Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 4

BARREEFAMA HUNDEEFAMA ------------------------- PLC

Barreeffama Hundeeffama
“------------------------------------Waldaa daldala Dhuunfaa ttigafatamummaanisaa
Murtaa’e /---------------------------------------------PLC/
Keewwata Tokkoo
Nuti maqaan keenya,Teessoon keenyaa fi kan armaan gaditti tarreefame
bu’uura seera daldala Itoophiyaa bara 1952 bahe lakk 1243/2013 foyya’ee
keewwataa 495 hanga 533 tti tumame, barreefama hundeefamaa fi dambii
ittiin bulmaataa waliin qaama seera ta’ee akka ittiin bitamnu waliigallee
hundeesineerra.
Keewwata Lama
Maqaa Waldaa
Maqaan waldaa kanaa“------------------------------Waldaa daldala Dhuunfaa
Ittigafatamummaanisaa Murtaa’e/-------=---------------PLC/jechuun moggaafameera
Keewwata Sadii
Teessoo Waldichaa
1. Waajjirri ol’aanaa waldichaa Godina Addaa Oromiyaa Naanwaa Finfinnee
Magaalaa ------Ganda--------Lakk. manaa ---------kessatti.
2. Akka barbaachisaa ta’etti waldichi biyya keessaa fi alatti damelee adda addaa banachuu ni
danda’a.
Keewwata Afur
Maqaa miseensotaa, Lammummaa fi Teessoo
Teessoo
Lak Maqaa Lamii Magaalaa K/magaalaa Ganda Lak.mana
1.
2.
3.
Keewwata Shan
Kaayyoo Waldichaa
Seerri daldala Itoophiyaa haala heyyamuun Waldichi kaayyoo hojii daldalaa
armaan gadii raawwachuuf dhaabbateera
1. -----------------------------------------
2. ----------------------------------------
3. --------------------------------------------
4. --------------------------------------------
Keewwata Jaha
Kaappitaala Waldichaa
Waldichi kaappitaala waliigalaaQr ------------------------(-----------------) ta’ee,
gatiin aksiyoona tokkoo Qr.----------------------(-----------------------)--------------------
oodameera. Kaappitaalli waliigalaa kun qarshii maallaqa dheedhiitiin galii
ta’eera.

Page 1
BARREEFAMA HUNDEEFAMA ------------------------- PLC

Keewwata Torba
Hirmaannaa Aksiyoonaa
Lak. Maqaa Hanga Akaakayyuutti Baayina Gatii Maallaqa Baasii
Aksiyoona tokko Dheedhiin kan waliigalaa
kaffalamee
1.
2.
3.
Ida’ama

Keewwata Saddet
Miseensota haaraa dabalachuu
Waldichi yeroo yerootti miseensota haaraa dabalachuu ni danda’a
Keewwata Sagal
Itti Gaafatamummaa Miseensotaa
Miseensotni martinuu kaappitaala armaan olitti eerame maallaqa dheedhiin
kaffalamuu isaa tokkummaa fi dhuunfaan mirkaneessaniiru. Waan ta’eefuu,
ittigaafatamummaa miseensotaa baay’ina aaksiyoona waldicha keessaa
qabaniin kan murtaa’ee dha.
Keewwata Kudhan
Qooddii Bu’aa fi Kisaaraa
Haala adda ta’een miseensotni yoo waliigalan malee, bu’aa waliigalaa bara bajatichaa keessaa
maallaaqa of-eeggannoo fi baasiwwan waliigalaa biroo seeraan murtaa’an erga hir’atee
boodaa akkaataa baay’ina aaksiyoona miseensotni qabaniin qoodama. Kisaaraanillee yoo
jiraate haalaa wal-fakkaatuun miseensotaaf qoodama. Haa ta’u malee, haala kaminiyyuu
miseensotni kaappitaalaa aksiyoona waldicha keessaa qaban olitti ittigaafatamuu hin danda’an.
Keewwata kudha tokko

Bulchiinsa waldichaa
Hojiin waldichaa, aangoo fi itti gaafatamummaan dambii ittiin bulmaatichaa
keessatti kan tarreeffame ta’ee waldichi Hojii gaggeessaa fi Itti Aana Hojii
geggeessaa miseensota keessaa ykn alaa miseensoota waldaatiin kan
filatamuun ni gaggeeffama. Haaluma
kanaan-------------------------------------------------- gaggeesaa waldicha ta’anii
kan filaman yamuu ta’u barri hojii isaanii yeroo hin murtoofneeta’ee yeroo
barbaachisaa ta’eetti miseensotaan kan murtaa’u ta’a.

Page 2
BARREEFAMA HUNDEEFAMA ------------------------- PLC

Keewwata Kudha lama


Gahee fi Aangoo Hojii geggeessaa

Hojii geggeesaan waldichaa hojiilee armaan gadii raawwachuuf aangoon


kennameera.

1. -------------------------------------------------------------
2. ---------------------------------------------------------------
3. ----------------------------------------------------------------------------
Keewwata Kudha Sadi
Gahee fi Hojii I/Aana hojii geggeessaa
1. -------------------------------------------------------.
2. ----------------------------------------------------------------------------
3. ----------------------------------------------------------------------------
Keewwata kudha Afur
Odiitara
-------------------------------------------------------------------------------------------------
-------------------------------------------------------------------------------------------------
-------------------------------------------------------------------------------------------------
---------------------------------------------------------------------------------------
Keewwata Kudha Shan
Barreeffama Dhaabbii Fooyyessuu
Barreeffamni Dhaabbii kun yaada sagalee ¾ miseensotaatin
deeggaramee yoo dhiyaatu Fooyya’uu ni danda’a.
Keewwata Kudha Jaha
Yeroo Turmaata Waldichaa

Mirgi nurteessuu miseensotaa akkuma eegametti ta’ee waldaan kun yeroo hin
murtoofteef hundeefameera.

Keewwata Kudha Torba


Hundeeffama Waldichaa
Barreeffamni hundeffamaa kun guyyaa har’aa _________________ bara
_________ miseensota bu’uraatiin dubbifamee magaalaa
_______________________________tti mallatteeffameera.

Page 3
BARREEFAMA HUNDEEFAMA ------------------------- PLC

Miseensota Hundeessitoota
Lakk Maqaa Hanga Akaakayyuu Mallattoo Guyyaa
1.
2.
3.

Page 4

You might also like