Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 4

Macaafa Qo’anna Umamma.

Bifaa gaffi fi debidhan qophee.

1. Waqayoo jalqabaa sammidhaf dachee (bantiiwwan waqaa) herga umme bodaa itti ansudhan
maal godhee?
Iffa hatauu jedhee iffa ta’e umama 1:3
2. Waqayoo hojii umama guyaa lamafatii maal godhee?
Dachee gochudhan dacheegadifi dachee olitti issa jiruu bishaan adaa basse umama 1:7
3. Waqayoo sammi(bantiiwaqaa wagaa) jedhee kan wamme maalin dhaa?
Garrawaqayootin bantiwwan jedhee wamme umama 1:8
4. Waqayoo erga dechee(lafa) adaa basse bodaa maal jedhee wamme?
Laffa (dachee jedhee wamme) umama 1:10
5. Waqayoo sagni(sanyii) kan kenuu margafi biqiltuufi mukaa ija godhatuu guyaa meqafati
humme?
Guyaa sadafati humme umama 1:13
6. Namni qofati jirachun isa gariimiti ergaa jedhee bodaa waqayoo maal jedhee?
Michuu gari ikan ta’e gargaraa ummnafi jadhee umama 1:18
7. Waqayoo qamolle ifaa kenan maalifi umme? Guyaa meqafatti umme?
1. Guyafi halkan akaa gargara basanifi umama 1:18
2. Fakegnotafii wagotifi goyolota kan tanni adaa basudhafi umme umama 1:14
3. Guyaa arfafati umme umama 1:19
8. Waqayou umamtotafi sinbirolle bishaan kessa ergaa umme bodaa maal jedhe eebisse?
Hora walhorra galaanfi bishaan Gutaa sinbirollen lafarrrati habayataan jedhee umama 1:21-22
9. Waqayoo lubuu qabdota umamtotafi umamtota lafarra atamitti umme?
Lafti lubuu qabdotafi umamtota habaftuu jedhee saqalessa tin umme umama 1:24
10. Waqayoo namanmaal jedhee umme?
Namma aka fakikgnti(fakikenyati) akabifakegnati ummna jedhee umme umama 1:27
11. Waqayoo lafarrati mukeeti ejjaa qabaan enyuuf umme?
Binesotta lafakanar jirranit ballalio taa sammrra fi jirratota lubuu qaban hundumatif Nyaata
isiniif hataan jedhee umme umama 1:29-30
12. Waqayoo hundumma ergaa umme bodaa maal ta’e Argee?
Bayee garri ta’e Argee umme umama 1:31
13. Bishaan Gannatta yk dhaabaa kana obasuu essa kan jiruu turre?
Kan mukaa edeen irra umama 2:10
14. Bishaanoni arfaan kan gaanatta kesaa ba’an maqasani? Baressi?
1. Fison 2. Giyoon 3. Xeegros 4. Etraxiss kan jedhamanidha. Umma 2:11
15. Waqayoo maalif namma edeen ganaatt yk Dhaabaa kana kessa ka’e?
Hakununsanif egumsaa akaa godhufif umama 2:15
16. Adammif hewaan akaa isaan hin nyaanef mukinn issan dhorkamaan maalin?
Mukaa issa hammenagwf issa gari adaa basee bekssisuraa. umma 2:17
17. Waqayoo balaliota sammit lubu qabeyota lafaa maqaa isaan kenudhaf garra Enyutii fidee?
Garraa adamti fiddee umama 2:19

1
18. Wagayoo adamirat hirriba ulfata kannin busee yommi?
Gargartuissa kantattee hewannin gaffa ummef Sanaa. Umama 2:21
19. Giduu galessa ganatti(dhaabaa) kanta’e mukasanaa akaa hin nyaanef maal jedhee akekachisee?
Akaa hinduuef mukicha gidugalessa ganaat kanta’e hignatina itthinbuina. A.umama 3:3
20. Adamif hewaan qulaa tauuissan yammu barran maal godhaan?
Ballota baala harbuu hufataan umama 3:7
21. Waqayoo adammin wamme essa jirtaa yammu ittin jedhee maal debissef?
1. Ganatuma(yk dhaaba) kessat sagaleen dhaga’e
2. Qulakoo tauu barren sisodadhe
3. Nandhokadhee umama 3:10
22. Kufatishera kaan ka’e waaqayoo hewaanti kaan dubatee qaphxi 4 barressi
- Yaamm ulfoftuu dhipenakee nanbayissa
- Dhipinan dhalaa nigadhataa/nidessa/
- Fedhinkee garra abaa maana keet hinita’a.
- Hiniss (abaa manaan kee bulshaa keta’a. anggo isherrat qabiat ) umama 3:16
23. Adaam maqaa maljedhu hadha manassatif mogaseef hikaan issas maal hin?
(hikaa maljedhu qabaa?)
(hewwan) or (hadhaa umamtotaa hunduma) yk jiraattuu jechu dha umama 3:20
24. Waaqyoo arssaa kaan qa’elliraa kaan abeel kaan fudhettef maalif?
Holotta keessa issa angafaafi issaa commaa ta’e waan dhiessf jechaa. Umama 4:4
25. Qayeel (Qaayin) waanta obolessa issa ajesset waaqayoof debeei maali debissef?
1. Cubukoo kaan bachuu hindandegne bayee ulfatadhaa umama 4:13
2. Kunno harraa fulaa laaf durraa naarrite jirrta.
3. Fulakee durras nandhokadhaa
4. Lafaa kanarral arriatamadhaf booqonaa dhanessa nanta’a.
5. Kaan na’arrgee hundumtuu naa hajessu m. umama 4:14
26. Kaan qa’ellin argee hundinu akaa hin ajeefnet waaqyoo maal godhe?
Fakii(mallaato) it godhef umama 4:15
27. Qa’ell fullaa waaqyooti gaanata edeeni ergaa ba’e boddaa essaa dhaqee ta’e?
Dachee(laffaa nood jedhama dhaqee ta’e) umama 4:16
28. Magaali qa’ell maqaa (mucaasattin) hundesse maal jedhamti?
Heenoo jedhamti umama 4:17
29. Kiraaraf ulullee afuufan warra qabannif warraa taphatan abaa kaan ta’e illim lammeh eggnuu
jedhama?
Yobaal jedhama umama 4:21
30. Tubalqal kaan jedhamu illmmi sella hojjinsaa maalidha?
Sibilla fi sibilla boorrajjif fi sibilla gurraach jedhamuraa tumme kaan mia’a meshaa hojetudhaa
umama 4:22
31. Maaqan illmaa adamm hin sadafan egnudhaa? Hikaan maaqasatis (hikaanisaa maal jedhamaa)?
Maaqan issa seet jedhamaa.
Hikaan issas qa’ell kaan ajesse iddo abeel waaqayoo dhala kan biraanaafbuuse kan jedhudhaa
umama 4:25

