Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 2

Waajjira Barnoota Aanaa Goobbaatiif

Goobbaa

Dhimmi:- Ragaa gaafatamne erguu ilaala.

Akkuma gubbatti Ibsamuuf yaalametti Ragaa waajjirri Barnoota keenya nu gaafate Akka armaan gaditti
qindeesinee waraqaa gaggeesituun walqabsiifnee kan isiniif ergine ta'uu kabajaan isin beeksifna.

Nagaa wajjiin
RAGAA BARATTOOTA MANA BARUMSA SHEEDAM KAN BARA 2016

Kutaa Baayinna barattoota Dhiira Dubara Ida'ama

BSTD 60 18 42 60

Kutaa 1 156 95 71 156

Kutaa 2 92 47 45 92

Kutaa 3 79 41 38 79

Kutaa 4 54 22 34 54

Kutaa 5 46 25 21 46

Kutaa 6 38 16 22 38

1_6 467 236 231 467

Kutaa 7 26 10 16 26

Kutaa 8 28 13 18 28

7_8 54 23 31 54

18 259 262 521

BSTD 18 42

Baayinna barsiisota MANA BARUMSA SHEEDAM

Dhi 9 du 3 Ida'ama 12

Baayinna daree Barnoota 1_8 10

Baayinna daree BSTD 2

Kiitii saayinsii m/b sheedam 1 meeshaa Isaa wajjiin

MANA kitaabaa ni qaba. Manni barumsa sheedam Bishaan ,ibsaa hin qabu.

Kompiitaras hin qabu.horaa bulaa.

You might also like