Cheeklistii Moodeela Baasuu

You might also like

Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 9

Ulaagaalee Moodelli itti Uumamu

1. Ulaagaalee Mana Hojii Moodelli itti Uumamu


Ulfaatin Qabxii Madda
Lak Kallattiiwwan xiyyeeffannoo a Argate Ragaa
.
1. Gaggeessummaa/leadership 15
1.1 Ergamaa fi mul’ata mana hojii Hojiirra Oolchuu 4
a) Ergamaa fi mul’ata mana hojii chaa irratti hojjetaa hundaaf 4
hubanno uumuudhaan qabatamaan hojiitti kan hiike
b) Ergamaa fi mul’ata mana hojichaa irratti hojjetaa hundaaf 2.5
hubanno kan uume
c) Ergamaa fi mul’ata mana hojichaa irratti hojjetaa hundaaf 0
hubanno kan hin uumnee fi hojiitti kan hin hiikne
1.2 Hojiiwwan Kenniinsa Tajaajilaa 3
a) Akka mana hojichaatti kenniinsa tajaajilaatiin raawwii gaarii 3
kan qabuu fi bu’aa qabatamaa kan galmeesse
b) Hojiiwwan kenniinsa tajaajilaa irratti karoora qopheessuun 1.5
hojii keessa kan gale
c) Hojiiwwan kenniinsa tajaajilaa irratti karoora kan hin 0
qopheessinee fi hojiitti kan hin galle yoo ta’e
1.3 Qindoomina 2
1.3.1 Karoora qindoominaa kan qabuu fi hojiirra kan oolche yoo 2
ta’e
1.3.2 Karoora qindoominaa kan qabuu fi hojiirra kan hin oolchin 1

1.3.3 Karoora qindoominaa kan hin qabnee fi hojiirra kan hin 0


oolchin
1.4 Gurmaa’iinsa bu’a-qabeessa ta’e qabaachuu 2
1.4.1 Gurmaa’iinsa dhaqqabamaa ta’ee fi hojjechiisuu danda’u kan 2
qabu
1.4.2 Gurmaa’iinsa dhaqqabamaa ta’ee fi hojjechiisuu danda’u kan 0
qabu
1.5 Hojiiwwan jijjiiramaa 2
1.5.1 Hojiirra oolmaa rifoormii fi hojiiwwan jijjiiramaa irratti 2
bu’aa argameen fakkeenya ta’uu kan danda’u
1.5.2 Hojiirra oolmaa rifoormii fi hojiiwwan jijjiiramaatiin 1
hubannoo kan uumee fi raawwii irratti hanqina kan qabu
1.5.3 Hojiirra oolmaa rifoormii fi hojiiwwan jijjiiramaatiin 0
hubannoo kan hin uumnee fi raawwiitti kan hin galle
2. Karoora Tarsiimoo fi Gabaasa Raawwii 10
2.1 Qophii Karoora 4
2.1.1 Qophii karooraa irratti maamiltootaa fi qooda-fudhattoota 4
itti-fufiinsaan kan hirmaachise
2.1.2 Qophii karoora mana hojichaa akkaataa barbaachisuun kan 2
qopheesse, garuu maamila kan hin hirmaachisne yoo ta’e
2.1.3 Karoora qulqullina qabu kan hin qopheessine fi 0
maamiltootaa fi qooda-fudhattoota kan hin hirmaachisne
2.2 Walitti hidhamiinsa 2
2.2.1 Karoorri mana hojichaa karoora imala badhaadhinaa fi 2
karoora caasaalee gadii waliin walitti kan wal simu ta’uu
2.2.2 Karoorri mana hojichaa karoora imala badhaadhinaa waliin 1
kan walsimu ta’ee, caasaa gadii waliin walitti hidhamiinsa
kan hin qabne yoo ta’e
2.2.3 Karoorri mana hojichaa karoora imala badhaadhinaa fi 0
karoora caasaalee gadii waliin kan wal hin simne yoo ta’e
2.3 Karoora Dhuunfaa Qabaachuu 2
2.3.1 Hojjetaan hundi karooraa fi gabaasa dhuunfaa haala 2
walfakkaatuun fi itti fufiinsaan yoo qabaate
2.3.2 Karooraa fi gabaasni hojjetaa hanqina yoo qabaate 1

