Agreement To Cancell A Contract of Rent

You might also like

Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 3

ቀን፡-------------------------

የቤት ኪራይ ውልን በስምምነት ለማቋረጥ የተደረገ ስምምነት

አከራይ፡-

አድራሻ፡----

ተከራይ፡-

አድራሻ፡--------

የውሉ ዓላማ

ተከራይ ንብረትነቱ የአከራይ የሆነን የመኖሪያ ቤት ከ ----------------- ዓ.ም ጅምሮ እስከዛሬ ድረስ ተከራይቶ እየኖረበት
ሲሆን አከራይ ይህን የኪራይ ቤት ለግል ጉዳይ በመፈለጉ ተከራይ ቤቱን እንዲለቅለት በማሰብ ተከራይ ቤቱን እስከ ነሐሴ
1 ቀን 2015 ዓ.ም ድረስ እንዲለቅለት አሳውቆት የነበረ ሲሆን ተከራይም በዚህ በመስማማት ቤቱን ለመልቀቅ
እንዲያስችለው ሌላ የኪራይ ቤት ሲያፈላልግ ቆይቷል፡፡ ይሁን እንጂ ተከራይ ቤቱን እንዲለቅ በተሰጠው ጊዜ ውስጥ ሌላ
የኪራይ ቤት በወቅቱ ማግኘት ስላልቻለ አከራይ እና ተከራይ እስከ ነሐሴ 1 ቀን የነበረው የቤት መልቀቂያ ጊዜ
እንዲራዘም በመግባባታቸው ተከታዩን ስምምነት አድረገዋል

1. እኔ ተከራይ ከአከራይ ጋር ያለኝ የቤት ኪራይ ስምምነት ነሐሴ 1 ቀን 2015 ዓ.ም የሚያበቃ ቢሆንም ከገጠመኝ
የኪራይ ቤት ዕጦት አንፃር ቤቱን ለጠጨማሪ 3 ወራት ማለትም እስከ ጥቅምት 30 ቀን 2016 ዓ.ም ድረስ ብቻ
ቆይቼበት ያለምንም ቅድመ ሁኔታ ቤቱን ለመልቀቅ ተስማምቻለሁ፡፡
2. እኔ አከራይም የተከራይ ችግርን ከግምት ውስጥ በማስገባት ተከራይ ቤቱን ለተጨማሪ 3(ሶስት) ወራት
ማለትም እስከ ጥቅምት 30 ቀን 2016 ዓ.ም ድረስ ብቻ ቆይቶ ያለምንም ቅድመ ሁኔታ እንዲለቅልኝ
ተስማምቻለው፡፡
3. አከራይ እና ተከራይ ከላይ ላይ በደረስንበት ስምምነት መሰረት ተከራይ ጥቅምት 30 ቀን 2016 ዓ.ም ያላዳንች
ቅድመ ሁኔታ ቤቱን ለቆ የማያስረክብ ከሆነ በህግ አግባብ ቤቱን ተገዶ እንዲለቅ ይደረጋል፡፡ ይህ ሲሆን አከራይ
ቤቱን ለማስለቀቅ የሚያወጣውን ማንኛውንም ወጪ ተከራይ እንዲሸፈን ግራ ቀኝ ተስማምተናል፡፡

ይህ ስምምነት በኢትዮጲያ ጠቅላላ የውል ሕግ እና በፍትሐ ብሔር የቤት ኪራይ ሕግ የሚገዛ ሆኖ ዛሬ -------------- ግራ
ቀኝ ከተፈራረሙበት ቀን ጀምሮ ይፀናል፡፡

የአከራይ ስም እና ፊርማ የተከራይ ስም እና ፊርማ

----------------------------------------------- ----------------------------------------------------

መስክሮች ስም እና ፊርማ

1. -------------------------------------------------------------------
2. ------------------------------------------------------------------
3. ------------------------------------------------------------------

Guyyaa: ----------------------------------

Waligaltee Kiraa Mana Jireenyaa Addaan Kutuuf Walta’iinsa Godhame


Kireessaan:-

Teessoon:-

Kireeffataan:-

Teessoon:-

Kaayyoo Waligaltichaa

Kireeffataan mana kiraa qabeenyumman isaa kan kireessa ta’e guyyaa


----------------------- irraa kaasee hamma har’aatti kireeffachuun keessatti
jiraachaa kan jiru yoo ta’u kireessaan manicha dhimmi dhuunfaaf waan
barbaadeef kireeffataan manicha akka isaaf gadilakkisu yaaduun kireeffataan
hamma gaafa 1/12/2015tti akka gadilakkisu isa beeksise kan ture yoo ta’u
kireeffataanis Kanaan waligaluun manicha gadhiisuu akka danda’uuf kiraa
manaa barbaachaa tureera. Haata’u malee kireeffatan yeroo manicha gadhisee
akka bahuuf isaaf kenname keessatti mana kiraa biraa yeroodhaan argachuu
waan hin dandeenyeef kireessaa fi kireeffataan yeroon gadhiisii manichaa
hamma gaafa 1/12//2015tti ture akka dheeratu waan waligalaniif waligalttee
itti aanu taasisaniiru.

1. Ani kireeffataan waligalteen kiraa manaa kireessaa waliin qabu gaafa


hagayya 1 bara 2015tti kan dhumatu ta’us dhaabiinsa mana kiraa na
muudate irraa kan ka’e manicha yeroo dabalataa ji’a sadiif jechuunis
hamma gaafa onkololeessa 30 bara 2016tti qofa manicha keessatti turee
haaldure tokko malee gadhiisuuf waligaleera.
2. Ani kireessaanis rakkoo kireeffataa ilaalcha keessa galchuun
kireeffataan manicha yeroo dabalataa ji’a sadiif hamma gaafa
onkololeessa 30 bara 2016tti qofa manicha keessatti turee haaldure
tokko malee akka naaf gadhiisuuf waligaleera.
3. Kireessaa fi kireeffataan bu’ura waligalttee armaan olii irratti geenyeen
manicha gaafa guyyaa onkololeessa 30 bara 2016tti manicha gadhiisee
kireessaaf kan hin deebifne yoo ta’e gama seeraatiin dirqamee manicha
akka gadhiisu ni godhama. Kun yemmu ta’u baasiiwwan kamuu
kireessaan manichaa gadhisisisuuf baasu kamuu kireeffataan akka
hagugamu bitaaf mirgi waligalleerra.

Waligalteen kun seera waligalttee bu’uraa itiyoophiyaatiin fi seeraa hariiroo


hawaasaa kiraa mana ilaallatuun kan bulu ta’ee har’a ----------------------------
bitaaf mirgi guyyaa waliif mallatteessanirraa kaasee kan raawwatamu ta’a.

Maqaa fi Mallatto Kireessaa Maqaa fi Mallattoo Kireeffataa

------------------------------------ --------------------------------------

Maqaa fi Mallatto Ragoolii

1. -------------------------------------------------------------
2. ------------------------------------------------------------
3. -------------------------------------------------------------

You might also like