Download as pdf or txt
Download as pdf or txt
You are on page 1of 18

Maasaa Bulleessanii Qopheessuu

1
Maasaa Bulleessanii Qopheessuu

1. Masaa yeroo qamadii facaasuuf qopheessinu dhimmoota armaan


gadi jiran kana irratti xiyyeeffachuun barbaachisaa ta’a:
 Lolaa qolachuuf dalga qotuu
 Aramaa hirrisuuf bulleessani qotuu
 Yeroo 3-5 tti irra deddeebi’anii qotuu

2. Meeshaa BBM fayyadamuun qotuun faayidaa inni qabu:


 Bishaan akka maasaarra hin ciifne gargaara (Bishaan maasaa keessaa
xurruursa)

1
I-BAR BBM
(Meeshaa bishaan lafa irraa xuruursuuf fayyadu)

2
I-BAR BBM
(Meeshaa bishaan lafa irraa xuruursuuf fayyadu)

Faayidaan isa:
 Biyyoo kooticha irraa bishaan humnaa-ol ta’e xuruursa
 Bishaan ykn jiidhina biyyoon barbadu akka argatu gargaara
 Humna qonnaan bulaa boo’oo baasuuf oolu hir’isa
 Omiishitummaa midhaanii lafa gurraacha irratti fooyyessa

2
4
Itti fayyadama sanyii filatamaa fi xaa’oo

3
Itti fayyadama sanyii filatamaa fi xaa’oo

Sanyii filatamaatti fayyadamuu: Baayinaa fi akkaataa facaasaa


Sanyiin qamadii hiddaasee sanyii:
jedhamu fayidaa armaan gadii  Yoo sararaan faca’e: Hektaara
qaba: tokkotti sanyii kiilogiraama
1. Omiisha gahaa ta’e kenna 80-100
2. Dhukkuba waagii dandamata  Yoo bittinnaa’ee faca’e: Hektaara
tokkoof kiilogiraama 150
3. Dafee bilchaata
 Hektaara tokkoof Yuuriyaa
4. Midhaan dabalataa akka
kiilogiraama 100 (50 yeroo
omishinuuf carraa gaarii uuma
facaasaa fi 50 yeroo dhaluu
jalqabu) fi NPS kiilogiraama 100

3
Dhukkuba Qamadii, Miidha isaanii fi Haala To’annoo
Waagii mataa/sanyii
1. qamadii miidhu

4
Dhukkuba Qamadii, Miidha isaanii fi Haala To’annoo
Waagii mataa/sanyii
1. qamadii miidhu

Mallattoo Dhukkubaa To’annoo Dhukkuba Kanaa

 Daakuu diimaa bifa bunaa  Sanyii filatamaatti fayyadamuu


 Daakuun harka irratti ni haqata  Haftee midhaanii sirriitti qulqulleessuu
 Jalqaba xixiqqaatee mul’ata; booda ni  Midhaan waljijjiiruun facaasuu
babal’ata Kkf  Sanyii dhukkuba irraa biliisa ta’e
fayyadamuu
Diibbaa inni Fidu  Mala qindaa’een fayyadamuu (IPM)
 Qorichaan fayyadamuu
 Ni tortorsa
 Omiishini qulqullina hinqabu
 Omiisha xiqqeessa
4
Dhukkuba Qamadii, Miidhaa isaanii fi Haala To’annoo
Waagii Baala
2. qamadii miidhu

5
Dhukkuba Qamadii, Miidhaa isaanii fi Haala To’annoo
Waagii Baala
2. qamadii miidhu

Mallattoo Dhukkubaa To’annoo Dhukkuba Kanaa

 Baala gara tokko qofaa irratti mul’ata  Sanyii filatamaatti fayyadamuu


 Bifa burtukaanaa qaba  Haftee midhaanii sirritti qulqulleessuu
 Dhuma guddina midhaanii irratti ni  Midhaan waljijiruun facaasuu
gurraacha’a KKF  Sanyii dhukkuba irraa biliisa ta’e
fayyadamuu
Dhiibbaa inni Fidu  Mala qindaa’een fayyadamu (IPM)
 Qorichaan fayyadamuu
 Ija (Firii) midhaanii xixiqqaa taasisa
 Omiishini qulqullina dhaba
 Omiisha xiqqeessa
5
Dhukkuba Qamadii, Miidhaa isaanii fi Haala To’annoo
Waagii Jirma
3. qamadii miidhu

