Download as pdf or txt
Download as pdf or txt
You are on page 1of 2

02/10/2015 ALI

Waajjira Barnootaa Godinaaleefi Bul/Magaalotaa Hundaaf

Dhimmi:- Barsiisota Al-kallattiin Barnoota Isaanii Baratan


Ilaala.
Akkuma beekamu barsiisonni baay’een barnoota isaanii al-kallattiin barata
akka jiran ni beekama. Kun immoo qulqullina barnoota irratti miidhaa
geesiisaa jira.

Haa ta’u malee, akkaataa qajeelfama Sadarka Guddinaa Barsiisotaafi


Hoggansa Manneen Barnotaatiin barsiisaan tokko fooyyeffana barnootaa
argachuu kan danda’uu sadarkaa barnootaa isaa kallatiin yoo fooyyeffate
qofadha.

Raga barsiisota al-kallattiin barnoota isaanii baratan adda baasuun


qabachuuf akka tolu humna namaa al-kallattiin barnoota isaanii fooyyeffatanii
Godina ykn Bul /Magaalaa keessan keessa jiran guca armaan gadittti ‘excel’
irratti guutuun hatattamaan akka nuuf ergitaan isin beeksifna.

I. Dippiloomaa irraa gara Digrii Duraattii

Lakk Yuunivarsiit Akaaku


G/B/Digrii Bara ii Ramaddii
Maqaa Ko G/B/Dippil itti Fooyyeffat irraa Yunivarsi fudhate ittiin
Guutuu r. oomaa fooyyeffate e eebbifame ti barsiisaajira
1
2
3
II. Digrii Duraa irraa gara Digrii 2ffaa
Yuunivarsiit
Bara ii Ramaddii
Maqaa Ko G/B/Digrii Fooyyeffa irraa Akaaku fudhate ittiin
Lakk Guutuu r. G/B/Digrii 2ffaa te eebbifame Yunivarsiti barsiisaajira
1
2
3

You might also like