Professional Documents
Culture Documents
5 Macaafota Seeraa - 240217 - 130419
5 Macaafota Seeraa - 240217 - 130419
5 Macaafota Seeraa - 240217 - 130419
Kanneen kun macaafota Musee ykn Seerota Muse jedhamuun Yihuudota biratti beekamu (2 Seena 25:4,
Izra 6:18, Neh 13:1, 8:1) .
Kun seera ykn ajaja jechuu yoo ta’u Afaan Ibiraayisxiin (Torah) jecha jedhamu irraa kan fudhatame dha
(Luq 16:17, 1Qor 9:8) .
• Macaafonni shanan kunniin jalqaba irratti akka mucaafa tokkootti kan ilaalamanii dha
• Afaan Girikiin Pentaatuach jechuun macaafota shan jechuu dha
Macaafonni shanan kun tokkoo tokkoon isaanii sadarkaa garaa garaan Waaqayyoo saba isaaf kaayyoo
inni qabu kan dubbatan ta’u iyyuu tokkummaa macaafota qaban dha.
* Uumama
* Ba’uu
* Leewwota
* Lakkoofsa
* Keessa deebii
* Iyyaasuu
* Saamu’el
* Moota
Isaayaas
Ermiyaas Raajota warra boodaa
Hisqiyaas
Raajoota 12
Faarsaa Daawit
Fakkeenya
Iyyoob
Weedduu weeddotaa
Ruut
Faaruu Ermiyaas
Lallaba
Asteer
Daani’el
Izraa – Neehimiyaa
Seenaa
II. Hirama Macaafa warra Piroteestaantotaa bakka Afuritti kan hirama
* Iyyaasuu – Asteer
4. Macaafota Raajii
a. Raajota gurguddoo
* Isaayaasii - Daani’el
b. Raajota xixiqqaa
Itti fufuun hiikaa macaafota kanneen jireenya keenyaaf faayidaa isaan qaban waliin ilaalla.
1) Seera Uumama
• Seerri Uumamaa shanan macaafota seeraa keessaa tokko yemmu ta’u, maqaa isaas kan argate
“angafa” ykn isa jalqabaa kan jedhu irraa ti.
• Macaafichi Waaqayyoo isa jalqabaa (aalfaa) fi isa dhumaa (oomeegaa) akka ta’e fi jalqaba
akka hin qabne, uumamni biraa garuu jalqaba akka qaban ibsa. Jechuun:
Jalqaba warra lubbuu qabanii
Seera gaa’elaa jalqabii isaa (maatii)
Cubbuu dhalootaa
Jalqaba abaarsaa hunda in seenessa
• Seera uumamaa 2:4, “Seenaan uumamuu Waaqaa fi lafaa akka kutaa ijoo Macaafichaati
kana ture.”
• Waa’ee barreessaa macaafa kanaa yaadolee baay’etu kennama, kanneen keessaa kan itti
aanan argamu:
a. Seera uumamaa keessatti maqaa Musee waan hin argineef Keessa Deebii 34 irratti
waa’ee du’a Musee waan dubbatuuf Macaafota shanan kana Museen hin barreesine
mormiin jedhu ka’a.
b. Odeeffannoo Macaafa Qulqulluu fi seenaa irraa, baroota durii amala ibirootaa irraa
yemmuu hubannu Museen Macaafota seeraa shanan barreessuu isaa in hubanna.
2. Seera Uumamaa hanga Keessa Deebiitti Yihuudonni Macaafota Muse ykn (pentatuach) jedhu
- Macaafota seeraa jechuun waamuun yihuudotaa museen akka caafe wabii ta’a jedhama.