2
32. Abaan heenok enyuu jedhamaa?
Yaared jedhamma umama 5:19
33. Abaan matusallaa enyuu jedhamma?
Heenok jedhamaa umama 5:22
34. Heenok maalif fudhatamme?
Heenok adeemissa waaqyoo wajjin waan godheef waaqayoo fudhatee, hinargamness umama
5:24
35. Humurin matusallan jirrate meqadhaa?
Wagaa 969 jirratee umama 5:27
36. Hikaan maqaa Nohoo mal jechudhaa?
Hojji harka kegnati nuboqochissa jechudhaa. Umama 5:29
37. Abaan Nohoo enyuu jedhama? Lammeh jedlaam ijjolee Nohoo sadaan sani bareesi ?
Seem, Kamm fi Yafeet umama 5:32
38. Barra Nohoo bebekamonif gugudoleen kan ta’an maqan issani enyuu jedhamaa?
Neefilimm(neefilimmotta) jedhamuu Umama 6:4
39. Waaqayoo hamegna namaf fedhii yadda laphee namma hammaa ta’ussa maal jedhee?
Naama umukot nangadee laphessatis hingadee, lafarras nanbalessa jedhee umama 6:5
40. Nohoo dhalatotassanaa keessa namma akammiturre?
Namma qulquluuf dhugaa ademsassas waaqayoo wajjin namma godhatedhaa. Umama 6:9
41. Nohoo waaqyoo durrat bonssa/surraa qabossa kaan ta’uu danda’e maalif?
Nohoo dhalatotassanakessa waan qulquludhof qulqulaa ta’ef waaqyoo durrat’s ademissa waan
godhef kaba jakaan arga chuu danda’e umama 6:9
42. Nohoo mukaa gossa akammira akanni bidiruu Hojjetuf ajajammee?
Mukaa gossa goffeer jedhamurra biddiruu akaan hojjettatut gorse umama 6:14
43. Waaqayoo manakegna sammiraa lubuu kanqabuu hundumma nanajjessa jedhee bodaa Nohoon
maalan sigodhaa jedhee?
Kakukoo siiwajjin nandhabaa jedheen umama 6:18
44. Waaqayoo nohoof mattissa hundumma fayissuf sababaa kan ta’e maalidhaa?
Dhalottaa gidudhaa waaqyoo fundurrati qulqulludhat Famanamaa ta’e waan argeef umama 7:1
45. Bishaan badissa biyaa laffaa irratti yemmuu robe Nohoo umurinssa namaa wagaameqaa turee?
Namma waqaa 600 turee umama 7:6
46. Waqayoo bishaan baddissa dhabudhaaf egnuun yadatetti?
1. Nohoof mattissa
2. Binensotta fi
3. Beladottass (horiwaan)ss. Umama 8:1
47. Bishaanich guyaa meqaa boddaa hirdhatte?
Guyaa dhibaaf shaantamaa bodaa herdhatee. Umama 8:3
48. Tuluun hiin biddiruuten/donnitin/ irraa boqottee maal jedhamaa?
Tullu ararratti jedhamma umama 8:5
49. Gugeen isheen bishaan hirrdhatte illaluuf ergammtte maal futtee debitte?
Balla magarissa mukaa qararro futtee debitte umama 8:4
50. Waaqayoo mattin Nohoo duwaan akaa gallaan kaanin sababaa(kaaninn xuqeef) maalidhaa?
Dhallota kanaa fundurratt qulquluu akatitattee wanann argeet. Ittin jedhee umama 7:1

3
4

You might also like