Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 3

Mobile phone Handover Signing Agreement

Mallattoo Waliigaltee Walharkaa Fuudhiinsa Bilbila Mobaayilaa


Guyyaa: --------------------------------------------------
Mallattoon Waliigaltee Walharkaa Fuudhiinsa Bilbila Mobaayilaa kun ("Waliigaltichi")
raawwii fi qajeelfama walharkaa fuudhiinsaa fi fayyadama bilbila mobaayilaa Gool
Itoophiyaan wal ta’uun Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaan kenname ifaan dabarsuun lafa
kaa’a.
Mallattoon waliigaltee walharkaa fuudhiinsaa kun ("Waliigaltichi") Baankii Hojii Gamtaa
Oromiyaa fi____________________________ (Bakka bu’aa Baankii Hojii Gamtaa
Oromiyaa) gidduutti taasifama.

Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa kana booda "Koopbaank," jedhamuun kan eeramu, hojii
baankii bakka bu’ummaaf bilbiloota mobaayilaa ________________f(Maqaa bakka
bu’aa) kanatti aansuun “Fudhataa” jedhamuun kan eeramuu fi bakka bu’aa Koopbaank
ta’uuf ulaagaa guute, tajaajila baankii bakka bu’ummaaf bilbila mobaayilaa fudhata.
Keewwata 1. Odeeffannoo fi ibsa bilbila mobaayilaa
Haala:Haaraa Lakk.IMEI Bilbila mobaayilaa:
Moodeela: ZTE Blade A51 ____________
Baay’ina: Tokko (1) Meeshaalee waliin kennaman:
________
Keewwata 2. Dirqamaa fi ittigaafatamummaa:
2.1. Dirqama Koopbaank
2.1.1 Bilbila mobaayilaa tajaajila Michuu Kooppeeyii fi baankii bakka bu’ummaaf
mijataa ta’e ni kenna ; kana malees
2.1.2. Tajaajila Michuu, Kooppeeyii fi baankii bakka bu’ummaaf deeggarsa tekniikaa
ni taasisa.
2.2. Dirqama Bakka Bu’aa (Fudhataa):
2.2.1. Fudhataan .
2.2.2. The Recipient is responsible for the safekeeping and maintenance of the mobile
phone;mobaayilicha naannoo tajaajilaa murtaa’eef keessatti tajaajila Qusannaa
Mobile phone Handover Signing Agreement

Diriim(Mul’ataa), Michuu, Kooppeeyii fi Tajaajila Bakka Bu’ummaa qofaaf fayyadamuuf


waadaa galeera.
2.2.3. Fudhataan mobaayila kana dabarsuu, gurguruu ykn qaama sadaffaaf kennuun
balleessuu hin danda’u;
2.2.4. Fudhataan bilbila waggaa sadii asitti fudhate yoo bade/manca’e bakka buusuuf ni
dirqama, kana malees
2.2.5. Waliigaltichi yoo addaan cite, tajaajilli baankii bakka bu’ummaa, Koopbaankii
bakka bu’aan MM fi kuusaan ragaalee dijitaalawaa karaa Aappii Qusannaa Diriim
(Mul’ataa) jiru, bilbila haaraa ykn gatii bilbila Sanaa yeroo ammaa akkaataa
waliigalteetiin ni deebisa/ti.
2.3. Dirqama Gool Itoophiyaa
2.3.1. Deeggarsa tekniikaa Qusannaa Diriimiin(Mul’ataan) walqabate ni kenna; kana
malees
2.3.2. Bakka bu’oonni bilbila kana dhimmi akeekameef qofa fayyadamaa jiraachuu
isaanii ni hordofa.
Keewwata 3. Odeeffannoo/Daataa Iccitiin Qabachuu
3.1. Qaamoleen waliigaltee kana keessa jiran hundi odeeffannoo iccitiin qabachuuf
dirqama qabu; kana malees
3.2. Fudhataan eegumsa odeeffannoo cimsuuf jecha bilbila mobaayilaa akka haaromsu
Koopbaankiin ykn Gool Itoophiyaan yoo gaafatame haaromsuu qaba.
Keewwata 4. Addaan Cituu:
3.3. Bakka bu’aan dhimmoota armaan olitti eeramaniin alatti bilbila mobaayilaa kana
yoo fayyadame waliigaltichi addaan cite fudhataan guyyaa waliigaltichi haqamee
kaasee turban tokko keessatti mobaayilicha Koopbaankiif ni deebisa..
3.4. Sababa fudhatama qabuun qaamoleen waliigaltee kana taasisan waliigalticha
haquu ni danda’u.
Raawwii fi qajeelfama armaan olii hubachuun, walharkaa fuudhiinsi mobaayilaa
Guyyaa____________ Iddoo_____________.
Qaamoleen kun guyyaa armaan olitti eerame kaasee waliigaltee kana hojiirra ni oolchu.
Mobile phone Handover Signing Agreement
Koopbaank: Maqaa fi Mallattoo Maqaa fi Mallattoo
Maqaa fi Mallattoo __________________ ______________
_________________ Guyyaa_____________ Guyyaa __________
Guyyaa _____________ _
Fudhataa: Gool Itoophiyaa:

You might also like