2.3.3 Hojjetaan karooraa fi gabaasa dhuunfaa qopheeffachuun kan 0


hin jirre yoo ta’e
2.4 Gamaggama Raawwii 2
2.4.1 Gabaasni raawwii hojii bu’aa dhufe waliin walitti hidhamee 2
kan gamaggamamu yoo ta’e
2.4.2 Gabaasa raawwii fi bu’aa argame walsimsiisuun hin jiru 0

2.5 Waltajjii Maamilaa Qabaachuu 2


2.5.1 Maamila/uummata waliin waltajjii marii idilee gaggeessuu 2

2.5.2 Waltajjiin marii maamilaa ciccitaa ta’uu 1

2.5.3 Maamila/uummata waliin marii gaggeessuun hin jiru 0

3. Sirna Madaallii Bu’aa Raawwii 10


3.1 Bu’aan raawwii tarsiimo’aa mana hojichaa yeroo isaa eegee 3
qulqullinaan madaalamaa jiraachuu
3.2 Bu’aan raawwii tarsiimoo yeroo isaa eegee madaalamaa 2
jiraachuu fi hanqina qulqullinaa qabaachuu
3.3 Bu’aan raawwii tarsiimoo yeroo isaa eegee kan hin 1
gaggeffamnee fi rakkoo qulqullinaa kan qabu yoo ta’e
3.4 Bu’aan raawwii tarsiimo’aa mana hojichaa kan hin 0
madaalamne yoo ta’e
3.5 Bu’aa madaallii mana hojii irratti hundaa’uun hojjetaa fi 3
hooggansa jajjabeessuu fi tarkaanfii fudhachuu
Bu’aa madaallii mana hojii irratti hundaa’uun hojjetaa fi 2
hooggansa jajjabeessuun yoo jiraate
Bu’aa madaallii mana hojii irratti hundaa’uun hojjetaa 0
jajjabeessuu fi tarkaanfii fudhachuun kan hin jirre yoo ta’e
3.6 Hojiilee hojjetaman hunda jijjiirama dhufeen madaaluu 2
Hojiilee hojjetaman hunda bu’aa argameen madaaluun yoo 0
hin jiraatne
3.7 Sirni madaallii bu’aa raawwii fi kan hojjetaa dhuunfaa 2
iftoominaa fi haqa-qabeessa ta’uu
Sirni madaallii bu’aa raawwii fi kan hojjetaa dhuunfaa 0
iftoominaa fi haqa-qabeessa ta’uu dhabuu
4. Itti-quufiinsa Lammii Madaaluu 20
4.1 Sirna itti-quufiinsa maamilaa ittiin safaramu kan diriirse 10
Sirna itti-quufiinsa maamilaa ittiin safaramu kan hin 0
diriirsine yoo ta’e
4.2 Bu’aa qabatama irratti hundaa’ee itti quufiinsa maamilaa 10
madaalaa kan deemu
Itti-quufiinsi maamilaa yeroo madaalamu bu’aa qabatama 0
irratti hundaa’ee gaggeeffamuu dhabuu
5. Hooggansa Qabeenya Namaa 15
5.1 Sirni fo’annoo fi filannoo qulqullina qabu jiraachuu 3
Sirni fo’annoo fi filannoo qulqullina qabu jiraachuu dhabuu 0
5.2 Dandeettii fi gahumsa qabeenya namaa yeroo yeroon 3
