Qaboo Ya'ii Sheedi M Karamile

You might also like

Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 11

Guyyaa________________

Qaboo Ya’ii

Iddoo Waltajjii:- W/Bulchinsaa A/G/Guutuu


Yeroo Waltajjii:-Sa’aati ________
Walitti qabaa: - Ramadaan Ibsa I/A/Bulchaa Aanaa Gooroo Guutuu
Hirmaattoota
1. Mohammed Jemaal I/G/W/ Maalaqaa
2. Mifta Mohammed I/G/W/Qonnaa Fi Qu
3. Ahmed Mohammed I/G/W/Dl
4. Ibsa Mohammed I/G/W/ Bulchinsaa
5. Jemal Yasiin I/G/W/ Bishani Fi Enerjii
6. Jabiir Mohammed I/G/W/ E/Fayyaa
7. Rudan Abduraman I/G/W/ Barnotaa
8. Abdii Ahmed Abdulaa I/G/W/Chuo
9. Ahmed Yasuu Kantibaa Magaalaa Karramilee
Ajndaa Marii:- Kaffaaltii Marsaa Xummuraa Fi Wal-Harkaa Fudhinsaa Duraa
( Provetion Acceptance) Projaaktii Jidduu Gallaa Gabaa (Market Center) Magaalaa
Karramilee Ilalataa

Marii fi murtii
Akkumaa Ajaandaa Marii Keenyaa Irratti Ibsameen Proojektii Jidduu Galaa Gabaa (Market
Center)Sheedi Bulchiinsaa Magaalaa Karramilee Irrattii Waldayaa Ahmed,Lammii Fii Sharikootaa Kan
Jedhamuu Hojji Sheddi Ijaarsaa Jidduu Galaa Gabaa (Market Center) Hojjachuudhaf Walii Galtee Wajjiraa Mana
Qophesaa Magaalaa Karramilee Wajjiin Guutuudhaan Hojjii Hojjachaa Turun Isaanii Ni Bekkamaa.

Akkasumatis Hojjiin Piroojektii Kun Yeroo Hojjatamma Tureetti Koreen Piroojekti Supervishiini Hojjii Piroojektii
Kanaa Gaggeessine Ilaalluudhan Laafti Iddoon Sheediin Itti Hojjatamma Jirruu Jidduuti Lafti Bana Waan Turteef
Akkaa Hojjii Dabalataattii Imx Hojjii Piroojekti Kana Hojjaacha Jiruuf Sheedi Debalataa Akka Hojjataniif
Kanameefi Turee. Halumaa Kanan Ergaa Hojjii Dabalata Kana Irraa Hojjiin Lafaa Ergaa Hojjatamtee Booda
Barbachisumaa Piroojekti Kana Irraa Dhabachuun Iddoon Jiddu Sheeddi Kana Sochii Gabaatif Waan Hin
Mijooyneef, Oggeessi Piroojektii Tana Hordoofu Fi Koreen Teeknikaas Waliin Tahuun Hojjiin Sheedi Dabalata
Kun Yoo Hojjatamme Laftii Walitti Dhiphachuun Sochii Gabbaatiif Akka Hin Mijjoofne Ta’uu Ergaa
Ilaalaanin Boda, Nutii Koreen Piroojekti Supervishiini Piroojekti Kana Gaggeesse Ilaalluun Rakkoo Kana
Hubachudhaan Akka Hojiin Dabalaata Sheeddi Jidduu Kana Akaa Hin Ijaaramne Fi Laaftii Jiduu Akkasumatii
Banaa (Open Space) Tate Akkaa Ta’u Qabduu Irratii Waalif Galuun Murteessine Jiraa. Haaluma Kanan Imxn
Kuniis Hojjii Ijaarsa Proojektii Jiduu Gala Gabaa(Market Center)Sheedi Kana Hojjachuun Xummurani
Waan Jiraaniif Koreen Piroojekti Aanaa G/Guutuu Supervishinii Hojjii Kanaa Ergaa Gaggeessaanin
Bodaa Hojjiin Proojektii Jiduu Galaa Gabaa (Market Center) Sheedi Magaalaa Karramilee Yeroo Ammaa
Halaa Garii Fi Qulqulinna Qabuun Hojjatani Xumuruu Isaani Proojektichaa Ilaaluudhan Mirkanefane Jiraa .
Kanaafu Waligalteen Kun Bara 2015 Keessaa Waan Hojjatamaa Tureef Yeroo Amma Proojektiin Kun Tajaajila
Hawassaa Ttiif Akka Ooluuf Barbachisumaa Isaa Irraa Dhabanee Hojjii Hangaa Ammaati Hojjatamee Karaa Guutuu
Ta’een Waldayaa Kana Irraa Qebaluun Wal Harkaa Fudhinsaa Gagesinee Jiraa. Waldaan Kuniis Yeroo Amaa
Qarshii Hojjii Hojjatanif Barbachisuu Ittiin Dhiheefatan Kaffaltii Marsaa Xummuraa Akkaa Kafalamuuf Nutii
Koreen Piroojektii Hojjii Hangaa Ammaa Lafaa Irratii Hojjatameen Madalamee Jiruu Qar.376,574.81 (Kumaa
Dhibaa Sadii Fi Kuma Torbatami Jaha Fi Dhibbaa Shaani Fi Torbatami Afour Fii Sant.81) Hojjii Kanaan
Kaan Wal Madaluu 2.5 % Retenshinii Dabalatee

