Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 12

Qabxii Ijoo

• Sagantaa ijaarsa dandeettii biyyoolessaa guddaa kana keessatti


sagantaaleen xixiqqaa
• Sagantaa Fooyya’insa Siivil Sarviisii
• Sagantaa Fooyya’insa Sirna Haqaa
• Sagantaa Fooyya’insa Sirna Gibiraa
• Sagantaa Ijaarsa Dandeettii Aanaalee
• Sagantaa Hoggansaa fi Ijaarsa Dandeettii Magaalaa
• Sagantaa Teeknooloojii Qunnamtii Odeeffannoo (TQO)
dha.
• Sagantaaleen Xixiqqoo Sagantaa Fooyya’insa Pablik Sarviisii:
• Sirna fooyy’iinsa hoggansa olaanaa
• Bulchiinsa humna namaa
• Kenna tajaajilaa
• Naamusaa
• To’annoo fi bulchiinsa baasii mootummaa
• Utubaaleen gurguddoo sagantaalee ijaarsa dandeettii
• Gurmaa’insa,
• Hojimaataa fi
• Humna Namaa (dandeettii, beekumsaa fi ilaalcha)

• Hojii haala barbaadameen raawwachuuf kaayyoo jiru galmaan gahuu


fi guddina yaadame saffina barbaadameen mirkaneessuuf sochii
taasifamu keessatti rakkoolee gama hudhaalee gurguddoo:
• ilaalcha,
• dandeettii fi
• dhiyeessii (deeggersaa fi hordooffii)

• Paakeejii meeshaalee jijjiiramaa haala guutuu ta’een fi bifa qindoomina


qabuun hojii irra oolchuudhaan,
• jijjiirama jaarmiyaalee fiduudhaaf,
• kenninsa tajaajilaa fooyyeessuudhaaf,
• itti quufiinsa uummataa dabaluuf
• galmoota misoomaa, dimokiraasii fi Bulchiinsa gaarii
milkeessuuf
• Paakejii meeshaalee jijjirama
• Jijjiirama Bu’uura Adeemsa Hojii (JBAH),
• Sirna Madaallii Bu’aa Karoora Tarsiima’aa (SMBKT),
• Chaartarii lammiilee (ChL)
• kaayizenii
• Teekinooloojii Qunnamtii Odeeffannoo (TQO) dha.
Aadaan mana hojii
• Amala,
• Duudhaa,
• Amantaa,
• Yaadamootaa fi
• Falaasama mana hojichaa

JBAH Eenyuuf barbaachisa


• Dhaabbileen rakkoo guddaa keessa jiraachuu isaanii baraniif,
• Dhaabbilee hanga ammaa rakkoo keessa hin galin garuu fuulduratti
rakkoon isaan quunnamuuf jiru argan,
• Dhaabbilee sadarkaa olaanaa irra jiranii fi dorgomaa ta’an garuu
kana caalaa guddachuu fi cimanii argamuu kan barbaadani dha.

Amaloota gurguddoo JBAH


• Hojiiwwan hedduun bakka tokkotti qindaa’anii nama tokkoon akka
hojjetamu taasifamuu isa;
• Hojjetaan hojicha raawwatu irrratti murtoo dabarsu kamiyyuu akka
qaama hojiitti ilaalee ittiin akka hojjetuuf aangeffamuu isaa;
• Hojiiwwan faayidaa hin daballee fi deddeebi’ii maamilaa baay’isuun
yeroo maamilaa qisaasan, qulqullina tajaajilaa hir’isanii fi
maamilatti baasii fi xaarii itti dabalan keessaa citanii bahu isaanii;
• Hojiin tokko bakka caalmaatti bu’aa buusuu danda’utti gurmaa’a;

