Duubii Deebii Kurmaana 3faa - 2016

You might also like

Download as pdf or txt
Download as pdf or txt
You are on page 1of 18

Duub-Deebii Komaandii Poostii Misooma

Godina Gujii Lixaa.

Hojiilee gurguddoo Kurmaana kana irraatti kan

xiyyeeffate dha.
Duub-deebii Komaandii poostii Misooma Godina Gujii lixaa tiin

Akkuma beekamu komaand poostii godina irra kaasee hanga Aanaa/ Mag. ttii
hunda’ee gabaasa hojii misooma guyyaa guyyaan hordofa ture jira haaluma kanan
hanqina fi cimina gabaasa keessatii mul’atan kenna ture jira, Bu’uuruma kanan
gabaasa Aanaalee ergan irratii hunda’un hanqina fi ciminna gabaasa keessatii
ilaalamee fi gara fuula duraatti fooyyaa’uu qaban Gabaasa Karoora guyyaa 60
irraatti hundaa’uun akka armaan gadiittii ibsuuf yaalameera.
CIMINA FI HANQINAA IJOO AANNALEE

1.Aanaa Abbayaa
Cimina
➢ Qophiin Biqiltuu mukaa haala gaarii irraa jiraachuu.
➢ Qophii kompoostii idilee fi veermii haala gaarii rawwatamu.
➢ Hojii misooma suluula karoora olii hojjachuu
➢ Hojiin AI haala foyyee irraa jirachuu
➢ Dhiheessii gaguura innisheetivi foyye’e qabachuu
➢ Dhiheessii gaguura idilee karoora olii rawwachuu
➢ Dhiheessi lukkuu sookkee karoora olii rawwaachuu
➢ Hoji dhabaa hojii galchuu irraatti raawwii gaarii ta’u.
➢ Iddoo Oomishaa mijeesuu/qopheesuu hojii baay’ee garii hojjatamee jiraachuu.
➢ Hojii Ijaarsa manatiin wal qabatee raawwiin isaa sadarkaa gaarii irraa jirachuu .
➢ Dubartoota Inisheetiivii diinagdee haaraan ijaaruf karoora fi raawwiin.qixa barbadamu
rawwatamu.
➢ Ragaa ijaarsa mana haadha hiyyeessaa yeroo jedhamee fi akkataa barbaadamuun ergamuu isaa.
➢ Sossochii Qusannaa hawaasaa fi deebii liqii baay’ee gaarii ta’uu.
➢ Qusannoo dubartootaa sabbata ayyootiin akka qusatamu taasifame sochiin jiru gaarii ta’uu.
➢ Jalqabbiin nyaata barattootaa haala gaarii irraa jiraachuu.
➢ Raawwiin galii keessaa fooyya'aa ta'u isa
➢ Raawwii liqii paampii deebisuu irratti fooyya’aa ta’u isa (%70)
➢ Raawwii dhimma mana murtii sadarkaa jalqaqaba karoora oli rawwaachuu fi kan
oldabarfana akka karoora dhiyaachuu haa baatu kan dhiyaate hatattamaan furmaata argaata
jiraachuu isaa.
➢ Raawwiin gabaasa KTL gaarii ta’uu.
➢ Gabaasni KTL ergamu kan sektaraa fi KPM waliin tokko ta’uu.
➢ Horanna miseensa BG gaarii ta’u

Hanqiina
✓ Qusanoo Q/Bulaa Aritii barbadamuun hojataamuu dhabuu
✓ Jabbilee sanyii fooyya’a dhalatan raawwiin isaa gadii bu’a ta’uu isaa
✓ Dhiheessii cuuccii guyyaa tokkoo ariitii barbadamuun dhiheesuu dhaabuu
✓ Qusannaa waldalee ykn Qusannaa Dirqii laafaa ta’u.
✓ Ijaarsii sheedii akkata karoorfamee raawwii xiqqaa ta’u.
✓ Gabaasii qusannaa hawaasa kan sekteraa fi KMPD garaagarumma qabaachuu.
✓ Ragaa isiiliphii baankii siinqee qusannoo sabbata ayyoo fi Maatii daa’immanii yeroo
jedhameti qindeessaanee erguu dhabuu.
✓ Gabaasni koomaand poostii misooma fi kp seektera dhimma dubartootaa fi
daa’immaniitiin yeroo ergamuu dhabuf akkasumas woli fakkaachuu dhabuu.
✓ Gabaasin hojii kenna tajaajjilaa lamummaa dhabbachuu
✓ Haftee Barattootaa Sem.1ffaa sababa kennuu dhabuu
✓ Ijaarsi M/B Bu’uura boruu jalqabame keessaa 2 xumuramuu dhabuu fi kan xumurames
kan hin dhobamne ta’uu isaa.
✓ Raga midhaan nyaataa barataa moosajiitti galchuu irratti harkifanaan jiraachuu
✓ Raawwiin galii idilee fi MQ gadii bu'aa ta'u (% 56.77 fi 39.15
✓ Raawwiin deebii liqii caallaa guddistuu gadii bu’aa ta’u(33.1
✓ Gabaasni KTL guyyaa guyyaan haa ergamuu malee, darbe darbee raawwiin guyyaa
jiraachuu dhabuu.
✓ Qarshii Buusii BG,Gumaata B/G, nyaata barataa fi midhaan itti eeggannoo sochiin
jiraatus raawwiin isaa baay’ee gad aanaa yoo ta’uu qarshii sassaabame irraa gahee
naannoo fi gahee godinaa duguuganii dhangalasuu dhabuu.

