Download as doc, pdf, or txt
Download as doc, pdf, or txt
You are on page 1of 3

NAMOOTA BARUUMSA

BARABAADAN HUNDAAF

1.Ulaagalee siyaasaa
1.1 Heeraa fi seeraa biyyaatti kabajee kachiisuuf fedhii guutuu
kan qabu/qabdu
1.2 Walqixummaa sabaa fi bab-lammootatti kan amanu/amantu
1.3 Dhaabbilee siyaasaa Kamiyyuu irraa bilisa kan ta’e/taate fi hoomaa
waraanaa ta’ee/tee hojjechuuf fedhii kan qabu /qabdu
1.4.Kanaan dura miseensa hoomaa waraanaa fi miseensa poolisii kan hin
turre.
1.5.Yakkaa adda addaa fi himannaa sivilii irraa bilisa kan ta’e/taate
1.6.Lammii Itoopiyaa kan ta’e/taate
1.7 Qaama guutuu fi dhabbii sirrii ta’e kan qabu/ qabdu ta’ee, miila,
harka, morma fi dugdi isaa/ishee caba kan hin qabne
1.8 Qaamolee miraa shanan , ilkaan fi hidhii isaa/ishii fayyaa kan ta’e
1.9 Dhibee qaama keessaa kan akka TB, Maramartoo, sukkaaraa,
dhibbaa dhiigaa, kintarotii fi kukkuu mormaa irraa bilisa kan ta’e /taate

1.10 Uummata biratti fudhatama kan qabuu fi araada adda addaa irraa
bilisa kan ta’e/taate
1.11 Qabxii armaan olitti ibsamaniif Bulchiinsa Gandaa fi waajjira
Poolisii irraa ragaa dhiyeeffachuu kan danda’u/dandeessu
1.12 Bakka hoomaan waraanaa oguuma engineeringi ramadee hundatti
hojjechuuf heeyyamamaa kan ta’e /taate
1.13 oguuma engineeringi dhan ebifumtani dachaan tajjajiluf feedhi kan
qabdaan
1.14 Ittii bulmaataa seeraa fi dambii hoomaa waraanaatiin mirgaa fi
dirqama isaa beekee kan hojjetu/hojjettu, akkasumas kan hin
fuuneefi hin heerumnee/ijoollee kan hin qabne
1.15 ulagale harmaan oliti ibsan ganda fi polisi irra ragaa dhiyefachu
kan danda’u
2.Ulaagalee Qaamaa
2.1 Dheerinni dhiraaf = 1.60m dubaraaf =1.55m fi isaa ol kan ta’e/
taate,
2.2 ulfaatinni qaamaa dhiiraaf = 50-70kg dubaraaf =45-60kg fi isaa ol
kan ta’e/ taate
2.3 Umuriin saala lameenifuu 18-24 qofa kan ta’e/ taate
2.4 Qormataa fayyaa qoratamuuf fedhii kan qabu fii fayyaa kan ta’e.
3. Haala Barnootaa
3.1 saayinsii Umamaa kan barate
ffaa ffaa
3.2 Ragga barnota 8 fi 10 orginala dhifaachu kan danda’u
ffaa
3.3 qormata kuta 10 fudhatee inglifa, hirga, fiziksi fi kemistiryi dhaan
C fi isaa oli kan qaban
ffaa ffaa ffaa ffaa
3.4 Tiraaniskiribtii kutaa 9 , 10 , 11 fi 12 orijinaalaa fi
koppii isaa dhiyeeffachhuu kan danda’u /dandeessu

3.5 Bara Barnota 2010 qormaata fudhatee ulagaa barnota qopha’iina


dhiraaf qabxi 352 dubartiif 330 kan qabu / kan qabdu
3.6 Bara Barnota 2011 qormaata fudhatee ulagaa barnota qopha’iina
fudhatee barnota arfaniin inglifa, hirga, fiziksi, fi atiti’udi dhan
dhiraaf 176 dubartiif 166 kan qabu/kan qabdu
3.7 Bara Barnota 2011 qormaata fudhatee yoo xiqatee dhiraaf 380
dubartiif 368 qabu/kan qabdu
3.8 Mana barnoota University adda addaa kessa barnoota saayinsii fi
engineering dhan bercha kan jiru/ kan jirtu
3.9 Mana barnoota University adda addaa kessa barachaa kan jirufii
ragaa semisiteraa dhiyeeffachhuu kan danda’u /dandeessu
3.10 saayinsii, hirga, fiziksi fi kemistiryi fi appiladi saayinsii dhan digrii
calqabaan bara 2012/2013 ebifamee temporaarii digrii,( student copy,
official transcript) dhiyeeffachhuu kan danda’u /dandeessu
3.11 Imammaata barnoota ammattiin bara 2011/2012 barnoota saayinsii
umamattin tekninikaan levili IV ebifame raga COC dhiyeeffachhuu kan
danda’u /dandeessu
3.12 Hojji hara’a uumuttiin muxano kan qabu ni jajjabefama
3.13 Dorgomtuun dubaritii ni jajjabefamittii
4. Iddoon Galmee
 Fiffinnee fi warren nannoo fiffinee jiratan moora rayyaa
ittisa biyyaa oddoo mokonanochi fuldura poolisi balbalara
 Warren nannoolerati galmau barbaadan godina,anaa fi
arradaa/ganda itti argamtanitti galmau dandeessu
 Guuyyaan galmee camsaa 26/2013-hagayya12

Universiti rayyaa ittisa Biyyaa itiyoophiya Injineering colleji

Camsaa 2013

You might also like