Attachment

You might also like

Download as xlsx, pdf, or txt
Download as xlsx, pdf, or txt
You are on page 1of 14

Maqaa mana barnoota Guurii Dabbullaa

Maqaa B/saa Girma Gemeda


Gosa Barnoota Saayinsii Walii gala karooraa barnoota waggaa
kutaa 8ffaa kan bara 201

seemistiraa ji,a guyyaa boqona fuula torbe wayiti Kaayyoo gooroo Barnoota wa
1ffaa fulbaana #dhuma barannoo boqonaa k
1ffa 1 1,3 1 2 * hiikkaa safara fi maloota sa
1ffa 1 4,15 2 6 * Qaamolee safartamoo fiizik
1 16,17 3 1 * bareeffama saayinsawaa fi
1 18,23 4 4 * qorannaa saayinsawaa gag

Onko 2 26,30 5 4 *qabiyyee fi caasaa maatarii


leessa 2 31,37 6 4 * qaama atoomii fi suudooww
2 38,43 7 4 * hiikkaa molakiyuulota fi fak

3 50,51 8 *hiikkaa kompaawundoota o


sadasa 3 52, 8 4 kompaawundoota orgaaniiki
3 53 9 - Alkeenota
3 54 9 4 -Alkiinoota
3 55,56 10 -Alkaayinoota
3 57,60 11 4 fi faayidaalee kompaawundo
3 62, * kompaawundoota inorgaan
3 66 12 4 - oksaayidoota
muddee 3 67,71 13 4 - asiidota
3 72,82 14 4 -beezota
3 83,86 15 4 * walnyaatinsa hinbaabsawo

4 91,95 16 4 * caasaalee sirna integument


Amajii 4 96,99 17 4 * caasaa sirna maashaalee fi
4 100,104 18 4 * caasaalee sirna lafee guutu
4 105,112 19 4 * caasaalee sirna bullaa,insaa
1ffaa
KEESSAA DEEBBII BARNOOTA
2ffaa Gurandha 113 * mata duree sirna hargansu
laa 114 - caasaalee sirna hargansuu
115 20 4 - dalaagalee sirna hargansuu
115 akkasumas dhukkuboota sirn
117 * sirna marsaa dhiigaa kan je
117,122 21 4 - caasaalee sirna marsaa dhii
122 - dalaagalee sirna marsaa dh
124 * sirna Wal hormaata kan je
bitoo 124,127 22 4 - caasaalee gurguddoo sirna
128 - dhukkuboota ykn mudoo sir

135 * sirnaakkoo fi hariiroowwan


135,136 23 4 - hiikkaa sirnaakkoo fi ruqool
137,139 24 4 - gosoota hariiroowwan baay
139,147 25, 4 - hariiroowwan soorata Fi fuu
149 26 * kunuunsa qabeenya uumam
150,157 26 4 - hiikkaa biyyee, amaloota, go
Elba 158,159 27 - bishaan
159,162 27 4 - qilleensa
162,166 28 -bosonaa
166,168 28 4 - hedduminaa lubbuu qabeey
169,171 29 akkasumas beekumsa xabboo

178 # miseensota sirna soolarii ka


179 29 4 _ sirna soolarii jechuun maal
180 _ aduu
181,186 30 4 _ pilaanetootaa
caamsa 187,190 31 4 _ pilaanetootaa diwaarfii kan
190,191 # uumamaa sirna soolarii
192 _ sochii qaamotaa gurguddoo
192 _ sochii pilaanetootaa sirna s
193,194 32 4 _ sochii satalaayitoota lafarra
195,196 # lafa sirna soolarii walbira qa
197 # jireenya mijaachu lafa kan j

200 # ta'iiwwan ifaa kan kan jedh


201 33 4 _ maddoota ifaa
201,202 _ balaqqeessa,uu ifa
203,204 _ dabee darbuu ifaa
204,205 _ bittinnaa,uu ifaa
205 _ispeektiramii ifa kanneen hu
2ffaa caamsa 206 34 4 # mul,achuu fi uumamuu fak
206 _ faayidaalee ifaa
207 _ dabarsoo,gariin dabarsoo fi
207,208 _ fakkaattii daawwitti diriiraa
209 # sagalee kan jedhu jalatti
209,210 _ uumamaa sagalee fi dadda
waxabaji 210,213 35 4 _ saffisa sagalee fi faalama sa
214 _ balaqqeessa,uu sagalee
215 # hoo,aa kan jedhu jalatti
215,216 _ hiikkaa hoo,aa fi daddarbuu
217 _dabarsoo hoo,aa fi ittisoo ho
217 # daandii elektiiriikii salphaa
218 _ maddoota caalmaa kuufam
219 36 4 # Maagineetiizimii kan jedhu
220,221 _ hiikkaa maagineetii fi want
222,223 37 4 _amaloota maagineetii fi faa