fooyyessaa deemuu
gahumsa qabeenya namaa yeroo yeroon fooyyess dhabuu 0
5.3 Itti-fayyadama qabeenya namaa bu’a-qabeessa ta’e yoo jirate 3
Itti-fayyadama qabeenya namaa bu’a-qabeessa ta’e yoo hin 0
jiraatne
5.4 Hojiirra oolmaa raawwii seerotaa fi qajeelfamoota HQN 3
cimaan yoo jiraate
Hojiirra oolmaa raawwii seerotaa fi qajeelfamoota HQN 0
irratti rakkoon yoo jiraate
5.5 Hojjettootni bakka jiranitti aangeffamuun hojjechaa jiraachuu 3
Hojjettootni bakka jiranitti aangessuun yoo hin jiraatne 0
5.6 Aadaa fi naamusa hojjetaa cimaan jiraachuu 3
Naamusa hojjetaa irratti rakkoon jiraachuu 0
6. Faayinaansii fi Qabeenyaa 8
5.1 Itti fayyadama baajataa gahumsa qabu jiraachuu 2
Itti fayyadamni baajataa gahumsa qabu kan hin jirre yoo ta’e 0
5.2 Itti fayyadama qabeenyaa gahumsa qabu 2
Itti fayyadamni qabeenya gahumsa qabu kan hin jirre yo ta’e 0
5.3 Sirnaa bittaa meeshaalee cimaa ta’e 2
Sirnaa bittaa meeshaalee hanqina qabu yoo ta’e 0
5.4 Tajaajila Ooditii keessaa cimaa ta’e jiraachuu 2
Tajaajila Ooditii keessaa cimaa ta’e jiraachuu dhabuu 0
7. Naannoo Hojii Mijataa Uumuu 8
7.1 Bakka itti argama mana hojichaa tajaajilamaaf dhaqqabamaa 4
ta’uu
Bakka itti argama mana hojichaa tajaajilamaaf dhaqqabamaa 2
ta’uu dhabuu
7.2 Naannoo hojii mijataa fi hawwataa ta’e kan qabu 3
Naannoon hojii mijataa fi hawwataa ta’e jiraachuu dhabuu 1
7.3 Bu’uuraalee kenniinsa tajaajilaa guutamuu 3
Bu’uuraalee kenniinsa tajaajilaa guutamuu dhabuu 1
8. Itti Fayyadama Tekinooloojii 7
8.1 Itti-fayyadama teknooloojiitiin fakkeenyummaa kan qabu 3
Itti-fayyadama teknooloojii irratti hanqina kan qabu 0
8.2 Kalaqa addaa kenniinsa tajaajilaa kan mirkanaa’e kan qabu 2
Kalaqa addaa kan hin mirkanaa’in kan qabu 1
Kalaqa addaa kan hin qabne 0
8.3 Tajaajila mana hojichaa dijiitaalessuu kan eegale 2
Tajaajila mana hojichaa dijiitaalessuu kan hin eegalin 0
9. Tajaajila Tola-ooltummaa 7
9.1 Hojiiwwan tajaajila lammii keessatti hirmaannaa ho’aa kan 7
taasise fi bu’aa qabatamaa kan fide
9.2 Hojiiwwan tajaajila lammii keessatti hirmaannaa kan taasise 4
ta’ee bu’aa kan hin madaalle
9.3 Hojiiwwan tajaajila lammii keessatti hirmaannaa kan hin 0
taasisne

