Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 1

በኢሉባቦር ዞን መቱ ከተማ

ስራ ዕድል ፈጠራ እና
ክህሎት ጽ/ቤት
Lakk…………………….
Guyyaa…………………
Waldaa IMX/Obbo/Addee ---------------------------- tiif
B/J
Dhimmi isaa :- Sheedii Seeran ala qabatan akka gadhiistan isiin beeksisuu ta'a
Akkuma mata duree irratti ibsuuf yaaletti sheedii lakk addaa (kodii)
----------- ta'e seeran ala qabatanii waan jirtanuuf akkataa Dambii Paakejii
Deggarsa Carraa Hojii Umuu MNO Murtessuf ba'e lakk 192/2009
keewwata 30 kewwata xiqqaa 4 jalatti ibsameen dhorkaa waan ta'eef
guyyaa xalayaan kun isiin qaqqabee jechuuniis qaafa 9/12/2014 hanga
11/12/2014 guyyaa (3) sadii giddutti qabeenyaa kessaa qabdanu akka
kessaa baafatanuu isiiniin jechaa, guyyaa jedhamee kanaa kessatti osoo
hin rawwatiin yoo argamtaan qabeenyaan keessaan gara Qajeelcha
Tajaajila Mana Qophessatti Galii ta'ee kisaaraa motummaa meshaa kana
gejjibsiisuuf baase kaffaltanii kan fudhatanu ta'uu isaa dabalataan isiin
beeksiisna.
Nagaa Wajjiin

You might also like