Download as doc, pdf, or txt
Download as doc, pdf, or txt
You are on page 1of 32

Table of Contents

1. SEENSAA................................................................................................................................................4

2. Xinxaala ilaalchisee..................................................................................................................................5

2.1 Xinxaalaa keessaa..............................................................................................................................5

2.2.Xinxaala Alaa......................................................................................................................................5

3.Mul’ata Mana Hojichaa............................................................................................................................5

4. Ergama Mana Hojichaa...........................................................................................................................5

5. Kaayyoo Gooroo fi Gooree Karoorichaa.................................................................................................6

5.1. Kaayyoo Gooroo...............................................................................................................................6

5.2. Daangaa Karoorichaa...................................................................................................................6

5.3. Kaayyoo............................................................................................................................................7

6. Galmoota Gurguddoo Karoora Bara 2016...............................................................................................7

6.1 Galmoota Gurguddoo Karoora Bara 2016.........................................................................................7

6.2.Galmoota gurguddoo karoora 2016..................................................................................................7

7.Tarreeffama hojiiwwan gurguddoo karoorichaa.....................................................................................8

8. Aangoo..................................................................................................................................................8

9. Ibsa Adeemsa Hojichaa..........................................................................................................................8

9.1.Kaayyoowwan Adeemsa Hojichaa.....................................................................................................9

10. Tooftaa qorannoo itti gaggeeffamu...................................................................................................9

10.1. Hojii waajjiraa.................................................................................................................................9

10.2. Hojii hurufaa...................................................................................................................................9

11. Meeshaalee Gargaarsaa Qorannichaaf barbaachiisu...........................................................................10

12. Gosaa fi iddoo albuuda addaan baafannaa irratti gaggeeffamu..........................................................10

13 .Bu’aan Eeggamu..................................................................................................................................13

14. Gama hojiiwwaan Adeemsaa Qorannoo Albuudaatiin hojiiwwaan Hojjatamuu qabu........................13

1
15. Kallattii haala karoorri ittiin raawwatamuu.........................................................................................14

17. Hanqina jiru........................................................................................................................................16

18. Rakkoowwan nu qunamuu danda’an..................................................................................................16

19. Furmaata rakkoolee nu qunnaman.....................................................................................................16

23. Sirna To’annoo fi Hordooffii.................................................................................................................31

2
List of Table

Table 1 :- Aanoota fi araddoota bara 2016 keessa qorannoof karoorfaman...............................................11

Table 2:- karoora adeemsa qabeenya Qorannoo Albudaa Bara 2016..................................................18

Table 3:- Karoora Hojiilee Gurguddoo Qorannoo Qabeenya Albuuda Kan Bara 2016.....................19

Table 4:- Karoora kuramaana tokkoffa addaan bafaannaa Qorannoo Qabeenya Albuudaa......................20

Table 5:-Karoora kuramaana lamaffaa addaan bafaannaa Qorannoo Qabeenya Albuudaa.....................21

Table 6:- Karoora kuramaana saddaffaa addaan bafaanaa.........................................................................21

Table 7:-Karooraa kuramaana Afraffaa addaan bafaanaa Qorannoo Qabeenya Albuuda Kan Bara 2016..22

Table 8:- Unka 1 Iskoorkaardii Adeemsa/Garee Hojii kan Waggaa............................................................24

3
1. SEENSA
Mootummaan fedhii fi faayidaa hawaasa naannichaa guutuuf xiyyeefannaa guddaa seektara
kanaaf kenneen albuudni kophaatti bahee Abbaa Taayitaa Misooma Albuuda Oromiyaa ta’ee
irraa deebiin hundaa’eera. Haaluma kanaan qabeenya albuuda naannoo keenya keessa jiru
addaan baasuu irraa eegalee hanga misoomsuutti hojiin bal’aan hojjetamaa jira.

Godina hararagge baha haala teessuma lafa fi uumama ji’oolojii (Geological formation) irraa
ka’uudhaan qabeenya albuudatiin badhaatuu ta’uun ni beekama. Abbaan Taayitaa misooma
Albuudaa erga dhaabatee yeroo gabaabaa ta’us humna nama (19) yeroo ammaa ramadameefi
jira.

Humna qabuun hoji dhabeeyyii ijaaramteef hojii uumuu fi investimantii akka babal’atu taasisuuf
Aanoota 12 irratti qorannoon gaggeeffame iddoowwan kuufama Albuudaa ni argama jedhamee
yaadamaa jiru irratti galii akka dabaluu fi dargagootaaf hojii uumuuf sochii bal’aa gaggeessutti
jira. Qabeenya kana misoomsuuf yeroo ammaa kana waajjiri misooma Albuuda Godina Harargee
Bahaa caasaa Godinaa hangaa Aanaatti qabu qindeessee Albuudaawwan sadarkaa adda addaatti
argaman qorachuun misoomsuuf hojiiwwan hedduu hojjetaa jira.