2. Ulaagaalee Hojjetaa Moodela itti adda bahu-cheekliistii


Kallattiiwwan xiyyeeffannoo Ulfaatin Qabxi Madda
Lak a i Ragaa
. Argat
e
1. Beekumsaa fi Dandeettii 20
1.1 Hojii irratti bobba’e irratti gahumsaa ogummaa
qabaachuun tajaajila qulqulluu kan kennu
1.2 Hojii kennameef istaandaardii taa’een ol kan raawwatu
1.3 Dandeettii komunikeeshinii cimaa kan qabu
1.4 Of-danda’ee kan raawwatu/eeggattummaa irraa biliisa
kan ta’e
1.5 Itti-fayyadama qabeenya mootummaa irratti
fakkeenyummaa kan qabu
1.6 Beekumsa qabu qooduu fi hojjettoota kanneen biroo
cimsuuf kaka’umsa kan qabu
2. Qulqullina Hojii/Kenniinsa Tajaajilaa 15
2.1 Ilaalchaa fi gocha malaammaltummaa, nananummaa,
amantaa fi kkf irraa biliisa ta’uun kan hojjetu
2.2 Hojhii isaa istaandaardii taa’een fi isaa olitti kan
raawwatu
2.3 Simannaa fi qabiinsa maamilaa/lammiitiin
fakkeenyummaa kan qabu
2.4 Hojii hunda karaa qisaasama irraa biliisa ta’een kan
raawwatu (efficiency)
3. Yeroo hunda barachuuf kan qophii ta’e 10
3.1 Hojiiwwan mana hojichaa keessatti raawwataman
hunda irratti hubannoo argachuuf kan carraaqu, ilaalcha
gaarii kan qabu
3.2 Jijjiiramaaf qophii kan ta’e
3.3 Karoora misooma/guddina dhuunfaa itti-fufiinsaan kan
qabu
4. Gareen Hojjechuu 15
4.1 Garee keessatti sochii gaarii kan taasisu
4.2 Bu’aa walootti/ gareen hojjechuutti kan amanu
4.3 Dandeettii, muuxannoo fi beekumsa qabu kan qoodu
4.4 Gareen hojjechuu fi bu’aa walootti kan amanu, garee
keessatti raawwii olaanaa kan qabu
4.5 Hawaasa mana hojii isaatii hunda waliin walitti
dhufeenya gaarii kan qabu
5. Naamusa Hojii fi Ogummaa 10
5.1 Tajaajila kennu keessatti naamusa ogummaa kabajuun
raawwatu
5.2 Tajaajila kennu keessatti naamusa iddoo hojii kabajuun
raawwatu
5.3 Ilaalchaa fi gocha naannummaa, amantaa, loogii fi kkf
irraa biliisa kan ta’e
5.4 Naamusaa fi hojimaata mana hojii mootummaa kan
kabajuu fi kabajchiisu
6. Itti-fayyadama tekinooloojii fi kalaqa 10
6.1 Akka dhuunfaatti kalaqa kenniinsa tajaajilaa fooyyessu
kan qabu
6.2 Dandeettii fi naamusa itti fayyadama tekinooloojii
fooyya’aa kan qabu
7. Itti-fayyadama yeroo fi qabeenya mootummaa 10
7.1 Yeroo hojii mootummaa hojii qofaaf kan fayyadamu
7.2 Qabeenya mootummaa sababa hojiitiin itti kennamu
hojii barbaachisu qofaaf kan oolchu
8. Itti-gaafatamummaa kan fudhatu 10
8.1 Hojii hojjetu, hanqinaalee uumamanii fi bu’aalee
argamaniif itti gaafatamummaa kan fudhatu
8.2 Yeroo hunda miira abbummaa kan qabu

