Download as doc, pdf, or txt
Download as doc, pdf, or txt
You are on page 1of 8

አንድ አምላክስ የፈጠረን አይደለምን?

ት/ሚ 2፡10

Adoo an balleessuu
Adoo an balleessuu/si yakkuu/anarraa hin fagaannee
Saxi Natta hin murteessinee abbaa yakkaa tiyya ilaaltee
Guitar Dabarsitee kenniite lubbuu teeti anaafii
Faannorratti ol baatee ana fayyisuudhaafi
Isaias 59:1---
Ni tajaajila waaqa kiyyaaf 1. Ati dhagaa guuraa adoo teetee jirtuu
Jilbiifataa jilba kiyyaanii Angoon hidhuuf hiikuu harkake adoo jirtuu
Galateeffataa arraba kiyyaanii San maraa lakkittee duwwaa if goote
Diriirfadhee harka kiyyaatii Du’a bara baraa keessa ana footee
Eeyyameefii qaama kiyya hundaani
Ni tajaajila waaqa kiyyaafi/2 2. Harki keeti yesuus gabaabbanne
Utaalee/Burraaqe/Faarsa waaqa kiyyaaf Fayyisuu dadhaddee ana hin raanfanne
Yo gara kee iyyuu gurra kee cufannee
1. Ati dadhabaadhaa tuffatama jedheeti Fuula keeti narraa takkaalle hin deeffanne
Ana ganne waaqi naa fayyaddu jedheeti
Meeshaa ulfinnasaatii akka ta’u fedheeti 3. Nami murtii qajeelaa qabatee deemuu
Na filateera waaqi ati kiyya jedheeti Dhugaadhaan ka murteessu tokkolle hin jiru
Jilbiifataa------- Lafa itti dhaqetti Kan nagaa buusuu
2. Uumama kiyya ilaalee baay’eetti gammadeera Si’i qofa yesuus ka namaaf duutuu
Hundarraa adda ta’ee uumamuu hubadheera
Humnanni anaa kenneen isaa tajaajilaafii 4. Yakkaan tiyya si’iinii duratti baay’attee
Waaqa tajaajiluun filannoo isa dhumaati Cubbuun tiyya hagaan olii narratti dhugaa baatee
Ni tajaajila---- Badiis an badaaruu sitti dhage’amee
3. Hidhaansa durriisaa narraa xaxxare waaqii Irree tee injifanna’aatiin ana fayyifatte
Hiikee gadi na dhiisee tajaajila ifiitii Anillee balleessaa tiyya beekkadheeraa
Waan Ofii horadheeruu hin qabu an womaati Yakkaamessa ta’uu hubadheeraa
Woma inni naaf kennee isaan tajaajilaani Irra deddeebi’ee si yakkee jiraahaa
Ni tajaajila------- Si durattiis soba dubbadheera
4. Adoo biyyi lafaatii hunna tiyya na saamiini Waaqa kiyya naaf araaramii
Ana filatte waaqaa kennaa teeti tolaatiini Ilma keetiif anaaf nayii
Carraa yo naa kennitee umurii dheeressitee (Yakkaa) Cubbuu tiyya anaa lakkisii
Siif qusadhu alle humna ati naa kennitee Foonii fi lubbuu tiyya fayyisii
Jilbiifataa------

