Sagantaa Qorumsa Naannoo 2016

You might also like

Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 1

Sagantaa Qorumsa Xumura Barnoota Sadarkaa Tokkoffaa (Kutaa 6ffaa) fi Qorumsa

Xumura Barnoota Sadarkaa Giddu Galeessaa (Kutaa 8ffaa) Bara 2016


Kutaa Guyyaa Sa’aatii Akaakuu Barumsaa
Afaan Oromoo Akka Afaan Dhalootaa (01)/
3:00 - 4:00 Afaan Amaaraa Akka Afaan Dhaalotaa (06)
Kamisa Ganama
K 4:00 – 5:00 Afaan Ingilizii (02)
(Caamsaa 29/2016)
U Hrrega (AO) (03)/
T Herregga (AA) (07)
8:00 - 9:00
A Waaree Booda
Gadaa/Safuu (AO) (04)/
A Safuu (AA) (08)
9:00 - 10:00
Jimaata Saayinsii Naannoo (AO) (05) /
6 Ganama Saayinsii Naannoo (AA) (09)
(Caamsaa 30/2016) 3:00 – 4:00

3:00 – 4:00 Afaan Oromoo Akka Afaan Dhalootaa(01)/


Afaan Amaaraa Akka Afaan Dhaalotaa (08)
Ganama
K 4:00 – 5:00 Afaan Ingilizii (02)
Kibxata
U Herrega (AO) (03)/
(Waxabajjii (04/2016) 8:00 - 9:00 Herregga (AA) (09))
T
A Waaree Booda
Gadaa/Lammummaa(AO) (04)/
A 9:00 - 1000 Lammummaa (AA) (10)
Saayinsii Waliigaalaa (AO) (05)/
3:00 – 4:00 Saayinsii Waliigalaa (AA) ( 11)
8 Roobii
Ganama
Barnoota Hawaasaa ( AO) (06)/
(Waxabajjii 05/2016)
4:00 – 5:00 Barnoota Hawaasaa (AA) (12)
Afaan Amaaraa Akka Afaan 2ffaa (07)
Waaree Booda 8:00 - 9:00 Afaan Oromoo akka Afaan 2ffaa (13)

Hubachiisa
1. Itti gaafatamtoonni buufataalee qorumsaafi supparvaayizaroonni qorumsi otoo
hineegaliin saa’aatii 1:30 dursanii buufata qorumsaatti argamuu qabu.
2. Qortoonni qorumsi otoo hin eegaliin saa’aatii 1:00 dursanii buufata qorumsaatti argamuu
qabu.

You might also like