German Federal Ripublic

You might also like

Download as doc, pdf, or txt
Download as doc, pdf, or txt
You are on page 1of 2

1. Biyya: - Feederaala Ripablika Jarman.

2. Waajira galmeessa uummataaa Roostookii.


3. Waraqaa raga ga’eelaa laakkofsi isaa 464/2003 ta’e irraa fudhatame.
4. Guyyaa fi Iddoo gaa’elli itti raawwatame: - Hagayya 08 bara 1995
roostookiitti kan fudhatame
5. Dhirsa 6. Niitii
7. Maqaa gaa’eelaan Laanti(Landt) Abbabaa
dura jiru.
8. Maqaa Deniisii(dennis) Yuudaati Wondimmuu.
9. Guyyaa fi Iddoo 21/12/1971, 11/03/1972, Finfinnee,
dhalootaa Roostookii. Itiyoophiyaa.
10. Maqaa Laanti(Landt) Laantii(Landt), Abbabaa.
gaa’elaan booda
11. Kanneen
biroo
12. Guyyaa itti 06/06/2004 Chaappaa
kenname Mallattaayee jira. Waajira galmeessa
Rooheedee Roostookii
Mallattoo

Chaappaa
Chaappaaleen seera qabeessaa kanaan olitti qabaman seera qabeessummaan
isaanii mirkanaayee jira.
Haala walfakkaatuun namootni armaan olitti maqaan isaanii caqafaman
sanada kana bu’ura seera jarmaniitiin kennuu isaanii mirkaneessinee jirra.
Gaafa 12/06/2004
Mallattaayee jira.
Husilari
Ministeera biyya keessaa.
Chaappaa
Maakilinabuurgi Voolpaamarini Huusilari ministeera biyya keessaa.
Seera qabeessummaan chaappaa fi mallattoo Maakilinabuurgi Voolpaamarini
Huusilari ministeera biyya keessaa mirkanaayee jira.
Imbaasii Itiyoophiyaa.
Barilin.
Guyyaa: - 28/06/2004.
Mallattaayee jira.
Geetaachoo Tafarii.
Qoonsilaa.
Chaappaa
Feederaala Dimokiraatawaa Rippablika Itiyoophiyaa
Qoonsilaa Imbaasii kutaa Qoonsilaa.

You might also like