6
Dhukkuba Qamadii, Miidhaa isaanii fi Haala To’annoo
Waagii Jirma
3. qamadii miidhu

Mallattoo Dhukkubaa To’annoo Dhukkuba Kanaa

 Daakuu diimaa bifa bunaa  Sanyii filatamaatti fayyadamuu


 Jirma fottoksee ba’a  Haftee midhaanii sirriitti qulqulleessuu
 Daakuun harka irratti ni haqata KKF  Midhaan waljijjiiruun facaasuu
 Sanyii dhukkuba irraa biliisa ta’e
fayyadamuu
Dhiibbaa inni Fidu  Mala qindaa’een fayyadamuu (IPM)
 Qorichaan fayyadamuu
 Midhaan qancarsa
 Omiishini qulqullina dhaba
 Omiisha xiqqeessa
6
Dhukkuba Qamadii, Miidhaa isaanii fi Haala To’annoo
Dhukkuba Qamadii
4. waaroo/Aramaammoo

Aramaammoo Hagugamaa Aramaammoo Bittinna’aa


7
Dhukkuba Qamadii, Miidhaa isaanii fi Haala To’annoo
Dhukkuba Qamadii
4. waaroo/Aramaammoo

Mallattoo Dhukkubaa To’annoo Dhukkuba Kanaa

 Firiin midhaan faalamee mataa Qamadii irratti  Sanyii kg 100 qoricha fangasii kan vinsit jedhamu
hamma mul’atutti dhukkubichi jiraachuun hin giraama 200 waliin sukkuumanii facaasuu
beekamu.  Midhaan miidhamaa buqqisanii gubuu.
 Dhukkubi kun jiraachuun isaa kan beekamu, firiin  Maasaa/ Oyiruu qulqulleessu
qamadii yoo halluu gurrachaan uffisame
 Sanyii jallisiidhaan omiishame fayyadamuu
 KKF
Dhiibbaa inni Fidu

 Dhukkubi kun guutumaa guutuutti midhaan kana waan


balleessuf omishitummaa hirrisa.
 Midhaanichi firii godhachuun hafee gara awwaarootti jijjiirama
 Hir’ina omiishaa hanga %40 geessisa / hir’isa.
7
Yeeroo lama lafa tokko irraa bu’aa argachuu

1 2
8
Yeeroo lama lafa tokko irraa bu’aa argachuu

1 2

Haala kamiin arganna? Qamadii Hiddaasee Kaasuudhan


 Sanyii filatamaa fayyadamuu yeroodhuma sana Shumburaa
faacaasuu
 Sanyii dafee ga’u fayyadamuu Fk.
Qamadii Hiddaasee
 Midhaan akka shumburaa fi gaayyoo
fayyadamuu
 BBM tiin fayyadamuu
 Yeeroon haamuu fi facaasuu

8
Haamaan Qamadii kan raawwatamuu qabu

9
Haamaan Qamadii kan raawwatamuu qabu

 Jirmi qamadii yeroo daalachaa’u,


 Baalli fi qolli firii qamadii hagugu gara keellootti yeroo jijjiiramu
 Firiin qamadii harca’uu osoo hin jalqabiin ta’uu qaba.
 Midhaan erga hamamee booda yeroodhuma sana maasaa irra hafamee yeroo
muraasaaf turuu qaba, kunis akka sirritti gogu gargaara
 Qulqullina midhaanii eeguu fi koombaayineraan fayyadamuun barbaachiisaadha,
yoo ta’uu baate harkaan haamuun dhooftuu midhaanii (Thresher) fayyadamu
 Yeroodhaan qamadii kaasuun midhaan marsaa lammaffaa facaasuuf gargaara
 Yeroo midhaan dhahamu akka hin caccabne ofegaanoo gochuun barbaachisaa ta’a

You might also like