3. Macaafotaa seeraa haalli barreeffama isaanii fi walfakkiin isaan qaban, akkasumas tokkummaan isaan
Fakkeenyaaf: Seerri Ba’uu gabaasa isaa kan jalqabu Seera Uumamaa 50 irraati (50:22, Ba’u 1:7)
4. Macaafotni kunniin mataa isaanii waa’ee barreessichaa (Musee akka ta’e) dubbatu (Ba’u 17:14, 24:4,
Lakk 33: 1- 2)
5. Macaafonni Kakuu Moofaa biroon Museen akka caafe ibsu (Iya 1:7-8, 8:32-34, 1mot 13:2)
6. Macaafonni Kakuu Haarraa Macaafonni Seeraa kan Musee ta’uu ibsu (Luq 24:27, Yoh 7:19, Mat
19:8, Mar 12:26)
7. Museen akka caafe wabiileen ijaa turaniiru (Ba’u 15:27, Lakk 1:31)
* Maqoolee
* Jechoota
* Aadaan keessatti calaqqisuun Museen akka barreesse ibsa (Uum 40:9-11, 41, 43, 46, 50)
Museen walumaagalatti waggoota 120 akka jiraate ,Kes Deb 34:7 ,dubbatama .
2. Waggoota 40
3. Waggoota 40
* 1445 – 1405 Israa’eloota biyya gibxii yemmuu baasu, bakkee onnaa keessatti dabarse
Egaan museen baroota saba Israa’el geggeessaa turetti macaafota kanneen caafeera jedhamee yaadama .
2. Uumaa uumama, dhala namaa kan uume, maatii kan uume, burqaa Israa’elootaa ta’uu agarsiisuu dha.
(Isa 51:2)
Kaayyoo gooree
2. Heenok – Adeemsa isaa Waaqayyoo wajjin waan godhateef du’a hin argine
4. Abrahaam – Waaqayyoon amanee sabaa fi maatii isaa dhiisee ba’e, dhala namaafis eebba ta’e.
5. Yishaaq – Waaqayyo waaqa eebbaa ta’uu yaadee burqaa isaa amannaan qotuu
Macaafa seera Uumamaa bakka Afuritti qooduun qabiyyee gurguuddoo keessa jiran hubachuun
in dandaa’ama.
a. Uumama
* Waaqayyo jalqaba kan hin qabnee fi uumaa waan hundaa ta’usaa ibsa.
b. Kufaatii
* Bifa Waaqaatiin namni uumame, uumaa Waaqayyoo hundaa olitti bakka olaanaa qaba ture.
c. Bishaan Badiisaa
bishaaniin balleesse.
* Bishaan badiisaa irraa kan oolan Nohii fi maatii isaa qofa turan.
* Bishaan badiisaan booda Waaqayyo Nohii wajjin waadaa gale (um 9:8)
Uuma 1-11 tti baroota jiran tilmaamuun hin dandaa’amu ;hin barbaachisus.
• Umrii lafaa ilaalchisee tilmaamni kenname rakkoo bal’aa waan qabuuf (Biiliyoonaa 2-10)
b. badiisa Sodoom – seenaan biyya lafaa barreeffamuu kan eegale 3500-3000 Dh.K.D biyya
* Barri Abrahaam hanga Seera Uumamaa 50 tti waggota 300 akka ta’etti tilmaamama
* Obboloota isaatiin kan gurgurame Yooseef, boqonnaa isaan itti baay’atan qabata
Macaafni seera Uumamaa macaafota biroo qo’achuuf beekumsa bu’uuraa kan buusu dha
Heenok – osoo hin du’in olfudhatamuun, macaafni kun namoota jalqabaa kanneen
* Waa’een Masihii kakuun inni jalqabaa kan itti dubbatame dha Uum 3:15
* Gatiin cubbuus akka ba’u abdiin kutaa itti kennamedha Uum 3:15
* Saba israa’eliif karaa Abraahaam abdiin gallameef macaafa ibsu dha Uum 12:1-3, 15:18-21
4. Abrahaamii wajjin kakuu inni godhe Uum 12:1-2, 13:14 -17, 15:1-8, 17:1-8
* Uum 1 – Waaqayoo
* Uuma 11 – 23 – Abrahaam
* Uuma 28 – 38 – Yaaqoob
* Uum 36 – Esaawu
* Uma 1 – samii
* Uma 39 – 50 – Gibxi