Akkaa Kafalamuuf Nutii Koreen Proojektii Aanaa G/Guutuu Sagaalee Tokkoon Murteessu Keenya
Mallattoo Mirkaneesine Jiraa.

Mallattoo Wa/Qabaa ______________________

Malattoo Miseensoota

1._________ 2._________ 3.________ 4.________5.________6.________ 7.________ 8._______

9._________
Guyyaa________________
Qaboo Ya’ii

Iddoo Waltajjii:- W/Bulchinsa A/G/Guutuu


Yeroo Waltajjii:-Sa’aati ________
Walitti qabaa Koree Teknikaa: - Abdulahmid Jemal W/M Aanaa Gooroo Guutuu.
Hirmaattoota
1. Mohammed Aman……….…………..Wajjirra Barnoota
2. Ashanafi Tasfa ………..……………Mandisaa Wajjiraa Daandi
3. Yasin Mohammed……….……………Mandisaa Wajjiraa Jalisi
4. Bafiqadu Maliyoon ………………….. Wajjiraa CHUO
5. Mohamed Abdurazaq………………..Oggeessa wajjirra Bishani
6. Yarreegaal Tadeessa………………………….Wajjiraa Fayyaa
7. Jemaal Aliyi……………………………. Waajjirra Buchilchinsa M/Karamillee

AJaandaa Marii:- Kaffaltii Marsaa Xummuraa Fi Wal-Harkaa Fudhinsaa Duraa


( Provetional Acceptance) Piroojaktii Jiduu Galaa Gabaa (Market Center) Sheedi Bulchiinsa
Magaalaa Karramilee Ilalataa.