1
አንድ አምላክስ የፈጠረን አይደለምን? ት/ሚ 2፡10

Waaqi tiksee kiyyaa Waaqonfamuu qaba waaqi keenna


Sax Sax and Guitar

Plasm 23 Waaqonfamuu qabaa waaqi keennaa


Waaqi tissee kiyyaa ani womaa dhabuu Harka qabee nu baasee lafa keessaa
Margasaa laalisaa keessa ka boqadhuu Hadha carraa qannaa maaf teennaa
Daandiisaa qajeelaarra lubbuu koo qajeelchaa Nama baay’e dhabeeraa hiree tana beettaa
Gaaddiduu du’aallee hin sodaadhu eessaa 2 Ana kadhatanuu waaqonfadhu jedhaatii 2
Gaaddidduu du’aallee hin sodaadhu eessa Ifumaan beekee hi waaqonfadha anii
Dukkana hantuullee hin rifadhu eessaa Afaan banadhee galatoomi jedhaanii
Waaqa na fayyisee ulfinna kennaafi
1. Ulee fi dhadhaabbiifiitiin na jajjabeessa
Hamaan natta dhufuu anarraa fageessaa 1. Ulfinnafii dabarsee kennuu
Adoo diinni dhagguu ana babbareechaa Isa waliin eennulle mormu
Zayitii/muuddaafii/ na muudee garaasaa bobeessaa Waan hundarratti isa beekkamee
Adoo diinni dhagguu ana babbareecha Isa waaqonfadha alle eeyyamee
Arjummaa fi araaraa ifii naa baceessaa
2. Waaqolii tolfamoota waliini
2. Mana waaqaa keessaa yoomille jiraadhaa Hin fakkeeffamuu hundaan olii
Maan dhabe jedheetii gara alaa dheedhaa Humnaa fi angoo guutuu qabaa
Lattii wanni lafaa hundinuu darbitii Womaa dadhabuu hunda danda’a
Lubbuun waaqa barbaaddu isiin fayyitii
Hunduu guutee jiraa mana isaa keessaa 3. Guutummaa biyya lafaa hundaa
Maal argachuuf jedhee gara alaa dheedhaa Isa uume waaqonfachuu qabaa
Yo an dadhabu humna naa kennaa
3. Lubbuun koo isa yaaddi barbaaddu argatti Humna sanii isa faarfadha
Qajeela mootummaa isaa irraa barattii Isaiah 25:1
Fuula ifii deefee anarraa deeffatuuhu 4. Yaa goottaa ati waaqa kiyyaa
Yennaa isa yaammadhuu na jalaa didatuu Sii galcha/kenna galata irruma irraan
Cubbuu/yakkaa tiyya hundaa anaaf lakkisaa Marroo na fayyitteef gammadaa
Mana ifii keessa ana jiraachisaa Ililchee harka waliin dhawa

Beekee isaa sagada


Kiyya waaqi yesuus maqaa

1
አንድ አምላክስ የፈጠረን አይደለምን? ት/ሚ 2፡10

Guitar Maaloo adoo dhugaan tee iftee


Guitar
Maaloo4x Yesuusii adoo eennummaan tee iftee
Ergamooti Yesuus irraa baratte Lubboon sobantee bineensi nyaatee dhugaan tee dhokattee
Ergamooti Yesuus irraa barattee Harkaa gatii irree teeti dhagarsiisii
Ergama deema jedhu qabattee Saba keetii garbummaa diinaa jalaa baasi
Dikantee baay’ee itti dadhaddee Maa nyaatantii lubbooti adoo ati jirtuu
Adoo hin badin dhugaa nu’uun dhaqqaddee/2 Harkaa gattee ariifattee daftee fidduu