Faayidaa JBAH
• Hojimaataa fi biirokiraasii mootummaa tajaajiluu danda’u uumuu
• Tajaajila dhaabbilee mootummaatiin kennamu irratti itti quufinsa
ummataa dabaluu
• Hojimaata yeroo fi leecalloo hin qisaasne uumuu
• Hojimaata pablik sarviisicha dorgomaa taasisu uumuu
Faayidaa JBAH
• Iftoomina hojii uuma
• Adeemsa hojii salphisa
• Bu’uura jijjiiramaa fida
• Itti gaafatamummaa hordofsiisa
• Si’aayinaa fi qulqullina hojii dabala
• Hojii safaranii kennuu fi fudhachuuf gargaara
• Fayyadamummaa uummataa mirkaneessa
• Hojjetaa aangessa
Sadarkaalee Ijaarsa JBAH
• Karoorsuu
• Hubachuu
• Irra deebiin kurfeessuu
• Hojiirra oolchuu

• Meeshaan jijjiiramaa fi ammayyaa’aa ta’e JBAH’n kan jalqabame gorsitoota


beekkamoo Mikaa’el Hamarii fi Chaampii ((Hammer and Champy (1993)
and Davenport (1993)) kan jedhamiin ture.
Hiikoon JBAH utubaalee 4 of keessa qaba:
1. Gadi fageenyaan yaaduu
2. Hundeedhaan wixinuu
3. Jijjirama raajii ta’e.
4. Adeemsa hojii
Bu’aalee Hojii Irra Oolmaa JBAH tiin argaman
• Hojimaatni walxaxaa ta’e hafeera,
• Yaa’insi hojii adeemsa irratti kan bu’reefffate ta’eera,
• Tutuqqiin hojii hafee tajaajilli fooddaa tokkoon akka kennamu
taasifameera
• Manneen hojii baay’ee keessatti yeroon kenna tajaajilaa gabaabbateera,
• Miirri tajaajiltummaa hoggansaa fi hojjataa muraasa biratti uumamee
• qabsoon ilaalchaa fi gocha kiraa sassaabdummaa irratti taasifamuuf
haalli mija’aa uumameera,
• Qusannaan leecalloo (yeroo, maallaqaa fi humni namaa) iddoo muraasa
keessattis ta’u milkaa’eera.
Dayimandiwwan JBAH
• Adeemsa
• Hojii fi caaseffama
• Sirna hooggansaa fi madaallii
• Dudhaalee fi amantaa
Amaalota falaasama kaayizenii
• Hirmaachisummaa
• Ittifufiinsa Kan qabu (continuity)
• Ida`ama jijjiirama xixiqqoo
• Baasii guddaa hin gaafatu

Kaayizeniin Eenyuuf barbaachisa


• Namoota dhuunfaaf
• Maatiif
• Dhaabbilee oomishaatiif
• Dhaabbilee tajaajilaatiif
• Dhaabbilee dhuunfatiif
• Dhaabbilee mootummaatiif
• Dhaabbilee miti-mootummaa fi kkf
Q-shanan (5s)
• Qulleessuu
• Qindeessuun
• Qulqulleessuu
• Qixxeessuu
• Qaamessuu
Walitti Dhufeenya JBAH fi Kaayizanii
• Tokkummaa Isaanii
• Lamaanuu gumaacha adeemsaa (process) irratti kan hojjetani dha
• Lamaanuu humna namaa gahumsa qabu, dorgomaa ta’e,
kutannoon jijjiiramaaf carraa milkaa’inaa kamiifuu barbaachisaa
ta’uu isaaniiti.
• Garaagarummaa isaanii
• JBAH’n jijjiirama adeemsa hojii duraan ittiin hojjetama ture
bu’uura irraa jijjiiruun faayidaa dabalamu irratti xiyyeefata.
• Kaayizaniin- tokkoon tokkoo hojjettota biratti adeemsa hojiin
tokko ittiin hojjetamu irratti fooyya’iinsa itti fufiinsaan dhufuu fi
hojii gareetiif itti gumaachuu danda’u irratti xiyyeeffachuu isaati.