113,227 38,40 4 KEESSAA DEEBBII BARNOOTA


karooraa barnoota waggaa
kan bara 201

Kaayyoo gooroo Barnoota waggaa


#dhuma barannoo boqonaa kana booda barattoonni waa ee
* hiikkaa safara fi maloota safara aadaa maal Akka ta,ee addaan ni baafatu
* Qaamolee safartamoo fiizikaalaa ammayyaa fi haala safara isaanii ni hubatu
* bareeffama saayinsawaa fi maxxantuuwwan duraa akkasumas sirrummaa fi qixxummaa maal Akka ta,ee adda ni baafatu
* qorannaa saayinsawaa gaggeessuu fi naamusa ogummaa saayinstitii qabachuu qabu maal ta,ee ni hubatu

*qabiyyee fi caasaa maatarii ni hubatu


* qaama atoomii fi suudoowwan citaa atoomaawaa akkasumas lakkoofsa atoomaawaa fi lakkoofsa hanga addan ni baafatu
* hiikkaa molakiyuulota fi fakkeenyota isaanii ni baratu

*hiikkaa kompaawundoota orgaaniikii Fi inorgaaniikii ni hubatu


kompaawundoota orgaaniikii ykn haayidirookaarboonoota kanneen akka
- Alkeenota
-Alkiinoota
-Alkaayinoota
fi faayidaalee kompaawundoota orgaaniikii ni baratu
* kompaawundoota inorgaaniikii kanneen akka
- oksaayidoota

* walnyaatinsa hinbaabsawoo fi ashaboolee faayidaalee isaanii addaan ni baafatu

* caasaalee sirna integumentarii fi dalaagalee akkasumas dhukkuboota ykn qindoomina dhabuu fi miidhawwan isaanii ni baratu
* caasaa sirna maashaalee fi dalaagalee maashaalee akkasumas dhukkuboota ykn qindoomina dhabuu fi miidhawwan isaanii addaan ni b
* caasaalee sirna lafee guutuu nama fi dalaagalee sirna lafee guutuu nama akkasumas dhukkuboota ykn qindoomina dhabuu fi miidhaww
* caasaalee sirna bullaa,insaa nyaataa fi dalaagalee sirna bullaa,insaa nyaataa akkasumas dhukkuboota ykn qindoomina dhabuu fi miidha

KEESSAA DEEBBII BARNOOTA SEEMISTIRAA 1FFAA


* mata duree sirna hargansuu namaa jedhu jalatti barattoonni waa ee
- caasaalee sirna hargansuu
- dalaagalee sirna hargansuu
akkasumas dhukkuboota sirna hargansuu nama miidha ni baratu
* sirna marsaa dhiigaa kan jedhu jalatti barattoonni waa ee
- caasaalee sirna marsaa dhiigaa Fi isaanii ijoo ni hubatu
- dalaagalee sirna marsaa dhiigaa fi dhukkuboota sirna marsaa dhiigaa miidha ni baratu
* sirna Wal hormaata kan jedhu jalatti barattoonni waa ee
- caasaalee gurguddoo sirna Wal hormaata nama Fi dalaagalee isaanii ni baratu
- dhukkuboota ykn mudoo sirna Wal hormaata nama wajjin Wal qabatan ni hubatu

* sirnaakkoo fi hariiroowwan baayoloojikaalawaa kan jedhu jalatti barattoonni waa ee


- hiikkaa sirnaakkoo fi ruqoolee isaanii ni hubatu
- gosoota hariiroowwan baayoloojikaalawaa ni baratu
- hariiroowwan soorata Fi fuunca soorata Fi saphuuphee soorata akkasumas piraamidii baayoloojikaalawaa ni hubatu
* kunuunsa qabeenya uumamaa kan jedhu jalatti barattoonni waa ee
- hiikkaa biyyee, amaloota, gosoota fi faayidaalee biyyee addaan ni baafatu

- hedduminaa lubbuu qabeeyyii


akkasumas beekumsa xabboo fi qabeenya uumamaa ni baratu

# miseensota sirna soolarii kan jedhu jalatti barattoonni waa ee


_ sirna soolarii jechuun maal Akka ta, ee

_ pilaanetootaa
_ pilaanetootaa diwaarfii kan jedhu hundaa addaan ni baafatu
# uumamaa sirna soolarii
_ sochii qaamotaa gurguddoo sirna soolarii
_ sochii pilaanetootaa sirna soolarii
_ sochii satalaayitoota lafarraa marsaa taasisan
# lafa sirna soolarii walbira qabu
# jireenya mijaachu lafa kan jedhu hundaa ni baratu

