Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 25

Laakk-------------------

Guyyaa---------------

Mana murtii Annaa kutaa magaala Alacheetii

Shaashamannee

iyyatoonn -1ffaa A/d Shuumituu Muhammad

2ffaa A/d-Bashaa Muhammad

3ffaa ob Suudan Muhammad

Teesoon Kutaa/ Bu/Magalaa Alachee Aannaa Awashoo

Himatamtoon 1ffaa ob Aloo Muhammad

2ffaa Nugusse Muhammad

3ffaa ob Musaa Muhammad

4ffaa Tashoo Muhammad

Teesoon Kutaa Bu Magalaa Alachee Annaa Awashoo

Iyyanoon Kun Bu`uuraa S/D/F/S/L/ 205 fi 154 ttin dhoorgiin Akka nuufi Tasifamufi
Gaafi dhaafi iyyannoo dhiyyateedha
Himannaa sivlii falmii qoddaa qabiyyee Lafa dhaalaa Nu`uu iyyatoota Ammatfi D/Keentoota jiiduu
jiiruu ilalichsee falmii Lafa dhaala Lakka G 28433 Ta`ee irrati GafaaGuyyaa 23/9/2015 Baname erga
dhaadacha dhaabata tureen booda beelamaa gafaa Guyyaa 30/01/2016 ttii beelamann osso jiiruu
Himatamtoon 1-2 ffaan wollin ta`udhan qabiyyee lafa dhaala falimnn irratii gegeefamajiruu

1ffaa Lafa KM 300(dhibaa sadii) dangeestoon bahan ob Muhammad galgaluu dhihan kara konkoolata
kibban ob muhamad galgaluu kabban Muhammad galgaluuttin dangeefamtee koodii 19-2119 gahee hadha
teenyaafi abba kenyaa osso falmii irraa jiruu gahee ishii keesa libbee gurguratan qamaa 3ffaattfi dabarsan
keenann ittifayadamaa jiiran wantaef Ijaarsii kamyuu akka irrati higegeefamne fi dhorgiin akkaa nufi
tasifamu fi

2ffaa qabeenya sanyii qamadii lafa falmin irrati gegeefama jiiru irratii omishaamee jiiruu hangaa falmiin

keenya murii haqaa jiidugaleefatee argatufi dhogamee akka to`annoo ganda jalaa akka nuufi oluu ajajiin

dhoorgiin bulchnasaa gandatitt akka nuufi barreefamuu yoo iyyanuu kunsii dhugaa ta`uu bu`uurra s/d/f/s/l/

92(1)ttin nimirkannsnna mallatoo iyyatota

1 --------------------------

2--------------------------

3 ----------------------
Lakka 29108
Guyyaa7/5/2016
Manna murtii annaa ku/bu/mag/ Alacheetfi
Shaashamanne
D/keenan wajiraa Lafa Aannaa Shaashamannee
Teesoon mag/shaa/nee ku/mag/allachee A/Awashoo Ganda Awashoo
B/B/ Obboo Hajjii Nageesoo
Himatun dub Ifituu /Halmaa Siimboo Teesoon mag/Shaashamanee ku/mag/Allachee
Aanaa Awashoo ganda awashoo
Himatamtoon 1ffaa obboo waqayyoo kirkkoo 2ffaa mamushii abdoo 3ffaa ahimadi
abdoo
4ffaa wajjiraa lafa aanaa shaashamannee
Teesoon mag/shaa/nee/ku.mag/allachee aanaa awashoo ganda awashoo
Himanann kun bu`uraa S/D/F/S/ L/ 234 ttin taree ibsa ragatin deegaramee kan
dhihatedha
A Ragaa Barruu
WoraqaaB/B/ ful 1
B Ragaa Namotaa
1ffaa Obboo Abduqaderi Safayoo
2ffaa Obboo Abdala Tiyaa
3ffaa Obboo Badhasso Mamama
Teesoob mag/Shaa/nee ku/mag/Allachee aanaa awashoo yoo ta`an kunsi dhugaa ta`uu
bu`uura S/D/F/S/L/92ttin Mirkanesa
Malattoo B/B
----------------------
Lakka-----------------------------------
Guuyyaa-------------------------------

Mana murtii kutaa magaala alacheetii


shaashamannee
iyyatoonn -1ffaa A/d Shuumituu Muhammad
2ffaa A/d-Bashaa Muhammad
3ffaa ob Suudan Muhammad
Teesoon Kutaa/ Bu/Magalaa Alachee Aannaa Awashoo
Himatamtoon 1ffaa ob Aloo Muhammad
2ffaa Nugusse Muhammad
3ffaa ob Musaa Muhammad
4ffaa Tashoo Muhammad
Teesoon Kutaa Bu Magalaa Alachee Annaa Awashoo
Iyyanoon Kun Bu`uuraa S/D/F/S/L/ 205 fi 154ttin dhoorgiin Akka nuufi Tasifamufi Gaafidh
iyyannoo dhiyyateedha
Himannaa sivlii falmii qodaa qabiyyee Lafa dhalaa Nu`uu iyyatoota Amaatfi D/Keentoota jiiduu
jiiruu ilalichsee falmii Lakka G 28433 Ta`ee irrati Gafaa Guyyaa 23/9/2015 Baname
dhadaachaa dhabataa tureen booda beelamaa gafaa Guyyaa 30/01/2016 ttii beelamann osso jiiruu
Himatamtoon 1-2 ffaa wollin ta`udhan qabiyyee lafa dhalaa falimnn irratii gegeefamajiruu
1ffaa Lafa karee meetera 300(dhibaa sadii) dangeestoon bahan ob Muhammad galgaluu dhihan
kara konkoolata kibban ob muhamad galgaluu kabban Muhammad galgaluuttin dangeefamt
koodii hadha teenyaa gahee ishii keesa libbee gurguratan qamaa 3ffaafi dabarsan keenann
ittifayadamaa jiiran wantaefi ijarsii kamyuu akka irrati higegeefamne fi dhorgiin akkaa nufi
tasifamu fi
2ffaa qabeenya sanyii qamadii lafa falmin irrati gegeefama jiiru irratii omishaamee jiiruu hangaa

falmiin keenya murii haqaa jiidugaleefatee argatufi dhogamee akka to`annoo ganda jalaa akka

nuufi oluu ajajiin dhorgii bulchnasaa gandatitt akka nuufi barreefamuu yoo iyyanuu kunsii dhugaa

ta`uu bu`uurra s/d/f/s/l/ 92(1)ttin nimirkannsnna

Malatoo iyyatootaa
1-------------------------------------
2--------------------------------------
3--------------------------------------

Lakka-------------------------

Guyyaa-------------------------
Manna murtii Aannaa magalaa shaashamanneetfi

Shaashamannee

R/Himatuun –Murtti Abba Mirgaa A/d Shaamsiyyaa Adam

Teesoon Kuta Bu/Magalaa Alachee Ganda (01)

R/Himatamnn O/b-------------------------

Teessoon Kutaa Bu/ Magalaa Alachee Ganda (01)


Nagyya wojjiin

You might also like