Qabiyyee chaarterii lammiilee


• Ergamaa, Mul’ata, Duudhaalee Ijoo
• Tajaajiloota mana hojichaan kennaman
• Maamiltootaa mana hojichaa
• Sadarkaalee tajaajilootaa (qulqullinaan, baay’ina, yeroo fi maallaqaan)
• Mirga maamiltootaa
• Gahee fi haal-duree tajaajilamtootni guutuun irra jiraatu
• Ibsa mala komeen itti keessummaa’uu fi adeemsa komeen itti dhiyaatu
• sirna itti gaafatamummaa agarsiisu;
• Teessoo qaamolee fi kutaalee mana hojichaa tajaajila kennanii fi kkf.
Qajeeltoo chaarterii lammiilee
• Sadarkaa tajaajilaa kan hammate
• Iftoominaa fi ragaa guutuu ta’e dhiyeessuu
• Hirmaachisaa ta’uu
• Filannoowwan dabalataa fi haala mijataa uumuu
• Hunda ija tokkoon ilaaluu
• Rakkoolee hiikuuf kan qophaa’e
• Maallaqa kanfalamuuf tajaajila walgitu dhiyeessuu
• Fooyya’insaa fi kalaqa
• Dhimmamtoota waliin hojjechuu
Bara 1996 A.L.A.tti hayyoota Kaaplaan fi Noortan jedhamaniin Sirni Madaallii
Bu’aa Karoora Tarsiimoo (SMBKT/BSC) qoratamee hojii irra akka oolu
taasifame

• Hayyuun Niivaan jedhamu SMBKT wantoota sadiin walqabsiisee ibsee


jira. Isaanis:
• Meeshaa walqunnamtii (a communication tool),
• Sirna safartuu (a measurement System), fi
• Sirna hoggansa tarsiima’aa (a strategic management System) ti
Sadrkaalee SMBKT

I) kutaa ijaarsaa,
II) kutaa hojii irra oolmaa fi
III) kutaa itti fufsiisuu dha
Ijaarsa SMBKT(6)
• Sakatta’iinsa Gaggeesuu

• Toora Xiyyeeffannoo Tarsiimo’aa Adda Baasuu

• Kaayyolee Tarsiimo’aa Adda Baasuu

• Maappii Tarsiimoo

• Safartuulee Tarsiimo’aa

• Tarkaanfiilee Tarsiimoo’aa

kutaa hojii irra oolmaa SMBKT

• Ofumeessuu (automation)

• Tarsiimoo gadbuusuu(cascading)

• Hordoffii fi Madaaluu (monitoring & evaluation)

Utubaawwan SMBKT

1) Manneen hojii tarsiimo’aa ta’an uumuu


2) Sirna safartuu bu’aa tarsiimoo irratti xiyyeeffate diriirsuu
3) Bu’aalee hojii irra olmaa JBAH tiin argaman daran cimsuudhaan itti
fufsiisuuf

Qajeeltoo gurguddoo shanan SMBKT.


• Tarsiimoo Gara Hojii Qabatamaatti Jijjiiruu

• Mana Hojii Tarsiimoo Waliin Walitti Hidhuu

• Tarsiimoo Mana Hojii Hojii Guyyaa Guyyaa Nama Hundaa Taasisuu

• Tarsiimoo Adeemsa Itti Fufiinsa Qabu Taasisuu

• Jijjiiramni Hooggansa Olaanaan Akka Hogganamu Taasisuu

Gahumsa Geggeessummaa

• Moodela tahuu

• mul’ata qabaachuu

• chaalenjiwwan beekuu fi jijjiiruu

• Hirmaachisaa

• Jajjabeesuu

• haala beekuun hoogganuu

• hooggansa tarsiimo’aa ta’uu

• haala fi naannoo hojii mijeessuu uumuudha,

Amala geggeessaa jaarraa 21ffaa

• Kominikeetera cimaa,
• Gorsaa,
• Gareen kan hojjetu,
• Fayyadamaa teekinoloojii ammayyaa,
• Abbaa falaa/problem solver/
• Ambaasaadara,
• Adda duree jijjiiramaa,
• Yeroo hundaa kan baratu,