• Seera Uumamaa
• Saba guddaa
5. Waaqayyo jireenya nama dhuunfaa keessatti illee kaayyoo akka qabu: Fakkeenya : Abraahaam,
Yooseef
- Afaan Gi’iiziin hiikamuu ykn gad dhiifamuu hiika jedhu qaba Luq 31, Ib 11:22
* Seera Uumamaa kaasee hanga seera ba’uutti seenaan kan itti fufu yoo ta’u, seenaan saba israa’el, barri
* Maatiin Yaaqoob, karaa Yooseef biyya Gibxii yemmuu deeman lakkoofsi isaanii 70 yoo ta’u, Gibxii
* Israa’elonni bara isaanitti Gibxii bahan sirriitti kaa’uun hin dandaa’amine iyyuu naannoo bara 1400
* Israa’eloonni waggaa 430 fi biyya Gibxii garbummaa jala turaniiru (Uma 12:41)
* Museen bara 1445 Dh.K.D. akka caafetti odeeffannoon keessaa fi alaa mul’isu a Bau 17:14, 24:4,
1. Yaaqoob maatii isaa fudhatee gara Gibxii ga’e bara 1875 Dh.K.D. Yoo ta’u, bara isaan achi
Kanaaf as irraa ka’uun 1875 – 430 = 1445 akka ta’e ibsa jechuu dha
2. Manni Qulqullummaa Solomoon kan jalqabe bara 965 Dh.K.D yoo ta’u, seera Ba’uu hanga
Kanaafuu Gibxii erga bahanii 965 + 480 = 1445 ta’a (1Mot 6:1)
1. Seera Uumamaa keessatti seenaan jalqabame macaafota seeraa biroo waliin wal qabsiisuuf
3. Waaqayyo seera kennuu isaa beeksisuuf (sadan seeraa ykn macaafota seeraa)
Ba’uu 3:7-10 “Yammuus Waaqayyo, gad qabaamuu sabakoo … argeera. Animootii Gibxiittisiin erga,
dhaqi saba koo Israa’elin biyya Gibxiitii baasi”
* Eenyummaa isaa yaadaa ofii isaa guddisee biyya Gibxii keessa yeroo itti dabarse
* Biyya Miidiyamitti homaa akka hin taane of hubate (Ibr 11:23 – 29)
Waamamuu Musee
* Museen yeroo waamametti tajaajilaaf gahaa akka hin taane sababoota yemmuu kaa’uu fi akka itti
Waaqayyo deebii kennuuf argina.
1. Dandeettii hin qabu (Bau 3:11) 1. Anisi wajjinan ta’a Bau 4:12
2.Ergaa hin qabu (Bau 3:13) 2. Isa jiruufi isa jiraafaatu na erga jedhi (Bau3:14)
3. Aboo hin qabu (Bau 4:1) 3. Harka kee keessa maaltujira? (3:14)
* Yaahiwwee maqaan jedhu ulfinni isaa akka ibsame argamuu isaa kan agarsiisuu dha
Xiyyeeffannoo
• Aarara (20:6)
• Qulqullummaa (Bau 3:2-5)
• Qajeelummaa (Bau 3:5)
• Amanamummaa (Bau 1:24 – 25, 3:6)
• Dhala namaaf barbaachisummaa isaa ibsuuf (Bau 5:1-18)
• Kanaafuu maqaa isaa beekuun gooftummaa isaa fi amala isaa beekuu dha.
• Abbaa seenaa, qulqullinaa fi ulfinaan akkasumas dinqii gochuun kan isa fakkatu akka hin
jirre agarsiisa (Bau 3:13-15, 15 : 11)
3. Dunkaanni itti Waaqayyo ulfina isaa mul’isu bakka itti saba isaa wajjin ta’u dha (Bau 25-40) Gidduu
Kaayyoo Dha’ichaa
Yeroo sagalaffaa irratti “Deemaa Waaqayyoon tajaajilaa” Jedhee sodaadhaan Musee fi Aarooniin
kadhate 10:24
Waggota 430 booda saba Israa’eliin harka garbummaa jalaa kan gad dhiise dha’icha 10ffaa booda ture
Israa’elonni osoo biyya Gibxii hin ba’in dura dha’ichi kun hundi warra Gibxii irratti kan raawwatame
yoo ta’u, bakkee Israa’eloonni buufatanii turan Gessam garuu dha’icha kanneen hunda irraa
Waaqayyoon eegamtee turte.
