Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 5

WaldaaAksiyoonaLiqii fi QusannaaOromiyaa (WALQO) Damee ____________

WaliigalteeLiqii
1. Gareewaliigale

1.1Liqeessaa:-WaldaaAksiyoonaaLiqii fi
QusannaaOromiyaaDamee________________Kanaanbooda“liqeessaa”
jedhameewaamamuuteessoonisaaMagaalaa_______________Lakk.Bilbilaa_____________kanta’e fi

1.2.Liqeeffataa:-
Kanaanbooda“liqeefataa”jedhameewaamamuMaqaa_______________________________________
______________________________________________________

Teessoo: Aanaa________________Magaala______________Ganda________________________
Lakk. Manaa_____________ Lakk. Bilbilaa__________________
kanta’egidduuttiwaliigalteenarmaangadittitarreefame kun raawwateera.

1.3. Maqaawabii:- _______________________________________________________________

Teessoo: Godina _________ Aanaa ______________ Magaalaa ___________ Ganda _________ Lakk.
Manaa _________ lakk. Bilbilaa _______________

2. Guyyaawaliigaltee:-

Waliigalteenliqiikunguyyaahar’aa___/___/20____magaalaa__________ganda
_____________keessattiraawwateera.

3. Hangaliqiiliqeefamee

LiqeessaanWaldaaAksiyoonaLiqii fi QusannaaOromiyaaDamee ____________ Liqeeffataa


_____________________________________________ tiifhojiiadeemsiftuufQarshii
__________(______________________________),kaappitaalainvastimentiifkanoolu
Qr.___________(___________________________________________________________________)
dimishaashaan Qr.__________(____________________________________________) liqeesseera.

4. Haaladeebiiliqii

Liqeeffataanliqiiliqeeffatekeessaakanhojiiadeemsiftuuguyyaa ___/____/20______
eegaleeliqiihaadhoo_______ fidhala________Ida;amaqarshii_________
(______________________________ ______________________) ji’aji’aan, / kurmana-kurmaana
/ji’aja’aan (semiannually)kaffaluuf,akkasumas, liqiiinvestimentiiguyyaa
___/____/20____irraaeegaleehaadhoo Qr.______________( ________________________________) fi
dhala Qr._______ (_______________________________) Ida’ama
Qr.________(____________________________________________________) ji’aji’aan,
yknkurmana-kurmaaniyknji’aja’aan (semi annually)
kaffaluuf,walumaagalattiguyyaagostikaffaltiinliqiilammaaniiwalittidhufanirraaegaleeji’aji’aanykn
kumaana-kurmaanaanyknji’aja’aan (semi annually) haadhoo
Qr._______( ______________________________________) fi dhala Qr._______
(____________________________________) idaa’ima Qr.________ (______________
___________________________________________) kanfaluuf fi guyyaa
___/____/20____irrattiliqiikaffaleexumuruufwaliigaleera.

Page 1 of 5
5.Yeroohaaragalfannaa (grace period)
5.1.
dheerinniyeroohaaragalfannaakancappitaalaa ,hojiiadeemsiftuuhangaji`alamaattikankennamuyoota`
u,
akkaataaamaladaldalaliqiikennamuuirrattihundaa`uunyeroonhaagalfannaaliqiihojiiadeemsiftuukana
aguyyaaliqiinkennameekaasee(eegalee) hanga ___/___/_____ ttikanturuta`a.

5.2.
Dheerinnihaaragalfannakankaappitaalahojiiinvestimentiihangaji`ajahaattikankennamuyoota`u ,akka
ataaamaladaldalaliqiikennamuuirrattihundaa`uunyeroonhaagalfannaaliqiihojiiadeemsiftuukanaaguy
yaaliqiinkennameekaasee(eegalee) hanga ___/___/_____ ttikanturuta`a.

6. Dhalaliqii, kanfaltiitajaajilaa fi adabbii


6.1.Liqiikenneirrattiliqeessaandhala
%____nikanfalchiisa.Hangikanfaltiindhalaaakkumakanfaltiinraawwtaadeemuunkangadibu’u(decli
ning) ta’a.

6.2.Liqeeffatanliqeessadhaafkanfaltiitajaajilaahangaliqiiliqeeffamuuirratti %_____
liqiinduranikaffala.

