Afaan Oroma

You might also like

Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 3

M/B Jiddaa sad. 1ffaatti Qormaata Afaan Oromoo sem.

2ffaa kutaa 7ffaa


bara 2016
Maqaa_____________________Lakk.___________Daree___________
I. Gaaffilee yaada sirrii qaban dhugaa , kan dogoggore immoo soba
jechuun deebisi
______1.Dammeen muka jala teessee dubbisti.durduubeen hima kanaa muka isa jedhudha
_____2.Himni xaxamaan hima dachaa irraa kan adda isa taasisu ciroo hirkataa of keessaa
qabaachu isaati.
_____3.Jechi”mata duree”jedhu kun jechoota tishoo jedhu keessatti argama .
_____4.Hima salphaa jechuu hima gocha tokko qofa agarsiisudha.
_____5.Jecha”walfaana”jedhu kana keessatti maxxantuun argamumaxxantuu boodaati.

II. Gaaffilee armaan gadiif deebii sirri ta’e filadhu


_____6.Adde Bashaatuun Caaltuuf _______bitte.
A. Kitaabota B. kitaabilee C. kitaaba D. kitaabattii E hunda
_____7.Biqiltuun barattootaan dhaabame . himni kun____
A. Hima taasimaa B. hima raawwimaa C. hima gochaa d.hunda
____8.Hamma Arbaa ga’a kan jala sararame _____ibsa.
A. Furdina B. huqqina C. gabbina D.guddina
____9 Bontuun mana bal’aa ijaaratte kan jela sararame ______
A.Gaalee maqaa B.Galee maqibsa C.Gaalee xumuraa D.Gaalee gochima
____10.Caalaan Gaala gurgure himni kun gochima kam ibsa?
A.hafoo B.darboo C.AfiB D.deebii hin qabu
____11______.yeroo baay’ee jalqaba himaa irratti argama
A.matima B.antima C. gochima D. hima
____12.’Miiloo’ jechuun___________
A.fira dhiyoo B, fira fagoo C alagaa D,hiriyaa fagoo
III. Kannen roga ‘A’ jalatti argamanii fi kannen roga ‘B’ jalatti argamanii
akkaata Walitti dhufeenya isaatiin walitti firoomsi
A B
_____13.Hima gaaffi A, yero itti gochi tokko rawwate kan
_____14.Hima himamsaa ibsuudha
_____15.Hima raajeffannoo B, Toltuun laga bu’ aa jirti.
_____16.Hima ajajaa C, caaltuu yoom dhufta
_____17.Henna D, Raajii bara baranaa
E,ka’ii huccuu miicci

IV. Gaaffii armaan gadii bakka duwwaa guutuun deebii kee kenni
18 ______________hima gochi tokko irratti rawwatameedha
19,barreeffama ykn dubbii tokko kessatti yoo xiqqaate matimaa fi gochima
Kan qabu______________jedhama
20,______________kan afaaniin dhaloota dhalootatti ykn abbaa gara
ilmaatti daddaruudha.

You might also like