Akkuma beekkamu adeemsi Qorannoo Qabeenya Albuudaa adeemsoota jiran keessaa isa
tokkoodhaa. Bara 2015 kana darbee keessatti Adeemsi qorannoo Qabeenya Albuudaa qorannoo
addaan baafannaa karoorfamee km2 55 keessaa humnaa fi qabeenya qabnuun qindeessuudhaan
bal’ina lafa km2 91.67 ta’u Aanaalee saddeetii[8] fi saayiitoota soddomii sagal [39] irratti
qorachuuf haaluma karoorfameen ol rawwatamee jira. Haa ta’uu malee karoora hojii qorannoo
bara kanaaf nuuf qabamee fi qabeenya Albuudaa godina keenya keessaatti argamuu fi fedhii
jiru wajjiin yeroo laalamuu waan bayyee akka hojjatame agarsiisa. Proppoozaallii projeektii
qorannoo Albuuda bara 2016 keessa Qabeenya Albuuda Godinaa lafa bal’inni isaa km2 110
Aanalee kudha afur[14] fi saayiitoota shantamii jaha [56] gosa Albuuda Ijaarsaa, Industirii fi
Kabajamoo qorachuun adda baasuudhaan dhumarratti gabaasaa waliigalaa kan bu’a qorannoo
labaraatorii saamuuda Albuudaa of keessatti hammate qopheessuu dha.

4
2. Xinxaala ilaalchisee
2.1 Xinxaala keessaa
 Rakkoo konkolaataa qabaachuu.
 Hanqinaa fi cimina jiru yeroo yeroon qorachaa sirreefama godhaa deemuu irratti
hanqinaatu jira.
 Akka Adeemsaatti caasaan humna namaa guutamuu dhabuu.
 Iddoo hojii gahaa argachuu dhabuu.
 Baajata Qorannoodhaf ramadamee kallattiidhaan guutuma guututti itti fayyadamuu
dhabuu.

2.2.Xinxala Alaa
 Hawaasni ilaalchi/perception/ Albuudaaf qabu ulfaataa ta’uu.
 Iddoowwan qorannoo Albuudaa itti gaggeeffame irratti al-seerummaa albuudaa
jiraachuu.

3. Mul’ata Mana Hojicha


Bara 2020 tti Qabeenya Albuudaa misoomee dinagdee biyya keessatti gahee olaanaa guutame
mirkaneessuudha.

4. Ergama Mana Hojichaa


Albuuda haala seera qabeessa ta’een qoratamee hammayaawaa akka jiraatu taasisuudha.

Duudhaalee

Kaayyoo tarsiimo’aa haala walitti hidhamiinsa qabuu fi safaramuu danda’uun galmaan ga’uu
keessatti caasaaleen Adeemsa Qorannoo Qabeenya Albuudaa fi Qooda Fudhaattonni Misooma
Albuudaa sadarkaa sadaarkaan jiran duudhaalee fi amantaa cimaa qabaachuu qabu. Haaluma
kanaan, duudhaalee ijoon Adeemsa qorannoo Misooma Qabeenya Albuudaa Godina H/Bahaa
akkaataa tokkoon tokkoo caasaa mana hojii keessatti calaqqisuu qabuu kanatti aansee
dhihaateera.

 Ittigaafatamummaa

5
 Iftoomina

 Tajaajila gahumsa qabu

 Qophaa’ina Jijjiiramaa

 Aadaa fi Duudhaalee Hawaasaa Kabajuu

 Hirmaachisummaa

5. Kaayyoo Gooroo fi Gooree Karoorichaa


5.1. Kaayyoo Gooroo
Karoorri kun bifa siyaa’inaa fi qindoomina qabuun hojjechudhaan jijjirama bu’uraaf
geeddaraminsaa ajaa’ibsiisa sadarkaa raawwii hojii Adeemsa hojii keessatti fiduuf.

Kaayyoo Gooree

 Qabeenya qorannoo Albuudaa Godinicha argamsisudhaaf

 Babal’ina hojii qorannoo albuuda irraa kan ka’e uummata akka milkaa’uu taasisu.

 Baasii sadarkaa ol’aanaan hir’isu.

 Jijjirama ajaa’ibaa kenninsa tajaajila irratti fiduuf,

 Maammilli tajaajila kennamuufitti akka gammaduu fi itti quufu gochuu,

 Dorgommii cimaa fi jijjirama ariifataa yeroo ammaa jiru wajjiin deemuu danda’uu fiduu,

 Bu’aa fi qulqullina hojii dachaadhaan dabaluuf

5.2. Daangaa Karoorichaa


Daangaan karoora kana dalgatti (horizontally) karoorsuurraa hanga hojiirra oolmaa isaa kan
hammatu ta’a, irraan-gadee (Vertically) ammo Godina irraa kaasee hanga
Aanaalee{Araddootattii} jijjiiruun ni danda’ama. kana males karoorri kun caasaalee sadarkaa
Waajjiraa kan hammateedha

6
Toora Xiyyeeffannoo Tarsiimo’aa fi Bu’aalee Tarsiimo’aa

I. Qorannoo Qabeenya Albuuda

Bu’aa Toora xiyyeeffanoo Tarsiimo’aa (strategic result)

I. Qorannoo Qabeenya Albuuda

 Galii sharaafa biyya alaa fi biyya keessaa dabaluu.