3. Ulaagaalee Ganda Moodela itti adda bahu-cheekliistii


Kallattiiwwan xiyyeeffannoo Ulfaatin Qabxii Madda
Lak a Argate Ragaa
.
1. Kenniinsa Tajaajila Mootummaa 20
1.1 Aangoo fi gahee hojii caasaa Gandaa ifatti adda bahe kan 5
qabu
1.2 Aangoo fi gahee hojii caasaa Gandaa ifatti adda bahe kan hin 0
qabne
1.3 Kenniinsa tajaajilaa, misoomaa fi nageenyaa keessatti 5
hirmaannaa hawaasaa guutummaatti kan mirkaneesse
1.4 Kenniinsa tajaajilaa, misoomaa fi nageenyaa keessatti 0
hirmaannaa hawaasaa kan hin mirkaneessine
1.5 Hojiiwwan misoomaa, nageenyaa fi hawaas-dinagdee 5
gandicha keessatti hojjetaman itti fufiinsa kan qabu
1.6 Hojiiwwan kenna tajaajilaa, misoomaa, nageenyaa fi hawaas- 0
dinagdee gandicha keessatti hojjetaman itti fufiinsa kan hin
qabne yoo ta’e
1.7 Hojiiwwan kenniinsa tajaajila tekinooloojiin kan deggerame 5
ta’uu
1.8 Hojiiwwan kenniinsa tajaajila tekinooloojiin kan hin 0
deggeramne ta’uu
1.9 Dhiyeessii fi itti fayyadama Tekinooloojii fooyya’aa kan
qabu
2. Bu’uuraalee misoomaa adda addaa kan guuttate 10
2.1 Bu’uuraaleen misoomaa kan keessatti babal’ate 4
2.2 Bu’uuraaleen misoomaa kan hin qabne 0
2.3 Magaalota dhiyoo jiran waliin walitti hidhamiinsa misoomaa, 3
nageenyaa fi hawaasummaa cimaa kan qabu
2.4 Magaalota dhiyoo jiran waliin walitti hidhamiinsa misoomaa, 0
nageenyaa fi hawaasummaa cimaa kan hin qabne
2.5 Madda galii gandichaa sirriitti qoratee adda baasuudhaan 3
ragaa kan qabu
2.6 Madda galii gandichaa qoratee ragaa kan harkaa hin qabne 0
3. Kunuunsaa fi itti-fayyadama qabeenya uumamaa 10
3.1 Kunuunsaa fi itti-fayyadama qabeenya uumamaa naannoo 5
isaa irratti fakkeenyummaa kan qabu
3.2 Kunuunsaa fi itti-fayyadama qabeenya uumamaa naannoo 0
isaa irratti irratti hanqina kan qabu
3.3 Sagantaa ashaaraa magariisaa milkeessuuf hojii qabatamaan 5
kan agarsiise
3.4 Sagantaa ashaaraa magariisaa milkeessuuf hojii qabatamaa 0
kan hin hojjetne
4. Hirmaannaa uummataa kan mirkaneesse 30
4.1 Hojiilee misoomaa, hawaasummaa, dinagdee fi siyaasaa 6
keessatti hirmaannaa hawaasaa qabatamaan kan mirkaneesse
4.2 Hojiilee misoomaa, hawaasummaa, dinagdee fi siyaasaa 0
keessatti hirmaannaa hawaasaa mirkaneessuu irratti hanqina
kan qabu
4.3 Nageenya uummataa mirkaneessuu keessatti sochii cimaa 6
kan taasisee fi bu’aa qabatamaa kan mirkaneesse
4.4 Nageenya uummataa mirkaneessuu irratti hanqina qabu 0
4.5 Hirmaannaa ummataatiin iddoowwan aadaa, hambaalee 6
durii fi maalummaa hawaasaa agarsiisan kunuunsuu fi
misoomsuu
Bakkeewwan hambaalee durii, aadaa fi seenaa uummataa 0
agarsiisan kunuunsuu fi itti fufsiisuu irratti hanqina kan qabu
4.6 Aadaa waliin jireenya uummattootaa jajjabeessuu fi itti- 6
fufsiisuu irratti hojii fakkeenyummaa qan hojjete
Aadaa waliin jireenya uummattootaa jajjabeessuu fi itti- 0
fufsiisuu irratti sochiin taasifame laafaa yoo ta’e