1. Wongeela kanaa jettee bu’aa bayii baatee 1. Adoo ati jirtuuhu maan wannisiin badduuhu
Cuupheedhaan waraanamtee garii ibiddi nyaate Angoo guutuu qaddaaha tattiin injifattu
Rakkinna baay’eedhaafi beelaan garaa gubattee Irreen tee kaleessaaha hadhalle mul’attuuhu
Ergama kanaaf jettee lubbuu itti dhumattee Nama qadda yesuusii ka waliin hujattuu
Ergama kanaaf gatii baay’ee kaffaltee
Adoo badin dhugaa nu’uun dhaqqaddee 2. Balbalooti badiihii lafarra baay’atteehe
Nuutille teennuu dhugaa tana qabannee Dhara dhugaa fakkaatteen lubboon sobantee
Dubbachuu qannaa haga itti dabarree Wongeelli dhuga’aahaa moyuu bira darbeehe
Ati hunda dandeettaaha harkaa gati ammallee
2. Ergama isaanii kanaa ka fudhatuu didatee
Hadha baay’e lallabaa garuu eessaa fudhate 3. Ergamoota teetirraa barachuu ka didatee
Hundeen lamaan qadduu takkatti’i hundeeffamee Worra ergamin faanaaha deemiisa filatee
Nami fakkeessee ijaaree inni ka abaarramee Gaafachuu nama baasaa daandii duraan bayee
Hin boqattu lubbuuni karaa kanaan malee
3. Hundee Ergamootaa fi Raajotaa irratti 1john 5:19
Nu hundeesse waaqayyoo rassaa hin sochoonerratti 4. Nuuti kan kee ta’uu keenya sirritti of beennaa
Ta maansarra jaaramtee hundee hin qadduu lakkii Guutummaan biyya lafaa ka jirtu hammeenya keessaa
Gaafa Yesuus deebi’uu ibiddaan qorqorantii Foon uffattee mudhachuu keeti yookam si beettee
Addaan hirtee eenyummaa kee qaama hedduun akeette
4. Dhiifamuun cubbu’uu fi araarri maqaa isaatiini Maaloo ibsi eenyummaa teeti dhalootatti
Yerussaalemii jalqabee haga qaccee lafaatii Hin turinii abbo magannee ariifadhii
Si’ool keessaa deebi’anii lammuu bayanuu
Ka fayyinnaaf kennamee ilmaan namaa maraafii
Carraa hadha kenname kana fayyadamanuu
Maqaa yesuusii malee hin jiru kaa biraatii
Maaloo4x Yesuusii adoo eennummaan tee iftee
Hin dhaabattuu dhugaan tun yookamillee Lubboon sobantee bineensi nyaatee dhugaan tee dhokattee
Hi darritii dhaloota dhufutillee Harkaa gatii irree teeti agarsiisii
Hin dhokattuu dhugaan tun yookamillee Saba keetii garbummaa diinaa jalaa baasi
Hi darritii dhaloota dhufuttillee Maa nyaatantii lubbooti adoo ati jirtuu
Harkaa gattee ariifattee daftee fidduu

1
አንድ አምላክስ የፈጠረን አይደለምን? ት/ሚ 2፡10

Waan siif kennu dhabe Ka injifannaa nuu kenne waaqa keenna


Sax Proverb 28:12
Kan injifannaa nuu kenne waaqa keenna
Waan siif kennu dhabee Yesuus madaalee Warri injifattan hunduu galateessaa
Gaarummaan keeti baay’ee anarra caalee Ol nu baasee addee jirruu dhooqa keessa
Addee kaleessa turee duubatti yaadee Injifannee diina miilaan irra deennaa
Sitti baatee kunoo hadhaan ana baasee Hunduu yaadaa galateessa
Buburraaqee si galateeffadha u utaalee Injifannee diina keenna
Si galateeffadha u utaalee 2 Harka dhawaa galateessaa
Si galateeffadha buburraaqee Injifanne diina keenna
Ilillisaa galateessaa
1. Gara ifaa na yaantee dukkana keessaa Injifannee diina keenna
Fiddee irra na dhaaddee daandii jirenyaa 1. Ibidda keessa ado seennelle hin gubannuu
Itti deebi’u allee addee kaleessaa Olola diinni odeessuu hin rifannu
Kabajaa fi galataa faaruu sii dhi’eessaa Hin shakkinuu haga waaqa kenna qannuu
Sitti baasee lubbuu tiyyaa du’a keessaa Ni injifanna malee hin injifatamnuu

2. Adoo si yakkuu gara natta hin jabaannee 2. Biyya lafaa bishaan badii yeroo raasuu
Mana keeti keessaa qaddee ala na baannee Worri baduu adoo iyyee boyee waakuu
Gaaraa fi dhooqa hundaa na faana deentee Nohi dursee ajajamee markaba jaaree
Muddamee si yaammadhuu anatta reeddee Injifatee badii dhufte irra aane
Oli ol naa jedhuu Yesuus maqaan kee
3. Fardi guyyaa lolaatiif ka qophaa’uu
3. Ka beela’e nyaachittee buddeena keetii Moyicha kan namaa kennu waaqa garuu
Burqaan bisaanii bayee ka dheeboteefii Waaqaan mormee injifatee namuu caaluu
Dhibamaan fayyee ka’ee siree gateetii Yeroo hundaa injifatee ka irra aanuu
Laakkawee bira gahuu an gocha keetii
Irruma irraan dabalaa galata keetii 4. Addee jirruu irii gadille yo buunee
Sii dabalaa an galata keetii Diinni marsee diboo teennalle adoo guutee
Hoo fudhadhuu galata/ulfinna keetii Adoo nu beekin waaqii oli nu fuudhaa
Diina dura zayitii ifiitiin nu muudaa
4. Lubbuun tiyya dheebottee maqaa kee yaantee Muuddaa ifiitiin nu muudaa
Dachaa dacha’aan hafuura kee obaattee Diina dura ol nu fuudhaa
Waan foonii barbaachisaalle naaf yaaddee Rakkoo irratti nu muudaa
Yomille goguu galanni kee ana keessaa Du’a irratti nu muudaa
Ol qabadhee iyyee maqaa ke guddeessaa Dhibee irratti nu muudaa
Galataanii si guddeessaa Hunda irratti nu muudaa
Ilillisee si guddeessaa
Harka dhawee si guddeessaa
Buburraaqee si guddeessaa