Museen ergamaa Waaqayyoo ta’ee Fari’oon biratti kan deddeebi’e naannoo wagga tokko ta’a
jedhamee yaadama .
Fari’oon mo’amee warri Israa’el biyya Gibxii yemmuu ba’an 600,000 miilaan kan deeman
dhiira dubartoonnii fi ijoolleen yemmuu itti dabalaman 1.5-2 million akka ta’an tilmaamama
(Bau 12: 37 -38)
Faasikaa: Israa’el dha’icha irraa akka haftuu fi garbummaa irraa birmaduu akka baatu kan agarsiisu
mallattoo faasikaa ti.
Yesuus Kiristoos isa kakuu Haaraaf gaaddidduu akka ta’e Phaawuloos caqaseera (1Qor 5:7)
Faassikaan: Gibxii ba’uu, Waaqayyo birmaduu baasuu isaa israa’elotni kan argan ijoolleen
isaanii fi ijoolleen ijoollee isaanii kan kabajan dha.
• Fassikaa: Gibxii ba’uu fi angafa waaqayyoof addaa baasuu (Bau 12:1-13, 16)
• Israa’eloonni Galaana Diimaa ce’uu, warri Gibxii liqimfamuu (13: 13-14)
- Seera
- Haala ittiin jiraatan
- Seera lubummaa
- Seera kurnoo fi buusii
- Seera miseensa fudhatan
3. Seera Amantii
* Aarsaa gubatu
* Aarsaa fayyinaaf
* Aarsaa cubbuuf
* Aarsaa Midhaanii
Bazaali’el fi Aholiiyab ogummaa Waaqayyootiin guutamanii Godoo Qulqullaa’aa hojjetan (27, 28)
* Haala jireenya lubootaa fi tajaajila isaaniillee seera Ba’uu keessatti arganna (28:29, 40-43, 39:27-29)
- Waa’ee lubootaa
Seenaan Macaafa Seera Leewwotaa keessa jiru, taatee seera ba’uu fi seera lakkoofsaa gidduutti
ta’e, kunis kan ji’a tokko qofa kan of keessatti hammatu dha.
Leewwootnii:- Seerri waaqeffannaa kan keessatti argamu dha.
- Haala jireenya dhuunfaa fi waliin Israa’elootaa kan qabate dha (Bau 40:26-33, Lewwoat 1:1-2)
- Joora Israa’eloonni bakkee onnaa keessatti godhan waggaa 40 macaafa jalqaba irratti qabate
dha.
- Waaqayyo ofii isaatii kan fo’ee tajaajilaaf baase gosa Lewwii, Lubummaaf ba’an macaafa
qabate dha
Barreessaan: Musee dha
* Waaqayyo Museetti jechoota kana akka dubbate macaafa kana keessatti yeroo 56 cafafameera
Ba’uu 14:1, 6:1, 8:1
* Gooftaan Yesuusis Museen akka caafe dubbateera (Mar 1:44, Lew 13:49)
Bara itti caafame:
* Biyya Gibxii erga ba’anii booda ji’oota muraasa booda Tulluu Siinaa irratti waggaa tokkoof yeroo
turanitti dha.
Jecha Ijoo Lewwoota keessatti
• Jechi furtuu Macaaficha qulqullummaa dha Lew 19:2, 11:44 – 45
• Jechi kun yeroo 152 Macaafa Qulqulluu keessatti irradeddee bi’amee ibsameera
- Mudaa hin qabne Waaqayyoof dhi’eeessuun Horii qulqulummaan kan wal qabate dha
3. Saba Waaqayyoo kanneen qindaa’an seera amantii fi jireenya guyyaa guyyaa keessatti ittiin bulmaata
barsiisuuf
4. Sabni Waaqayyoos Seerota kana hubatee ittiin buluun warra naannoo isaa jiraniif fakkeenya akka
ta’aniif
Macaafa Seera Lewwootaa keessatti gara fuula Waaqayyootti dhiyyaachuuf kan dandeesisan:-
• Galateeffachuuf
• Kadhaannaaf
• Dhiifama cubbuu argachuuf, aarsaawwan dhi’atani dha.
