Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 2

Akkaadaamii Abeem Yuuz

“BARACHUUN JIJJIIRAMAAF”

Imeelii:- abemacademy@gmail.com L.S. P 28267 Addis Ababa, Itoophiyaa . Bilbila: 0112793477

Maqaa__________________________________ Bara 2016 Qormaata xumuraa Afaan Oromoo

Kurmaana 1ffaa Kutaa 5ffaa Guyyaa ______________Maqaa barsiisaa /stuu______________


Yeroo kename daqiiqaa 30’
I. Gaafiilee armaan gadiif yoo sirrii ta’e “Dhugaa” yoo dogogora ta’e immoo “Soba”
jechuun barreesi (4%)
________ 1. Qubeewwan afaan oromoo lakkoofsaan 26.
________ 2. Laafinni fi jabinni sagalee, qubee dubbifamaa irraatti hundaa’a.
________ 3. Jechi “hoolaa” jedhu jecha sagalee gabaabaa dha.
________ 4.”Dh”n qubee dachaa dha.
II. Walitti firoomsi (7%)
“A” “B”
_____ 5. Akkam bulte? A. birraa
_____ 6. Akkam oolte? B. wagga 11
_____ 7. Nagaan buli. C. kutaa 5 ffaan baradha
_____ 8. Nagaan bulaa. D. nagaan buli
_____ 9. Kutaa meeqaffaa barata? E. akkam bulte?
_____ 10. Umuriin kee meeqa? F. nagaan bulaa
_____ 11. Waqtii G. akkam oolte?
III. Deebii sirrii ta’e filaachuun deebisi. (9%)
____ 12. Qubee dachaa kan ta’e kami?
A. CH B.H C. O D. N
____13. Qubee dubbachiiftuu kan ta’e kami?
A. C B.E C. ny D. Z
____ 14. Qubee xiqqaa kan ta’e kami?
A. b B.d C. g D. hunda
____ 15. Ji’oota waggaa kan ta’e kami?
A. Mudde B Wiixata C. kamisa D. 20
____ 16. Lakkoofsa kan ta’e kami?
A. Bona B. 70 C. Jimaata D. qubee

Mallattoo maatii __________ Guyya ______ mallattoo barsiisaa ____________


____ 17. Qubee dubbifamaan kami?
A. A B. e C. X D. u
____18. Waqtii birraa kan ta’e kami?
A. Fulbaana B. Onkoloolesa C. sadaasa D. hunda
____ 19. Jecha sagalee dheeraa kan ta’e kami?
A. Lafa B. Roobii C. tokko D.mana
____20. A. Maqaan kee eenyu?
B _____________________
A. Maqaan koo Naatii jedhama C. kutaa 5ffaan baradha
B. Akkam bulte D. Nagaan bulaa
I. Guyoota torbanii tartiibaan barreessi. (7%)
Kamisa Wiixata Jimaata
Roobii Sanbata Dilbata Kibxata

1. __________
2. __________
3. __________
4. __________
5. ___________
6. __________
7. ___________
II. Jecha sirrii ta’een gabatee armaan gadii guuti. (4%)

Sagalee Jecha
Gabaabaa
Dheeraa
Laafaa
jabaa

Bonasii
Amala/character treat/ ji’a Sadaasaa barreessi.

______________________________

Mallattoo maatii __________ Guyya ______ mallattoo barsiisaa ____________

You might also like