1
አንድ አምላክስ የፈጠረን አይደለምን? ት/ሚ 2፡10

Nuuti Bakka Bu’oota


Sax

Nuuti bakka bu’oota kiristoosii hojjattoota isaatii IJa onnee tiyyaa naaf bani
Worranni filatee adda baafatee mootummaa ifiitii Guitar
Eennummaa teenna beettu biyyi lafaa luboota mootichaati
Akka teennu jirruu deemuu qannaa ergama kanaanii Plasm 13:3 Rome 11:36
Kiristoos hunnaa fi oogummaa waaqaatii At waaqa koo2x Goottaa koo/Yesuus koo
Gowwumma’a lafaaf marroosaa dubbachuunii Na ilaali mee! 2
Beettota qaanessuuf nu filate gowwoota Na midhadhi mee!
Eennummaa isaa beennee teene woyyoota Hirriiba du’aa akka an hin rannee
Ogeessi eessa hafe? Ila onnee tiyyaa naa bani magannee 2
Barsiisaan seeraa meerree?
Oogummaan lafaa gowwummaa te’uu beenne
1. Gaarummaa keetii itti amanadhee
Na oolchuu keetiis sirri guutadhee
1. Biyyi lafaa tunii dandeettee hubattu eennummaa teenna Waan gaarii atii naa goote dagadhee
Hadha yeroo qofaaf irra jiraanna lakkinnee deenna Ana gargaarii akka si raanfannee/2
Mana harki namaa ijaaree motii iddoon jireenna keennaa Akka si Daganne/2
Baay’een adoo jiruu nutti argatee carraa kana beettaa 2. Beekkumsa hundumaa si’irraa argadhe
Gaafa guyyaan gayee hi deemuu jirraa Qabeenya baay’ee eega siin horadhe
Keessummummaa jirraa nu lafa irraa Jireenya fooniitiin akka hin sobamne
Lafa tana dhiinyee hi deemuu jirraa Hubantii naa kennii akka si raanfanne
Keessummummaa jirraa nu isii irraa Na ilaali mee!/2
Na midhadhi mee!
2. Waaqi ilmaan namaa jaalala ifii itti mudhisaa
Worra jaalatee araara galuu maraa fayyisaa
Beenyaan cubbu’uu du’a akka ta’ee hubachuu qannaa 3. Wanni hundi si’iin siif ta’uu hubadhee
Irraa deebinee Yesuus amannaan dhiifama arganna Galata sii galchuu akka hin raanfannee
Fedha foonii hundaa injifadheerra darbee
Nami cubbuu isaa dhoffatu bisilu
Mootummaa te keessa akka an dhabamnee/2
Dhiifama argataa ka irraa deebi’uu

4. Qananii mana keetii ta keessa guddadhe


1. If dagannee lafarra hin leenu hojii qannaa Dhiisee biraa bayuu mi’aa tee hubadhee
Gatiin dadhabbii teennaa asii motii galmee waaqaa irra Manaa keeti keessaaha an womaa hin dhannee
If dagataan hojii male tee’u bu’aa qabu Ossadhee jiraadhaaha toltee hammaattullee
Galmee waaqaarratti ka barreeffamee inni badhaafamu Harka kee araaraa na diriirfadhu me
Jabaannee hojjannee badhaafamuu qannaa Akka an bannee dina dura kufe
Lallabbii wongeelaa hojii godhanna
Kiristoos hunnaa ----

Ogeessi eessa hafe?


