Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 12

Dhaabbata Daldala Hojii Ijaarsa (Construction)

Bu’aa fi Kisaara
Dhumaa Bara Baajata 30/12/2012
Waldaa IMX Kadiir, Mahammad fi Shariikkoota Isaanii
Gurgurtaa/Galii Waliigala(Revenue) 3,125,453.03
Bahi Bulchinsa
Minda 22,000
Humna Namaa fi Durgo (Per diem) 165,000
Kireessa Mashina fi Geejibaa (load & 1,418,000
unloading )
Rental House ---
Iffaa -----
Telle ----
Naaftaa fi Meeshaale Dheedhii Ijaarsa 1,503,763.44
Dulluma ----
Hayyama Haaromsuuf 405
Bahi Adda Addaa 15,150
Ida’ama Bahi 3,124,318.44
Bu’aa Qulqullu 1,134.59
Bu’a Gibira Kaffalamuu 453.84
Gibira Dursa Kaffalame (with hold Tax) -
Haffate Kaffalamu 453.84

Kan qopheesse Kan Mirkaneesse

Maqaa ___________________ Maqaa_______________________

Mallattoo ________________ Mallatto _____________________

Guyyaa__________________ Guyyaa______________________

Page | 0
Lakk_________________

Guyya________________

Waldaa____________________________________________tif

Oditaaroota Waldaalee IMX Keenyatiin Herregnii Waldaa


keessanii__________________irraa hanga_____________ kan ibsuu gabaasa
odiitii fuula____________ raga wal-amantaa namoota kennan wali-galaa fuula
____________ ergameera.

Kanaafuu gabaasa odiitii kana keessatti kan qabaman.

1. Hirinaan kan qabame qarshii____________ hataman waldichaa akka galii


ta’uu.
2. Liqiin kan qabamee qarshii _____________akka funaaname waldichaaf
galuu.
3. Idaan kan qabamee qarshii _____________ akka kafalamuu.
4. Yaadnii gabaasa odiitii kan keessatti ibsaman hojiitti akka jijjiraman
waajjirri IMX Aanaa ___________________ dhimma kana ajajuu isaa
beeksiifna.

Nagaya Wajjiin

G/G:

 Waajjira IMX Aanaa Gooroo Guutuutiif


 Waajjira Galii Aanaa Gooroo Guutuutiif

Page | 1
Gaafii Gaafataman Keessaa Tokko Tokkoo Haalaa kanan Gadiitti Taa’aniiruu.

1. Waldaan sun hojiin inni hojjetu maalii? _____________________________________


2. Hojii kana enyuu raawwata? _____________________________________________
3. Hojjettonni firooma walii qabuu(Fkn: Abba Mana fi Haadha Mana?
4. Gahee hojii hojjetoonnii beekama?
5. Qarshii irrattii enyuu abbooma angoon isa hanga qarshii meeqattiif? ______________
6. Meeshaa bitamuu eenyuu bita? _______________________
7. Kuusaa eenyuu eegaa? _________________________
8. Meeshaa eenyuutu gurgura? _______________________
9. Bitta haala attamiin raawwata?______________________
10. Gurgurtaa haala maaliin raawwata?_________________
11. Wal-harkaa fuudhiinsa nii raawwata?___________________
12. Yeroo gatiin gurgurtaa jijjiiramuu eenyuutu murteessa?________________
13. Waldaan kun sanada adda addaa kan lakkoofsa qabuu maxxanisa qaba? ___________
14. To’anno keessani qaba? ________________
15. Seeraa herregaa eegee yeroon ni galmeessa? ______________________________
16. Gabaasnii herregaa fi baasii hojii ji’a ji’aan koreeni dhiyaatuu?__________________
17. Heerrega waldaa yeroo isaa eegee ni cufama?____________________
18. Qarshii ji’a ji’aan lakkaa’amaa? _____________________________
19. Qarshii baankii ni gala? ________________________
20. Heerrega baankii ji’atti ni araarfamaa?_________________________-
21. Meeshaa kuusaa keessa jiruu haalaa maaliin jira?__________________
22. Liqiin kennamee yeroo isaa eegee ni gala?_________________________
23. Liqii kaffalamuu yerootti ni kafalama?______________________________
24. Yeroo meeshaa haaran bitamuu ykn gurguramuu murtoo koree ni raawwata?_______
25. Seerrii meeshaa tajaajila hiri’naa haala maaliin qabamaa?______________________
26. Seerrii heerregaa fi meeshaa ittiin gaggeeffamuu jiraa?____________________
27. Karoora fi baajata waldaan kun ni qopheessaa?_____________________________
28. Hojjeetaa qacarre walii-galteen qacaruu?_________________
29. Gahee hojii tokko tokko hojjetaaf kennameera?__________________

Page | 2
Unkaa Wal-Amantii Herregaa Galii

Ani _____________________ waldaa ______________________________________kanaan


Ta’ee guyyaa _________________ irraa kaasee hangaa guyyaa _________________nagahee
Tamaanaa shaqaxaa galii meeshaa galii daaktuu midhaan kkf ________________irra hangaa
_______________ galiin __________________ ani fudhee dhiyyaateega qoratameen boodaa.