II. Qorannoo Qabeenya Albuudaa

5.3. Kaayyoo
 Hojiiwwan Albuudaa labsii, Dambii, fi qajeelfama hojiiwwan albuudaa bu’ura
godhachuudhaan akka raawwatamu taasiisuudha.
 Qabeenya Albuudaa ijaarsa dinagdee biyyaatiif gumaachaa guddaa akka godhu taasiisuudha.

 Kunuunsa naannoo gochuudhaan qorannoo albuudatiif itti fufinsa qabu fi faayidaa dhaloota
ammaa fi Kan fuula duraf akka oluu mirkaneessuudha.

6. Galmoota Gurguddoo Karoora Bara 2016


6.1 Galmoota Gurguddoo Karoora Bara 2016
 Qabeenya Albuuda godinicha qoratame hawaasni akka faayyadu taasisuuf.

 Qabeenya Albuuda Godinicha keessa jiran sirriitti qorachuun adda baasuu.

 Qorannoo addaa baafannaa qabeenya albuudaa gaggeessuun qamaa dhimmi ilaaluu


dabarsuu .

 Dokmantii hojachuudhaan qorannoo addaa baafannaa qabeenya albuuda qamaa dhimmii


ilaaluu hunda dhaqabsiisuu.

6.2.Galmoota gurguddoo karoora 2016


 .Iddoo qorannoo addaa baafannaa albuudaaf ta’u qopheessuu .

 Qorannoo Albuuda barbaachisa taasisuudhaan galiin mootummaadhaaf akka galu taasisuu.

7
 Qorannoo addaa baafannaa qabeenya albuudaa gaggeessuun qamaa dhimmii ilaaluu
dabarsuu.

 Dokmantii hojachuudhaan qorannoo addaan bafaannaa qabeenya albuudaa qamaa dhimmii


ilaaluu hundaf dhaqabsiisuu.

7.Tarreeffama hojiiwwan gurguddoo karoorichaa


1.Iddoo qorannoo addaa baafannaa albuudaf ta’u qopheessuu .

2.Qorannoo Albuudaf barbaachisa taasisuudhaan galiin mootummaadhaaf akka galu taasisuu.

3.Qorannoo addaan bafaannaa misooma albuudaa gaggeessuun qamaa dhimmi ilaaluu


dabarsuu.

4.Dokmantii hojachuudhaan qorannoo addaa baafannaa qabeenya albuuda qamaa dhimmii


ilaaluu hunda dhaqabsiisuu.

5. Saamuda walitti qabame Qorannoo Laaboraatoriif ergu.

6. Dokmaantii bu’aa irraatti hunda’uun qaama dhimmi ilaalu waliin hojjii


dhaadheessaa(promotion) qaama dhimmi ilaalu walin hojjechuu.

8. Aangoo
Gahee adeemsa qorannoo qabeenya albuuda

 Imaammata, Seera Labsii fi Dambii Albuuda Mootummaa Feederaalaa fi Naannootiin bahee


jiru hojii irra oolchuu

 Qabeenya albuuda godina irraatti qorannoo gaggeessuudhaan ragaa qindeessee qaama


misoomsuuf ni tamsaasa, hojii piroomooshinii ni gaggeessa.

 Hojii qorannoo Qabeenya Albuuda qorachuu.

 Hojii fi hojjetoota hojmaata qabsiisuu.

9. Ibsa Adeemsa Hojichaa


Adeemsi hojjii ijoo kun qaamooleen seerota hojiiwwan albuudaa ilaalchisee bahan irraatt
hubannoo argachuun fedhii hojii albuudaa irraatti bobba'uu fi fedhii Mootummaan qabeenyi

8
albuuda kun Qoratamee jireenya uummata akka jijjiiruu barbaaduu akka "input"tti fudhatee
qorannoo ji'oloojii/qabeenya albuuda irraa eegalee kenna tajaajila Qorannoo hojiiwwan
albuuda saffinaa fi qulqullinaan raawwachuuf maanuwaalii hojjii qorannoo qabeenya albuuda
qopheessee qabeenyi albuuda qorannoo godina keenya haalaa seera qabeesa ta'een
Qoratamee jireenya uummataa jijjiiruudhaan guddina diinagdee biyya keessatti gahee isaa akka
tapatu gochuu dha.

9.1.Kaayyoowwan Adeemsa Hojicha


 Akka Adeemsa qorannoo albuuda kaayyoon diiriiran waggaa shaniif (2014-2018)
karoorfame Galmaa guhuu

 Qabenya Qorannoo albuudaa irraatti bobba’uuf fedha qabaniif Qorannoon hojiiwwan


albuudaa kennudha.

 Ragaalee albuuda godina keenya keessatti argaman funaanudhan raga qulqulluu ta’e
qindessuu fi gabaasa teekninika sadarka isaa eeggate qophessuu dha.