Marii fi murtii

Akkuma Ajaandaa Marii Keenyaa Irratti Ibsameen Proojektii Jiduu Gala Gabaa (Market Center) Magaalaa
Karramilee Irrattii Waldayaa Ahmed,Lammii Fii Sharikootaa Kan Jedhamuu Hojjii Ijarsaa Jiduu Gala Gabaa
(Market Center) Hojjachuudhaf Walii Galtee Wajjiraa Mana Qophesaa Magaalaa Karramilee Wajjiin Guutuudhaan
Hojjii Hojjachaa Turun Isaanii Ni Yadatamma. Halumma Kanaan Piroojektii Kun Yeroo Hojjatamma Tureetti
Koreen Teeknikaa Aanaa Gooroo Guutuu Supervishinii Hojjii Kanaa Gaggeessudhan Hojjiin Piroojektii Jiduu Gala
Gabaa(Market Center) Sheedi Halaa Gariidha Fi Qulqullinaan Hojjatamma Turuu Isa Ilaaluun Hordooffaa Turuun
Keenyaa Akkumma Jiruutti Ta’ee , Hojjiin Piroojektii Kun Yeroo Hojjatamma Tureetti Lafti Iddoon Banaan Sheedi
Mana Jidduuti Waan Turteef Oggeessa Piroojektii Tana Hordofuu Waliin Tahuun Koreen Teknikas Ilaaluun Akkaa
Hojjii Dabalataattii Imx Hojjii Piroojekti Kana Hojjaacha Jiruuf Kanamee Akka Sheediin Dabalata Hojjatamuu
Tahee Ture, Halumaa Kanan Hojjii Dabalata Kana Irraa Hojjiin Lafaa Ergaa Hojjatamtee Booda Barbachisumaa
Piroojekti Kana Irraa Dhabachuun Iddoon Jiddu Sheeddi Kana Sochii Gabaatif Waan Hin Mijooyneef, Koreen
Piroojekti Supervishiini Hojjii Kana Gaggeesse Ilaalluun Akka Hojiin Dabalaata Sheeddi Jidduu Kun Akka Hin
Ijaaramne Fi Laftii Jiddu Akkasumatii Banaa (Open Space) Tate Akkaa Ta’u Qabduu Fi Hojjiin Sheedi Jelqaba
Akka Hojjatame Xumuramu Qabu Irratii Waalif Galuun Murteessani Jiraan. Haaluma Kanan Imxn Kuniis Hojjii
Ijaarsa Piroojektii Sheeddi Jiduu Gala Gabaa (Market Center)Sheedi Kana Hojjachuun Xummurani Waan Jiraaniif
Koreen Teeknikaa Aanaa G/Guutuu Supervishinii Hojjii Kanaa Ergaa Gaggeessaanin Bodaa Hojjiin Piroojektii
Jiduu Galaa Gabaa (Market Center)Sheedi Bulchinsa Magaalaa Karramilee Yeroo Ammaa Halaa Garii Fi Qulqullina
Ta’een Hojjatanii Xumuruu Isaani Proojektichaa Ilaaluudhan Mirkanefane Jiraa. Kanaafu Waligalteen Kun Bara
2015 Keessaa Waan Hojjatamaa Tureef Yeroo Amma Proojektiin Kun Tajaajila Hawassaattiif Akka Ooluuf
Barbachisumaa Isaa Irraa Dhabanee Hojjii Hangaa Ammaati Hojjatamee Karaa Guutuu Ta’een Waldayaa Kana Irraa
Qebaluun Wal Harkaa Fudhinsaa Gagesinee Jiraa. Waldaan Kuniis Yeroo Amma Qarshii Hojjii Hojjatanif
Barbachisuu Ittiin Dhiheefatan Kaffaltii Marsaa Xummuraa Akkaa Kafalamuuf Nutii Koreen Teeknika Hojjii
Hangaa Ammaa Lafaa Irratii Hojjatameen Madalamee Jiruu Qar. 376,574.81 (Kumaa Dhibaa Sadii Fi Kuma
Torbatami Jaha Fi Dhibbaa Shaani Fi Torbatami Afour Fii Sant.81) Hojjii Kanaan Kaan Wal Madaluu 2.5 %
Retenshinii Dabalatee Akkaa Kafalamuuf Nutii Koreen Teeknika Aanaa G/Guutuu Sagaalee Tokkoon Murteessu
Keenya Mallatoo Armaan Gadittin Mirkaneesine Jiraa.