Akka armaan gaditti tartiibaan barreefame ta’e argame jira.

Guyyaa Lakk Nagaye Ibsa Hangaa Maallaqaa


16/11/2011 Kafaltii Marsa 1ffa Sarara Daandii
No. 0006 Ayfokoruu-Burqa Tokkumma 631,410.81
15/4/2012 Kafaltii marsa 2ffa Sarara Daandii
No. 0007 Ayfokoru-Burqa Tokkumma 885,833.83
9/5/2012 Kafaltii Dursa(Jalqaba) Sarara
No. 0008 Daandii Ganda Qosha-Gangeeyso 339,611.31
20/10/2012 Kafaltii Marsa 1ffa Sarara Daandii
No. 0009 Ganda Qosha-Gangeeyso 1,268,597.08
30/10/2012 No. 0011 Kafaltii Jalqaba Mana Barumsa 80,750
Waltaa Dhanqoolee Xumuruu

Ida’ama Herrega Galii Waliigalaa 3,206,203.03


Jechaan:-

Qarshii ____________________________________________________________________
galiin anii fedha akkumaa armaan olitti tarreefame qofa ta’u isaa amanee raga wal-amantii
gaalii kana odiitaroota heerregaa qorataniif iddoo taajabdonnii waldichaa argamanii fedhi fi
jaalaala kootiin kan kenne ta’uu isaani mirkaneessa.

Kan amantii kennu:

Maqaa______________________ Gahee Hojii_________________ mallattoo___________

Odiitaroota:

Maqaa______________________ Gahee Hojii_________________ mallattoo___________

Taajabdoota:

Maqaa mallatto Guyya

________________________ -_________________ __________________

________________________ ________________ ________________

Page | 3
Aanaa ______________________________

Waldaa ______________________________________

Unkaa Wal-Amantii Bahii

Ani ______________________________ Maallaqa (Qarshii) Qabaa/Qabduu maallaqa


waldaa____________________________________ kan ta’ee Guyyaa _____________ irraa kaasee
hangaa _______________ sanadasa jalqaba lakkoofsa _______________ irraa ______________
hanga ______________ ragaan baasii kootii tokko tokkoon dhiyaate erga qoratameen booda akka
armaan gaditti tartiibaan barreeffamee taa’ee ergamee jira.

Guyyaa Lakk. Mata Duree Heerrega Bahii Qarshii


Nagahee
5/7/2011 Payment For DOSAN Excavator Machine rental & 120,000.00
no. 0001
With the Additional Time payments.
7/7/2011 no. 0002 Payment For Cino Truck Machine rental 40,000.00
7/7/2011 no. 0003 Payment For Cino Truck Machine rental 40,000.00
7/7/2011 no. 0004 Payment For Cino Truck Machine rental 40,000.00
8/7/2011 no. 0005 Fuel Karra mille Total Service Station & Transport cost 75,000.00
8/7/2011 Transport Cost of Lowbed for loading & unload Excavator 41,000.00
no. 0006
From Dire Dawa to Site & From Site to Dire Dawa.
18/7/2011 no. 0007 Payment For Cino Truck Machine rental 11,200.00
7/8/2011 no. 0008 Fuel Karra mille Total Service Station & Transport cost 20,000.00

9/8/2011 no. 0009 Payment For Roller Machine Rentals 50,000.00

9/8/2011 no. 0010 Payment For Grader Machine Rentals 100,000.00


9/8/2011 Lowbed Transportation for loading & unloading Grader & 60,000.00
no. 0011
Roller from Harar to the Site & from the Site to Harar.
17/9/2011 no. 0022 Payment For Additional time Grader Machine Rentals 20,000.00
29/9/2011 no. 0028 Monthly Salary for Employer 14,000.00
25/5/2019 no. 0023 Additional time Payment for XCMG Loader Machine Rent 10,000.00
28/9/2011 no. 0027 Payment For Additional Time Grader Machine Rentals 30,000.00
8/6/2019 no. 0032 Additional time Payment for XCMG Roller Machine Rents 15,000.00
12/6/2019 no. 0033 Additional time payment for Cino Truck Rentals 4,000.00
18/6/2019 no. 0034 Additional time payment for Cino Truck Rentals 2,800.00
28/12/2011 no. 0035 Wal/IMX Bakkalcha Biyya Hojii Albuda Basuu Load Stone 5,200.00
28/12/2011 no. 0036 Wal/IMX Hora Jaalalaa Hojii Albuudaa Basuu Load Stone 5,600.00
6/1/2012 no. 0037 Dia. 8cm Bar 9,913.20
6/1/2012 no. 0038 PIPE 10 number 19,130.50
8/1/2012 no. 0039 PIPE 8 number 15,304.40
5/2/2012 no. 0040 Wal/IMX Bakkalcha Biyya Hojii Albuda Basuu Load Stone 29,000.00
9/9/2019 no. 0041 Payment for Ginbenya & Daily Labour Wages 135,000.00
10/2/2012 no. 0042 Pickup of Abel Asefa Tadese 52,500.00