# ta'iiwwan ifaa kan kan jedhu jalatti barattoonni waa, ee


_ maddoota ifaa
_ balaqqeessa,uu ifa
_ dabee darbuu ifaa
_ bittinnaa,uu ifaa
_ispeektiramii ifa kanneen hundaa addaan ni baafatu
# mul,achuu fi uumamuu fakkaattii kan jedhu jalatti
_ faayidaalee ifaa
_ dabarsoo,gariin dabarsoo fi ittisoo ifa
_ fakkaattii daawwitti diriiraa
# sagalee kan jedhu jalatti
_ uumamaa sagalee fi daddarbuu sagalee
_ saffisa sagalee fi faalama sagalee
_ balaqqeessa,uu sagalee
# hoo,aa kan jedhu jalatti
_ hiikkaa hoo,aa fi daddarbuu hoo,aa
_dabarsoo hoo,aa fi ittisoo hoo,aa
# daandii elektiiriikii salphaa
_ maddoota caalmaa kuufama Fi dabarsoo fi ittisoo electric
# Maagineetiizimii kan jedhu jalatti
_ hiikkaa maagineetii fi wantoota maagneetawoo Fi miti maagneetawoo
_amaloota maagineetii fi faayidaalee maagineetii addaan ni baafatu

KEESSAA DEEBBII BARNOOTA SEEMISTIRAA 2ffaa


Qabiyyee
BOQONNAA TOKKO YAADA BU`UURA QORANNAA SAAYINSAWAA
1.1 safartuuwwan saayinsawaa

adda ni baafatu 1.2 Qorannaa saayinsawaa gaggeessuu

BOQONNAA LAMA QABIYYEE FI CAASAA MAATARII


2.1 qabiyyee fi caasaa maatarii irratti yaadota fi amantaa bara durii
addan ni baafatu 2.2 Qaama atoomii
2.3 Molakiyuulota
BOQONNAA SADII KOMPAAWUNDOOTA RAMADUU

3.1 hiikkaa kompaawundoota orgaaniikii fi inorgaaniikii

3.2 kompaawundoota orgaaniikii

3.3 kompaawundoota inorgaaniikii

3.4 walnyaatinsa hinbaabsawoo fi ashaboolee

BOQONNAA AFURII
wan isaanii ni baratu SIRNOOTA QAAMA NAMA FI FAYYAA
iidhawwan isaanii addaan ni baafatu
ndoomina dhabuu fi miidhawwan isaanii ni baratu 4.2 sirna maashaa
qindoomina dhabuu fi miidhawwan isaanii fidan ni baratu 4.3 sirna lafee guutuu nama
4.4 sirna bullaa insaa nyaataa

4.5 sirna hargansuu

4.6 sirna marsaa dhiigaa

4.7 sirna Wal hormaata


BOQONNAA SHAAN
SIRNAAKKOO FI KUNUUNSA QABEENYA UUMAMAA
5.1 sirnaakkoo fi hariiroowwan baayoloojikaalawaa

5.2 kunuunsa qabeenya uumamaa

BOQONNAA JAHAA
SIRNA SOOLARII
6.1 miseensota sirna soolarii

6.2 uumamaa sirna soolarii

6.3 lafa sirna soolarii walbira qabu


6.4 jireenya mijaachu lafa

BOQONNAA TORBA
TA'IIWWAN UUMAMAA
7.1 Ta'iiwwan ifaa

7.2 Mul, achuu fi uumamuu fakkaattii

7.3 sagalee

7.4 Hoo,aa

7.5 daandii elektiiriikii salphaa


7.6 maagineetiizimii
mala baruu Fi barsiisuu meeshaalee deeggarsa barnoota tooftaalee madaalli

marii garee madaala hanga hojii mana


yaadachisuu hojii dare
yaalii
ibsa teermoomeetira cararaa
silindarii safara

ntaa bara durii


marii garee danaa Qaama atoomii battalee
marii dhunfaa abbaltii
yaadachisuu
ibsa midii
waraqaa liitimasii hojii mana

yaadachisuu
marii garee
ibsa
presentation

od ibsa gabaabaa fakkii sirna lafee guutuu qormaata xuumura seemistir


marii garee fakkii sirna bullaa insaa nyaataa

gaaffii fi deebbii

hojii dhunfaa hojii mana


hojii daree

yaalii

battalee
ABEENYA UUMAMAA
baayoloojikaalawaa

marii dhunfaa
marii garee abbaltii
od ibsa gabaabaa

marii dhunfaa
od ibsa gabaabaa
marii garee

midii

marii dhunfaa

od ibsa gabaabaa

marii garee

battalee
qorumsa xuumura seemistira
bara barnoota
baayinaa wayiti waggaa keessaa
baayinaa wayiti torbee keessaa
baayinaa guyyaa barnoota waggaa keessaa
baayinaa wayiti torbee waggaa keessaa
tooftaalee madaalli yaada

hojii mana

hojii mana

qormaata xuumura seemistiraa

hojii mana
hojii daree
qorumsa xuumura seemistiraa

You might also like