2.Aanaa Bulee-Horaa

Ciminaa
➢ Hojii misooma suluula haala gaarii irraa jirachuu
➢ Dhiheessi gaguura innisheetivii haala gaarii irraa jiraachuu
➢ Dhiheessi lukkuu sookkee haala gaarii irraa jiraachuu
➢ Qophiin kompoostii idilee foyye’ee qabachuu
➢ Qophiin Biqiltuu mukaa haala gaariin qopheessu
➢ Qusannaa hawaasa baay’ee gaarii ta’u.
➢ Sosochiin deebii Liqii gaarii ta’uu
➢ Hojii Ijaarsa manatiin harka qaldheessa walqabatee karoorri xumuuramuu baatus raawwii
jiru baayee gaarii ta’uu
➢ Hojii Inisheetiivii dubartoota haaraan ijaaraman karoora ol raawwachuu isaanii
➢ Ijaarsa Bu’uura Boruu xumuruuf yaaliin taasifamu gaarii ta’uu isaa.
➢ Raawwiin galii idilee fi MQ keessaa 67.7, 89.5 fi 305 walduraa duubaan raawwachuun
danda'amu isaa.
➢ Dhimmi mana murtii sadarkaa jalqabaatti dhiyaate akka karoora rawwaatamu haa baatuus
kan dhiyaate furmaata argaachaa jiraachuu isaa.
➢ Raawwii KTL Karoora qabame oli raawwachuu.
➢ Horannaa miseensa Buusa Gonofaa sochiin jiru gaarii ta’u isaa

Hanqiina
❖ Raawwii Qusannoo Q/Bulaa baay’ee gadii bu’aa ta’uu isaa
❖ Dhiheessii gaguura idilee haala karoorfameen ta’uu dhaabuu
❖ Raawwii tajaajila AI haala karoorfameen ta’uu dhaabuu
❖ Raawwiin jabbilee sanyii foyya’a dhalaatee baayee gadii bu’aa ta’uu
❖ Raawwiin Dhiheessii cuuccii guyyaa tokkoo baaye’ee laafaa ta’uu isaa
❖ Qophiin veermii kompoostii laafaa ta’uu isaa
❖ Raawwiin hojii dhabaa hojitti galchuu gad’aana ta’u.
❖ Hojii qusannaa dirqii Laafinni qabaachuu isaa.
❖ Ijaarsa sheedii raawwachuu dhabuu.
❖ Ijaarsa mana Karoora ol deemneera jedhamee hojii ijaarsa manaa addaan kutuu.
❖ Qusannoo Dubartootaa sabataa ayyoo akkasumas maatiin daa'imaniif akka qusatanu irratti
raawwiin jiru ammaalle baayee gad bu’aa ta’uu.
❖ Hojii hojjatamu kamuu beekanee hogganuuf kan hojjatame duguuganee qaama dhimmi
ilaaluuf yeroo jedhametti dabarsuu dadhaabuu.
❖ Ragaa isiliphii baankii siinqee Qusannoo sabbata ayyoo fi Maatii daa’immanii yeroo
jedhameti qindeessaanee erguu dhabuu.
❖ Gabaasni koomaand poostii misooma fi KP Waajjira dhimma dubartootaa fi
daa’immaniitiin yeroo ergamuu wolii fakkaachuu dhabuu.
❖ Gabaasin hojii kenna tajaajjilaa dhabbachuu
❖ Haftee Barattootaa Sem.1ffaa sababaan kennuu dhabuu
❖ Ijaarsi M/B Bu’uura boruu jalqabame keessaa 4 xumuramuu dhabuu.
❖ Raga midhaan nyaataa barataa moosajiitti galchuu irratti harkifanaan jiraachuu
❖ Raawwiin liqii paampii deebisuu baay’ee gadii bu'aa ta'u (%43) fi hojii kan barbaaduu
ta’u isa.
❖ Raawwin deebii liqii calla guddistuu gadii bu’aa ta’u (% 42.4)
❖ Dhimma oldfabarfanna kan dhiyaate furmaata argachuu dadhaabuu irraa deddeebbi’iin
komeentii fi duub-deebii barreeffamuus hanga ammaatti sirreessuu dadhaabuu.
❖ Gabaasni KTL guyyaa guyyaan ergamu kan seektera fi KPM tokko ta’uu dhabuu.
❖ Qarshii Buusii Buusaa Gonofaa ,Gumaata B/G, nyaata barataa fi midhaan itti eeggannoo
sochiin jiraatus raawwiin isaa baay’ee gad aanaa yoo ta’uu qarshii sassaabame irraa
gahee naannoo fi gahee godinaa duguuganii dhangalasuu dhabuu.