6.3.
LiqeessanliqiiGuyyaakaffalamuuqabuttiosoohinkaffalaminhafettiguyyaaaaneejiruueegaleeguyyoot
asoddomaafliqiiossoohinkaffalaminhafeirrattiguyyaaguyyaanadabbii %0.25niikanfalchiisa.
Kanaanismaallaqiiosoogaliihintaa’inyoohafeqaamaseeraattiniihimata.

6. 4.Gosa wabiidhiyaate
1. Manaa 2. Mindaahojjaatadhabbataa

3.BulchiinsaMagaalaa 4.BulchiinsaAanaa

5. Wabummaafandiiliqii

7. DirqamaWabummaaSeename
7.1.
Liqeeffataankaffaltiideebiiliqiiirraabarbaadamuakkaataasagantaadeebiiliqiiisaaeegateekaffaluufw
aliigaleera.
Haalumakanaankaffaltiiyerooisaaeegateekaffaltiiyoohinraawwanneliqeessaanliqeeffataafakeekachi
isabarreessee fi guyyaasoddomakeessattideebiiliqiiirraabarbaadamuyookaffaluubaate,
liqiiyerooisaadabarsee fi
liqiiyeroonisaahingeenyewalittieda’uunhaalawaliigalteeliqiiiraawwatameirrattituqameenwabummaa
qabameerraadeebisiifachuuakkadanda’uliqeessaa fi liqeeffataanwaliigaleera.

7.2LiqeessanliqiiGuyyaakaffalamuuqabuttiosoohinkaffalaminhafettiguyyaaaaneejiruueegaleeguyy
ootasoddomaafliqiiossoohinkaffalaminhafeirrattiguyyaaguyyaanadabbii %0.25niikanfalchiisa.
Kanaanismaallaqiiosoogaliihintaa’inyoohafeqaamaseeraattiniihimata.

Page 2 of 5
7.3.Liqeeffataanliqiifudhateosoohinkaffalinguyyaasoddomaolyoodabarsedirqamaisaaakkaataawalii
galteenwaanhinraawwanneeffedhaissaanwaliigalteeakkadiigettilakka’ameeliqeessaanhimannaanbir
ooosooisahinbarbaachisinbu’uuralabsiilakk 97/1990 fi labsiilakk 98/1990 keewwata 27(2)
jalattieerameenliqeessaanqabeenyyaawabummaanqabamegurgurachudhaanqarshiiliqii, dhala,
adabbii fi
baasiwwanaddaaddaagurgurtaaqabeenyawabummaanqabamegurguruukessattibaasiita’enideebisii
fata. Kana maleesmirgaabbaaqabeenyummaamanaayookingamoonamabiteef,
Akkaataalabsiwwanarmaanolitticaqafamekanaandabarsuuakkadanda’ubeekeewaliigaltee kana
raawwadhera.

7.4.Liqiiliqeffamaeefwabummaankanqabamemindaahojjataamootummaa (mitmootummaa)
(salary guarantee) yoota’ehaalahojjetaanwabummaakenne kun irrattiwaliigaleen;
waligalteekennaan (liqeessaan) liqiiyeroonkanfatliiisaadarbe fi
liqiiyeroonkanfaltiiisaahingeenyewalittiida’udhaan; liqii, dhala, adabbii fi
baasiwwanaddaaddaamindaahojjataawabummaakenneirraaakkacitutaasisuudhaanliqiiisaanideebi
siifata.

8.HaaromsaInshuraansiiilaalchisee:-
Liqeeffataanwabummaamanaatiinliqiiliqeeffateefhangaliqiinkaffalameexumuramuttiwaggaawagga
aninshuraansiimanawabummaanqabamehaaromsuufwaliigaleera.Liqeeffataanqaamaandhiyaateew
aggaawaggaankanhinhaaromsiifneyoota’eliqeessaanofiiisaatiinhaaromsiisuunbaasiiisaadeebiiliqiiir
rattidabaluunakkakaffalchiisuudanda’uliqeeffataanwaliigaleera.

9. Liqiidhimmahojiikaroorfameqofaafoolchuu:-
9.1.Liqeeffataanwaliigalteekanaanliqiiliqeeffatekanoolchuudanda’udhimmagaafateefqofaadha.
Sababaaddaaddaatiinliqeeffataangosahojiiisaajijjiiruuyoobarbaadedurseewaliigalteeliqeessaaargac
huqaba.Liqeeffataanliqiifudhatedhimmagaafateefoolchuuisaamirkaneessuuf,Liqeessaanragaasana
dootaa, meshaaleedheedhii fi maashinoota fi
qabeenyawaldichaahojjetaaisaabakkabuufachuunyookinqaamabirootiinqorachiisuuyookiinilaaluuf
mirganiqaba.