Barsiisaan seeraa meerree?
Oogummaan lafaa gowwummaa te’uu beenne

1
አንድ አምላክስ የፈጠረን አይደለምን? ት/ሚ 2፡10

Si dhiisee hin deemu


Si dhiisee hin deemuu mana keetii bayee Sax
Mana keeti keessaa maa wonni an dhabee
Attamiin jiraataa nami siin gargar bayee
Ulfaatu Maqaan kee
Filannoo tiyya Yesuus sitti anaa ta’e
Si dhiisee hin deemuu sirraa bayee addaa Iddoo salphinnaa keessaa na baachee
Jiruu bara baraa Yesuus atuu qaddaa Iddoo ulfinnaa irra na dhaabdee
Umurii tiyya guutuu si’ummaan fixadhaa Yesuusii kiyyaa akuu na badhaachee
Luke 15:1-31 Waaqa na waantee ulfaatu maqaan kee
1peter 2:9
1. Ilmi abbaa irraa qabeenna qoodamee 1. Dukkana keessaa ifa na baachee
Itti tolti seyaa biyya fagoo dhaqe Sii tajaajiluuf carraa naa laattee
Qabeenni sun hunduu harkasaatii dhume Fedha foon kiyyaa irraa fagaadhee
Nyaata booyyeen nyaattuu halchee nyaachuu fedhe Sii bitamaa si sodhaadhee-ulfaatu maqaan kee
Si dhiisee hin deemuu abbaa kiyya anii
Harka duwwaa hafuu akka mucaa sanii 2. Adoo si yakkuu garaa naa laattee
Qabeenni kee kiyyaa abbaa kiyya atii Na balleessinee natta jabaattee
Araarri keetii naa fakkaneeraa
Daandii qajeelaa keetirra deemaa-ulfatu maqaan kee

2. Cubbuu jibbita ati cubbaalessa didduu 3. Maqaan ke yesuus gamoo jabaadhaa


Dhiiga keetiin narraa cubbuu tiyya ka dhixxu Dhiphinna hundaa keessaa na baasaa
Yaada garaa kiyyaa hundaa jijjiiradhee Ulfinna keetii sitta diqqeessuu
Dhiifansa argadhaa araara galu alle Ittuma dabala haga hunni koo dandeettuu -ulfaatu maqaan kee

4. Seexanni aadaa cinaa tiyya deemaa


Faaruu 84 Liqimsuu fedhee sitti qabeeraa
3. Kadhaa tiyya dhage’ii gurra itti deefadhuu Ergamtoota teeti na marseera
Lubbuun tiyya sirraa furmaata hin dhaddu Diinni danda’ee eessaan natta seenaa-ulfaatu maqaan kee
Oolii guyyaa kumaa ta addee biraarraa Ohoo an maan jedharee-ulfaadhu malee
Mana keeti keessa jiraachuu naa wayya Irraa hamburuuhuu ulfinna siin male
Narraa fudhadhuu-galata siin malee
Ilillii siin male
4. Hoolee dhibba keessaa tokkattii baddee Shubbeessa siin male
Abbaan gammadaa barbaadee yoo dhaggee Kabaja siin malee
Firaa fi olla waamee waliin gammadataa
Hooleen badde galtee jedhaa lallabata
Hoolee badde keessaa takka ture allee
Yesuus abbaa kiyya sitti ana dhagge
Alleen ga si dhiisuu mi’aatee teeti dhaggee

