Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 1

Abeem

Efraataa
Heloo! Efraataa Heloo Abeem akkam jirtaa?

Gaariidha galata waaqa. At akkamii? Anis nagaadha galata waaqa.

Kanan sii bilbile… Heloo…Heloo Heloo Maal jette Abeem sagaleen kee
sirnaan dhagahaamaa hin jiru.
Hamma na dhagahaartaa?
Hamma homaa hin jedhu sagaleen kee
fagaata networkinis kukutaa ture
Tole anatu bakka networkiin sirrittii
hojatu hin jirree… kanan sii bilbileef Eeyyeen naa galeeraa. Booda kottu sin
waa’ee bamaqaalee sila barannee sii qo’achisaa
galeeraa yoo ta’e si gaafachuf ture

Tole galatoomii nan dhufaa. Nagaattii Tole nagaattii Abeem

You might also like