Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 3

Guyyaa________________

Iddoo Marii:- W/Bulchinsa A/G/Gutuu Sa’aa marii ________


Walitti qabaa Kore Projekti :- Kalifaa Gaarii I/A/Bulchaa Aanaa Gooroo Guutuu
MIseensoota
1. Mohammad Sa’iid I/G/W/ Maalaqaa
2. Mahammad adam I/G/Qonnaa fi QU
3. Sulxan Abdalaa I/G/W/DL
4. Yasin Hasan I/G/W/ Bulchinsaa
5. Sadiq Qamar I/G/W/ bishani fi enerjii
6. Ramadan Ibsaa I/G/W/ E/Fayyaa
7. Rudan Abduraman I/G/W/ Barnotaa
8. Balistii Nagasaa I/G/W/CHUO
9. Amadin Alliyii kantibaa Magaalaa Karramilee

AJndaa marii:- Kafaltii marsaa xummuraa fi wal-harkaa fudhinsaa duraa ( provetion


acceptance)Projaktii Qeyraa Magalaa Karramilee ilalataa
Marii fi murtii
Ajand 1ffaa. Akkuma ajandaa marii kenyaa irratti ibsameen projektii Qeyraa Magalaa
Karramilee irratii waldayaa Ahmed,Lammii fii sharikotaa kan jedhamuu hojjii ijarsaa qeyraa
hojjachudhaf walii galtee Wajjiraa mana qophesaa magalaa karramilee wajin gutudhan hojjii
hojjachaa turun isaa nii bekkamaa koren projektii Aanaa G/guutuu supervishinii hojjii kanaa
ergaa gagesanin bodaa hojjin projektii qeyraa magalaa karramilee yeroo ammaa halaa gariidhan
xumuruu isanii ilaludhan mirkanefane jiraa . koren teknikaa hojjiin kun yeroo hojjatamaa turetii
hanqinalee fii ciminalee turee addan basudhan sirefamaa tasisaa wan ture jiruf , hojjin projektii
kana karoraa hojjii fii qulqulinaa hojjichaa bifaa egaten akkatumaa dizaynaa fii ispesifikashiniitin
hojjatanii xumuranii jiran . Hojjin hojjatamtee addan bafanee wan jiruf waldayan kun hojjii
yeroo hojjachaa turetii garagarumaa hojjii Boq ykn varetion workii hojjatee wan jiruf . yeroo
ammaa hojjatanii xummurudhan wal harkaa fudhinsaa gagesinee jiraa . waldan kun yeroo amaa
qarshii hojjii hojjatanif barbachisuu itin dhiheefatan kaffaltii marsaa xummuraa akkaa kafalamuf
gafachaa wan turanif peymantii dhihatee ogessotaa projektii kana hordofuu fii koree teknikaa
aanaa akkasumas W/ATK Godinaa ergaa mirkanesen bodaa nutii koren projektii hojjii hangaa
ammaa lafaa irratii hojjatamee madalamee jiruu 476,310,50 (kumaa dhibaa afurii fii kumaa
torbatamii jahaa fii dhibaa sadii fii kudhanii fii 50/100) kan hojjii kana walin wal madaluu 2.5
% retenshinii dabalatee akkaa kafalamuf nutii koren projektii Aanaa G/Guutuu sagalee tokkoon
murteesu keenya mallatoo armaan gadittin mirkaneesine jiraa.

Malatto wa/qabaa ______________________

Malatto Miseensoota
1,_________2_________3_________4__________5__________6_________7_____________8_______
__
Qaboo Yaa'ii

1doo Wialujjii- Waajjira Bulchiinsa Aanaa Go/Guutuuttl

Yeroo Waltajii :- Sa'aati

WalliQabas : Obbo Kalifaa Gaarii - /ABulchaa Aanaa Gooroo Guutuu

Hiraaattuuta Marii

TGW/ Bulchinsaa A/Go/Guutuu

Obbo Mitaay Mahammad ---tGaW/ Qonnaa A/Go/Guutuu

3 Obbo Nuuraddiin Mahammad - /G/W/Maallaqaa A/Go/Guutuu

4Obbo Rudwaan Abdurahmaan ----/GW/ Barnootaa A/Go/Guutuu

1/G/W/ EFayyaa A/Go/Guutuu

Obbo lbsaa Mahamnmad --

Obbo Ranmaduan lbsaa

6Obbo Ahmud Mahannmad

Obbo Abdii Ahmad--G/W/CHUO A/Go/Guutuu

Obbo Abdoo Abdurazaaq

../G/W/Daandii fi Loojistikii AGo/Guutuu

Guyyaa

-ItGaWaj Bishaanii

Ajandaa nmarii ;- IHanqina Baajataa Piroojaktii ijaarsa keellaa Fayyaa

Becyladaarratti mul'ate irratti marii' achuun murtii kennuu Taha.

Akun ajandaa irati ibsumuuf yaalameti Piroojaktii Keellaa Fayya beeyladaa araddaa jiruu ifa
Iratti

bojai yeroo ramadamu akkaataa dizaayinni waajira konistiraakshinii godinaa iraa ittin
mirkanaa'ee dhufeen kan

ban runadamin ta 'uun isaa ni beekkama. Haa ta' uu immoo hammi maallaga dizaayinni itin
mirkanaa'e

QaL2,252.915.77(Miliyoona Lamaa fi Kuma Dhibba Lamaa fi Kuma Shantamii Lamaa fi Dhibba


Sagalii fi

Kudha Shani fi Sant.77)yoo ta'u baajatni itti qabame I,656.200.00(M iliyoona Tokkoo fi Kuma
Dhibba Jahaa i
Kuna Slantamil Jabaa f Dhibba Lama)garaagarummaa baajata ijaarsa pirojektii kanaaf
barbaachisu

Oar.596.715.77(Kunia Dhibba Shani fi Kuma Sagaltamii Jahaa fi Dhibba Torbaa fi Kudha Slanii fi

SanL771aan ta'eef yeroo ammaan tanaa ijaarsi mana kanaa sadarkaa xumuraa irra gahee waan
jiruuf hanga baajata

bacbasehisu kana yeroo ijaarsi manaa xumurame iddoo bajatni pirojektii wageaa kana keessati
xumuramuu hin

dandecnye jiu irraa jijirtaan akka itti godhamee kafaltiin IMX kontoraata fudhateef kafälamu
jechuun Miseensotni

Ltse pirojcktit Sagalee Takkaan lrratti walii Galuu keenya Mallattoo Keenvaan Mirkaneessina
jedhanii jiru.

You might also like