3.Aanaa Surroo Bargudaa


Ciminaa
➢ Hojii Qonnaa Arfaasaa karoora olii rawwaachuu
➢ Istraacheroota jiidhinsa qusatan karoora olii rawwaachuu
➢ Deebii Liiqii irraatti Sosochiin jiru gaarii ta;u.
➢ Qusaanaa hawasaa fi dirqii irraatti hojiin gaarii hojjatamaa jiraachuu.
➢ Hojii Ijaarsa manatiin wal qabatee raawwiin isaa sadarkaa gaarii irraa jirachuu ..
➢ Dubartoota Inisheetiivii diinagdee haaraan ijaaruf raawwiin gaarii ta’uu.
➢ Ijaarsi M/B Bu’uura boruu xumurame suura qulqulluu erguu
➢ Galii MQ fi keessaa hojii kan barbaadu ta'uus hanga ta'e fooyya'aa ta'u isa (% 73.8 fi
98.17)
➢ Raawwii liqii paampii deebisuu irratti fooyya’aa ta’u isa (%75)
➢ Dhimmi mana murtii sadarkaa jalqabaa fi oldabarfana kan dhiyaate akka karoora
rawwaatamu haa baatuus kan dhiyaate furmaata argaacha jiraachuu.
➢ Sochiin nyaata barataa wolitti qabuuf taasifamaa jiru gaarii ta’uu isaa,qarshii sassaabame
irraa gahee naannoo fi godina dhangalaasuu

Hanqiina
❖ Qusanoo Q/Bulaa baaye’ee laafaa ta’uu
❖ Qophii biqiltuu mukaa qixaa barbaadamuun ta’uu dhaabuu
❖ Qophiin kompoostii idilee Qixaa karoorfameen ta’uu dhaabuu
❖ Dhiheessii gaguura innisheetivii fi idilee baaye’ee gadii bu’aa ta’uu isaa
❖ Raawwiin Dhiheessii lukkuu sookkee fi cuuccii haala karoorfameen ta’uu dhaabuu
❖ Raawwiin hojii dhabaa hojitti galchuu baayee gadi’aana ta’u.
❖ Ijaarsa sheedii rawachuu dhabuu.
❖ Iddoo omishaa dargaggoo addaa baasuu irraattii akkaata karoorfameen rawwii isaa gad’aana
ta’uu.
❖ Raawii hojii guyyaa guyyaa laafa ta’uu.
❖ Hojii ijaarsa manaa haadha hiyyeessaa sochiin jiru laafaa ta’ee mul’dhachuu sochii addaan
kutuu.
❖ Qusannoo Dubartootaa sabataa ayyoo akkasumas maatiin daa'imaniif akka qusatanu irratti
raawwiin jiru baayee gad Aanaa ta’uu.
❖ Komaand poostii cimaa dhaabuu dadhabuuf kan ijaarames Yeroo jedhametti gabaasa kan hin
ergine ta’uu.
❖ Ragaa isiiliphii kan baankii siinqee Qusaannoo sabata ayyoo fi Maatii daa’immanii qixa
barbaadameen qindeessaanee erguu dhabuu.
❖ Wolii gala hojii KTL fi Inisheetiivii qixa barbaadameen akka milkaa’uuf oggeeyyiin mana
hojii sanaa deeggarsa addaa kan barbaadanu ta’uu.
❖ Gabaasni ergamu karaa koomaand poostii bulchiisaatii fi kp Waajjira dhimma dubartootaa fi
daa’immaniitiin waliin tokko ta’u dhabuu.
❖ Barattooni sem. 2ffaa kan M/B hin deebine jiraachuu
❖ Sagantaa nyaata barattootaa sem. 2ffaa kan hin jalqabne ta’u isaa.
❖ Gabaasni hojii kenna tajaajjilaa lamummaa dhabbachuu
❖ Ijaarsi M/B Bu’uura boruu jalqabame keessaa 1 qofti kan xumurame ta’uu isaa.
❖ Haftee Barattootaa Sem.1ffaa sababaan kennuu dhabuu
❖ Raawwiin galii idilee bayye gadii bu'aa ta'u isa (%51.29)
❖ Raawwin deebii liqii calla guddistuu gadii bu’aa ta’u(% 39.4)
❖ Karoora KTL kan waggaatiin walbira gaafa qabamuu,raawwiin jiru baay’ee gadi aanaa ta’uu.
❖ Raawwiin gabaasa KTL guyyaa guyyaa ciccita qabaachuu.
❖ Sassaabiin qarshii Buusii,Gumaata hanga barbaadame raawwachuu dhabuu

4.Aanaa Dugda Daawwaa


Ciminaa
➢ Dhiheessi lukkuu sookkee karoora olii rawwaachuu
➢ Qophii Kompoostii idilee haala gaarii irraa jiraachuu
➢ Raawwii qusannaa dirqii hojii gaariin jiraachuu.
➢ Raawwii hojii deebii liqii gaarii ta’uu.
➢ Hojii Ijaarsa manatiin wal qabatee sochiin jiru gaarii ta’uu
➢ Dubartoota Inisheetiivii dinagdee haaraan ijaaruf raawwiin gaarii ta’uu.
➢ Ijaarsi M/B Bu’uura boruu xumurame suura qulqulluu erguu
➢ Raawwiin galii keessaa fooyya'aa ta'u isa(%tti 267.88)
➢ Raawwii liqii paampii deebisuu irratti fooyya’aa ta’u isa (%92)
➢ Dhimmi mana murtii sadarkaa jalqabaatti dhiyaate akka karoora rawwaatamu haa baatuus
kan dhiyaate furmaata argaachuu sochii jiru foyyee qabaachuu
➢ Raawwiin gabaasa KTL gaarii ta’uu.
➢ Horannaa miseensaa BG sochiin jiru gaarii ta’uu isaa

