MGMT

You might also like

Download as doc, pdf, or txt
Download as doc, pdf, or txt
You are on page 1of 1

Guyyaa __________________

Wal ga’ii koree Manaajimantii Waajjira barnoota Godina W/Bahaa

Bakka Kutaa Itti Gaafatamaa Waajjiraa Keessatti

Sa:aatii = 8:00 hanga 10:00

Hirmaattoota:

1. Obbo Tuulii Addunyaa W/Qabaa


2. Obbo Alamaayyoo Waakjiraa I/A Waajjiraa
3. Aadde Birhaanee Taammiruu I/A Waajjiraa
4. Obbo Dastaa Duulaa A/Adeemsa BBG miseesa
5. Obbo Lammeessaa Maatii A/A SB Miseensa
6. Obbo Mitikkuu Tashoomaa A/A KEHOB miseensa
7. Obbo Hambisaa Nagaraa A/A Mis. B/sotaa miseensa
8. Aadde Zannabuu Galataa H/A IBW miseensa
9. Obbo Abdiisaa Tarfaasaa HN barreessaa
10. Obbo Bojaa Guutuu A/A MQ miseensa
11. Obbo Habtaamuu Mokonnon B/B A/A Supp. Miseensa

Ajanda Marii

Kitaabilee Sirna Barnootaa duranii ilaalchise marii gaggeessuu

Kitaabilee Sirna Barnootaa duranii kun mana kuusaa keenya keessaa kan jiru kana ilaalchise
koreen keenya bal’inaan irratti mari’achuun gosoota kitaabilee kun: 1ffaa. Refresh your
English (Module 1-5) Kitaabilee Leenjii barsiisotaati Baay;ina Paaketii 230; 2ffaa. Kitaaba
Sirna Barnootaa Durii gosa adda addaa Baay’inni isaa Kaartonii 48 kanneen ta’an kun
tajaajila alaa sirna barnootaa itti gaggeeffamaa jiru alaa waan ta’aniif akka mana kuusaa
keenyaa keessaa bahee gubuun akka makfamuu walii galamee murteessine
mallatteessinneerra.

You might also like