10. Tooftaa qorannoo itti gaggeeffamu

10.1. Hojii waajjira


 Ragaa amman dura waajjira keessaa jiru sakkataa’u fi qindessuu

 Saganta hojii qophessuu

 Garee qorannoo gurmeessu

 Base –map qophessuu

 Iddo qorannoo itti gaggeffamuu Qophessuu

 Meeshaalee Gargarsaa qorannoo albuudaffa tahu qophessuu

10.2. Hojii hurufaa


 Ragaa qindeessuu fi Gabaasa sadarkaa isaa eegatee qopheesuu fi eerguu
Kaartaan ji’oloojii skeelaa 1:50,000 Topo-Sheets: fayyadamuun hojjechuu-

9
 Gosa Albuudaa naannoo ilaalame jiran adda baasuun faayyidaa maaliif ooluu
akka danda’an ibsuu
 Albuudni jiru suni misoomaaf ooluu danda’uu isaa kallatti adda addaan
xiinxaluu, kuufama isaa, qulqullina isaa, daandiin bira geessu jiraachuu isaa,
kan barbaadamu ta’uu isaa, iddoon albuudni jiru kuni misooma biraf kan hin
qabamne ta’uu isaa, kkf.
 Naannoo ilaalame sana albuuda bira jiraachuu isaanii adda baafachuu
 Iddoo ilaalamee kanaa daangaa albuudni jiru kan ittiin daangeeffamuu
ko’ordineetii GPS dhaan fudhachu
 Saamuda Albuudaa qoratamee sasaabuu
 Saamuda albuudaa sasaabamee akkattaa GPS koordineetin maqesuu
 Kufama Albuudaa beekuu dhafa boollaa gadii qotuu.

11. Meeshaallee Gargarsaa Qorannichaaf barbaachiisu.


 Topo_mapi
 Global positioning system (GPS)
 Geological hammer
 Map making software’s
 Meter, Field note book
 Sleeping Bag
 Sample Bag
 Compose
 First Aid kit
 Camera
 Scale

12. Gosaa fi iddoo albuuda addaan bafaannaa irratti


gaggeeffamu.
 Kabajamoo (Precious minerals)

 Industrii (Industrial minerals),

10
 Ijaarsaa(Constructionmaterials)

11
12.1 Aanoota fi araddoonni asi gaditti tarreeffaman haala teessuma lafa fi uumama ji’oolojii (Geological formation)
fi fedhii Aanota irraa ka’uudhaan filatamaniiru.

Table 1 :- Aanoota fi araddoonni asi gaditti tarreeffaman jiru.

Albuuda industri Albuuda Fageenya(km)

adda .baabafa
Balinaa idoo

K`abajamoo
ijaarsa

naaa(km2)
Tilmaama
Aradda

Albuud
Lakk

Harar- Aanaa-saayiti
Aanaa aanaa

1 Malka ballo Dhagaa Balloo,,Dirre 10    190km 55km


Quufaa, ,Tokkumma Jaalala, fi
haqaa mulisa

2 Dadar ifa basaa,Laga 8    102km 45km


gabaa,,Bur/nagaya,

,cafee,,la/guddoo,Leelee/
qufaa,M/Gadaa

3 Mayyuu Goro abuu,Gola nagaya,Biftu 8    90km +10km


nagayaa,Jabel fi chopii dagagaa

4 K/Caallee Harriile xiqqa, Hordayya fi 8   30km -+5km


dirree guddina.

5 Fadiis Ballinaa arba,nagaya fi 8   23km +50km


abudora

12
6 Haramayaa Gobbe , gobe salam fi Daweee 7   16km +10km

7 Qumbii Iddoo addaa hama. 8    40km +30km

8 Meetaa 8   90km +20km

9 Midhaga tola 8   16km +10km

10 Goro muxii Waltaha jaalalaa,kurra oda 8    97km +30km


galanna fi Haraffama uutubaa

11 Gurawa Mudana, Jiru bal’ia, Magartuu, 7  82km +50km


mojo laga oda, Melbaa [kurfaa,
biyyoo, Hulaa jannata.

12 Gola Odaa Satawaa kennisa,Tartiroo 8    190km 30km


zanbaa, Goro abuu fi Mojoo
harrgeti,chopha
dagaaga,Jabel,Gola
nagayaa,Burka nagayaa fi Biftuu
nagayaa

13 Gooroo Ifa jalala,waltaha dhanqole 7   


Guutuu

14 Baddaannoo Mata raamis,Okotee fi Raasaa 7   


jaanaata

Waligala 110km2

13
13 .Bu’aan Eeggamu
 Haala gaarii ta’een ragaalee qabeenyi Albuuda iddoowwan qo’annoo adda baafannaan
taasifamee walitti qabamee fi qindaa’ee dokumantiin isaa qophaa’ee
 Qabeenya Albuudaa daangaan fi kufamni isaanii beekamee qorachuuf (qorannoo gadi
fageenyaa) Kan qophaa’aa ta’an.
 Gabaasni qorannoo Gaggeessaa Adeemsa Hojii Qorannoo qabenyaa Albuuda kan
dhiyaatu ta’a.
 Gabaasni qorannoo addaa bafaannaa qabeenya albuudaa Abbaa taayitaa misooma
Albuuda Oromiyaa kan dhiyaatu ta’a.
 Dokumentiin Qorannoo adda baafannaa qabeenya albuudaa xinxalamee eega
Mirkanaa’ee booda ijaarsaaf “soft copy fi hard copy” dhaan qophaa’ee waajjiraf,Abbooti-
qabeenyatiif-fi-Dhabbilee fi kkf kan dhiyaatufi Sheelfii wajjira keessaas ni taa’a.