Hanqiina
❖ Qusannoo Q/Bulaa Qusatamee haala karoorfameen ta’uu dhaabuu
❖ Qophii Biqiltuu mukaa haala barbadamuun ta’uu dhaabuu
❖ Raawwii hojii misooma suluula haala barbadamuun ta’uu dhaabuu
❖ Dhiheessii gaguuraa idilee fi innisheetivii laafaa ta’uu isaa
❖ Dhiheessii cuuccii guyyaa tokkoo haala barbadameen rawwatamuu dhaabuu
❖ Ijaarsa sheedii rawwachuu dhabuu.
❖ Hojitti galchuu akkata karoorfamee rawwachuu irraatti hanqinni jirachuu.
❖ Hojii ijaarsa mana haadha hiyyeessaa sochiin jiru laafaa ta’ee muldhachuu sochii jiru
addaan kutuu.
❖ Raawwiin ijaarsa mana harka qalleeyyii raawwiin mana idiileedhaan ijaarame baayee gad
Aanaa ta’uu.ammallee xiyyeeffannaa kan barbaadu ta’uu.
❖ Dubartoota Inisheetiivii diinagdee haaraa ijaaruf Qusannoo Dubartootaa sabataa ayyoo
,akkasumas maatiin daa'imaniif akka qusatanu raawwii jiru baayee laafaa ta’uu.
❖ Ragaa isiiliphii baankii siinqee Qusannoo sabata ayyoo fi Maatii daa’immanii yeroo
jedhameti qindeessanee erguu dhabuu.
❖ Gabaasni ergamu kan waajjira Dhi/Du/Daa’immaniittif kan KP misooma waliin woli
fakkaachuu dhabuu.
❖ Barattooni sem. 2ffaa kan M/B hin deebine jiraachuu
❖ Raga midhaan nyaataa moosajiitti galchuu irratti harkifanaan jiraachuu.
❖ Gabaasin hojii kenna tajaajjilaa dhabbachuu
❖ Ijaarsi M/B Bu’uura boruu jalqabame keessaa (2) xumuramuu dhabuu
❖ Raawwiin galii idilee fi MQ fi baay’ee gadii bu'aa ta'u isa (%552.57 fi 39) fi hojii kan
barbaadu
❖ Raawwin deebii liqii calla guddistuu gadii bu’aa ta’u (% 17.4)
❖ Dhimmi mana murtii Oldabarfanna akka karoorfame rawwaatamu dhabuuf akkaasumas
kan dhiyaate furmaata argaachuu dhabuu.
❖ Gabaasni KTL ergamu darbe darbee Karoora waggaa tutuquu,karoora hangaa ammaa
yeroo tokko olkaasuu fi gadi buusuu.
❖ Gabaasni KTL ergamu kan sektara waliin tokko ta’uu dhabuu.
❖ Qarshii Buusii fi gumaata BG raawwiin isaa gad aanaa ta’uu isaa

5.Aanaa Galaana
Cimina
➢ Raawwii kompoostii idilee haala gaarii irraa jiraachuu
➢ Dhiheessii lukkuu sookkee karoora olii raawwachuu
➢ Qophiin Biqiiltu mukaa haala gaarii irraa jirachuu
➢ Iddoo omishaa Mijeesuu/qopheesuu hojii gaariin hojjatamee jiraachuu.
➢ Qusannaa dirqii baay’ee gaarii ta’u.
➢ Hojiin deebii liqii taasifamee gaarii ta’uu.

➢ Hojii Ijaarsa manatiin wal qabatee Raawwiin jiru sadarkaa gaarii irraa jiraachuu .

➢ Dubartoota Inisheetiivii diinagdee haaraan ijaaruf Karoora ol raawwatamuu isaa.

➢ Ijaarsi M/B Bu’uura boruu yeroon xumuru irratti yaaliin jiru gaarii ta’uu isaa
➢ Ragaa gaafataman yeroon erguu irratti gaarii ta’uu.
➢ Galii MQ fi keessaa hojii kan barbaadu ta'uus hanga ta'e fooyya'aa ta'u isa (% 70.81 fi
76.87)
➢ Dhimmi mana murtii sadarkaa jalqabaa kan dhiyaate akka karoora rawwaatamu haa
baatuus kan dhiyaate furmaata argaacha jiraachuu.
➢ Raawwiin hojii KTL jiru foyyee ta’uu.
➢ Horannaa Miseensaa ,Buusii,Gumaata, Qarshii Gahee naannoo fi gahee Godinaa yeroon
dhangalaasuu

