Download as doc, pdf, or txt
Download as doc, pdf, or txt
You are on page 1of 7

Qabiyyee Gabasaa Raawwii hojii Kominikeeshinii

Seensa

Karoorii hojii tokko erga qophaa’ee booda raawwiin hojiiwwan karoorfaman ilaalchisee
bakka ga’amee fi galma ga’amuuf akeekame beekuuf hojii karoorfameefi raawwii isaa
walbira qabamee yoo madaalaamuu baate Milkaa’iinsa raawwii karoorichaa irratti dhiibbaa
fiduu danda’a.

Bu’uruuma kanan gabaasiinni dhiyatuu tarreeffama hojii eegee bifa walfakkaatuun


dhihaachuu waan qabuuf qabiyyeen gabaasaa raawwii hojii dhimoota inni of keessatti
qabachuu qabu akka ittii aanuutti qindaa’e jira.

Haaluma Kanaan isiins dhimma kana hubattanii kallattii kaa’amee giddu giddugaleessa
godhachuudhaan gabaasa yeroo fi qulqullinni isaa eegame akka dhiyeesitan isiin
hubaachiifna

Qabiyyeefi unkaalee gabaasaa raawwii Hojii ittiin dhiyaatu

 Baafata
 Seensa
 Ergama mul’ataafi Dudhaa mana hojichaa
 Toora Xiyyeeffannoo mana hojichaa
Hojiiwwan Raawwataman

1.1 Boqoonnaa Qophii


 Qophii karooraa
 Raawwataa qopheessuu
1.2. Boqonnaa Raawwii

1.2.1.Hojiiwwan ijoofi gurguddoo sagantaa idileetiin Raawwataman


 Ajandaalee gurguddoo hojiin kominikeeshinii irratti hojjetameefi karooraafi raawwii
tarreeffama hojii hundarratti ibsu.
FKN
 Artikiliifi Oduu mootummaa qophaa’e ajandaa waliin
 Waltajjii marii komataafi komatamaa qophaa’e mata duree waliin
 Eeyyama beeksisaa sagaleefi barreeffamaa kenname dhimma isaa waliin
 Komiifi gaaffii ummataa sassaabamee qindaa’ee ajandaa isaa waliin
ibsamu qaba
 Dhiibbaa gaarii hojii kominikeeshiniin uumamanii fi Bu’awwan argaman gabaasicha
keessatti hammatamu qaba.
1.2.2. Boqoonnaa xumuura
 Sirnaa deggeersa fi hordoffii
 Ciminaa
 Hanqina
 Rakkoofi furmaata rakkoo
 Kallatti fuurmaata_

Hubachiisa: Gabaasa Raawwii hojii weyita qindeesitan humna namaa hojii kominikeeshinii
milkeessuuf karooan qabame jiruufi qabatamatti amma raawwacha kana jiru meeqa akka ta’e
qaama gabaasa keessanii taasisuu qabdu
Fkn
 Godinni tokko caasaa aanaa dabalatee karoora humna namaa __ Rawwii ___ %____
 B/Magaalotaa Karoora humna namaa ___ Raawwii ___ %____
Tarreefamoota Hojii bara 2016 raawwatamuu qaban

A. Damee Burqaa Odeeffaannoo


Lak Tarreefamoota Hojii Safar Bakk Manii Karooraafi Raawwii Karooraafi raawwii hanga
tu a ittii waggaa ji’a ( kur).
ji’a ( kur).
raw
wata Karo Raw % Karo Raw %
mu

1 Eeruu Midiyaa Lak

2 Oduu Mootummaa Lakk

3 Artikilii qopheessuu lakk

Ergaa rogeessuufi tamsaasuu Lak

Birooshera qopheessuu kopi

Viidiyoo gaggabaaboo caasalee


sadarkaan jiraniin qopheessuufi Lakk
tamsaasuu

Giddugala raga hundeessuu(data Lak


canter)
Ragaa suur-sagalee(Vidiyo) Lak

Ragaa sagalee(audio) Lakk

Ragaalee footoo Lakk

Ragaa Barreefamaa Lak

Egzibishinii ykn Mullisa suur Lakk


foddaa

Gaazexaa kallachaa raabsuu Lak

Galii gurgurtaa Gazexaa Qa


sassabame

Maamila midiyaa horachuu Lak

B. Damee Qorannoo Kominikeeshiniifi Hariiroo Uummataa fi Daadhessa Imaammataa

Lak Tarreefamoota Hojii Safart qaam Maniwag Karooraafi Raawwii Karooraafi raawwii hanga
k u a g ji’a ( kur).
ji’a ( kur).
raww
atam Karo Raw % Karo Raw %
u
Ajandaalee weeyitaawaa ta’an Torba
irratti hunda’uun yaada ummataa n
sassaabamee xiinxalame
geggeessuu

Komeefi gaaffii ummataa Torba


xiinxalame irratti sanada qophaa’e

Taatee guyya guyyaa sassaabuufi Guyy


xiinxaluu

Waltajjii maree ummataa sadarkaa marsa


aanaafi magaalatti geggeefame

Beeksisa alaa naannicha hordofuu Kur

Eyyama Beeksisa Barreeffamaa Lakk


kennuu

Eyyama Beeksisa sagalee kennuu lakk

Galii Beeksisa alaa irraa walitti Qar.


qabame

Karooraafi raawwii hojii Kur


kominikeeshinii sekteraalee
hordofuu deggeruufi duubdeebii
kennuu

14 Sagantaa muuxannoo waljijjiirra Marsa


hojii gaarii kominikeeshinii

D. Chaanalota xixxiqqaa Hordofuu,deggeruufi babal’isuu ilaalchisee

L Tarreefamoota Hojii Saf Baaka itti raawwatamuu Karoora Karooraafi Karooraafi raawwii
a a waggaa Raawwii ji’a hanga ji’a ( kur. )
k ( kur).

kar Raw % Kar Raw %


1 Minii Miidiyaa Sadarkaa Aanaattii
babal’isuu B/magaalaa shaggar
Lak B/Maga Shasamannee,Bishooftu,Adaama

B/Magaloota kanneen hafan 19

2 Gabatee Odeeffannoo Lak B/M/Shaggar


B/Maga Shasamannee,Bishooftu,Adaama
B/Magaloota kanneen hafan 19
Sadarkaa Aanaattii
3 Sony iskiriinii(TVP) Lak B/M/Shaggaritti
B/Maga Shasamannee,Bishooftu,Adaama

B/M/
Jimmaa,Naqamtee,Amboo,Waliisoo,Asallaa,Roobee
B.Sirna hordoffiifi Deggersaa.
Lak Tartiiba Raawwii Safa qaama Maniw Karooraafi Raawwii ji’a Karooraafi raawwii hanga ji’a (
rawwatam agg ( kur). kur).
u
Karo Raw Kar Raw Karo Raw

1 Gamaggamaa raawwii hojii Kur


2 Duubdeebii Kenname kur
3 Supperviijinii qaamaan Kur
geggeeffame
4 Madaallii Mana hojiifi hojjetaa Mar

You might also like