Macaaficha keessatti aarsaawwan gosa shan kan dhi’aatan yoo ta’u, hundinuu tajaajilli isaanii garaa gara
yoo ta’u iyyuu kan dhi’aatan garuu Waaqayyoof.
* Namoonni aarsaawwan Kanneen karaa lubootaa sababoota garaa garaaf dhi’eessu turan
* Aarsaawwan fudhatama kan qabaatan qajeelfama Waaqayyo kenne yoo hordofanii dhi’aatan qofa
* Kiristoos isa Kakuu Haaraaf gaaddidduu yoo ta’an, akkasumas kutaawwan Kakuu Haaraa adda addaa
keessattis ibsamaniiru
Gosa Aarsiicha
* Kennaan / aarsaan / kun qofaa isaa osoo hin taane, Waaqayyoon duratti fudhatama akka argatuuf
kanneen biro cubbuuf dhi’aatan waliin dhi’aata.
Gosa Aarsaa
• Daakuu gaarii
• Daabboo raacitii hin qabne
• Ashaboon kan hojjetaman Daabboo, maxinoo
• Gosa midhaanii
Kaayyoo Aarsichaa
* Walakkaan isaa yemmuu aarsaaf dhi’aatu walakkaan ammoo lubbootaan in nyaatama ture
• Sangoota
• Hoolota
• Re’oonni aarsaaf dhi’aachuu danda’u
* Lubootaan
Kaayyoo Aarsiichaa
Gosa aarsichaa
Kaayyoo Aarisichaa
• Kutaan kun hojii lubootni qabanii fi tajaajila isaanis kan agarsiisu dha
• Saba Waaqayyoo tajaajiluuf, Waaqayyoon kan adda bahan tajaajila isaanii keessatti
waan ta’u, qajeelfamoota tarreessa
• Hojiin lubootaa inni guddaan saba gara Waaqayyoo tti dhi’eessuu fi Waaqayyos akka
saba isaatti dhi’aatu gochuu dha.
4. Eenyu illee ofii isaatiin ka’ee aarsaa dhi’eessuu ykn ixaana aarsuu hin danda’u.
“Ani qulqulluu dha qulqulluu ta’aa” jechuun Waaqayyo sabni isaa isaa wajjin walsimuu akka
danda’a barsiiseera.
Kun immoo yoom iyyuu kan hin jijjiiramnee fi dhugaa Waaqayyo barbaadu dha
Israa’elootaaf guyyoota waggaa keessa turan caalaatti guyyaa kanatu iddoo guddaa qaba
Angafni lubootaa kutaa qulqullaa’aa waggaatti yeroo tokko kan seenu guyyaa kana
Waggaa keessatti soomin kan barbaachisu guyyaa kana
Guyyaa kana dhiifama cubbuu kan godhamu wagga qofaaf
* Garbummaa biyya Gibxii bahanii gara biyya Kana’aan akka itti galan Waaqayyo isaan
* Waggaa jaha erga oomishanii boodaa lafa waggaa torboffaatti kan boqochiisan dha.
Barreessaan:
Lakk 14:22-23
“… namoota warra ulfina koo fi milikkita garaa garaa isa ani biyya Gibxii fi lafa onaa keessatti
argisiise arganiianaaf abboomanuu dhidanii si’a baay’ee ana qoran … Garuu garbichi koo kaaleb
hafuura kan biraa waan qabuuf inni garaa isaa guutuun ana duukaa waan bu’eef…”
• Waa’ee jireenya lafa onaa Israa’elootaa yoo dubbate illee, barsiisa baay’ee of keessatti qabata.