1
አንድ አምላክስ የፈጠረን አይደለምን? ት/ሚ 2፡10

Sax Sax

Guitar
Kan foonii amanachuu dhiifnee
Philip 3:1-21 Philip 4:13 Mathew 6:33
Waan fooniitti irkachuu dhiinyee Si galateessa abbaa lubbuu koo
Hafuuraan waaqayyoo hojjannaa Plasm 30:1 2 samu 22:4 1cronicle 20:22 pla 18:3
Hundumaa kristosiif jennee Ulfinna kee ol kaasee si galateeffadhaahaa
Akka waan gatameetti laakkonnee Ati gargaarsa kootii gara kee iyyadha
Ka galanni maleenii galata sii galchaahaa
1. Silaa akka namaatti waan itti amanannu hinuma qanna Adoo si galateessuu diina injifadha
Yesuusiif jenne hunda lakkinne maraa dagannaa Si galateessa abbaa lubbuu koo maqaa ke yaamee
Kristos yesuus waan hundaa nuu caalaa hundumaan oli
Lafa na keennee sitti na baatee hadhaan na baasee
Waan nu yaaddessaa tokkolle hin qannuu yesuus waliini Yesuus maqaan kee maqaa maqoota hundarra caalee
Hunda lakkinnee yomille isaan guluma deenna Ammalle yaamaa irra deddeebi’ee an maqaa kee
Haala hundumaa isatti nu’uuf mijeessaa 2
1. Yesuus na yaamtee dukkana keessaa
2. Waan duubaa lakkinne ta duraa qabachuuf itti hiixannaa Irra na dhaaddeehe daandii jireennaa
Hunna hafuuraatiin waan biyyaa lafaa maraa injifannaa
Hundumaa godhiisaaf jabina goottaatiin dandeetti qannaa
An maan sii kennaa galata malee
Waan jireenna keennaaf nu barbaachisaa hundaa argannaa Fayyuu kiyyaan baay’ee gammadee
Nuuti ka barbaannu qajeela mootummaa isaati
Eebbi lafanaa ifumaan nutta dhangalaati 2 2. Danbaliin kaatulle gamaa gamanaa
Hin liqiffamuuhu sitti ana qaba
3. Jireenni jiraannuu nuuf gahaa ta’uusaa barannee jirraa An abbaa jabaa yesuus si qabaa
Gad-bu’uun ol bayuuniis akka jiruu beekkumsa qannaa Eennulle si dursuuhuu reeddee dhaqqadda
Waaqayyo abbaa keennaaf ulfinni haa ta’uu baruma baraan
Waan hundaa caalchinnee hundumaan olii isaa sagannaa 3. Nami addatee maqaa kee yaamuu
Waan nuu barbaachisaa hundaa isattuu qabaatii Ibidda seenulle wamaa ifi yaadu
Nu’uuf keennaa kaffaltii malee bilisaanii 2 Afaan neenqotaa cufuu dandeettaa
Adoo nyaatamiin bulchiisa beetta

4. Yennaa dadhabuu hunna naa kennitaa


Hafuura keetiin na jajjabeessitaa
Maantii dhabamee mana ke keessaa
Ta foon kiyyaatiif lubbuulle beetta
Ati waaqa kiyyaaha ulfaadhu ammallee
Mana kee keessaa womaa hin dhanne
Ta foon kiyyaatiif lubbuulle argadhee
Mootii ulfinnaa mootomi hadhalle

1
አንድ አምላክስ የፈጠረን አይደለምን? ት/ሚ 2፡10

Fakkeenya namaatiin yoo dhalatelle


Fakkeenna namaatiin yoo dhalattelle
Biyya lafaatiin tuffatamtulle
Angoon hidhuu fi hiikuu harka keeti jirtii
Eennu danda’ee siin morma ijjii
Adoo si dhagganuu irii ol baatee
Hin fokkifannee worri si yaamee 2
Bara baraanii yesuus ulfaatu maqaankee

1. Adoo waaqa teetuu ulfinna lakkittee


Irii gadi buutee mataa kee salphittee
Du’a bara baraa jalaa nu hanbittee
Addee teenna duutee yesuus nu fayyittee

2. Yennaa ilaan dhaggana ati ilma namaatii


Eennummaa mudhanne si keessa jiraatii
Waaqayyo jaalatee biyya lafaatii
Tokkocha ilmafii dabarseehee-kenne namaafii

3. Namoonni hojii isaaniitiin hamaa ta’aniitii


Ifarra dukkanaa jaalataniitii
Ati olii dhunnaan si tuffataniitii
Ilma namaati jedhaa dogoggoraniitii

4. Yoseef ergamaan dhufee gara isaatii


Kaadhimantuu teeti fudhachuu hin sodaatiini
Ilma dhiiraa deettii Yesuus maqaani
Isatti fayyisa jedheen cubbuu sabasaatii
Yoseef hirriibaa ka’ee dammaqeetii
Waan ergamaan jedheen ajajameeti
Kaadhimantuu isaa ifi fudhateeti
Yesuus jedhee yaamee ilmi dhalannaani
Du’a injifate Yesuus ka’e
Adoo dhagganuu irii ol baye

You might also like