Hanqiinaa
➢ Qusanoo Q/Bulaa Qusatamee haala karoorfameen ta’uu dhaabuu
➢ Qophiin veermii kompoostii baay’ee laafaa ta’uu isaa
➢ Hojiin misooma suluula ariitii barbadamuun ta’uu dhaabuu
➢ Dhiheessii gaguura inniishetivii fi idilee gadii bu’aa ta’uu isaa
➢ Tajaajila AI keenname haala barbadamuun ta’uu dhaabuu
➢ Raawwiin jabbilee sanyii foyyee dhalatee baay’ee gadii bu’aa ta’uu isaa
➢ Raawwii dhiheessii cuuccii guyyaa tokkoo baay’ee laafa ta’uu isaa
➢ Hojii dhabaa hojitti galchuu akkaata karoorfamee laafinni jirachuu
➢ Ijaarsa sheedii raawwachuu dhabuu.
➢ Gabaasii hojii dhaaba hojii galchuu akkataa karoorfameen rawwachuu dhabuu. akkasumas
gabaasa KPM fi kan seekteran garaagarumma qabaachuu.
➢ Ijaarsa mana karoora ol deemneera jedhamee hojii ijaarsa mana addaan kutuu.
➢ Qusannoo Dubartootaa sabataa ayyoo akkasumas maatiin daa'imaniif akka qusatanu
irratti raawwiin jiru amaallee baayee gad aanaa ta’uu.
➢ Ragaa isiiliphii baankii siinqee qusannoo sabata ayyoo fi Maatii daa’immanii yeroo
jedhameti qindeessanee erguu dhabuu.
➢ Gabaasni ergamu karaa koomaand poostii Misooma fi kp waajjira dhimma dubartootaa fi
daa’immaniitiin waliin ta’uun egamuu dhabuu.
➢ Gabaasin hojii kenna tajaajjilaa dhabbachuu
➢ Hafte Barattoota Sem.1ffaa sababaan kennuu dhabuu
➢ Ijaarsi M/B Bu’uura boruu jalqabame keessaa 1 xumuramuu dhabuu fi kan xumurames
qulqullina kan hin qabne ta’uu isaa.
➢ Raga midhaan nyaataa moosajiitti galchuu irratti harkifanaan jiraachuu.
➢ Raawwiin galii idilee baayee gadii bu'aa ta'u isa (%50.37)
➢ Raawwiin liqii paampii deebisuu baayee gadii bu'aa ta'u (%57) isa.
➢ Raawwin deebii liqii calla guddistuu gadii bu’aa ta’u (% 37.9)
➢ Dhimmi mana murtii Oldabarfanna akka karoorfame rawwaatamu dhabuu akkaasumas
kan dhiyaate hanga barbadaame furmaata argaachu dhabuu (50%).
➢ Gabaasa guyyaa guyyaan haa ergamuu malee, darbe darbee oggeessa KTL waliin
waldubbisuu dhabuun jira.
➢ Nyaata barataa fi midhaan itti eegannoo irraatti sochiin jiru baay’ee laafaa ta’u isaati.

6.Aanaa H/Wamaannaa

Ciminaa

❖ Qophiin veermii fi kompoostii idiilee haala gaarii irraa jiraachuu


❖ Hojiin AI haala gaarii hojjatamuaa jiraachuu
❖ Dhiheessii lukkuu sookkee karoora olii rawwaachuu
❖ Qophiin biqiiltu mukaa karoora olii raawwachuu
❖ Iddoo omishaa Mijeesuu/qopheesuu hojii garii hojjatamee ta’u.
❖ Qussannaa dirqii fi hawaasa baay’ee gaarii ta’u.
❖ Hojii dhabaa hojitti galchu irratti hojii jiru gaarii ta’u.
❖ Raawwiin deebii liqii bilchaatee baay’ee gaarii ta’uu.
❖ Hojii Ijaarsa manatiin wal qabatee raawwiin isaanii Karoora ol ta’uu.
❖ Dubartoota Inisheetiivi dinagdee haaraan ijaaru raawwiin isaanii Karoora ol ta’uu.
❖ Qusannoo Dubartootaa sabata ayyootiin akka qusatamu taasifame sochiin jiru gaarii ta’uu.
❖ Ragaa qulqullinaa fi yeroon kennuu irratti gaarii dha.
❖ Ragaan fi gabaasni kennamu guutuu fi dhugaa ta’uu isaa.
❖ Raawwiin galii idilee MQ fi keessaa % tti 67, 88 fi 174 walduraa duuban raawwachuun
danda'amu isa
❖ Raawwii liqii paampii deebisuu irratti karooran olii raawwaachuu isa (%100 olii)
❖ Raawwii dhimma mana murtii sadarkaa jalqaaba baay’ee gaarii ta’u akkasumas
Oldabarfannaa akka karoora raawwatamuu haa baatus kan dhiyaate furmaata argaacha
jiraachuu.
❖ Raawwiin gabaasa KTL gaarii ta’uu.
❖ Gabaasni KTL ergamu kan seektaraa fi KPM waliin tokko ta’uu.
❖ Horannaa Miseensa durse xumuruu, Qarshii gahee naannoo fi godinaa dhangalaasuu,
sochiin nyaata barataa sassaabuu jiraachuu isaa.