14. Gama hojiiwwaan Adeemsaa Qorannoo Albuudaatiin hojiiwwaan


Hojatamuu qabuu
1. Qorannoo akkataa ittii qoratamaan sadarkaa baasuu,hojimaata dirirsuun ,hojii irraa
oolma isaa haala mijeessuu
2. qorannoo seeraan hojiwwaan qorannoo Albuudaa gaggeefamuu ji’a ji’aan hordooffuu
(to’atuu)
3. Ragaalee Qa/qorannoo Albuudatiif qopheessuu
4. Gabaasa hojii qorannoo qindeessuu gamaggamu.
5. Qaamoolee qorannoo Albuudaa irraattii bobaa’aniif deegarsaa tekniikaa keenu.
6. Oggeessa Qorataa fi fookaal paarsaanii Aanaa leenjii gagabaaboo keenuu
7. Oggeessi qorannoo meeshaalee albuuda qorachuuf isaan barbaachisuu akkaa gutatan
taasisuu
8. Hojiiwwaan Qorannoo albuudaa keessattii toftaa Qorannoo kara qabeenya Albuudaa hin
dhabamsine ta’u isaa gamagamuu.
.

14
15. Kallattii haala karoorri ittiin raawatamuu.
 Oggeessaa Qorannoo akkaataa itii qorataan irraattii sadarkaa baasuu hojimaataa
dirirsuun ,hojii irraattii olchuu.
 Mootumaan hojimaataa oggeessaa qa/qorannoo Albuudaa irraatti boba’aniif kaa’amee
irraatti hundaa’uu hojimaataa qopheessuu.
 Gosa albuudaa addaa baasuun sadarkaa baasuu
 Sadarkaan erga bahee fi hojimanii erga qophaa’ee booda qoratootaaf hubannoo gahaa
keenu.
 Oggeessii qorannoo seeraan hojjachuu isaan to’anaa ji’a ji’aan tasisuu.
 Hojimaataa Qoratootaaf kaawame sirnaan fayyadamaa jirachuu
 Qabeenyii Albuudaa waan dhumuu waan ta’eef iddoo itti qoratame irraattii ilaaluun
mirkaneessuu.
 Raagaalee qo’annaa hojiiwwan albuudaa qopheessuu
 Ragaalee qoratoonnii Godina fi Anoonnii qorataan qindeessuun hard kophi fi soft kophii
qopheessuu
 Qorannoowwan gaggeefamee qindeessuu shelf proojaktii godhanii kaa’uu
 Ragaalee kana Abbootii qabeenya yeroo dhufan kennuuf /invest/akka godhan deegaruu.
 Raagaalee chartiidhaan hojachuu dhaaba irraattii akka mul’atuu taasisuun hojjachuu.
 Gabaasa hojjii qorannoo albuudaa gamaagamuu.
 Dirree irraattii yaada fi deegarsaa teekniikaa keenameef hangaam hojiittii hiikee bu’aa
arkatee gabaasa isaa keessatti ilaaluu.
 Oggeeyyiin qorannoo yeroo gaggeessan bifa hawaasaa naannoo san hirmaachisuu ta’uu
isaa ilaaluu.
 Qorannoon gaggeessamee gadi fageenyan kufama,gosa Albuudicha kan addaa baasee
ta’uu isaa gamaggamuu
 Hojii dhabiiyyee naannoo sanf hojii akka umu danda’u addaa bahee qoratamuu isaa
ilaaluu.
 Ulagaalee qoranichaa ka’amaan ogumaan fi bifa saayinsawaa ta’uu isaa mirkaneessuu.
 Qaamoolee Qorannoo Albuudaa irratti boba’aniif deegarsaa teeknika lachuu.

