Download as doc, pdf, or txt
Download as doc, pdf, or txt
You are on page 1of 3

Mana Barumsa Udee Sad.

2ffaatti

Qorumsa Afaan Oromoo Kutaa 9ffaa Walakkeessa Sem 2ffaa Bara 2016

Maqaa _________________________ Kutaa____Daree___Lak___

Himoota Armaan Gadii yoo Sirrii ta'e dhugaa yoo dogoggora tahe immoo soba jechuudhaan iddoo siif
kenname irratti deebisi.

1. Jaargochi sababaafi bu'aa walitti hidhamee asoosama tokko keessatti dhiyaata.

2. Waldiddaan, namoota waa'ee isaanii ibsamu abbootii seenaat.

3. Ciroon tuuta jechootaa ta'ee. ergaa guutuu dabarsuu danda'a.

4. Ciroon hirkataan matimaafi gochima hinqabu.

5. Dubbiin qolaa afoola keessatti ramadama.

6. Amaloota ogwalaloo keessaa tokko rukuttaaa manab qabaachuu isaaniiti.

Gaaffilee armaan gadiitif deebii sirrii ta'e filadhu.

7. Kanneen armaan gadii keessaa kamtu afoola.

A. geerrarsa B. hibboo C. mammaaksa D. hunda

8. Abbkan Gadaa namoota walitti araarse. kan jala murame maal ibsa.

A. gaalee durduubee B. qaalee gochimaa C. gaalee maqaa D. gaalee maqibsii

9. Caaltuun hoolaa mukatti hiite kan jala murame

A. gaalee durduubee B. gaalee maqaa C. gaalee gochimaa D. gaalee maqibsii

10. Mootiin .yoo bofa arpe uleedhaan dhaha

A. rukuta B. safara C. darbata D. ajjeesa

11. Adaa Oromoo keessatti eebbi yeroo kami godhama?

A. yeroo cidhaa B. yeroo walgahii C. yeroo daa'imti dhalattu D . hunda

12. Gaangeen______sakaallaa______

A. isa, kuttee B. inni, kute C. tee, kute D. tee, kutte

Gaaffiiwwan 13 - 17 jiraniif jechoota kennaman keessaa kan adda ta'e filadhu.


13. A. kutuu B. finciluu C. muruu D. ciruu

14. A. hammaaruu B. waraabuu C. toohuu D. tahuu

15. A. Nyaachisuu B. kajeeluu C. Affeeruu D. waamuu

16. A. nuffisiisaa B. hiffisiisaa C. lolchiisaa D. ifachiisaa

17 . A. Baayyisuu B. daneessuu C. heddummesuu D. golgoleessuu

Bakkee duwwaa siif kenname irratti deebii sirrii tahe guuti.

18. ________________________ Wantoota lama kan uumamaan walhinfakkaanne, amaloota tokkoo


isa biroof kenna.

19. jechoonni hiikni isaanii tokko tahee unka garagaraa qaban jechoota______________jedhamu.

20. Jechoonni hiika lamaafi lamaa ol qaban jechoota___________________________ jedhamu.

Mana Barumsa Udee Sad. 2ffaatti

Qorumsa Afaan Oromoo Kutaa 10ffaa Walakkeessa Sem 2ffaa Bara 2016

Maqaa _________________________ Kutaa____Daree___Lak___

Himoota Armaan Gadii yoo Sirrii ta'e dhugaa yoo dogoggora tahe immoo soba jechuudhaan iddoo siif
kenname irratti deebisi.

1. Asoosamniifi ala-asoosamni kan ittiin walfakkeessan keessaa tokko gosa ogb tu'uu isaati.

2. Qooddattaan goobaan galeessi gosa namfakkii diriiraati.

3. Ciigoon qariyyee dubbii yookaan barreeffamaan darbuudha.

4. Maqibsiin maqaa booda galuudhaan odeeffannoo dabalataa kenna.

5. Soorgoon xiinxala gadifageenyaa barbaada.

6. Gochimoonni hafoon gochi raawwatame tokko kan qaama biroorraa hin cinne matimarratti kan hafee
miti.

Gaaffilee armaan gadiitiif deebii sirrii tahe filadhu.

7. yeroo baayyee ijoolletu taphata.

A. Ciigoo B. arrab-lablee C. mammaaksa D. hunda

8. Gosoota xalayaa keessaa kan lak hin qabne kami?

A. xalayaa hojii B. xalayaa dhuunfaa


9. Gochichoota hafoo kan tahe kami.

A. Waraabessi du'e B. inni qeerransa ajjeese C. Tolaan biqiltuu dhaabe D. hunda

10. Duraa duuba jechaa jijjijiiruun jechi jecha biraa ijaaruu hindandeenye kbmi?

A. mala B. laga C. saree D. maqaa

11. Jecha ''bofa irra ejjachuu''jedhuunf hiika kamtu sirriidha?

A. sodaa B. dhiyoo C. kabajamuu D. salphachuu

jechoota roga ''A'' jala jiraniif kanneen roga ''B'' jala jiran akkaataa waliin deemuu dandahaniin walitti
firoomsi.

''A'' '' B''

12. Imimmoo A. gumaa danuuf bahu

13. Halaala B. fagoo

14. kuphaa Baasuu C. aagii walii fudhachuu

15. gaaduu D. Barbaaduu

walaloo armaan gadii dubbisii deebii sirrii tahe barreessi. Qabxii (3) qaba

16. Ishiin si jaalattii ati maa jibbita

Intala ulfeessi yaa gurbaa ulfaataa

1. Dubbii dachaa:

2. Soorgoo:

3. Sookoo:

4. Gosoota namfakkii keessaa lama barreessi. Qabxii(2) qaba.

You might also like