Hanqiinaa
➢ Qusannoo Q/Bulaa ariitii barbadamuun ta’uu dhaabuu
➢ Raawwii hojii misooma suluula laafaa ta’uu isaa
➢ Dhiheessii gaguura innishetivii fi idilee haala karoorfamee rawwatamuu dhaabuu
➢ Dhiheessii lukkuu cuuccii guyyaa tokkoo laafaa ta’uu isaa
➢ Jabbilee sanyii foyyaa’a dhalatee raawwiin isaa gadii bu’aa ta’uu isaa
➢ Ijaarsa sheedii raawwachuu dhabuu.
➢ Gabaasii hojii dhabaa hojii galchu kan waajjiraf kan KMP Garaagarumma qabaachuu.
➢ ijaarsa mana karoora ol deemneera jedhamee hojii ijaarsa manaa addaan kutuu.
➢ Qusannoo dubartootaa sabataa ayyoo akkasumas maatiin daa'imaniif akka qusatanu irratti
sochiin yoo jirateeleen ammaallee hojii guddaa kan gaafatuuf raawwiin jiru baayee laafaa
ta’uu.
➢ Ragaa isiiliphii baankii siinqee Qusannoo sabata ayyoo fi Maatii daa’immanii yeroo
jedhameti qindeessaanee erguu dhabuu.
➢ Komaand poostii cimaa dhaabuu dadhabuuf kan ijaarames yeroo jedhametti gabaasa kan
hin ergine of daggaanaa kan qabu ta’uu.
➢ Gabaasni ergamu karaa koomaand poostii bulchiisaatii fi kp Waajjira dhimma dubartootaa
fi daa’immaniitiin waliin tokko ta’u dhabuu.
➢ Haftee Barattootaa Sem.1ffaa sababaan kennuu dhabuu
➢ Ijaarsi M/B Bu’uura boruu jalqabame keessaa 3 xumuramuu dhabuu.
➢ Raga midhaan nyaataa moosajiitti galchuu irratti harkifanaan jiraachuu
➢ Raawwin deebii liqii callaa guddistuu gadii bu’aa ta’u(% 55.7)
➢ Gabaasni KTL guyyaa guyyaan haa ergamu malee, darbe darbee raawwiin guyyaa
jiraachuu dhabuu.
➢ Gumaata fi midhaan itti-eegannoo irraatti raawwiin kan hin jirre ta’u.

7.Aanaa M/Soodaa
Ciminaa
➢ Hojiin misooma suluula karoora olii rawwaachuu
➢ Raawwii dhiheessii gaguura innishetivii haala gaarii irraa jiraachuu
➢ Dhiheessin lukkuu sookkee karoora olii rawwaachuu
➢ Raawwiin qophiin kompoostii idilee haala gaarii irraa jiraachuu
➢ Dhiheessii cuuccii guyyaa tokkoo haala fakkenyuuma qabuun dhiheessuu
➢ Qophiin biqiltuu muka haala gaarii irraa jirachuu
➢ Hojii dhabaa hojii galchuu halaa gaarii irraa jiraachuu.
➢ Iddoo omishaa Mijeesuu/qopheesuu hojii gaarii hojjatamee ta’u.

➢ Hojii Ijaarsa manatiin wal qabatee sochiin jiru baayee gaarii ta’uu .

➢ Dubartoota Inisheetiivii diinagdee haaraan ijaaru irratti raawwiin isaanii karoora ol ta’uu
isaa.

➢ Qusannoo dubartootaa sabata ayyootiin akka qusatamu taasifame sochiin jiru gaarii
ta’uu.
➢ Raawwiin galii keessaa fooyya'aa ta'u isa(%tti 149)
➢ Raawwii liqii paampii deebisuu irratti fooyya’aa ta’u isa (%79)
➢ Raawwin deebii liqii calla guddistuu ammas hojii kan barbaaduu ta’uus fooyyee
qabachuu isa (% 84.5)
➢ Raawwii dhimma mana murtii sadarkaa jalqaaba fi Oldabarfannaa akka karoora
raawwatamuu haa baatus kan dhiyaate furmaata argaacha jiraachuu.
➢ Raawwiin gabaasa KTL gaarii ta’uu.

Hanqina

➢ Qusanoo Q/Bulaa qixaa karoorfamee ta’uu dhaabuu


➢ Dhiheessi gaguura idilee ariitii barbadamuun hojjatamuu dhaabuu
➢ Qusannaa waldalee ykn qusannaa dirqii laafaa ta’u.
➢ Ijaarsa sheedi rawwachuu dhabuu.
➢ Raawwiin ijaarsa mana harka qalleeyyii raawwiin mana idiileedhaan ijaarame baayee gad
Aanaa ta’uu.ammallee xiyyeeffannaa kan barbaadu ta’uu.

➢ Qusannoo Dubartootaa sabataa ayyoo akkasumas maatiin daa'imaniif akka qusatanu


irratti raawwiin jiru baayee laafaa ta’uuf ammaallee sochii kan gaafatu ta’uu.

➢ Ragaa isiiliphii baankii siinqee Qusannoo sabata ayyoo fi Maatii daa’immanii yeroo
jedhametti qindeessaanee erguu dhabuu.
➢ Gabaasni ergamu karaa koomaand poostii bulchiisaatii fi kp waajjira dhimma dubartootaa
fi daa’immaniitiin waliin tokko ta’u dhabuu.
➢ Harcaatii barattootaa sem.1ffaa sababaan erguu dhabuu.
➢ Raga midhaan nyaataa moosajiitti galchuu irratti harkifanaan jiraachuu.
➢ Gabaasin hojii kenna tajaajjilaa dhabbachuu
➢ Ijaarsi M/B Bu’uura boruu jalqabame keessaa 1 xumuramuu dhabuu fi kan xumurames
standarddii gadi ta’uu isaa.
➢ Raawwiin galii idilee fi MQ gadii bu'aa ta'u isa (%tti 48.8 fi 68) hojii guddaa kan gaafatu
ta'u isa
➢ Gabaasni KTL ergamu kan sektaraa fi KPM waliin tokko ta’uu dhabuu.
➢ Raawwiin gabaasa KTL guyya guyyaa ciccita qabaachuu.
➢ Midhaan nyaata barataa fi itti eegannoo raawwiin jiru laafaa ta’uu isaa ,gumaata irraatti
sochiin jiru laafaa ta’u isaa.

