Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 1

FAARUU 2 Naa malee womaa hin te'ani

Situu naa maale waaqa kiyyaa situu naa maale Fayyaas naraa achii hirkifataani
Silaa Kaa baduu lubuun kiyyaa addoo sii maale Nama laaki homaa batuu laftii
Kaa waaqayyoo hin gababane harkii.2x

1. Waan bilixuu laafa taana naraa fagesite 1.Harka kiyyaa gababaa seentani
Miyyaafi dharaa isii laa nati ajeessite Israa'el tanaaf naa Deetaani
Hurgaa amtuu foole issi laa nati ajeessite Harkii kiyyaa hin gababane takkaa
Galatooma Waaqa kiyyaa laa naa jabeessite 2x isaan eebbisa cubbuu teesan argaan 2x
Isaan eebbisa baadi teesan argaan.
Azmaachii ………………
Azmaachii ………………
2. Duri waan lafaa tantiin gurra baafadhee
Waan Guddoo dansa se'ee ittin bashannane 2.Anii waaqii Kee hin jarjaaru takkaa
Adaa anin diquma tokkoo si'ooli hanqadhe Jarjaarule Kaa tolchee hin hubadhaa
Galatooma Waaqa kiyyaa huree naa dhaqabdee 2x laana dhufaa tokkoo lamaa jechaa
hin yaadina fulumaa teessaan ejaa 2x
Azmaachii ……………… hin yaadina cinaa teessaan ejaa

3.Durii dukaanti seexana laa naa marsitee Azmaachii ………………


Akka anin sii hin gaare ilaa naa duchiitee
Ibsee tantee goftaa yeessus naati ibsitee 3.Wooni lafa tannaa sii miyyoofte
Xuuri dunkaana ilaa tiyyaa Yaa naara jisitee naa gargaarii sii baasin ofteee
Abbaa dhiibi hin argatuu attii
Azmaachii ……………… asii demtee siin argaatin badinii 2x
naraa demtee siin argaatin badinii
Azmaachii ………………

FAARUU 3

You might also like