Constraction Waktole

You might also like

Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 2

Lakk……….

Guyyaa…………

Abbaa Taayitaa kiositiraakishinii oromiyattif

Finfunee

Dhimmi isaa:- Ragaa itti fayyadamumaa (occupancy perimtion) akka nuuf


kennamuu gafaachuu ta’aa

Abbaa qabeenyaa ABAYS Treading PLC jedhamuu magaala shagaar kutaa


magaala sulultaa ganda mana Abichuu keessatti ijaarsaa tajaajila Food Proccessing
“tiif ooluu lafaa balini isaa hek 2 ta’ee irrattii ijaarsaa babalisaa calqabaa ykn 1 ffaa
guyya26/7/2014 fudhate kan ijaaraa turee yoo tahu kan 2fffaa immo guyyaa
30/10/2015 ti fudhachuudhan yeroo amma hojii ijaarsaa xumuree oomishuudhaaf
qooha’aa ta’uu keenya isiin beeksisiaa Ragaa itti fayyadamumaa (occupancy
permit)akka nuuf kennamuu gaafacha,Dhabatni kun hojii inni hojetuu fi bu’aa inni
buusaa jiruu ibsuun Barbachisaadha jenne ammana

Haaluma kanaan dhabatin keenyaa oomishaalee oomishaa jiruu , kaneen akka


barbaree,bassoo,shiroo,bulla.akaa’ii. daaboo qoloo,midhaan marqaa Budenaa fi k.k.f
oomishudhaan gabaayaa biyaa keessaa fi gabaayaa biyaa alatiif dhiyeessa jira.

Hojii kana raawachuudhaaf dhaabatni kun yeroo amma hojii dhabdoota


baayy’eedhaaf caraa hojii uumuudhan yeroo ammaa kana hojetoota dhabii fi kan
yeroo namootaa 890 ol kan ta’anif carraa hojii uumudhan hojechisa kan jiru yoo
ta’uu kana keessa harkii caaluu dubartoota yoo ta’an dabalataniis jiratoota ykn
namoota naanno warshicha jirataniif kafaliti tokko maale tolaan bishaan dhugati
lafa keessa bassuudhan hawasicha naannoo warshicha fayyadama taasisee jira.
Akkasumaas dhaabatni ABAYS Treading PLC jedhamu kun sister campany Yibelxal
Getachoo walin ta’udhan oomishaalee armaan olitti tuqaaman biyyaa alatti
ergudhaan ergaa hojii kana eegale kaasee hanga harattii ABAYS Treading PLC
sharafa Biyya alaa dolara 8,746,519.20(miliyoona sadeetif kuma dhibbae torbaa fi
afurtami jahaa fi dhibba shaniif kudha sagal 20/100)kan argamsise yoo ta’uu
kampaniin Yibelxal Getachoo immo dollaraa 6,242,579.29(Miliyoona jahaa fi kuma
dhibba lama fi Afurtamii lama fi Kuma shaniif torbatami sagaalfi 29/100) yoo
argamisisuu dhaabatin kun Lammaan sharafa alaa argamisisaan akka waligalatii
Dollara 14,989,098.49 (Miliyoona Kudha Afurii fi kuma dhibba sagalii fi sadeetami
sagalii fi sagalitami saddetii 49/100 )kan argamsisaan yoo ta’aan waggaa barana
kana qofa dollaraa 2,663,625.13(miliyoona lama fi kuma dhibbaa jahaa fi jatamii
sadii fi kuma jahaafi digdami shani 13/100 ) Argamsisaa jira. Akkaasumas bara
2024ti immoo gara dollaraa 5,000,000 (miliyoona shanii olitti guddisuuf
karoorifatee jira.Kana waan ta’ee dhimmoota armaan olitti ibsamaan tilmamaa
keessa galchuudhan heyyamani gaafatamee Ragaa itti fayyadamumaa (occupancy
perimt) akka nuuf kennamuu kabajaa guddadhan isiin gaafanna.

Nagaa Wajiin

You might also like