Page | 4
14/5/2012 no. 0043 Cement, Bar and Formwork 424,750.50
21/5/2012 no. 0044 Cement, Bar and Formwork 177,000.00
24/5/2012 no. 0045 Cement, Bar and Formwork 284,000.00
23/5/2012 no. 0046 SUM ZALA PLC TURE Cement 23,913.00
14/5/2012 no. 0047 P ayment For Komatsu Dozer Machine Rentals 640,000.00
18/5/2012 Lowbed Transport Cost for loading & unload Dozer From 13,000.00
no. 0048
Addis Ababa to the site & from the site to Addis Ababa
19/5/2012 no. 0049 PER DIEM 30,000.00
21/5/2012 no. 0050 Fuel Karra mille Total Service Station 33,982.00
30/5/2012 no. 0051 Fuel Karra mille Total Service Station 26,582.00

2/6/2012 no. 0052 Pickup of GAD Tour, Car, Truck & Machinery Rent 67,500.00
7/6/2012 no. 0053 Fuel Karra mille Total Service Station 54,960.00
15/6/2012 no. 0054 Fuel Karra mille Total Service Station 65,585.60
21/6/2012 no. 0055 Fuel Karra mille Total Service Station 64,120.00
30/6/2012 no. 0056 Fuel Karra mille Total Service Station 14,790.00
5/7/2012 no. 0057 Fuel Karra mille Total Service Station 54,960.00
14/7/2012 no. 0058 Fuel Karra mille Total Service Station 54,960.00
25/7/2012 no. 0059 Fuel Karra mille Total Service Station 45,012.24
14/3/2020 no. 0060 Additional time of Komatsu Dozer machine rental 12,800.00

26/3/2020 no. 0061 Additional time of Komatsu Dozer machine rental 35,200.00

2/10/2020 no. 0062 Addisu Sisay Construction,Civil Engineering Materials & 13,000.00
Car Rentals- Pickup for 10 days
8/9/2012 no. 0063 monthly Salary for Employer(Partinership) 8,000.00
16/10/2012 no. 0064 For Prosperity Party 10,000.00
20/10/2012 no. 0065 House Rents & Mobile Card & For peyroll & Buy bidder 5,150
Total Amount = 3,123,913 44

Jechaan:
Qarshii_____________________________________________________________________

Ida’amni bahii kootii kana qofaa ta’uu isaa ittii amanuudhaan qarshii ykn ragaan baasii kan
malee na harkaa kan hin jiraannee ta’uu isaa amannee wal amantii bahii kan odiitaroota
herregaa qorataniitti iddoo taajabdoota waldaayichaa argamanitti fedhii fi jaalala kootiin
dirqamaa tokko malee kan kenne ta’uu koo mirkaneessaa.

Maallaqa Qabaa: Odiitaroota: Mallattoo

Maqaa ______________________ 1.obbo______________________ __________

Mallattoo__________ 2. obbo_____________________ __________

Page | 5
Guyya ___________________

Aanaa ____________________________

Waldaaa __________________________________

Wal-Amantii Hir’inaa

Ani Obboo/Addee/Durbee __________________________________Waldaa


____________________________________ Kan ta’e Guyyaa _______________ irraa
kaasee hanga _______________ ragaan galii fi baasii koo tokko tokkoon dhiyaatee erga
qoratamee booda

Galii ________________________ Qarshii ____________________________

Bahii _______________________Qarshii _____________________________

Qarshiin Aanaa irratti hir’inaan mulate_________jechaan ____________________________

Isaa itti amanee fedhii fi jaalala kootiin dirqama tokko malee iddoo taajjabdonnii waldichaa
argamanitti odiitaroota qajeelcha IMX irraa dhuftaniif.