Hooggansa haala mijataa keessatti geggeessu


Humna namaa gahaa kan qabu,

Baajata gahaa kan qabu,

Yeroo gahaa kan qabu,

Rakkoon isaa qunnamee kan hin beeknee fi yeroo rakkoon dhufu kan baqatu,

Hoggansa jechuun qormaata darbuu akka ta’e kan hin beekne,

Hooggansa qormaata keessatti geggeessu

dursee rakkoo tilmaamuu danda’uu



rakkoo hiikuuf uummata mariisisuu fi dhageefachuu danda’uu

rakkoo uumamu furmaata kennuu danda’uu

amantaa, kutannoo fi ejjannoo kan qabuu,

gammachuu isaa uummata tajaajiluu

kaka’umsa uummataa gara milkaa’inaatti jijjiiruuf kan tattaafatu,

rakkoo quunnamu toftaa cee’uumsaaa kan qabu,

Hooggansa haala ilaalee geggeessu

fedhii fi faayidaa dhuunfaa dursuu,



Haala fi qileensa siyaasaa ilaalee kan raafamu,

Bakka faayidaan jirutti kan duufuu fi ummataaf dhimma kan hin qabne,

Ejjannoo, kutanoo fi amantaan kan hin qabne,

Amala geggeessummaa Tajaajiltummaa

Amanamummaa,

Hubannoo qabaachuu,

Rakkoo namoota biroo hubachuu,

Hawwii qabaachuu,

Dandeettii rakkoo damdamachuu,

Gammachuu qabaachuu,

Humnoota Jijjiirama Dirqama Taasisan

Maamilaa/lammiilee

Dorgommii,

Tekinoolojii,

Dinagidee

Hawaasummaa

Haala siyaasaa fi seera,

Globalization,

Jijjiirama (Change)

Gulantaalee 8’n jijjiramni ittiin hoogganamu

Ariitii dabaluu,

Garee jijjiiramaa hundeessuu,

Mul’ata ifa ta’e kaawwachuu,

Galma jijjjiramichaa irraatti hubannoo uumuu,

Hojjettoota aangessuu,

Bu’aalee yeroo gabaabaa maddisiisuu,

Bu’aalee argaman qindeessuu fi jijjiirama olaanaaf qophaa’uu,

Aadeffachuu,

Toora Xiyyeeffannoo Jijjiirama Jaarmiyaalee:

• Jijjjjirama tarsiimoo,
• Jijjjjirama gurmaa’insaa,
• Jijjjjirama adeemsaa,
• Jijjjjirama qabeenya namaa,
• Jijjjjirama aadaa mana hojii,
Gosoota Jijjiirama

1.Jijjiirama ajaa’ibsiisaa

2.Jijjiirama fooyya’insaa

3.Jijjiirama karoorfame

4.Jijjiirama hin karoorfamne

5.Jijjiirama tarsiimo’aa fi

6.Jijjiirama Aadaa mana hojiiti

Sababoota jijjiirama rincicu

• Jijjiiramichi faayidaa keenya miidha jedhanii yaaduu

• Jijjiiramicha qixa sirriin hubachuu dhabuu

• Jijjiiramichatti amanuu dhabuu


• Sodaa maddi isaa hin beekamne

• Bu’aa jijjiiramichi fidu irratti shakkiin yoo jiraate

• Dursanii kufaatii jijjiiramichaa sodaachuu

Rincica jijjiiramaa hoogganuu

• Hubannoo uumuu
• Hirmaachisummaa
• Haala mijeessuu fi deeggarsa kennuu
• Bu’aa jijjiiramicha irratti waliigaltee uumuu
• Dirqisiisuu

