ANC Poster, ECD

You might also like

Download as pdf or txt
Download as pdf or txt
You are on page 1of 1

Yeroo ulfaa Guddina Daa’imman

Keessanii gargaaruu ni dandeessu

Ji’a tokko keessatti: Ulfi uumamee ji’a


1 tokko keessati dhahannaan onnee ni
jalqaba

Ji’a 2.5 keessatti; Sammuu fi Sombii


2 isaanii hojjechuu ni eegala

Ji’a 5 keessatti፡Haati sochiin


3 daa’ima ishee itti dhagahamuu ni
danda’a

Ji’a 6 keessatti፡ Sagalee Haadha fi Abbaa


4 dhaga’u ni eegala.

Maatiin daa’ima garaa keessa jiruuf


yeroo hunda haasa’uu, sirbuu fi
faarfachuun ni barbaachisa.Erga
dhalate booda sagalee keessan adda ni
baafata

Abbaan manaa, haati manaa isaa


yeroo ulfaa tasgabbooftuu fi
gammadduu akka taatu deeggarsa
gochuufi qaba. Haati yeroo ulfaa
dhiphattuu daa’imni ishee yeroo malee
dhalachuu, ulfaatina dhalootaan
qabaachuu qabu gadi yookiin erga
dhalatee boodas guddina sirrii hin
taane qabaachuu ni
danda’a/nidandeessi.

BEFO

You might also like