• Israa’el biyya Gibxii erga baatee booda, waggaa jalqabaa irratti saba mootummaa isaa akka
taatuuf:
• Macaafni kun warra Waaqayyoof hin ajajamne irratti dheekkamsi Waaqayyoo akka ta’u barsiisa
20:1-29
Lakkobsa: Ajaja Waaqayyootiin Museen yeroo lama saba lakkaa’e. Sabni Waaqayyoo
o Naamusa kan qabu
o Kan Qindaa’e
o Addaa kan bahee fi saba qulqulluu ta’e dha
o Diina isaa of irraa dhorkuuf fi
o Diina isaa loluuf kan qophaa’e akka ta’uuf lakkoobsi ta’e
Ajajamuu Diduu
o Amanamumaa Waaqayyoof ajajamuu diduu (13-14)
o Kunis Waggaa 40f bakkee onaa keessa akka jooran godhe
1. Rakkoo garaa garaa keessatti kan nama hin dhiifne Waaqayyoon amanachuu
2. Waaqayyoo gooftaan akka jaalala isaatti waan nu barbaachisu hundaanuuf kenna (Fil 4:19)
* Israa’el ajaja isaa fudhachuu dhiisuun lafa anaatti hafte (Lakk 26:1)
Hirama Macaafichaa
Yisaakoor
Efereem
Zaabiloon
Minaasee
Roobel
Biiniyaam
Simi’oon
Gaad
Israa’eloonni gara Tulluu Siinaatti osoo hin ba’in dura lakkaa’amanii turan
* Dubartoonni
* Ijoollee
Waggaa Afurtama booda dhaloonni ajajamu dide dhumee kaanin bakka bu’uu argina
Waaqayyoo gosaan akka lakkaa’aman yemmuu qindeessu, luboota, Lewwoota fi hojii isaanii
agarsiisuun saba isaaf qajeelfama kennee ture (Lakk 1:2) 6:22, 9:14
Godoon Qulqulla’aa saba Waaqayyoo gidduu yemmuu buufatutti sabni bakka sadiitti
qoodamee ti
Adeemsa isaanii keessatti gara kami akka deeman hin beekan kanaaf Waaqayyo geggeessaa fi
fixaan ba’iinsa kennaafii ture
* Guyyaa utubaa chuumessan halkan ulbaa Abdaan geggeessaa ture (Lakk 19: 15-23)
* Kunis Waaqayyo gidduu isaaniitti argamuu kan agarsiisu dha (Lakk 10:33)
Waggaa tokko booda Tulluu Siinaa irraa ka’anii gara lafa abdachiifameetti galuuf gara
Qaadesitti sochii yemmuu jalqabanitti sodaan itti dhagahaamee ture.
Gosni Israa’el kurnan gabaasa isaan amanuu dhabanii
* Rakkoo yeroo irra dabarsanii ilaaluu kan danda’an Iyyaasuu fi Kaaleb qofa turan
* Musee irratti ka’uun diinota isaaniin rukkutamanii maatii isaanii waliin badan.
* Abdii kan kenne Waaqayyoo karaa biraatiin haftee isaan gidduu jiraniif mo’icha kennuun
sagalee abdii isaa raawwateef
Gara kana’aanitti galuuf yemmuu ka’anitti wagga 20 ol kan ta’an Musee, Aaroonii fi
Maariyaamii erga du’anii booda kan hafan:
Araara Waaqayyoon ammas mo’ichi itti fufuun adeemsa itti fufanii, Waaqayyos sagalee abdii
isaa yemmuu raawwatu mul’ata.