Malatto Wa/Qabaa ______________________

Malattoo Miseensoota

1._________ 2._________ 3.________ 4.________5.________6.________ 7.__________


Guyyaa________________
Iddoo Marii:- W/Bulchinsa A/G/Gutuu
Sa’aamarii -3:30-6:30
Walitti qabaa koree teeknika :-Biranee Fayyisa W/M/ Aanaa Gooroo Guutuu
Miseensoota:-
1. Shamshadin Jemal……….…………..Wajjirra Barnoota
2. Ashanafi Tasfa ………..……………Mandisaa Wajjiraa Daandi
3. Yasin Mohammed……….……………Mandisaa Wajjiraa Jalisi
4. Bafiqadu Maliyoon ………………….. Wajjiraa CHUO
5. Mohamed Abdurazaq………………..Oggeessa Bishani
6. Nuree Shadiin………………………….Wajjiraa Fayyaa
7.

Ajandaan Mari: Kafalti Marsa 2ffaa Proojekti Ijaarsa Jiduu


Gala Gabaa (Market Center) Bulchinsaa Magaalaa Karramilee
ilalaata:

Akkuma Ajandaa Marii Kenyaa Irratti Ibsameen Projektii Jiduu Gala Gabaa Sheedi Magalaa
Karramilee Irratii Waldayaa Ahmed, Lammii Fii Sharikotaa Kan Jedhamuu Hojjii Ijarsaa Jiduu Gala
Gabaa Sheedi Hojjachuudhaf Walii Galtee Wajjiraa Mana Qophesaa Magalaa Karramilee Wajiin
Guttuudhan Hojjii Hojjachaa Jirrachuun Isaanii Ni Bekkamaa. Halumma Kanaan Koreen Teekniika
Aanaa G/Guutuu Supervishinii Hojjii Kanaa Ergaa Gagesseen Bodaa Hojjin Projektii Jiduu Gala Gabaa
Sheedi Magalaa Karramilee Yeroo Ammaa Halaa Gariidhaan Hojjatame Waan Jirruuf, Hojjin Projektii
Kana Karoraa Hojjii Fii Qulqulinaa Hojjichaa Bifaa Egateen Akkatumaa Dizaynaa Fii Ispesifikashiniitin
Hojjatamma Waan Jirruuf. Waldan Kun Yeroo Amaa Qarshii Hojjii Hojjatanif Barbachisuu Itin
Dhiheefatan Kaffaltii Marsaa 2ffaa Akkaa Kafalamuf Gafachaa Wan Turanif Peymantii Dhihatee
Ogessotaa Projektii Kana Hordofuu Fii W/ATK Godinaa Ergaa Mirkanesen Bodaa Nutii Koreen
teeknika Hojjii Hangaa Ammaa lafa irratti Hojjatamee Jiruu Qarshii 559,640.31 ( Kumaa Dhibaa
Shani Fi kuma shantami sagali Fii Dhibaa jaha Fi afuurtamFii 34/100) Akkaa Kafalamuuf Nutii
Koreen teeknika Aanaa G/Guutuu Sagalee Tokkoon Murteessu Keenya Mallatoo Armaan Gadittin
Mirkaneesine Jiraa.

Malattoo Wal/Qabaa ______________________

Malatto Miseensoota

1,_________2_________3_________4__________5__________6_________
Guyyaa______________

Qaboo Ya’iii

Iddoo Waltajjii:- W/Bulchinsa A/G/Guutuu


Yeroo Waltajjii:-Sa’aati ________
Walitti qabaa Koree Teknikaa: - Abdulahmid Jemal W/M Aanaa Gooroo
Guutuu.
Hirmaattoota
1. Mohammed Aman……….…………..Wajjirra Barnoota
2. Ashanafi Tasfa ………..……………Mandisaa Wajjiraa Daandi
3. Yasin Mohammed……….……………Mandisaa Wajjiraa Jalisi
4. Bafiqadu Maliyoon ………………….. Wajjiraa CHUO
5. Mohamed Abdurazaq………………..Oggeessa wajjirra Bishani
6. Yarreegaal Tadeessa………………………….Wajjiraa Fayyaa