15
 Kan dirree irraattii hikatuu xixiqaa yoo ta’ee ogeesii achumatii hikuu
 Abootii Qorannoo deegarsa addaan hin cinee ji’aa ji’aan dirree irraattii kennuu.
 Iddoo rakkoo jirutii koree teeknikaa ogeessa godinaa fi Aanaa qindeessuun Qoratootaa
deegaruu.
 oggeessa fi fookaal paarsan daandeettii isaanii akka cimuu leenjii gabaabaa keenuu.
 Hanqinaa fi ciminaa Qoratootaa fi fokaal parsani birattii mul’atuu oggeessii godinaa
addaa baasuu.
 Maateeriyaalii leenjii oggeessaa godinatii akka qophaa’u godhuu.
 Leenjii kennamuu bifaa daandeettii Qoratootta fi fokaal parsaani cimsuun akka ta’uu
godhanii qulqulinaan qophii tasisuu.
 Baay’inaa nama hangam akka ta’e murteessuu.
 Qorannoon osso hin egaliin hawaasaa nannoo san jiruuf hubannoo umu.
 Gaggeessaan Aanaa fi ogeessii Aanaa hawaasa ni mari’achisuu.
 Bu’aa biyya fi hawaasnii bifa adda addatii ogeessaa akka deegaran taasisuu
 Yeroo waligaltee irraa gahaan qorannoo egalamaan
 Qorannoon albuudaa Qoratamaa jiran meeshaalee Qorannoo hojiif barbachisuu gafatuu
isaanii mirkaneessuu,yoo gutatu baatee guchisisuu.
 Hojiiwwan Qorannoo albuudaa keessattii tooftaa Qorannoo karaa seeraan albuudaa hin
dhabamsifnee hojatamaa jirachuu gamagamuu.
 Qorannoo kamiyyuu hojii isa seeraa fi seeraan qofa ta’u mirkaneeffatu.
 Gaaffiwwan Qorannoo yeroo dhiyyaatuu bifa bulchinsa gaarii mirkaneessuun
gamaggamu.
 Erga gamagamamee booda tajaajila safisisa fi si’ata laachuu.
 Karoora fi gabaasa yeroo isa egatee ni qopheessa, qaama dhimmi ilaaluuf ni dhiheessa.
 Gabaasa torbaanii fi kan ji’a ni qopheessa
 Gabaasa kurmaana Adeemsa Qorannoo yeroon akka galchan ni godha.
 Karoorri wagga ,kurmaana fi ji’a bifaa ogeeyyii hojachisu danda’uu ni qophawa
 Qaama dhimmi ilaaltuf ni keenu.
6. Cimina jiru
 Hoggansii fi ogeessi sadarkaa adda addaa irraa jiru kutannoon hojii albuuda keessa galu.

16
 Aanaalee muraasa keessatti caasaan mootummaa saamicha albuudaa irraatti bobba’ee
ture irraatti tarkaaffiin sirreeffamaa fudhatameera.

 Qulqullinni addaan bafaannaa qorannoo qabeenya albuudaa gaha ta’u hojjechuu.


 Hojiin karoorfame hundi kallattii karoorfameen karaa guutuu ta’een raawwachuu.

17. Hanqinaa jiru


 Aanaalee akkaataa sagantaa diriireen gabaasa raawwii hojjii isaanii yeroon qaqabsiisuu
dhabu
 Hubannoon kiraasassabdumma misooma albuuda keessa jiru ammallee haala
barbaadamuun kan hin hir’anne ta’u isaati.
 Rakkoon loojistikiin gaha ta’ee jirachuu dhabuu isaati.
 Hordoffii fi deeggarsi akkasumas duub-deebiin waayitaawa ta’e sadarka hundatti laafaa
ta’u isaati.
 Sochiin hojii riifoormii sadarkaa adda addaa irraa jiru laafaa ta’u isaati.
 Bajaata barbaachuu argachuu dhabu.

18. Rakkoowwan nuu qunamuu danda’aan


 Iddoo teessumma fi meeshaalee barbaachisa ga’a ta’ee argachuu dhabuun .
 Bajaata barbaachisoo argachuu dhaabuu
 Qaamnii barbaachisoo seektara akka harayomu isa hubatanii xiyyeeffannoo ga’a ta’ee
kennuu dhabuu.
 Caasaa gadi jala jiruf xiyyeeffannoon kennamee ijaaruu dhabu.
 Geejibaa hojiif nuu barbaachisuu argachuu dhabu.
 Iddoolee hojii murteessa nama barbaachisuuf argachu dhabu(iddoo bana ta’ee irraatti)

19. Furmataa rakkoolee nuu qunamani


 Iddoon (waajjirri ) fi meeshaaleen barbaachisu akka argamuuf haala mijeessuu.
 Yeroodhaan bajanii akka ramadamutti proppozaala dhiheeffachuun tattafaachuu.

17
 Seektarri haaraya waan tokko illee lafa hin qabnee waan ta’eef xiyyeeffanoon akka
laatamuf gochu.
 Caasaa Aanaa qixa qajeelfamatiin ijaaramee hojjii keessa akka galu taasisuu.
 Geejiba argachuf caraaqu,innis konkolaata tokko fi motor saayikila 2(lamaa) yoo
xiqqatee
 Hojjatoota barbaachisoo ta’an keessatuu oggeeyyii ramadamuu akka taasisuu.
 Leenjiin gaggababoon hubannoo ummuu akka kennamuu taasisuu.
 Saamuda sassabamee fi maqeffame akka laabraatoorii ergamu taasisuu.

