Labsii Bulchiinsa Hojiiwwan Misooma Albuudaa Naannoo Oromiyaa Lakkoofsa 223

You might also like

Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 1

2.

Labsii Bulchiinsa Hojiiwwan Misooma Albuudaa Naannoo


Oromiyaa Lakkoofsa 223/2012 Fooyyessuuf Bahe, Labsii
Lakkoofsa 237/2013.

3.የማዕድን ስራወች ለማሻሻል የወጣ አዋጅ 816/2006.

3. የማእድን ግብይት ለመወሰን የወጣ አዋጅ 1144/2011.


5. Labsii Gibira Galii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Irra Deebiin
Fooyyessuuf Bahe Labsii Lak. 202/2009.
6. Akkasumas Danbiiwwanii fi qajeelfama hojiiwwan misooma
albuudaa naannoo Oromiyaa 103/2011

Kanaan hojiiwwan albuudaa daangaa Naannichaa, Godinichaa fi Aanichaa keessa


jiran kan bulchuu, haayyama kan kennuuf kan hordofu ta`uu hubatamee, Manni
mare Albuudaa kan bu`uura Labsii hin qabnee diigamuu isaa ibsaa, waajirri
keenya sadarkaa sadarkaan jiru kana hunbatee labsiiwwaniif qajeelfamoota olitti
tuqame qofaan hojii albuudaa akka hogganu, bulchuu fi to`atu cimsinee isin
beeksifna.

Nagaa wajjiin

G/G

 Waajira Bulchiinsa Godina Gujii Lixaa tiif


 Waajira Bulchiinsa Lafa Baaddiyaa Godina Gujii Lixaa tiif
 Waajira Haqaa Godina Gujii Lixaa tiif
 Waajira Farra malaammaltumma Damee Kibbaa tiif
 Waajira Eegumsa Naannoo Godina Gujii Lixaatiif
 Waajira Carraa Hojii uumuu fi Industirii Godina Gujii Lixaatiif

B/Hora

You might also like