9.2. Liqeeffataangosahojiijijjiiruufdamee WALQO


irraawaliigalteeosoohinfudhatinliqiidhimmaliqeeffateefalayoooolcheeargamedirqamaisaaakkahinb
aanettifudhatameebattalumattiliqiiirrajirudhalliisaawajjinakkadeebisunitaasiifama.

10. Ibsaa fi sanadootamanajireenyaawabummaanqabamee :-


10.1. Liqeeffataanliqiiliqeeffateefmanawabummaanqabsiifateilaalchiseeragaa fi
sanadootabirooakkakanaagadiittimullateenqabsiiseera.

10.2 Lakkoofsakaartaa _______________________

10.3 Dangaamanichaa:- Kaabaan ____________________ Kibbaan __________________________

Bahaan ____________________________Lixaan ___________________________

10.4 Ibsamanichaayookiingamoo :-

Page 3 of 5
Lakk. Teessoo Gosamanaa Tilmaamagatii
Sanadaabbaaqabeenyummaa Godina Magaalaa Ganda Lakk.
Manaa

10.5.
Manawabummaanqabameirrattikutaawwandabalataanijaaramanhaalawaliigalteekanaankanfaltiiliq
eeffataairraaeegamuufakkawabummaadabalataattihubatamaniiqabamu.

11.Manniwabummaanqabamedirqamabirooirraabilisata’uu
Waliigalteekanaanliqeeffataanmanniwabummaafkennekanisaayookiinkannamabiraata’eedirqama
waliigalteekamiyyuuirraamaddeenkanhinqabamneta’uuisaabulchiinsamagaalairraamirkaneessuuq
aba.

12.Maqaa fi mallattooqaamoleewaliigalteekennaa,waliigalteefudhataawabiihadhamana
/abbawarraaliqeeffata /liqeeffatuu
1. Bakkabu’aawaliigalteekennaa (WALQO dame _____________________)

Maqaa ____________________________Mallattoo__________________ Guyyaa ________

2. Liqeefataa/waliigalteefudhataa/

Maqaa _________________________________Mallattoo__________________Guyyaa____________

 Haadha/abbaamanaaliqeeffataa;-
Maqaa __________________________Mallattoo__________________Guyyaa___________

3. Wabii ;-Maqaa ___________________________Mallattoo_______________Guyyaa____________

 Maqaa fi Mallattoohaadha/abbaamanaawabii;-

Maqaa _____________________Mallattoo _______________ Guyyaa ____________

4. Maqaa fi mallattoohogganaabulchiinsamagaala /Aanaa/wabiita’ee

 Maqaa _______________________Mallattoo __________ Guyyaa _______________

13.Naqaashota
1.___________________________________________ Mallattoo _________________

2.___________________________________________ Mallattoo _________________

3.__________________________________________ Mallattoo _________________

ChaappaaLiqeeffataa Chaappaaliqeessaa ChaappaaWabii

Page 4 of 5
Lakk __________________________

Guyyaa ________________________

Walda Aksiyoona liqii fi qussanaa oromiya dame haromayattiif

Uunka waligatee dirqama wabummaa

1.Maqaa fi Tessoo Wabii


maqaa wabii wajjiira bulchinsa magalla Aanaa Haramaya

maqa bakka bu’a ____________________________ gahee hojii _________

mallattoo ______________________guyyaa __________________

lakk. Bilbila ___________________

2.Dirqama Wabummaa Seename


Waajjira Kenya akkata gafii liqii IMX ________________________tiin liqii waldaan

Aksiyoona liqii fi qussannaa oromiyaa waldichaf kenne

qar. _____________________________________________________

Dhala _________________________________________________

Waligala qar _____________________________________________

Yero waligaltee walqo fi waldicha jiduttii rawwatamee keessata’ettii waldichi kan hin debifne
yoo ta’ee gutumaan gututtii bakka waldicha ( IMX) ta’u fi bakka waldicha bu’aan WALQOF
kafaluf bu’ura S/H/H kewwata 1920 fi itti Aanun Dirqama wabumma kana fedhii keenya gutuun
kan fudhannee ta’uu ni mirkanesina .

Nagayaa wajjiin !!

Page 5 of 5

You might also like