8.Aanaa Qarcaa
Ciminaa
➢ Hojiin misooma suluula foyyee qabaachuu
➢ Hojii Kompoostii idilee haala gaarii irraa jirachuu
➢ Dhiheessii Lukkuu Sookkee raawwii fooyyee qabachuu
➢ Qophii Biqiltuu mukaa karoora olii rawwaachuu
➢ Qusannaa hawaasa baay’ee gaarii ta’u.
➢ Hojittii galchuu baayee gaarii ta’u.
➢ Raawwii qusaanaa dirqii baay’ee gaarii ta’u.
➢ Hojii Ijaarsa manatiin wal qabatee raawwiin isaa karoora oliif sadarkaa gaarii irraa
jirachuu.
➢ Raawwiin galii MQ fi keessaa hanga ta'e fooyya'aa ta'u isa (%77 fi 87.67)
➢ Raawwin deebii liqii calla guddistuu fooyya’aa ta’u(% 84.5)
➢ Raawwii dhimma mana murtii sadarkaa jalqaaba baay’ee gaariif kan Oldabarfannaa akka
karoora raawwatamuu haa baatus kan dhiyaate furmaata argaacha jiraachuu.
➢ Raawwiin KTL baay’ee gaarii ta’uu
➢ Horannaa miseensaa irraatti raawwiin jiru gaarii ta,u isaa

Hanqiinaa

➢ Qusanoo Q/Bulaa qixaa karoorfameen ta’uu dhaabuu


➢ Raawwiin hojii veermii kompoostii laafaa ta’uu isaa
➢ Dhiheessii gaguura innisheetivii fi idilee haala barbadameen ta’uu dhaabuu
➢ Tajaajila AI ariitii barbadameen ta’uu dhaabuu
➢ Jaabbileen sanyii foyya’a haala karoorfameen ta’uu dhaabuu
➢ Dhiheesin cuuccii guyyaa tokkoo qixaa karoorfameen ta’uu dhaabuu
➢ Ijaarsa sheedii rawwachuu dhabuu.
➢ Gabaasaa deebii Liqii yeroo yeroon foyyeesan update gochuu dhabuu.
➢ Hojii ijaarsa mana haadha hiyyeessaa sochiin jiru laafaa ta’ee muldhachuu addaan kutuu.
➢ Dubartoota Inisheetiivii diinagdee haaraan ijaaruf raawwiin isaa gad Aanaa ta’uu.
➢ Qusannoo Dubartootaa sabataa ayyoo qarshiin raawwatamuu akkasumas maatiin
daa'imaniif akka qusatanu raawwiin jiru gad aanaa ta’uu.
➢ Ragaa isiiliphii baankii siinqee Qusannoo sabata ayyoo fi Maatii daa’immanii yeroo
jedhameti qindeessaanee erguu dhabuu.
➢ Gabaasni ergamu karaa koomaand poostii bulchiisaatii fi kp Waajjira dhimma
dubartootaa fi daa’immaniitiin waliin tokko ta’uu dhabuu.
➢ Haftee Barattootaa Sem.1ffaa akkaataa barbadameen kennuu dhabuu
➢ Ijaarsi M/B Bu’uura boruu xumurame suuraa muraasa malee hunda dhiyeesuu dhabuu
➢ Ragaa fi gabaasa gaafataman yeroo fi qulqullinaan kan hin ergine ta’uu isaa
➢ Gabaasin hojii kenna tajaajjilaa dhabbachuu.
➢ Raga midhaan nyaataa moosajiitti galchuu irratti harkifanaan jiraachuu
➢ Raawwiin galii idilee baayee gadii bu'aa ta'u isa (% 50.17)
➢ Raawwiin liqii paampii deebisuu bayye gadii bu'aa ta'u (%17) fi hojii guddaa kan
barbaaduu ta’u isa.
➢ Gabaasni KTL ergamu kan sektaraa waliin tokko ta’uu dhabuu.
➢ Gabaasa KTL irratti karoora waggaa tutuquu fi karoora hanga ammaa olkaasuu fi gadi
buusuu.
➢ H/Miseensaa, Buusii,Gumaata fi qarshii gahee Naannoo fi Godinaa dhangalaasuu irraatti
raawwiin jiru laafaa ta’uu isaa

9.Aanaa B/Kojowaa
Ciminaa
➢ Qophiin kompoostii idilee haala gaarii irraa jirachuu
➢ Dhiheessii lukkuu sookkee foyye’e qabachuu
➢ Hojiin deebii Liqii baayee gaarii ta’uu.
➢ Ijarsa sheedii fi sheedi seera ala keessa baasuu haala gaarii ta’u.
➢ Qusannaa hawaasa fi dirqii baay’ee gaarii ta’u.
➢ Hojii Ijaarsa manatiin wal qabatee raawwiin isaa Karoora oliif sadrkaa gaarii irraa
jirachuu.
➢ Ijaarsi M/B Bu’uura boruu Xumuruu fi suuraa dhiyeesu
➢ Raawwiin galii MQ fi keessaa fooyya'aa ta'u isa (% 98.53 fi 83.82)
➢ Raawwin deebii liqii calla guddistuu fooyya’aa ta’u (% 88.7)
➢ Raawwii dhimma mana murtii sadarkaa jalqaaba fi Oldabarfannaa akka karoora
raawwatamuu haa baatus kan dhiyaate furmaata argaacha jiraachuu.
➢ Raawwiin gabaasa KTL gaarii ta’uu.
➢ Sochiin nyaata barataa wolitti qabuu gaarii ta’uu isaa,