18
20. Karoora Adeemsa Qabeenya Qorannoo Albuuda Bara 2016
Table 2:- karoora adeemsa qabeenya Qorannoo Albudaa Bara 2016

Karoora Adeemsa Qabeenya Qorrannoo Albuuda Bara


2016
Lakk. Sagantaalee Gurguddoo Safartu Bara 2015 Bara2015 Karoora ka’umsa bara 2016
Karoora Gosa Albuuda Raawwii
I Qorannoo Hojiiwwan Albuuda
1 Qorannoo Addabaafanna Qab. Albuuda Km2 55 95.67 110

2 Albuuda Ijaarsa Km2 35 35


2.1 Cirachaa 4 2
2.2 Dhagaa Guraachaa 5 1
2.3 Garagaantii . 3 3
2.4 Limestone . 15 15
2.5 Giranaayitii . 3 10
2
3 Albuuda Induustri Km 15 4.97 10
3.1 Dolomaayitii . 5 2
3.2 Calcite . 3 1
3.4 rough quartz . 2 2
4 Albuuda kabbajamoo Km2 5 1.75 65
4.1 Garnet ' 1 30

4.2 Tourmalin ' 1 - 10

19
4.3 sapphire ' 1 - 1

4.4 Emerand ' 2 - 1

4.5 Ruby 23

21. Karoora Hojiilee Gurguddoo Qorannoo Qabeenya Albuudaa Kan Bara 2016

Table 3:- Karoora Hojiilee Gurguddoo Qorannoo Qabeenya Albuuda Kan Bara 2016
Adeemsa Qorannoo Albuuda

Manii Karoora Hojiilee Gurguddoo Qorannoo Qabeenya Albuuda kan bara 2016
Karoor Adeemsa Qorannoo Albuuda
a bara
2016 Karoora Kur. 1ffaa Karoora Kur. 2ffaa Karoora Kur.3ffaa karoora Kurmaana 4ffaa
Ado Onko Amajii Caam Ida'am
. Hag. Ful. Ida'ama . Sad. Mud. Ida'ama . Gur. Bito. Ida'ama Ebl . Wax a
2
Km 65 10 10 15 15 14 44 15 14 15 44 4 4 12
0 0 4

20
22. Karoora Hojiilee kurmaana addaan bafaannaa qorannoo qabeenya Albuudaa bara 2016
Kan Adeemsa Qorannoo Qabeenya Albuudaa

Table 4:- Karoora kuramaana tokkoffa addaan bafaannaa Qorannoo Qabeenya Albuudaa
Manii Karoora
bara 2016
Karoora Kur. 1ffaa

Addooleessaa Hagayaa Fulbanna Ida'ama


Km2 65 0 0 10 10

Manii Table 5:-Karoora kuramaana lamaffaa addaan bafaannaa Qorannoo Qabeenya Albuudaa

21
Karoora
bara 2016
Karoora Kur. 2ffaa
Km2110

Onkololessa Sadaasa Muddee Ida'ama


2
Km 110 15 15 14 44

Table 6:- Karoora kuramaana saddaffaa addaan bafaanaa


Manii
Qorannoo Qabeenya Albuudaa kan bara 2016
Karoora
bara 2016
Karoora Kur. 3ffaa

Amajjii. Gur. Bito. Ida'ama


Km2 110 15 14 15 44

22
Table 7:-Karooraa kuramaana Afraffaa addaan bafaanaa Qorannoo Qabeenya Albuuda Kan Bara 2016

Manii
Karoora
Karooraa kuramaana Afraffaa addaan bafaanaa Qorannoo Qabeenya Albuuda kan bara 2016
bara 2016
Karoora Kur. 4ffaa

Eblaa Camsaa Waxxabajjii Ida'ama


Km2 110 4 4 4 12

23
24
Table 8:- Unka 1 Iskoorkaardii Adeemsa/Garee Hojii kan Waggaa

Unka 1 Iskoorkaardii Adeemsa/Garee Hojii kan Waggaa

Maqaa Adeemsa /Garee Hojichaa Adeemsaa Qabeenyaa Qorannoo Albuudaa

Bara 2016

Manii (Kurmanaatiin)
Kallattii Kaayyolee Safartuu Qaamolee
Hojiilee
madaalli Tarsiimo’aa Raawwi Raawwata

Manii ji’a
Gurguddoo
Ulfaatina

Ulfaatina
i mana hojichaa i 1ffaa 2ffaa 3ffaa 4ffaa n

Yaada
Maamiil M1_Amantuum 20% marsaa 4 1 1 1 1 Miseenso Yeroo
a/20/% aa uummataa ota garee keenyaa
guddisuu (%5) Qoranno tii
M2_ itti Hojiiwaan fayyada
Qufinsaa Qorannoo mnee
20
uummataa Qabeenyaa hojii
guddisuu(%5) Albuudaa hojechu
M3_itti uf
fayaadamumma Qophii
a Uummataa dha
guddisuu(10%)
Hojii Karooraa 4 lakk
wagga kur, fi ji’a

25
Qopheessu

Ragaa duraa 4 1 1 1 1 Miseenso


qorannoo fi kaartaa 2 ota garee
ji’oolojii armaan lakk Qoranoo
dura hojeetamee
xinxaluu