Ajandaa Marii:- Kaffalti Marsa 2ffaa Proojekti Ijaarsa Jiduu Gala Gabaa
(Market Center) Bulchinsaa Magaalaa Karramilee Ilalaata:

Akkuma Ajandaa Marii Kenyaa Irratti Ibsameen Projektii Jiduu Gala Gabaa
Sheedi Magalaa Karramilee Irratii Waldayaa Ahmed, Lammii Fii Sharikotaa Kan Jedhamuu
Hojjii Ijarsaa Jiduu Gala Gabaa Sheedi Hojjachuudhaf Walii Galtee Wajjiraa Mana Qophesaa
Magalaa Karramilee Wajiin Guttuudhan Hojjii Hojjachaa Jirrachuun Isaanii Ni Bekkamaa.
Halumma Kanaan Koreen Teekniika Aanaa G/Guutuu Supervishinii Hojjii Kanaa Ergaa
Gagesseen Bodaa Hojjin Projektii Jiduu Gala Gabaa Sheedi Magalaa Karramilee Yeroo Ammaa
Halaa Gariidhaan Hojjatama Waan Jirruuf, Hojjin Projektii Kana Karooraa Hojjii Fii Qulqulinaa
Hojjichaa Bifaa Egateen Akkatumaa Dizayinaa Fii Ispesifikashiniitin Hojjatamma Waan Jirruuf.
Waldaan Kun Yeroo Amma Qarshii Hojjii Hojjatanif Barbachisuu Ittiin Dhiheefatan Kaffaltii
Marsaa 2ffaa Akkaa Kaffalamuuf waan Gafaachaa Jiraanif jeecha, Peymaantii Dhihaatee
Oggeessaa Piroojektii Kana Hordofuu Fii W/ATK Godinaa Ergaa Mirkaneessan Bodaa Nutii Koreen
teeknika Hojjii Hangaa Ammaa lafa irratti Hojjatamee Jiruu Qarshii 559,640.34 ( Kumaa
Dhibaa Shani Fi kuma shantami sagaali Fii Dhibbaa jaha Fi afuurtami Fii sant.
34/100)
Akkaa Kafalamuuf Nutii Koreen teeknika Aanaa G/Guutuu Sagalee Tokkoon
Murteessu Keenya Mallatoo Armaan Gadittin Mirkaneesine Jiraa.

Malattoo Wal/Qabaa ______________________


Malattoo Miseensoota

1,_________2_________3_________4__________5__________6_________
Guyyaa________________
Qaboo Ya’ii

Iddoo Waltajjii:- W/Bulchinsa A/G/Guutuu


Yeroo Waltajjii:-Sa’aati ________
Walitti qabaa Koree Teknikaa: - Abdulahmid Jemal W/M Aanaa Gooroo Guutuu.
Hirmaattoota
1. Mohammed Aman……….…………..Wajjirra Barnoota
2. Ashanafi Tasfa ………..……………Mandisaa Wajjiraa Daandi
3. Yasin Mohammed……….……………Mandisaa Wajjiraa Jalisi
4. Bafiqadu Maliyoon ………………….. Wajjiraa CHUO
5. Mohamed Abdurazaq………………..Oggeessa wajjirra Bishani
6. Yarreegaal Tadeessa………………………….Wajjiraa Fayyaa
7. Jemaal Aliyi……………………………. Waajjirra Buchilchinsa M/Karamillee

AJndaa marii:- Kaffaltii Marsaa Xummuraa Fi Wal-Harkaa Fudhinsaa Duraa ( Provetion


Acceptance) Proojaktii Jiduu Galaa Gabaa (Market Center) Magaalaa Karramilee Ilalataa.