1. Obbo ____________________________
2. Obbo ____________________________

Kanin kenne ta’uu isaa mallattoo kootiin mirkaneessa

Kan amantii kennee Odiitaroota

Maqaa ______________________ 1. Obbo _____________________________

Mallattoo _________________ 2. Obbo _____________________________

Taajjabdoota

Maqaa Gahee Hojii Mallattoo

1. _________________________ __________________ _____________

2. _________________________ __________________ _____________

3. _________________________ _________________ ______________

Page | 6
Unkaa Meeshaa Ittii Lakkaa’amuu /Inventory
Seektara Waldichaa ____________________________________

Maqaa Waldichaa ______________________________________________

Maqaa Godinaa_____________________

Bara Baajataa ___________

Lakk Gosa Meeshaa Safartuu Baayina Gatii Gatii Ibsa


Tokko Hundaa

Ida’ama Waliigalaa

Jechaan Qarshii _____________________________________________________________

Anii ___________________ Qabaa Meeshaa Waldaa _______________________________

Kaniin tahee armaan olitti kan ibsaman sirritti kan lakkaa’aman ta’uu isaa mirkaaneessa
meeshaan biro kanaan lakkoofsisuu kan hin jirre ta’uu isaaanii ibsaa.

I/G Qabaa Meeshaa Barreessa Waldichaa Odiiteera Wiirtuu IMX

Maqaa ______________________ _____________________ ____________________

Mallattoo _____________ _______________ _______________

Guyyaa ______________ ________________ __________________

Page | 7
Guyyaa _____________

Unkaa Madaala Yaalii Herregaa/ Trial Balance

Lakk Mataa Duree Herregaa Lakk.Nagahee Bahii(Dt) Galii(Cr)


Birr Birr
A
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
B
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
C
24
25
D

26
27
28
29
30
31
32
33

Page | 8
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
E

Ida’ama Waliigala

Maallaqa Qabaa Odiiteera Wiirtuu IMX


Maqaa _______________________ Maqaa _____________________________

Mallattoo___________ Mallattoo ____________

Guyyaa ______________ Guyyaa ________________

Page | 9
UnkaaIbsaa Bu’aa fi Kasaaraa/Income Statement
Guyyaa ________________ Hangaa __________________

Galii

Galii dhala liiqii miseensoota Qarshii __________________________

Galii dhala qussannoo baankii ________________________

Galmeefamaa __________________________________________________

Galii Piroojektii Qarshii

1. ____________________________________________________ Qar. ________________

2. _____________________________________________________ Qar. _______________

3. ______________________________________________________ Qar. ______________

4. _______________________________________________________ Qar. _____________

5. ________________________________________________________ Qar. ____________

Ida’amaa Galii Qarshii ________________________

Baasii

Dhala/Mindaa miseensootaaf _______________________________ Qar. _______________

Hojii Ademsiftuu, Durgoo fi Geejjibaaf __________________________ Qar ____________

Meeshaalee Ijaarsaa _________________________________ Qar. _____________________

Kiraa Maashinoota ____________________________________ Qar ___________________

Bittaa Naaftaa fi kkf _________________________________ Qar. ____________________

Baasii Adda Addaa __________________________________ Qar ____________________

Ida’amaa Baasii Qarshii ______________________

Bu’aa/Profit / Net Income = Qar.__________________________________

Haala bu’aa itti qooddamuu

Divideendiif ___________________________________ % ________________

Of-eeggannoof ___________________________________%______________________

Hjii babal’isuuf ___________________________________%________________________

Hubaachiisaa:

Page | 10
Ibsaa Qabeenyaa fi Idaa/Balance Sheet

Qabeenya

1.1 Qabeenyaa Socho’aa


 Maallaqa Callaa Harkaa irraa __________________________ Qar. ___________
 Maallaqa Calla Baankii jiruu(Heerrega qusannoo /walqoo) Qar. ______________
 Mallaqa calla Baankii jiru (Heerrega Socho’aa) Qar. _________________
 Heerrega (Liqii) Funaanamuu _________________________Qar. ____________
 Kan _____________________________________________ Qar. ____________
Idaa’ama Qar. ______________________________
1.2 Qabeenyaa Dhaabbata

Meeshaalee Biiroo

 _______________________________________ Qar. ________________


 _______________________________________Qar. _________________
 ______________________________________Qar. __________________
 ______________________________________Qar. __________________

Idaa’amaa Meeshaalee Dhaabbata_________________________ Qar. _______________

Hir’inaa Tajaajila meeshaalee _____________________________Qar. ______________

Waliigala Qabeenyaa Dhaabbata __________________________ Qar. ______________

 Idaa’ama Qabeenya Socho’aa fi Dhaabbii


Idaa’amaa
Qusaanna Miseensootaa _________________________Qar. ________________
Idaa Miseensoota Bahaaniif kafalamuu ____________________Qar. _____________
Dhalaa Qusaannaa Miseensootaaf kafalamuu _________________Qar. ___________
Divideendii __________________________________________ Qar. ____________
Kan Biraa
____________________________________ Qar. __________________
_____________________________________ Qar. _________________
_____________________________________ Qar. _________________
Idaa’amaa Qar. _______________________

Page | 11

You might also like