Karoora qophaa’e 1 1 _ - _
2 Dok
xinxaluuf

Qorannoo albuudaa
Yeroo
gaggessuuf

Faayina F1-Bu’aa TOR 3 1 1 1 Miseenso


1 lakk
ansii(15 qabeessumaa qopheeffachuu ota garee
%) itti fayyadamaa
baajataa
guddisuu(%8)
F2-itti
fayyadamaa
qabeenyaa
guddisuu(%3)

F3 galii
misooma
Albuudaa irraa
argamu

26
guddisuu(%4)

Hojjettoota waliin Dokmaa 1 Miseenso


mari’achuu nti ota garee

Xalayaa GSE 0.5 Miseenso


KM
Qamaa ota garee

Adeems AH1-Seera >> >>


a hojii Qabeesumaa
keessaa( hojjii albuudaa Ragaa argame
45%) cimsuu qindeessuu

Hojjiiw 0.1 Miseenso


waan ota garee
albuuda
a
seeraan
hojjatam
aan%n

Sagantaa hojjii 1 Minseens


Dok
qopheessuu oota garee

Cheek listi 1 Minseeso


Dok
qopheessuu ota garee

AH2-Hubaati 1 >>
naannoo
Dok
albuudaa Sagantaa hojjii
xiqqeessuu qopheessuu

27
Hogganaa dhiyoon o.5 >>
sanda
TOR Mirkanneessu

AH3- Hirmaan 0.5 >>


Hirmaanna na
qooda uummat
fudhattootaa aa
guddisuu kunuuns
a
naannoo
albuuda
a irraatti
Lojestikii dabale
mijjeeffachuu %n

AH4-Karoora >>
hordoffii fi Raawwi
gamaggama Baasii hojji fi i hojjii
foyyeessuu barbaachisu guddate(
qopheessuun %)
dhiyeessuu 0.5

AH5_Saffinnaa Meeshaalee hojjii Yeroo >>


fi qulqullina direef barbaachisu tajaajil
kennaa walitti a
tajaajilaa qabachu(GPS,COP gabaab
fooyyeessuu AS bate(D
aqiqaa)

28
0.5

Ragaa Qabeenyaa 60 >>


Albuudaa hurufaa
irratti funanuu

Komii 25 0.5 >>


Hojjii hurufaa uummat
boba’uun aa
hojjechuuf xiqqaate

AH6_Hubanno Godinaaf aanaa 5 >>


o oomishtoota qunnamuun
albuudaa ogeessa dhimma
foyyeessuu ilaaluu fudhachuu

Ijaarsaa Raawwi 5 >>


dandeett i
i 20% gaggees
sitootaa
fi
rawwatt
Iddoo qorannoo fi ootaa
adda baheeti dabale(
socho’u %n)

Base mapii rratti of Ga’ee 5 >>


ogeessot
29
a

agarsisu Uwwisa
Teknool
Observing oojii 10
geologeyn setting dabale

Tarnsversii 10 >>
karoorfamee irratti
samuudaa guyyaa
fudhachaa hojicha
hojjechuu eegalu

ID3_Dheessaa Saamuudaa 20 >>


fi itti funanamee akkataa
Lkk
fayyadamaa dubbisaa GPS tiin
teknooloojii Karta irra ka’u
guddisuu(%5)
Itti 1 >>
fayyada
maa
teknoolo
Saamuudaaa walitti ojii
qabame Qorannoo dabale(
laaboraatoriif ergu %n)

ID3_Aadaa Bu’aa qorannoo Itti 1 >>


naannoo hojjii fudhachuu fi qufinsa
fooyyeessuu(% xinxaluu hojjetoo
5) ta
dabale

30
%n

Kaayyoo Gadi_la 3 >>


tarsiina’aa kkisa
mana hojjichaa hojjii
ogeesso
ota
xiqqaate
Kaartaa ji’olojii /turnove
hojjechuu r rate%n

Maqaa dursaa garee Kimiyaa Jamaal Mallattoo______________

Maqaa Hoogganaa Mirkaneesse ____________________ Mallattoo_____________

31
23. Sirna To’annoo fi Hordooffii
Kallatti misooma waggaa shanii kana milkeesuuf sirna to’annoo fi hordooffii cimaa fayyaduun
murteessaa ta’aa. Kanaafuu jalqabaa irraa kaasee karoorri qophaa’e kun yeroo yeroodhaan hojii
irraa oluu isa ni hordoofamaa. Akkasumaas hojiilee hojetamuu hundaa bifa cheeklistii dhaan
deegaramee akka hojetamuu fi dub deebii barbaachiisuu hunda qaamni ilaalatuf kennuudhaan
raawwii hojii keenyaa ji’a fi kurmaana kurmaana dhaan xinxaalamee kan hojetamuu ta’aa

Raawwii hojii keenyaa gabaasa sadarkaa isaa eeggateen akka hordoofamuu fi qaamootni hundaa
kana irraatti xiyyeefatani akka hojetan nigodhamaa.

Dhumaa irraatti karoorri kun kurmaana kurmaana dhaan xinxalamee wantoota foyyee’u qaban
yeroodhaan akka foyya’aan godhamee akka milkaa’u tattaaffii barbaachiisuu hundaa
nigodhamaa.

32

You might also like