Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 1

GUAA_____________

Lakk…………………
Guyyaa………………

KOREE PIROJEEKTII A//G/GUUTUUTIIF


KARRAMILLE
Dhimmii:- Wa'ee Pirojeektii Kobiilistonii Bul / M / Barodaati Ilaalataa.
Akkuma mataa Duree irratii ibsamuuf yaalameeti pirojeektii Daandii kobiilistoinii Keessaa
Keessaa Bul / M / Barodaati IMX KADIR, MOHAMMED FI SHARIKOOTA jedhamuun
hojjatamaa jirachuun ni beekamaa.
Haalumaa Kanaan yeroo Ammaa kana hojiin saffisaa gaariidhan hojjatamutii jira.
Kanaan wal qabatee rakkoon daandii kana kan qaamnii dhimmii isaa ilaallatuu hundinuu beekuu
qabdaan, Daandiin kun sababaa jalqabaa hojiin lafaa (Road formation isaa jidduugalaan 3m
hangaa 6m tii hojjatamee jiruuf, bara kana hojiin kobiilistoonii nutii hojjacha jiruu wantii
waraqaa irraa jirtuu fi lafaa irraa jirtuu adda addaa ta'ee jira jechuu dha. Dizaayinii (Design)
waajiraa konistirakshinii Godinaa Haraargee Bahaatin mirkanawee dhufee fi kan waraqaa
irraa jiru balliinii daandii 6m yoo ta'uu ,kan lafaa irraa jiru fi yeroo Ammaa kana hojjatamaa jiru
immoo jidduugalaan 4m hangaa 5m tii jechuu dha.
Akka Dizaayinii(Design) ti balliinii isaa 6m guutamee akka hojjatamuuf karan metira jaha hin
gutuu sabaabnii laftii daalayaa fi baranda manattin qabamee waan jiruf afaanin yeroo
hedduu B/M/BARODAATI himuus balachuu hin dandenyee nii kafnaa maalee baallisuu hin
dandeenye jechuu dha. kanaf yeroo ammaa machinii gredara sa’aa hojii isaa xummure wan
jiruuf akkatumaa kara lafara jiruutii akkaa isiinif hojatamuu ykn sababaa kaneen olitti
xuqaman kana, Osoo Machinii Site Dha hin banne furmataa akkaa iiti keenitaan isiinin jecha
hojiin lafaa , rakkoon hojiin design irraa jirtuu fi lafaa irraa jirtuu garagarummaa qabachuun isii
Nutii IMX KADIR, MOHAMMED FI SHARIKOOTA jedhamuu fi focal personiin Daandii kana
hojjachutii jiruu akka hin tahin qamnii dhimmii kun ilaallatuu hundinuu beekuu akka qabdaan
kabajaa fi ulfinaan isiin beeksiisaa.

Horaa Bulaa!!!
G/G
Wajjirraa Mana Qopheeessaa Bulchinsa Mag/Barooda ttiif
By focal person Project
Maqaa___________________
Mallaattoo______________

You might also like