Hanqiinaa
❖ Qusaannoo Q/Bulaa haala karoorfameen ta’uu dhaabuu
❖ Qophiin veermii kompoostii laafa ta’uu isaa
❖ Hojiin misooma suluula haala barbadameen ta’uu dhaabuu
❖ Dhiheesinii gaguura innisheetivi fi idilee baaye’ee laafaa ta’uu isaa
❖ Tajaajila AI qixaa karoorfamen ta’uu dhaabuu
❖ Jaabbileen sanyii foyya’a dhalatee raawwii isaa laafaa ta’uu
❖ Dhiheesnii cuuccii guyyaa tokkoo raawwii isaa gadii bu’aa ta’uu isaa
❖ Qophiin biqiiltu muka haala barbadameen ta’uu dhabuu
❖ Iddoo Oomishaa dargaggoo addaa baasuu irraattii akkaata karoorfameen raawwii isaa
gad’aana ta’u.
❖ Hojii ijaarsa mana haadha hiyyeessaa sochiin jiru laafaa ta’ee muldhachuu addaan
kutuu.
❖ Dubartoota Inisheetiivii diinagdee haaraan ijaaruf raawwii jiru ammaallee baayee gad
Aanaa ta’uu.
❖ Qusannoo Dubartootaa sabataa ayyoo akkasumas maatiin daa'imaniif akka qusatanu
irratti raawwiin jiru laafaa ta’uuf hojii guddaa kan gaafatu ta’uu.
❖ Ragaa isiiliphii baankii siinqee Qusannoo sabata ayoo fi Maatii daa’immanii Yeroo
jedhameti qindeessaanee erguu dhabuu.
❖ Komaand poostii cimaa dhaabuu dadhabuuf kan ijaarames yeroo jedhametti gabaasa
kan hin ergine of daggaanaa kan qabu ta’uu.
❖ Gabaasni ergamu karaa koomaand poostii bulchiisaatii fi kp Waajjira dhimma
dubartootaa fi daa’immaniitiin waliin tokko ta’u dhabuu.
❖ Harcaatii barattootaa Sem.1ffaa sababaan erguu dhabuu.
❖ Raga midhaan nyaataa moosajiitti galchuu irratti harkifanaan jiraachuu.
❖ Gabaasin hojii kenna tajaajjilaa dhabbachuu.
❖ Raawwiin galii idilee baayee gadii bu'aa ta'u isa (%53.14)
❖ Raawwiin liqii paampii deebisuu baayee gadii bu'aa ta'u (%37) fi hojii guddaa kan
barbaaduu ta’u isa.
❖ Gabaasni KTL ergamu kan sektaraa waliin tokko ta’uu dhabuu.
❖ Gosoota hojii irratti karoora waggaa tutuquu fi karoora hangaa irratti jijjiirama
agarsisuu dhabuu.
❖ Gabaasni KTL guyyaa guyyaa haa jiraatuu male, darbe darbee raawwiin guyyaa
guyyaa jiraachuu dhabuu.
❖ H/Miseensaa,Buusii fi Gumaata irraatti raawwiin jiru laafaa ta’u isaa

10.M/Qarcaa
Cimina
➢ Rawwii Hojii dhabaa Hojitti Galchuu baayee gaarii ta’u.
➢ Qusannaa hawaasa fi dirqii baay’ee gaarii ta’u.
➢ Iddoo Oomishaa addaa baasuu gaarii ta’uu.
➢ Sosoochiin deebii liqii gaarii jiraachuu.
➢ Jalqabbiin ijaarsa MBBB standardii guutuun ta’uu isaa
➢ Ragaa midhaan nyaataa moosajiitti galchuu irratti gaarii ta’uu isaa.
➢ Raawwii dhimma mana murtii sadarkaa jalqaaba fi Oldabarfannaa akka karoora
raawwatamuu haa baatus kan dhiyaate furmaata argaacha jiraachuu.
➢ Raawwiin gabaasa KTL gaarii ta’uu.
➢ Gabaasni KTL ergamu kan seektara fi KPM waliin tokko ta’uu.
➢ Sochiin nyaata barataa wolitti qabuu gaarii ta’uu isaa

Hanqina

❖ Ijarsa sheedii rawwachuu dhabuu.


❖ Gabaasi hojii guyya guyyaa KPM ergamuu Ciccitaa ta’uu.
❖ Haftee Barattootaa Sem.1ffaa sababaan kennuu dhabuu
❖ Ijaarsi M/B Bu’uura boruu jalqabame keessaa 1 xumuramuu dhabuu.
❖ Barattoonni sem. 2ffaa gara mana barumsaa kan hin deebine jiraachuu.
❖ Raawwiin galii idilee, MQ fi keessaa baayee gadii bu'aa ta'u isa%51.45, 53.7 fi 48.56) fi
hojii kan barbaadu ta'u isa.
❖ Raawwiin gabaasa KTL guyyaa guyyaa ciccita qabaachuu.

You might also like