4.7 Al-seerummaa fi hojimaata badaa gandoota keessatti 6
babal’atu hambisuuf hojii qabatamaa kan hojjete fi bu’aa
galmeesse
Al-seerummaa fi hojimaata badaa gandoota keessatti 0
babal’atu hambisuu irratti laafaa kan ta’e
5. Qindoomina qaamolee adda addaa waliin qabu 20
5.1 Gandoota biroo waliin walitti hidhamiinsa cimaa uumuun
3
misooma waloo kan mirkaneesse
5.2 Gandoota biroo waliin walitti hidhamiinsa cimaa uumuun
0
misooma waloo kan mirkaneessuu irratti hanqina kan qabu
5.3 Giddu-gala bizinasii fi carraa hojii babal’isuu 2
5.4 Giddu-gala bizinasii fi carraa hojii babal’isuu irratti hojiin
0
hojjetame laafaa yoo ta’e
5.5 Ijaarsaa fi gurmaa’iinsa uummataa cimaa uumuun sadarkaa
2
gandaatti mootummaa cimaa kan ijaare
5.6 Ijaarsaa fi gurmaa’iinsa uummataa cimaa uumuun sadarkaa
gandaatti mootummaa cimaa uumuuf hojiin hojjetame laafaa 0
yoo ta’e
5.7 Carraawwan tekinooloojii, siyaasaa fi ammayyummaatti 2
fayyadamuudhaan jiruuf jireenya haawaasaa
ammayyeessuu/fooyyessuu irratti kan hojjete
5.8 Carraawwan adda addaatti fayyadamuun jiruuf jireenya 0
haawaasaa fooyyessuu irratti hojiin hojjetame laafaa yoo ta’e
5.9 Imaammataa fi tarsiimoo mootummaan baasu akkaataa 2
qabatama gandichaatiin wal simsiisuudhaan hojiitti kan hiike
5.10 Imaammataa fi tarsiimoo mootummaan baasu akkaataa 0
qabatama gandichaatiin wal simsiisuun raawwachuu irratti
hanqinni yoo jiraate
5.11 Dhaabbilee faayinaansii fi arjoomtota waliin ta’uudhaan 2
hawaasni tajaajila liqii fi maashinoota adda addaa, qusannoo
fi kkf akka argatu kan haala mijeesse
5.12 Dhaabbilee adda addaa waliin ta’uun hawaasni tajaajila liqii 0
fi maashinoota adda addaa, qusannoo fi kkf akka argatu
taasisuu irratti sochiin jiru laafaa yoo ta’e
5.13 Ganda keessatti hojiiwwan inveestimentii akka babal’atuuf 2
kan sochii qabatamaa taasise
5.14 Sochiin inveestimantii sadarkaa gandaatti akka babal’atuuf 0
hojii qabatamaa hojjechuu irratti hanqina kan qabu yoota’e
5.15 Gurmaa’iinsaa fi Hojimaata Manneen Marii Gandaa Cimsuu 2
irratti kan hojjete
5.16 Gurmaa’iinsaa fi Hojimaata Manneen Marii Gandaa Cimsuu 0
irratti hojiin hojjetame laafaa yoo ta’e
5.17 Sadarkaa Gandaatti Waldaalee Hawaasaa babal’isuu, fi 2
dandeettii isaanii cimsuu fi bu’aa isaa madaalaa deemuu
irratti hojii qabatamaa kan hojjete
5.18 Waldaalee hawaasaa babal’isuu irratti sochiin jiru gadi-aanaa 0
yoo ta’e
6. Tajaajila Tola oltummaa 10
6.1 Gandicha keessatti hojiiwwan tola oltummaa akka hojetamu 5
hubannoo kan uumee
6.2 Gandicha keessatti hojiiwwan tola oltummaa akka hojetamu 0
hubannoo kan hin uumne
6.3 Gandicha keessatti hojiiwwan tola oltummaa hojjechuun 5
bu’aa qabatamaa kan fide
6.4 Gandicha keessatti hojiiwwan tola oltummaa hojjechuun 0
bu’aa qabatamaa irratti hanqinni yoo jiraate

You might also like