Afaan Oromoo BID 2ffaa

You might also like

Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 1

Madrasaa Sumayyootaatti Qormaata Herregaa BID 2ffaa Amajjii 5/2016

Qulqullinni Barruu Harkaa fi waraqaa qoruumsaa gatii qaba.


Ajaja I. Iddoo duwwaa siif kenname irratti lakkoofsa itti aanee dhufu barreessi!Qabxii
2 qaba.
1 --------,-------,-------
5 --------,--------,-------
9 --------,--------,-------
13-------,--------,-------
17-------,--------,-------
21-------,--------,-------
Ajaja II.BARREESSUUN DEEBISI!
Lakkoofsota armaan gaditti kennaman jechaan barreessi! qabxii 1 qaba.
1-------------------
2-------------------
3-------------------
4-------------------
5-------------------
6-------------------
Ajaja III.Lakkoofsota Jechaan kennaman gara lakkoofsaatti jijjiiruun bakka duwwaa
siif kenname irratti barre Qabxii 2 qaba.

1.Afur----------
2.Kudhan--------
3.Shan ---------
4.Digdama--------
5.Soddoma--------
6.Siddoma --------
7.Qubbeen harka kee lamaan lakkaa'uun walitti baay'inna isaanii lakkoofsaan
barreessi-------------
Qopheessaan B/s Amaan Galchuu

Mallattoo:-------------

Carraa gaarii!

You might also like