudatiin walqabatee Abbaan 9) ባለሥልጣኑ ከማዕድን ልማት ሥራ ጋር 9) Discuss and give direction on
Taayitichaa dhiyeeffatu irratti በተያያዘ በሚያቀርባቸው ጉዳዮች ላይ
the issues submitted by the
mari’achuun kallattii ni kaa’a; Authority in connection with
በመወያየት አቅጣጫ ያስቀምጣል፤ ሥራ
hojiirra oolmaa isaaf deeggarsa mineral development opera-
ni taasisa; ላይ እንዲውል ድጋፍ ያደርጋል፤ tions; give support for its im-
10) Hojiiwwan biroo misooma qa- 10) የማዕድን ሃብት ልማትን ውጤታማ plementation;
beenya albuudaa bu’aa qabeessa የሚያደርጉ ሌሎች ተግባራትን 10) Perform other activities that
taasisan ni raawwata. make mineral resource devel-
ያከናውናል፡፡
opment effective.
3. Seerota Raawwatiinsa Hin Qabaanne
Labsiin, Dambiin, Qajeelfam- 3. ተፈፃሚነት የማይኖራቸው ሕጎች
nii fi barmaatileen hojii Labsii 3. Inapplicable Laws
kanaan walfaallessan kamiyyuu ከዚህ አዋጅ ጋር የሚቃረን ማንኛውም Any proclamation, regulation,
dhimmoota Labsii kanaan ham- አዋጅ፣ ደንብ፣ መመሪያና ልማዳዊ directive and customary prac-
mataman irratti raawwatiinsa አሠራር በዚህ አዋጅ በተሸፈኑ ጉዳዮች tices in contradiction with this
hin qabaatan. proclamation shall not be ap-
ላይ ተፈጻሚነት አይኖራቸውም፡፡
plicable on the matters covered
4. Yeroo Labsichi Hojii Irra Itti under this proclamation.
Oolu 4. አዋጁ ሥራ ላይ የሚውልበት ጊዜ
Labsiin kun guyyaa Magalata
Oromiyaa irratti maxxanfamee
ይህ አዋጅ በመገለተ ኦሮሚያ ታትሞ 4. Effective Date
bahe irraa eegalee hojiirra kan ከወጣበት ቀን ጀምሮ ሥራ ላይ የሚውል This proclamation shall come in
oolu ta’a. ይሆናል፡፡ to force as of the date of its pub-
lication on Megeleta Oromia.
Finfinnee,
Guraandhala 21 Bara 2013 ፊንፊኔ
Finfine,
Shimallis Abdiisaa የካቲት 21 ቀን 2013 ዓ.ም February 28, 2021
Pirezidaantii Mootummaa Naannoo ሽመልስ አብዲሳ Shimelis Abdisa
Oromiyaa President of Oromia Regional State
የኦሮሚያ ክልላዊ መንግስት ፕሬዝዳንት

©Waajjira Caffee Oromiyaatiin Kan Maxxanfame


uጨፌ *aT>Á ê/u?ƒ ¾}መ
Published by The Secretariat of ‘‘ Caffee’’ Oromia
Ebla 18 Bara 2013 / T>Á´Á 18 ቀን 2013 // April 26, 2021

You might also like