Marii fi murtii
Akkuma Ajaandaa Marii Keenyaa Irratti Ibsameen Proojektii Jiduu Gala Gabaa (Market Center) Magaalaa Karramilee Irrattii
Waldayaa Ahmed,Lammii Fii Sharikootaa Kan Jedhamuu Hojjii Ijarsaa Jiduu Gala Gabaa (Market Center) Hojjachuudhaf Walii
Galtee Wajjiraa Mana Qophesaa Magaalaa Karramilee Wajjiin Guutuudhaan Hojjii Hojjachaa Turun Isaanii Ni Yadatamma.
Halumma Kanaan Piroojektii Kun Yeroo Hojjatamma Tureetti Koreen Teeknikaa Aanaa Gooroo Guutuu Supervishinii Hojjii
Kanaa Gaggeessudhan Hojjiin Piroojektii Jiduu Gala Gabaa(Market Center) Sheedi Halaa Gariidha Fi Qulqullinaan Hojjatamma
Turuu Isa Ilaaluun Hordooffaa Turuun Keenyaa Akkumma Jiruutti Ta’ee , Hojjiin Piroojektii Kun Yeroo Hojjatamma Tureetti
Lafti Iddoon Banaan Sheedi Mana Jidduuti Waan Turteef Oggeessa Piroojektii Tana Hordofuu Waliin Tahuun Koreen Teknikas
Ilaaluun Akkaa Hojjii Dabalataattii Imx Hojjii Piroojekti Kana Hojjaacha Jiruuf Kanamee Akka Sheediin Dabalata Hojjatamuu
Tahee Ture, Halumaa Kanan Hojjii Dabalata Kana Irraa Hojjiin Lafaa Ergaa Hojjatamtee Booda Barbachisumaa Piroojekti
Kana Irraa Dhabachuun Iddoon Jiddu Sheeddi Kana Sochii Gabaatif Waan Hin Mijooyneef, Koreen Piroojekti Supervishiini
Hojjii Kana Gaggeesse Ilaalluun Akka Hojiin Dabalaata Sheeddi Jidduu Kun Akka Hin Ijaaramne Fi Laftii Jiddu Akkasumatii
Banaa (Open Space) Tate Akkaa Ta’u Qabduu Fi Hojjiin Sheedi Jelqaba Akka Hojjatame Xumuramu Qabu Irratii Waalif
Galuun Murteessani Jiraan. Haaluma Kanan Imxn Kuniis Hojjii Ijaarsa Piroojektii Sheeddi Jiduu Gala Gabaa (Market
Center)Sheedi Kana Hojjachuun Xummurani Waan Jiraaniif Koreen Teeknikaa Aanaa G/Guutuu Supervishinii Hojjii Kanaa
Ergaa Gaggeessaanin Bodaa Hojjiin Piroojektii Jiduu Galaa Gabaa (Market Center)Sheedi Bulchinsa Magaalaa Karramilee
Yeroo Ammaa Halaa Garii Fi Qulqullina Ta’een Hojjatanii Xumuruu Isaani Proojektichaa Ilaaluudhan Mirkanefane Jiraa.
Kanaafu Waligalteen Kun Bara 2015 Keessaa Waan Hojjatamaa Tureef Yeroo Amma Proojektiin Kun Tajaajila Hawassaattiif
Akka Ooluuf Barbachisumaa Isaa Irraa Dhabanee Hojjii Hangaa Ammaati Hojjatamee Karaa Guutuu Ta’een Waldayaa Kana
Irraa Qebaluun Wal Harkaa Fudhinsaa Gagesinee Jiraa. Waldaan Kuniis Yeroo Amaa Qarshii Hojjii Hojjatanif Barbachisuu Ittiin
Dhiheefatan Kaffaltii Marsaa Xummuraa Akkaa Kafalamuuf Nutii Koreen Teeknika Hojjii Hangaa Ammaa Lafaa Irratii
Hojjatameen Madalamee Jiruu Qar. 376,574.81 (Kumaa Dhibaa Sadii Fi Kuma Torbatami Jaha Fi Dhibbaa Shaani Fi
Torbatami Afour Fii Sant.81) Hojjii Kanaan Kaan Wal Madaluu 2.5 % Retenshinii Dabalatee

Akkaa Kafalamuuf Nutii Koreen Teeknika Aanaa G/Guutuu Sagaalee Tokkoon Murteessu Keenya
Mallatoo Armaan Gadittin Mirkaneesine Jiraa.

