Download as doc, pdf, or txt
Download as doc, pdf, or txt
You are on page 1of 3

Nama=Isii dhagaa ati hin deentu Ani akka keeti addee tokko

Maan wonni cadhitte taa'a

adde tokko teettuu

Dhagaa=Beettaa dhagaan duruu

Dhagaa=Ganamaa galgalaa Maqaa kiyyaa

Kanarra deentu Namni jiruu hundii

Akka deemanu natta Beetta anaa jibbaa

Akeettu Ka natta dhufe karaarra

na qabaa

Nama=Anatuu si akeeka achumaa Maqaa badaa kana duruu

taa'i Anumaa qabaa

Baraa keeti hundaa achuma

rraa leessi Nama=Waan sijibanuuf ati hin

Beektuu

Dhagaa=Waan sigodhu sitta himaa Yeroo hundaa ka karaarra

beettaa teettu

Bara kiyya hundaa asuma Namni si tuqe fayyaa

rraa leessa Hin argatuu

Qeensa luka keetillee Waan kanaaf namii fuudhe

Anumattu leessa Ka sigatu

Nama=Haala! an be ilaa qaba akka Dhagaa=Umurii hanga kiyya eennu

Keeti ballaa Ka jiraatu

Yoo sitta dhufe sirraa goree Namni hundi achi ka na

darraa Ilaalu
Namaa taanan umurii Waan kanaafi namni sittaa

Muraasa ka jiraatu Bada

Ana dhagaa taanan

Bara bara ka jiraadhu Dhagaa=Yeroo barbaadamu fuute

Naan deemaa

Nama=Waan akkasi hin haso'in Yeroo jibbamu fuute

Wonni hindi beette karaarra naqabaa

Beekkumsaani isii wonni Adoo ani sijibbuu ifi jalaa

Maani naqabaa

Hojii guddoo anumaa

Dhagaa=Ati beekumsaan koorta Sirra qaba.

Ani waan hundaan koora

Mana taanan anumaan Namaa=Waan akkasi ijjumaa

Ijaarani Dhiisi dhagaa

Karaa taanan anumaa afanii Adoo ati teettu shaggari

Jabaan duunan anuma irra Geyee sitta deebi'a

Kaa'anii Me maanumaan hojii

Waan kanaafi ana dhagaa Guddoo narra qabda

Reebani obboo dhagaa anuma sirra qaba

Nama=Sitta hima dhaga'i dhagaa Dhagaa=Ulfinnaa mataa mormii

Maqaan keeti waamisaafu Hin beekkatuu

Badaa Hojii guddoo akka qabuu

Dhagaan duruu ilaa gurra Adoo beektuu

Qabaa Waan badduun ka na


akeektu

Obboleessa kiyya baqqa

Sigeettu

Nama=Waan hedduun akka ani

Beekkamu

Gamoo sin ijaaran irra

Kana ulfeessanu

Kabajaa sirra akkaa qabuu

Ati hin beektu galatoomi

Dhagaa=Yaada keeti hundaa

Laadhaggee hubadhee

Hagaa jirtu simaa narra

Aanaa

Gaafa ati duute anuma

Sirra aana.

Qoph.GEMECHU TAMIRU

You might also like