Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 3

Forex trading

1. Maaliifan hojjedha?
2. Maal milkeessuun barbaada?
3. Risk management
4. Yeroo kam kamin hojjedha?
5. Saayikooloojii(qarshii kan argannu daqiiqaa, sekondii faa keessattidha. Akkasumas sekondii
keessatti dhabuu dandeenya)
6. Of ta’uu qaba
7. Ciminni koo fi dadhabinni koo maali?
8. Internet, ibsaa, trading jalqabee ibsaan utuu badewoo maalin godha kanneen jedhaman
dursinee itti yaaduu qabna.
9. Trade keenya galmeeffachaa deemuu qabna.
10. Yeroo trade gochuu jalqabnu dursinee itti yaaduu qabna, yoo data dhaan fayyadamna ta’e data
nu xummursiisuu akka danda’u ilaaluu qabna.
11. Yeroo ta’u murteessinee adda baafachuu qabna.
12. Waraqaa eenyummaa fi bank account qopheeffachuu
13. Trader amalli isaanii akkamidha jennee qorachuu qabna.

Forex trading the largest financial market in the world.

FX trading irratti kan hirmaatan

1. Super banks(citi, JMorgan, UBS, Barclays, Deutsche Bank, Goldman Sachs, HSBC, and Bank of
America )
2. Large commercial companies(Sony,HITACHI, DELL, amazon, SAMSUNG, Microsoft,
NOKIA,intel,Google, TOSHIBA,Panasonic,Nintendo Apple, LG)
3. Governments and central banks(the European Central bank, the Bank of England, and the
federal reserve)
4. Speculators(me and …)

Time Session

There are four time sessions

SYDNEY

TOKYO

LONDON

NEW YORK

Overlap time session

From 6:00 ocklock day to 9:00 oklock day London and New york overlapped
Morning at 1:00 oc’clock Tokyo and London overlapped

From 5:00 o’clock evening to 11:00 o’clock evening Sydney and Tokyo overlapped

Normal times for four sessions in 24 hours

From 3:00 evenning to 11:00 evening SYDNEY time session

From 5:00 evening to 1:00 morning Tokyo time session

From 1:00 morning to 9:00 afternoon London time session

From 6:00 day to 2:00 evening New york time session

Currency pairs

1. EURO PAIRS
2. GBP PAIRS
3. AUD PAIRS
4. NZD PAIRS
5. USD PAIRS
6. CAD PAIRS
7. CHF PAIRS
8. JPY PAIRS
1. EURO/GBP
2. EURO/AUD
3. EURO/NZD
4. EURO/USD
5. EURO/CAD
6. EURO/CHF
7. EURO/JPY
1. GBP/AUD
2. GBP/NZD
3. GBP/USD
4. GBP/CAD
5. GBP/CHF
6. GBP/JPY
1. AUD/NZD
2. AUD/USD
3. AUD/CAD
4. AUD/CHF
5. AUD/JPY
1. NZD/USD
2. NZD/CAD
3. NZD/CHF
4. NZD/JPY
1. USD/CAD
2. USD/CHF
3. USD/JPY
1. CAD/CHF
2. CAD/JPY
1. CHF/JPY

Base currency jechuun currency isa jalqabarra jiru jechuudha

Quote currency jechuun immoo pair keessaa isa lammaffaarra jiru jechuudha.

Bid and Ask (buy and sell)

Pips Meter (safartuu) jechuudha

Fakkeenyaaf

Price of EURUSD

1.35611(inni 4ffaa irra jiru 1pips, inni sadaffaa in 2pips, inni lammaffaa immoo 3pips, inni sadaffaa
immoo 4th pips jedhamu)

1lots size = 100000units

Leverage

Leverage jechuun qarshii xiqqoodhaan qarshii guddaa access gochuu danda’uu jechuudha.

Brokers jechuun dallaalaa jechuudha afaan nuyi beeknuun jechuudha.

Brokers lamatu jiru

1. Dealing desk…trading keenya ofiisaanii analyse erga godhanii booda kan dabarsanidha
2. Non-dealing desk…direct gara jaraatti nu dabarsu

Spread jechuun altakkaa yeroo trade goonu kan nurraa citu jechuudha.

You might also like