Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 1

Cheklistii Dawwannaa Banaminsa Mana Barnootaa

M/b__________Kutaa_____

Baay`ina Barattoota Argamu qabanii dhi__ dub__ W/g __

Barattoota Kutaatti Argaman dhi__ dub __W/g___

Waytii Barnootaa Ilaalame________

Gosa barnootaa barsiifamaa jiru________

Hojilee Ilaalamuu qaban


- Dura bu`aa fi I/Aantotni manneen barnootaa karoora dhunfaa barnoota samisteera
2ffaa ittiin jalqabsiisan qabaachuu isaanii
- Hoggantootni manneen barnootaa marii barsiisotaafi koree wajjiinii haala banaminsaa
fi qophii baruu barsiisuuf taasisan qaboon qabameen mirkaneeffachuu
- Barsiisotni karoor torbee fi guyyaa gosa barnoota barsiisanii qopheeffatanii barnoota
barsiisuutti jiraachuu adda baasuu.
- Barattoota sam.2ffaa barachhuuf deebi`an Dareen,kutaanii fi akka mana barnootaatti
jiru adda baasuu.
- Barattootaaf kaardiin sam.1ffaa hojjatame kennuun maatii barattootaan mirkanaa`ee
deebi`u adda baasuu
- Xiinxala qabxii barattootaa hojjatamee dareen, kutaanii fi gosa barnootaan hojjatamee
manni barnootaa qindeeffamee taa`uu fi daree biiroo keessatti maxxanfamuu ilaaluu fi
jijjirama jiru addabaafamee jiraachuu.
- Attendaansiin barattoota unkaa godinaatiin guyya guyyaan yaamamaa jiraachuu fi dura
bu`aanis unkaa guyya guyyaa godinni gadi buseetiin hordofamaa jiraachuu
-

You might also like