Malatto Wa/Qabaa ______________________

Malattoo Miseensoota

1._________ 2._________ 3.________ 4.________5.________6.________ 7.


Guyyaa________________
Qaboo Ya’ii

Iddoo Waltajjii:- W/Bulchinsaa A/G/Guutuu


Yeroo Waltajjii:-Sa’aati ________
Walitti qabaa: - Ramadaan Ibsa I/A/Bulchaa Aanaa Gooroo Guutuu
Hirmaattoota
1. Mohammed Jemaal I/G/W/ Maalaqaa
2. Mifta Mohammed I/G/W/Qonnaa Fi Qu
3. Ahmed Mohammed I/G/W/Dl
4. Ibsa Mohammed I/G/W/ Bulchinsaa
5. Jemal Yasiin I/G/W/ Bishani Fi Enerjii
6. Jabiir Mohammed I/G/W/ E/Fayyaa
7. Rudan Abduraman I/G/W/ Barnotaa
8. Abdii Ahmed Abdulaa I/G/W/Chuo
9. Ahmed Yasuu Kantibaa Magaalaa Karramilee
Ajaandaa Marii: Kafalti Marsa 2ffaa Proojekti Ijaarsa Jiduu
Gala Gabaa (Market Center) Bulchinsaa Magaalaa Karramilee
ilalaata:

Akkuma Ajandaa Marii Kenyaa Irratti Ibsameen Projektii Jiduu Gala Gabaa Sheedi Magalaa
Karramilee Irratii Waldayaa Ahmed, Lammii Fii Sharikotaa Kan Jedhamuu Hojjii Ijarsaa Jiduu
Gala Gabaa Sheedi Hojjachuudhaf Walii Galtee Wajjiraa Mana Qophesaa Magalaa Karramilee
Wajiin Gutudhan Hojjii Hojjachaa Jirrachuun Isaanii Ni Bekkamaa. Halumma Kanaan Koreen
Proojektii Aanaa G/Guutuu Supervishinii Hojjii Kanaa Ergaa Gaggeessanin Bodaa Hojjin
Piroojektii Jiduu Gala Gabaa Sheedi Magalaa Karramilee Yeroo Ammaa Halaa Gariidhaan
Hojjatama Waan Jirruuf, Hojjin Piroojektii Kana Karoraa Hojjii Fii Qulqulinaa Hojjichaa Bifaa
Egateen Akkatumaa Dizaynaa Fii Ispesifikashiniitin Hojjatamma Waan Jirruuf. Waldaan Kun
Yeroo Amma Qarshii Hojjii Hojjatanif Barbachisuu Ittiin Dhiheefatan Kaffaltii Marsaa 2ffaa
Akkaa Kaffalamuuf Gafaacha Waan Jirraanif Jeecha, Peymantii Dhihaatee Ergaa Oggeessi
Piroojektii Tana Hordofuu Fii W/ATK Godinaa Ergaa Mirkaneessen Bodaa Nutii Koreen
Piroojektii Hojjii Hangaa Ammaatti Lafa Irratti Hojjatamee Jiruun Waal Madalluu Qarshii
559,640.34 ( Kumaa Dhibaa Shani Fi Kuma Shantami Sagaali Fii Dhibbaa Jaha Fi
Afuurtami Fii Sant. 34/100)
Akkaa Kafalamuuf Nutii Koreen Piroojektii Aanaa G/Guutuu Sagaalee Tokkoon Murteessu
Keenyaa Mallatoo Armaan Gadii Kanaan Mirkaneessiine Jiraa.

Malatto Wal/Qabaa ______________________


Malattoo Miseensoota
1,_________2_________3_________4__________5__________6_________7_____________8_______

__ 9,_____________

You might also like