Qajeeltoowwan bulchiinsa gaarii 8 jiru. Isaanis:

• Hirmaachisummaa

• Iftoomina

• Haqa qabeessummaa

• Waliigaltee irra gahuu

• Olaantummaa seeraa

• Deebii hatattamaa

• Ittigaafatamummaa

• Gahumsaa fi bu’a qabeessummaa

Qajeeltoowwan Kenniinsa Tajaajilaa Fooyyeessuuf Gargaaran

• Hawaasa Mana hojii fi Tajaajilamaa Mariisisuu

• Istaandardii Tajaajilaa Xiqqaa Hojiirra Oochuu

• Dhaqabamummaa Tajaajilaa Fooyyessuu

• Simannaa fi Qabiinsa Maamilaa Fooyyessuu

• Odeeffannoo Tajaajilamaaf Kennuu

• Iftoomina Uumuu
• Rakkoo Hiikaa Deemuu

• Baasii Xiqqeessuu

• Aadaa fi Dudhaa Pabliik Sarviisii Fooyyessuu

• Raawwii Gaarii Jajjabeessaa Deemuu

• Gaafatamummaa Mirkaneessuu

Rakkoolee Gurguddoo Kenniinsa Tajaajila Mootummaa

• Sa’atii Hojii

• Tajaajila si’ataa fi qulqullina qabu kennuu

• Tajaajila Mootummaan tolaan ykn baasii xiqqaan ummataaf kennu

• Haala Simannaa Tajaajilamaa

• Mijaa’ina, Magariisumma Fi Qulqullina Naannoo Hojii

• Sirna odeeffannoo ifa ta’e

• Gabaasa Sobaa…

• Qabeenyi mootummaa faayidaa dhuunfaaf oolchuu fi qisaasamaaf


akka saaxilamu taasisuu

• Hojimaata, seeraafi qajeelfama hojii fi iddoo hojii kabajuun hojiirra


olchuu dhabuu;

Maloota Kenniiinsi Tajaajilaa itti Fooyya’u


• Mana hojii irra-deebiin ilaaluu
• Hojjattootaaf irra-deebiin Hubannoo uumuu
• Hubannoo Tajaajilamaa Guddisuu
Moodeela Sosochiin Kenniiinsa Tajaajilaa Ittiin Hoogganamu
• Kenniinsa Tajaajilaa Sakatta’uu fi Karoorsuu
• Raawwachuu
• Hordofuu, Gamaggamuu fi Madaaluu
• Tarkaanfii Sirreeffamaa Fudhachuu, Jajjabeessuu

Rakkoolee Hooggansa bira jiran

• Gahumsa Gaggeessummaa
• Naamusa Gaggeessummaa

• Miira Tajaajiltummaa

• Ilaalchota Maxxantummaa, Amantaa, Naannummaa fi Gosummaa

Rakkoolee Pabliik Sarvaantii bira jiran

• Dandeettii fi Beekumsa (Ogummaa)

• Naamusa Iddoo Hojii fi Ogummaa

• Itti fayyadama Miidiyaa Hawaasaa

• Miira Tajaajiltummaa

• Gahee Hojii Seeraan Kennameef Bahachuu Dhabuu

• Ani ummata koon Tajaajila Amantaaf Miirri Jedhu Dhabu

Galmoota Hojiirra Oolmaa Sosochii Kenniinsa Tajaajilaa

A, Rakkoolee kenniinsa tajaajila manneen hojii mootummaa keessatti


qunnaman hatattamaan furuuf;

B, Komii ummatni yeroo ammaa kenninsa tajaajilaa irratti qabu


xiqqeessuuf;

C, Jijjiirama gama siyaasaatiin dhufaa jiru kenniinsa tajaajilaa


fooyyeessuun itti fufsiisuuf;

D, Aantummaa, itti quufinsaa fi fudhatamummaa mootummaan


ummata biratti qabu dabaluuf;

You might also like