Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 3

Guyyaa___________

___________

Waliigaltee bittaafi gurgurtaa mana jireenyaa


Waliigalteen kun waliigaltee gurgurtaa qabeenyaa
_____________________bu’uura seera sivilii lak. 1678.1679.1731/1791 tiin
raawwatamedha.

Waliigaltee kennitoonii
1.
2.
3.
Teessoo___________________________________
Waliigaltee fudhataa/ttoota
1.
2.
3.
Teessoo ____________________________________
Dhimmi isaa nuti waliigaltee kennitoonni ________________________magaalaa
Mattuu ganda ______ keessatti argamu bal’inni isaa tilmaamaan
hek._______________ ta’e qabeenya dhuunfaa keenya ta’e daangaan isaa:
Bahaan____________________________________
kaabaan_________________________________
Dhihaan___________________________________kibbaan__________________
___________________ ta’e fedhaafi jaalala keenyaan walii galtee fudhataa/ttu
obbo/aadde______________________________’tti qarshii
__________________________________ gurgurachuu keenyaa/koo mallattoo
keenyaan/ koon ni mirkaneessina.
Waliigaltee kennitoonni/kennaan ijoollee keenya/koo :
1.____________________________________
2. _______________________________________________
3._____________________________________________wajjiin mormii tokko
malee raawwannerra.
Nuti ijoolleen maqaan keenya armaan ol’itti eerame maatiin keenya qabeenya kana
yoo gurguratan kan hin mormin ta’uu keenya mallattoo keenyaan mirkaneessina.
Ani waliigaltee fudhatanykn fudhattuun
qabeenyaa____________________daangaafi ballinni isaa armaan olitti eerame
waliigaltee kennitoonni maqaan isaanii ol’itti caqasame irraa qarshii
___________________ kanfaluun bitachuu koo mallattoo koon nan mirkaneessa.
Hubachiisa ! waliigaltee kana qaamni diigee garee miidhameef akka s/s lakk. 179
‘ tiin kasaraa qarshii ________________________________ akkasumas bu’uura
s/s lakk 1731’n mootummaaf qarshii ___________________kan adabamu irratti
waliif galleerra.
Nuti namoonni maqaan keenyaa armaan gaditti eerame, gareen lamman waliigaltee
uuman qabeenya_________________________ armaan ol’ittidaangaafi ballinnisaa
caqasame yeroo waliirraa bitaniifi gurguran dhaga’uufi arguu keenyaa mallattoo
keenyaan mirkaneessina.
Maqaafi mallattoo waliigaltee kennitootaa
1._____________________________________________
2._________________________________________________
Maqaafi mallattoo waliigaltee fudhataa/ttu.
1.____________________________________________
Maqaafi mallattoo Ragoolii
1._________________________________________
3.____________________________________
2.____________________________________
4.____________________________________

You might also like