Kayyoo Macaafichaa
Israa’eloonni biyya Gibxii erga bahanii booda dirree Mo’aab irratti Waaqayyo kakuu galeefii
ture haaromsuuf
Israa’el saba Waaqayyoo akka ta’an cimsuuf
Bakkee onaa Keessa yemmuu turanitti seera Israa’elotaaf kenname dhaloota haaraa yaada
chisuuf
Seericha akka eeganii fi cimsan yaadachiisuuf
* Eebba-- ajajamuu
* Adabbii--ajajamuu dhiisuu
Kakuu Waaqayyo biraa fudhatan gatuun Waaqayyoon duratti kan gataman akka isaan godhu
yaadachiisuuf (Deb 7:9)
Barreessaa Macaafichaa
o Museen akka barreesse kutaa Macaafa kanaa keessatti caqasamee argama (1:5, 31, 9:22-24)
o Museen erga du’ee booda kutaa hafe, boqonnaa 34, namni biraa akka caafetti yaadama
o Yessuusis ta’e bartoonni isaa Museen akka caafe dhugaa bahaniiru (Mat 19:7-8, Mar 10:3-5, Hoe
3:22-23, 7:37-38)
o Kakuu Moofaa keessattis (1Mot 2:3, 2Mot 14:6)
o Musee
o Iyyaasuu
o Dhaloota Haaraa
o Yaadachuu
o Ajajamuu
o Ebba keessa Deebii 4:32, 29:8
o Abaarsa
o Kakuu
I. Seensa (1:1-5)
Karaa biraatiin ammo macaafa kana bakka sadiiti hiruun ilaaluun in dandaa’ama.
Ijaarsa Barreeffamaa
o Boqonnaa jireenya (Qormaata Waraanaa) saba kana jajjabeesuuf Iyyaasuun osoo Galaana
Yoordaanos hin ce’in dura yeroo torba gorse ture.
Haasaan Musee inni jalqabaa seenaa darbe dhaloota haaraa yaadachiisuu ture
Abbootiin isaanii
Amantii dhabuun isaanii jireenya isaaniif hangam akka gufuu itti ta’e
Baay’een isaanii amanuu dhabuun lafa kakuutti osoo hin galin hafaniiru (Mat 13:58)
Waaqayyoon barbaaduun, ajajamuun eebbaa fi simboo argamu ibsameera 2:7, Deb 2:14
Amanummaa Waaqayyoo Museen dhuma baroota isaa irratti dhugaa baheera
Museen dhaamsa isa dhumaa gochuuf seenaa darbe yaadachisuu qofa osoo hin taane
Israa’eloonni saba kakuu Waan ta’aniif jireenya Waaqayyotti isaan butu akka jiraataniif, lafa itti
galuuf jiran:
* Jireenya hawaasummaan
Museen, geggeessaa guddaan, tokko afurfaa kan ta’u ergaa Afuuraa kan barreesse
• Qaadesitti ajajaamuu dhabuu isaatiin lafa kakuutti akka hin galleef dhorkame (Lakk 20:10)
• Gooftaan akkuma itti agarsiisetti Tulluu Neeboo irrattti ba’uun biyyattii abdii gad ilaalee osoo
itti hin galin hafe.
• Bakka owwalcha isaa garuu eenyuu osoo hin beekin akka hafe ibsuun seenaa isaa cufa (Deb
34:4-6)
Macaafni kun dhuma Macaafa seeraa akka ta’e hubanna (31:9) Macaafichii
• Waaqayyo
- Waaqa kakuu fi abbaa hiree, aaraarri isaas kan daangaa hin qabne
Macaafonni seeraa kunniin eenyummaa Waaqayyoo, jalqaba dhala namaa fi kufaatii isaa walitti
qabuun, ka’umsa saba Israa’el akkasumas garboomuu isaa warra Gibxiif bitamaa buluu isaanis ibsu.
Araara Waaqayyoos bal’inaan kan ibsan dha.
Sabni filatame kun Waaqayyoo wajjin akkamitti jiraachuun akka irra jiru kan agarsiisanii fi seera
kennameef eeguun eebbaa argatanii fi eeguu dhiisuun miidhaa itti dhufuu danda’u kan ibsan dha.
1) Dillard B, raymonl, Temper Longman III, An introduction to the old Testamen. Zondervan
publishing house, Grand Rapids, Michigan, 1994.
2) Walvood, John, koy B.Zock, The bible knowledge commentary: Chariot victor publishing USA
1973
3) New Bible Dicionary. I.H. Marshal etal (ed) intervarsity press: 1996