Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 1

Lakk.

g_____________
Guyyaa____________

Qaama dhimmi ilaallatuuf


Dhimmi isaa: xalayaa deeggarsaa kennuu ilaalata
Akkuma mata duree irratti ibsamuuf yaalametti Obbo Xibabuu
Tashoomaa kan jedhaman jiraataa magaala keenyaa ganda gooroo
geerransaa kan tahan bara 2008(kuma lamaaf saddee) irraa eegalee
misensaa keenya ta’uu ibsaa Obbo Xibabuu Tashoomaa waldaa
kenyaa keesatti nama mana hin qabneef maallaqa isaanitini fi
humna isaaniitiin mana ijaaraa, namoota dhukkubsatan
gaafachaa, kan qorichi bitamuuf qoricha bitaa, namoota harka
qalleyyii fi maanguddootta gargaaraa, waan waldaan kun hojjatu
hunda oggummaa isaanitiini fi humna isaaniitiin kan gargaaraa
turan waan ta’aniif nus xalayaa deeggarsaa kana kennineefii jirra.
isinis gama keessaniin deeggarsa barbaachisaa ta’e akka gootaniif
kabajaan isiin gaaffanna.

Nagaa wajjin!

You might also like